Crypto Highlights
Открыть в Telegram
💡 Crypto Highlights is a channel dedicated to delivering simplified, easy-to-digest updates, news, and insights from the crypto world — helping you stay informed without the noise. Admin : @Bman923 🔰ʙᴜʏ ᴀᴅs: https://telega.io/c/crypto123788
Больше6 273
Подписчики
-524 часа
-297 дней
-13930 день
Архив постов
6 272
Blum TGE March 30 hanga Jun 20 gidduutti akka ta'u ifoomsaniiru.
Torban itti aanu odeeffannoo biroollee akka nuun gahan himaniiru
6 272
+2
$SEED Countdown has started on all three exchanges - Kucoin📈, Mexc📈 and Bingx✖️
PRICE GUESS 👐
6 272
JUST IN: Binance has announced plans to delist Ethereum (ETH) from it platform, effective March 28.
©COINTELEGRAPH | NEWS
6 272
🎤 ODUU GAMMACHIISAA!
Kabajamtoota hordoftootaa fi jaallattoota hojii Joshua Graphics, bakka jirtan maratti nagaan isiniif haa baay'atu!
➡️ Joshua Graphics bifa qindaa'aa ta'een, hojii hojjetu marayyuu Officially hojjechuudhaaf
🖊️ Document mataa isaa,
🖊️ Logo,
🖊️ Portfolio fi
🖊️ Tajaajiloota kennu hunda banner qindaa'aa ta'e irratti ifa godhee yommuu isiniif dhufu gammachuu guddaadhaani.
📝 Ergaawwan keessan karaa dijitaalaa, bobboca miidhagaa fi hawwataa ta'een dabarfachuuf, gatii madaalawaadhaan koottaa nuyi isiniif jirra jedha.
➡️Maarree nu argachuudhaaf, karaalee fuula media hawaasaa keenyaa:
1. Telegram: https://t.me/joshua_graphics
2. Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61572705566844
☎️ Dabalataan karaa lakk bilbila:
📞 +251 93 602 9843
📞 +251 97 526 5181
nu qunnamuu dandeessu isiniin jenna!
👉Karaa Design keenyaa, ergaa keessan Miliyoonota biraan gahadhaa!
📌Joshua Graphics || Bakka yaadotni itti bifa argatan!
6 272
✨ Quiz Answers for #Xenea x Spur Protocol:
1-10
C, B, D, A, A, D, D, B, C, A.
11. B 12. C 13. B 14. A 15. D
6 272
📢 Delisting of $DSRUN, $SPARTA, $PTU, $VEXT, $BOB and $SEILOR
✍️ Bybit will be delisting the DSRUN/USDT, SPARTA/USDT, PTU/USDT, VEXT/USDT, BOB/USDT and SEILOR/USDT trading pairs, and will no longer support these tokens as assets going forward.
➿➿➿➿➿➿➿
💰ByBit'n Token $DSRUN, $SPARTA, $PTU, $VEXT, $BOB fi $SEILOR kan jedhamaan kana delist gochuuf jira.
6 272
✔️Bot kana ammuma start gochuun eegalaa karaa salphaa ittiin 💎TON argattanidha.
⚠️Nama afeeruun optional dha dhiisuus dandeessu.
🔗https://t.me/TonDreamsBot?start=6437321990
🔗https://t.me/TonDreamsBot?start=6437321990
6 272
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
6 272
Namoonni Fiilmii Kurulus osman eegaa jirtan kunoo gadhiifamee jira
👇👇👇👇👇👇
Kurulus Osman
Kurulus Osman
6 272
Family warri dabilii isiinif ba'ee jechuun qubee tokorra si'a 2, 3 kan dhufe Wal qayyara .
Namnoonni anan qube kana naaf erguun qubee warra kaan fudhachuu barbaaddan inbox me.
@joshuasmrt
6 272
+2
#mata_duree_ala
Ethiotelecom akka yeroo darbee ammas ayyaana iidiif maamiloota isaaf badhaasa qarshii 15,000,000 qopheesseera
Badhaasa kanaratti hirmaachuufis telebirr fayyadamuun card guutuu , package bituu , qarshii telebirr dhaan gaafa ergitaan ticket ittiin irratti hirmaattan siniif laata
Ticket sinii laatamuun spin gochuun hirmaachuu dandeessu carraa keessan taanan hanga qarshii 100 hanga 100,000 badhaafamuu dandeessu
Badhaasni kun hanga gaafa 22 ttidha ykn guyyaa 4 booda nii dhuma
Carraa gaarii
6 272
New Airdrops : Meganet - The Leading Decentralized Compute Infrastructure on Solana
🎁 Reward : 100,000,000 Meganet tokens
🪂 Register : https://meganet.app/reward
➖ Connect Wallet
➖ Complete Task
➖ Done
@Dero_Crypto
©
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
