cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Islammumman Jiru Tiyyaa

Рекламные посты
211
Подписчики
Нет данных24 часа
-37 дней
-930 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Ibnu Mas’uud Irra Odeffamee (R.A) Ergaman Rabbii (S.A.W) Akkana Jedhan ‘’ Gosti Lamaa Ibiddarrahi Hin Agarree Gana Dhuftii Jedhan Ergaman Rabbii (S.A.W) 1.Ummata Wahii Jira Wajjiin Kan Taatee Ulee Eegee Horii Fakkattuu Ka Ilma Nama Ittiin Tuman  2. Dubartii  Waan Isii Hin Sattarree Uffatuudhaana.Isin Sun ‘’Kaasiyaatuun Aariyaatuun’’ Dabduu Ykn Dabsitu Kan Taatee Kan Mataan Isaanii Akkaa Dalluu Gaalaattii Ol Kaastuu  Fi Jallistuudhaa Warrii Kunniin Jannata Seenuu Mitii Hafuura Jannata Hin Arganii….
Показать все...
Kottaa Halaalin waliin Bashanannaa isin jaan irraa hinfinaa
Показать все...
Repost from N/a
Фото недоступноПоказать в Telegram
BASHANNANA HALAAL #AS WR WB cufti ummanni muslima #Jala_bulti_iidul _adahaatin baga rabin isiin gahee jechaa saganta bashaanna halaal tan dargaggoota mag/ Baddeessa fi Nb islamic walin tahuun bifa addaatin tan qophooyte #guyyaa iida 3ffaa ykn salaasa sa'aa 7:30 Irraa eegalee galmaa guddaa Magaalaa Baddeessa keessatti wan qophooytuf koottaa halaalin bashannana isiniin jenaa
Показать все...
🌿 Eid Mubark Baga idul adhaan isin gahe. Kan baranaa kan bara hedduu nu haa godhu.
Показать все...
Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa jalqabaa **** عن ابن عباس رضي الله عنهما أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «ما من أيام العمل الصالح فيها أحب إلى الله من هذه الأيام – يعني أيام العشر - قالوا : يا رسول الله ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال ولا الجهاد في سبيل الله إلا رجل خرج بنفسه وماله ثم لم يرجع من ذلك بشيء». رواه البخاري Ibn Abbaas irraa akka odeeffametti Nabiyyiin (SAW) akkana jedhan: "Guyyootiin kamuu kan guyyoota kurnan (Zulhijjaa) kana caalaa hojiin isaan keessa jaalatamu hin jiru." Ogga kana sahaabonni "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee moo?" jedhan. Nabiyyiinis (SAW) "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee isaan hin caalu, nama lubbuufi qabeenya isaatiin bahee ergasii homaa fudhatee hin deebine qofti osoo hafuu." Bukhaariitu gabaase. Hojiileen khayrii kamuu yeroo kana keessa baay'ee jaalatamaadha. Kanaafuu: 1. Hajjii gochuu, 2. Salaata waajibaa sirriitti eeggachuu, dhiironni msajidatti deddeebi'uu, 3. Zikrii akka takbiiraa, subhaanallaahfi laa ilaaha illallaah baay'isuu, 4. Sooma sunnaa soomuu, 5. Uduhiyyaa qaluu, 6. Qur'aana baay'isuufi kkf heddummeessuudhaan yeroo kana haa booji'annu. https://t.me/voice_of_humanity1
Показать все...

Hoggaa Biiftuun guyyaa Khamisaa gad seente, Hoggaa Halkan Jimaataa Jalqabamte, Habiibii (Jaalallee) keetirratti Salawaata Buusi. الهم الصل وسلم على سيدنا محمد ❣ @lencho0906
Показать все...
Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa jalqabaa **** عن ابن عباس رضي الله عنهما أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «ما من أيام العمل الصالح فيها أحب إلى الله من هذه الأيام – يعني أيام العشر - قالوا : يا رسول الله ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال ولا الجهاد في سبيل الله إلا رجل خرج بنفسه وماله ثم لم يرجع من ذلك بشيء». رواه البخاري Ibn Abbaas irraa akka odeeffametti Nabiyyiin (SAW) akkana jedhan: "Guyyootiin kamuu kan guyyoota kurnan (Zulhijjaa) kana caalaa hojiin isaan keessa jaalatamu hin jiru." Ogga kana sahaabonni "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee moo?" jedhan. Nabiyyiinis (SAW) "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee isaan hin caalu, nama lubbuufi qabeenya isaatiin bahee ergasii homaa fudhatee hin deebine qofti osoo hafuu." Bukhaariitu gabaase. Hojiileen khayrii kamuu yeroo kana keessa baay'ee jaalatamaadha. Kanaafuu: 1. Hajjii gochuu, 2. Salaata waajibaa sirriitti eeggachuu, dhiironni msajidatti deddeebi'uu, 3. Zikrii akka takbiiraa, subhaanallaahfi laa ilaaha illallaah baay'isuu, 4. Sooma sunnaa soomuu, 5. Uduhiyyaa qaluu, 6. Qur'aana baay'isuufi kkf heddummeessuudhaan yeroo kana haa booji'annu. @lencho0906
Показать все...
“﴿وَما أَرسَلنا مِن قَبلِكَ مِن رَسولٍ إِلّا نوحي إِلَيهِ أَنَّهُ لا إِلهَ إِلّا أَنا فَاعبُدونِ﴾ “(Yaa Ergamaa kiyya Muhamma)ﷺ(siin duratti ergamaa tokkollee hin ergine yoo gama isaa haqaan gabbaramaan Ana Allaah tokkicha malee hin jiruu Ana qofa gabbaraa jechuun gama isaa beeysisa goonu malee” Al-Anbiyaa: 25 ﴿وَمَن يَبتَغِ غَيرَ الإِسلامِ دينًا فَلَن يُقبَلَ مِنهُ﴾ “Nama Islaamummaa malee amantii biraa amantii godhachuuf barbaade Rabbiin isarraa hin qeebalu” Aal-Imraan: 75 Ammas Rabbiin ol taha akki je’e: ﴿إِنَّ الدّينَ عِندَ اللَّهِ الإِسلامُ﴾ “Amantiin Allaah biratti qeebalamtu Islaaminna qofa.” Aal-Imraan:19 (164) رُّسُلًا مُّبَشِّرِينَ وَمُنذِرِينَ لِئَلَّا يَكُونَ لِلنَّاسِ عَلَى اللَّهِ حُجَّةٌ بَعْدَ الرُّسُلِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَزِيزًا حَكِيمًا (165) Ergamtoota gammachiisoo fii dinninnoo haala tahaniin ergine akka ilmaan namaatiif nurratti ragaan falmii isaaniif hin argamneef eega Ergamtoota ergine. Allaah injifataadha, ogeeysa waan hunda bakka isiin maltu kaayu” An-Nisaa: 163-165 Kanaaf ilma namaatif uzrin tokkollen hin jiru #﴿إِنَّ الدّينَ عِندَ اللَّهِ الإِسلامُ﴾ #وَمَن #يَبتَغِ #غَيرَ #الإِسلامِ Join &share 💙💚💛💙💜💚💛💛
Показать все...
Показать все...

😀😀😀Namni osoo lubbuun jiruu Rabbii isaa sodaachaa , ibaadatti  jabaate,keyrii heddumeeyfate guyyaan du'a isaa guyyaa gammachuu fii diggisii isaati.          
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.