cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

Рекламные посты
320
Подписчики
+224 часа
+117 дней
+7130 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Показать все...
👍 2
#Luq 1:70" #GAFAA FAAYYIIN NUF KAASEERAA" #B saa Lubaa #IIYAASI Ayyaana Dhalootaa Q/#YOHAANNIS CUUPHAA. M K Tulluu Misrachoo Q/Gabri'eel Leemanii tti! Ayyaana Gaarii!🙏 https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Показать все...
Baruumsaa wangeelaa30 10 2016 .aac26.47 MB
B/#Dilbbatatti #Falgaa #Hiwot Tulluu #Misrachoo Qulqulluu #Gabri'eel Leemanii❤️ #Ayyaana Dhalootaa #Qulqulluu #Yohaannis Cuuphaa! Ayyaana Gaarii Isnif haa ta'u! Ijjoollee #Qulquliichaa. 👇🙏👇 https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Показать все...
Baga Dhaloota Qulqulluu Yohaannis Isa Cuuphaatti isiin Gahee Ayyaana Gaarii!!! M K Tulluu Misrachoo Qulqulluu Gabri'eel Leemanii Guyyaa #Gaaamchuu! #Waggaan nuyaa Gahuu Ameen!. https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Показать все...
1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Akka Q.Luqaas Seenessetti) ❗️Silaa osoo seenaan kun kitaaba qabsuura qulqullootaa tokko irratti barreeffameera ta'e duulaa fi arrabsoo meeqatu irratti ka'a ture laata❓Seenaan kun garuu osoo itti hin dabaliin, osoo hin hir'isiin kallattumaan kitaaba qulqulluu irraa fudhatame! Missiraachoo Ergamaa (Luq. 1:5-25 Fi Luq 1:26-57 xumure Ayyaana Garii!!! https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Показать все...
👏Baga Geessan👏 +Qulqulluu Yohaannis Isa Cuuphaa+ #Seensa ➭Yohaannis jechuun gammachuu jechuudha. Galmee qulqullootaa manni kiristaanaa keenya fudhattu keessatti maqaa Yohaannis kanaan kan waamaman qulqulloota 38tu jira. Isaan keessaa tokko Yohaannis Cuuphaadha. Yohaannis cuuphaan inni karaa Gooftaa qulqulleessaa ture raajaa kakuu moofaa isa dhumaa fi kan kakuu haaraa isa jalqabaati. Qulqulluun kun qulqulloota keessaa wanti adda isa godhu Gooftaan harka isaatti cuuphamuu isaatiinidha. Kana waan ta'eef kiristaana tokkoof waa'ee qulqulluu kanaa waan bu'uuraa beekuun dirqama isaa fi akkasuma eebba guddaa kan qabudhas! Waxabajjii 30 guyyaa dhaloota isaatu yaadatamee oola!  Guutuu isaa link gadii 👇 "INSTANT VIEW" jedhu tuquun seenaa dubbisaa! ✍️ @soteriamedia✍️ https://telegra.ph/Qulqulluu-Yohaannis-Isa-Cuuphaa-07-06
Показать все...
Qulqulluu Yohaannis Isa Cuuphaa

#Seensa ➭Yohaannis jechuun gammachuu jechuudha. Galmee qulqullootaa manni kiristaanaa keenya fudhattu keessatti maqaa Yohaannis kanaan kan waamaman qulqulloota 38tu jira. Isaan keessaa tokko Yohaannis Cuuphaadha. Yohaannis cuuphaan inni karaa Gooftaa qulqulleessaa ture raajaa kakuu moofaa isa dhumaa fi kan kakuu haaraa isa jalqabaati. Qulqulluun kun qulqulloota keessaa wanti adda isa godhu Gooftaan harka isaatti cuuphamuu isaatiinidha. Kana waan ta'eef kiristaana tokkoof waa'ee qulqulluu kanaa waan bu'uuraa…

2
#Baafataa #Gitsaawwe Afaan Oromootti! #Kan nuf hikaan  #WAAQAYYOO isaan haa Eebisuu! 🙏 #Walif qodaa(#sher)!!!               👇⛪👆 https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Показать все...
Baafata AO gitsaawwe.pdf53.44 MB
#Barumsa #M/K #Baratootaa kutaa #12 ttif #Gorsaa latamee. #B saa Dr Saamuu'eel #B saa Muulunaa #B saa Nr Giddachoo #B saa F/taa Inddalaa ttin #M/K Tulluu Misrachoo Qulqulluu Gabri'eel Leemanii tti. #Obbolootaa keessanif #Sher godhaa!! 👇⛪👇 https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Показать все...
Dr Saamuu'eeliin.aac27.99 MB
bsa mulleedha.aac19.19 MB
gaddichoo.aac10.28 MB
Indaalaadha.aac14.14 MB
👍 1 1
Fak16:3 "#HOJII KEE #HUNDUMAA #WAAQAYYOTTI KENNADHU,WANTI ATI YAADDUS #FIIXAAN SIIF IN BA'A" #Baratootaa kutaa #12Jirtaa Hundii keessanii Qooruumsaa  Biyyoolessaa Maddalli Gaarii Isinif haa ta'u Isinini jetti Qulquuleettin Manaa Kiristaanaa Harmeeni keenya!!!        #Qooruumsaa Garri!!!🙏 #Obbolootaa #keessanif #qodaa #SHER                     ❤️👉 ⛪ 👈❤️ https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Показать все...
1
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.