cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Abse Show👑❤️🌳❤️

I love you so much 🥀🌹⚘️❤️💚❤️

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
204
Подписчики
-124 часа
+37 дней
+130 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Показать все...
𝗗𝘂𝗯𝗮𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗧𝗮𝗸𝗸𝗮𝘁𝘂 𝗚𝗮𝗯𝗮𝗮 𝗔𝗯𝗯𝗮𝗮𝗻 𝗠𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗜𝘁𝘁𝗶 𝗚𝘂𝗿𝗴𝘂𝗿𝗮𝗺𝘂 𝗗𝗵𝗮𝗾𝗲… 𝗚𝗮𝗯𝗮𝗮 𝗙𝗼𝗼𝗾𝗶𝗶 𝟲 𝗤𝗮𝗯𝘂… 𝗙𝗼𝗼𝗾𝗶𝗶 𝟭𝗳𝗳𝗮𝗮:-Dhiira Dalagatee bulu. 𝗜𝘀𝗶𝗶:-Namni xaaree bulu nama gaariidha. garuu, Waan Fooqii 2ffaa irra jiru arguu qaba. 𝗙𝗼𝗼𝗾𝗶𝗶 𝟮𝗳𝗳𝗮𝗮:-Dhiira dalagatee buluu fi Ilmaan qabaachuu Jaalatu. 𝗜𝘀𝗶𝗶:-Maashaa Allaah kunis nama gaariidha garuu waan fooqii 3ffaa irra jiru arguu naaf wayya. 𝗙𝗼𝗼𝗾𝗶𝗶 𝟯𝗳𝗳𝗮𝗮:-Dhiira dalagatu, Kan ilmaan qabaachuu jaalatuu fi Kan Innis hedduu bareedu. 𝗜𝘀𝗶𝗶:-Ooh! Yaa Rabbi qalbiin kaatee na rarraatee jirti, garuu waan fooqii 4ffaa irra jiru osoo addaan hin baafatin of duuba hin deebi’u itti fufuu naaf wayya. 𝗙𝗼𝗼𝗾𝗶𝗶 𝟰𝗳𝗳𝗮𝗮:-Namni kun ni dalagata, ilmaan ni jaalata, Garmalee bareeda, Hojii mana keessaatis ni hojjata. 𝗜𝘀𝗶𝗶:-Uuf!! Akkamuma ta’a ? Kunis waan hedduu qaba. Garuu Surprise fooqii 5ffaa irra jiru arguu qaba. 𝗙𝗼𝗼𝗾𝗶𝗶 𝟱𝗳𝗳𝗮𝗮:- Namni kun ni dalagata, ilmaan ni jaalata, Garmalee bareeda, Hojii mana keessaatis ni hojjata, fedhii kee hunda siif guuta. 𝗜𝘀𝗶𝗶:-Hardha qalbiin tiyya akkanatti rarraatee dhuma kiyya Osoo Hin argin hin deemu. Iccitima fooqii 6ffaa irra jiru arguu qaba. 𝗙𝗼𝗼𝗾𝗶𝗶 𝟲𝗳𝗳𝗮𝗮:- Dubartii Bakka kana geette wanti gammachiisu waan hin jirreef asumaan bahii deemi. Of duuba hin laalin jedhaniin jedhan.
Показать все...
👍 4 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Guyyaa har'aa Mobile barataa Kutaa 9ffaa baratuu tokko yeroon ilaalu, Suuraa Birhaanuu Naggaa tana screena mobile Gubbaa qaba! Akka yeroo mobile bane hunda suuraa isaa ilaalee barnootatti cimu barbaadeeti natti fakkaata 😊 Yaa barattoota keenya! Rabbiin Isinii fi Gaash birhaanuu Addaan isin haa eegu😊
Показать все...
👍 3🥰 1
Pirezidant Vilaadmiir Puutin Kiim Joong Uniif konkolaataa limoozinii kennan ==== Pirezidantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutin gaggeessaa Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uniif konkolaataa ammayyaa Limoozinii kennaniif. Pirezidant Puutin Kooriyaa Kaabaatti simannaa akkaan ho'aa ta'etu taasifameef. Hoggantoonni biyyoota lamaanii marii sa'aatii dheeraa erga taasisanii booda dhimmoota gara garaa irratti waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalteen kun biyyoota lamaan weerara jiraachuu malurraa tiksuudhaaf gargaara jedhan Mr. Puutin. Konkolaataa Pirezidant Puutin Kiim Joong Uniin badhaasan kanaanis sa'aatii dheeraa ko'oommataa turaniin booda ittiin bashannana ba'aniiru.
Показать все...
👍 2
🇩🇯 Jibuutii 1 - 1 🇪🇹 Itoophiyaa Taphni Gulaallii Waancaa Addunyaa 2026'f Itoophiyaafi Jibuutiin Morokootti taasisan tokko qixa xumurame. Jibuutiif Gabriel Dadzie, Itoophiyaaf immoo Minyiluu Wandimmuutu galche. Galchiin lamaanuu boqonnaa dura seenan. Itoophiyaan taphoota gulaalli afur taphatte keessaa sadan isaanii qixa yoo baatu tokko mo'amteetti. Jibuutiin garuu tapha afur keessaa sadii mo'amuun reefu Itoophiyaa waliin qabxii hiratte. Suuraa: EFF ↪️ https://bbc.in/4cd5sbf
Показать все...
Itoophiyaan Waancaa Addunyaaf darbuuf carraa qabdii?

Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa har’aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti.

👍 2
Показать все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

1
Tibba kana Somaaliyaan loltoonni Itoophiyaa waggoota dheeraa biyyattii keessatti al-shabaabiin irraa eegaa turan akka ba'aniif gaafatte. Akkuma mootummaan Somaaliyaa hawweefi gaafateen loltoonni Itoophiyaa ni bahuu? Loltoonni Itoophiyaa yoom, akkamiin akka seenan, akkasumas meeqa akka achi jiran hubachuuf waan qindeessina kana dubbisaa. Loltoonni Itoophiyaa ba'uun ammoo qaawwa akkamii uuma?
Показать все...
Loltoonni Itoophiyaa Somaaliyaatii ba'uun al-Shabaab akka cimuuf carraa uumaa?

Oduun Amajji 1, 2024 waajjira Ministira Mummee Abiy Ahimad keessaa bahe walitti dhufeenya Itoophiyaafi Somaaliyaarratti jijjirama olaanaa hordrofsiisee ture.

Показать все...
Abse show 👑💎 (@Abseshow11) on X

#highlights #Amazing #Viralvideo #OMG #baskatball #foryou #fyp #fypシ゚viralシ #fyppromotion #X #share

👍 2
Показать все...
Hi guys my friends 🧡

Visit the post for more.

I'm using imo Channel Abse Show💫. Click the link to join us! https://s.channelcom.tech/A0C3yr?from=TG
Показать все...
Abse Show💫

I love you ⚘️🌹🥀 💫 💋 💗 Explore the most trending news on our channel directory, a top pick for 200 million people.

👍 2
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.