ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку

LEARN AFAAN OROMOO

LEARN AFAAN OROMOO

Открыть в Telegram

We teach Afaan Oromo here 😊 LEARN AFAAN OROMOO ❤️ Group:https://t.me/learn_language19 Le tiyake /asteyayet endewm be dimts memar kefelegu @Afaan_oromo_learn_bot

Больше
3 154
Подписчики
-324 часа
-27 дней
+3030 дней
Архив постов
AKKAM JIRTU UUMMATA QASHTII🥰🙏❤❤ OOLMAAN AKKAM? DAILY CONVERSATION: "...JIRA?" (IS THERE...? / ...አለ?) ❓ 📌 (Explanation / ማብራሪያ): Waan tokko jiraachuu fi jiraachuu dhiisuu isaa gaafachuuf xumura irratti "...jira?" fayyadamna. ~ በአማርኛ አንድ ነገር መኖር አለመኖሩን ለመጠየቅ "...አለ?" እንደምንለው በአፋን ኦሮሞ "...jira?" እንጠቀማለን። —————————— Fakkeenya / Examples / ምሳሌዎች፦ 1️⃣ Bishaan jira? (ቢሻን ጅራ?) ~ Is there water? ~ ውሃ አለ? (Wuha ale?)  2️⃣ Ibsaan jira? (እብሳን ጅራ?) ~ Is there electricity / light? ~ መብራት አለ? (Mebrat ale?)  3️⃣ Nyaanni jira? (ኛኒ ጅራ?) ~ Is there food? ~ ምግብ አለ? (Megeb ale?)  4️⃣ Dhugaatiin jira? (ዱጋቲን ጅራ?) ~ Is there a drink / beverage? ~ መጠጥ / የሚጠጣ አለ? (Metet' / Yemitet'a ale?)  5️⃣ Bunni jira? (ቡን' ጅራ?) ~ Is there coffee? ~ ቡና አለ? (Buna ale?)  6️⃣ Shayiin jira? (ሻዪ ጅራ?) ~ Is there tea? ~ ሻይ አለ? (Shay ale?)  7️⃣ Konkolaataan jira? ኮንኮላታን ጅራ?) ~ Is there transport / a car? ~ መኪና/ትራንስፖርት አለ? (Mekina/transport ale?)  8️⃣ WiFi / Intarneetiin jira? (ዋይፋይ/ኢንተርኔቲን ጅራ?) ~ Is there internet / Wi-Fi? ~ ዋይፋይ / ኢንተርኔት አለ? (WiFi / Internet ale?)  9️⃣ Maallaqni jira? (ማላቅኒ ጅራ?) ~ Is there money? ~ ገንዘብ አለ? (Genzeb ale?)  🔟 Bakki jira? (ባኪ ጅራ?) ~ Is there space / a seat / a place? ~  ቦታ አለ? (Bota ale?)  Akkamitti Deebifama? (How to Answer): • ✅ Eeyyee, jira.(Yes, there is. / አዎ፣ አለ።) • ❌ Lakki, hin jiru.(No, there isn't. / አይ፣ የለም።) —————————— ጥያቄ ካላችሁ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊 If you have any questions, you can ask! 🥰 Don't forget to react and share ❤️  Galatoomaa 🥰 Halkan gaarii! 🥰🥰🥰❤

AKKAM JIRTU UUMMATA QASHTII🥰🙏❤❤ OOLMAAN AKKAM? "....HIN QABU" (I DON'T HAVE / የለኝም) 🔑✨ (Maabrrariyaa fi Fakkeenya) 📌 Maabrrariya (Explanation / ማብራሪያ): Jechi "Hin qabu" jedhu waan tokko akka hin qabne (absence or lack of something) ykn dhabuu ibsuuf tajaajila. ~ በአማርኛ "የለኝም" ለማለት የምንጠቀመው ቃል ነው። —————————— Fakkeenya / Examples / ምሳሌዎች፦ 1️⃣ Yeroo hin qabu. ~ I don't have time. ~ ጊዜ የለኝም (Gize yelegnem)  2️⃣ Maallaqa hin qabu. ~ I don't have money. ~ ገንዘብ የለኝም (Genzeb yelegnem)  3️⃣ Yaada hin qabu. ~ I don't have an idea / opinion. ~ ሀሳብ የለኝም (Hasab yelegnem)  4️⃣ Obsaa hin qabu. ~ I don't have patience. ~ ትዕግስት የለኝም (T'egest yelegnem)  5️⃣ Mana hin qabu. ~ I don't have a house. ~ ቤት የለኝም (Bet yelegnem)  6️⃣ Bilbila hin qabu. ~ I don't have a phone. ~ ስልክ የለኝም (Silk yelegnem)  7️⃣ Kitaaba hin qabu. ~ I don't have a book. ~ መጽሐፍ የለኝም (Mets'haf yelegnem)  8️⃣ Bishaan hin qabu. ~ I don't have water. ~ ውሃ የለኝም (Wuha yelegnem)  9️⃣ Hiriyyaa hin qabu. ~ I don't have a friend. ~ ጓደኛ የለኝም (Gwadegna yelegnem)  🔟 Yeroo gahaa hin qabu. ~ I don't have enough time. ~ በቂ ጊዜ የለኝም (Beki gize yelegnem)  —————————— 💡 Bonus Grammar Note:  • Ani hin qabu = እኔ የለኝም (Ene yelegnem)  • Ati hin qabdu = አንተ/ቺ የለህም/ሽም (Ante/chi yelehem/shem)  • Inni hin qabu = እሱ የለውም (Esu yelewm)  —————————— ጥያቄ ካላችሁ መጠየቅ ትችላላችሁ 🙏 Galatoomaa 🥰 Don't forget to react and share ❤️  Halkan gaarii! 🥰🥰🥰❤ ——————————

AKKAM JIRTU UUMMATA QASHTII🥰🙏❤❤ 12 Daily Expressions 😊 1️⃣ Let me go. ~ Naan deema. ~ ልሂድ (Lehid)  2️⃣ Let me be clear. ~ Ifa siif haa ta'u / Ifa nan godha. ~ ግልፅ ላድርገው (Gilts ladrigew)  3️⃣  Let me try. ~ Mee nan yaala. ~ ልሞክር (Lemokir)  4️⃣ Let me ask you. ~ Mee siin gaafadha. ~ ልጠይቅህ/ሽ (Leteyeqih/sh)  5️⃣ Let me call you. ~ Siin bilbila. ~ ልደውልልህ/ሽ (Ledewulilih/sh)  6️⃣ Let me close it. ~ Nan cufa. ~ ልዝጋው (Lezgaw)  7️⃣ Let me tell you something. ~ Waan tokko siin hima. ~ አንድ ነገር ልንገርህ/ሽ (And neger lengerih/sh)  8️⃣ Let me show you. ~ Siin agarsiisa. ~ ላሳይህ/ሽ (Lasayih/sh)  9️⃣ Let me remind you. ~ Siin yaadachiisa. ~ ላስታውስህ/ሽ (Lastawsih/sh)  🔟 Let me make sure. ~ Mirkaneeffachuun barbaada. ~ እርግጠኛ ልሁን (Ergetegna lehun)  1️⃣1️⃣ Let me call you back. ~ Deebisee siin bilbila. ~ መልሼ ልደውልልህ/ሽ (Melishe ledewulilih/sh)  1️⃣2️⃣ Let me open it. ~ Nan bana. ~ ልክፈተው (Lekfetew)  —————————— ጥያቄ ካላችሁ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊 If you have any questions, feel free to ask! 🥰  Galatoomaa 🥰 Don't forget to react and share ❤️    Guyyaa gaarii! 🥰🥰🥰❤

Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu @Afaan_oromo_learn_bot Amaariffa sagaleen  barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa @Afaan_oromo_learn_bot

Akkam bultan?

Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu @Afaan_oromo_learn_bot Amaariffa sagaleen  barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa @Afaan_oromo_learn_bot

AKKAM OOLTAN 🥰❤️🥹 OOLMAAN BAREEDAA? 🥰 PRESENT NECESSITY: "...N QABA" (I HAVE TO... / አለብኝ) 🔑✨ (Combined Full Lesson) 📌 Mabrariya (Explanation / ማብራሪያ): Waan tokko ammaa ykn yeroo hunda dirqamaan hojjechuu akka qabdu ibsuuf "...n qaba" fayyadamna. ~ በአማርኛ አሁን ወይም ሁልጊዜ ማድረግ ያለብዎትን ግዴታ ለማመልከት "አለብኝ" እንደምንለው በአፋን ኦሮሞ "...n qaba" እንጠቀማለን። —————————— Fakkeenya / Examples / ምሳሌዎች፦ 1️⃣ Deemuun qaba (Deemuun qaba) ~ I have to go. ~ መሄድ አለብኝ (Mehed alebign)  2️⃣ Dubbisuun qaba (Dubbisuun qaba) ~ I have to read. ~ ማንበብ አለብኝ (Manbeb alebign)  3️⃣ Taphachuun qaba (Taphachuun qaba) ~ I have to play. ~ መጫወት አለብኝ (Mechawet alebign)  4️⃣ Nyaachuun qaba (Nyaachuun qaba) ~ I have to eat. ~ መብላት አለብኝ (Meblat alebign)  5️⃣ Bilbiluun qaba (Bilbiluun qaba) ~ I have to call. ~ መደወል አለብኝ (Medewel alebign)  6️⃣ Rafuun qaba (Rafuun qaba) ~ I have to sleep. ~ መተኛት አለብኝ (Metegnat alebign)  7️⃣ Barachuun qaba (Barachuun qaba) ~ I have to study / learn. ~ መማር አለብኝ (Memar alebign)  8️⃣ Hojjechuun qaba (Hojjechuun qaba) ~ I have to work. ~ መስራት አለብኝ (Mesrat alebign)  9️⃣ Bishaan dhuguun qaba (Bishaan dhuguun qaba) ~ I have to drink water. ~ ውሃ መጠጣት አለብኝ (Wuha metet'at alebign)  🔟 Barsiisuun qaba (Barsiisuun qaba) ~ I have to teach. ~ ማስተማር አለብኝ (Mastemar alebign)  1️⃣1️⃣ Qophaa'uun qaba (Qophaa'uun qaba) ~ I have to prepare / get ready. ~ መዘጋጀት አለብኝ (Mezegajet alebign)  —————————— ጥያቄ ካላችሁ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊 If you have any questions, feel free to ask! 🥰  Galatoomaa 🥰 Don't forget to react and share ❤️  GUYYAA GAARII! 🥰☺️😍🙏🙏

Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu @Afaan_oromo_learn_bot Amaariffa sagaleen  barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa @Afaan_oromo_learn_bot

AKKAM JIRTU UUMMATA QASHTII🥰🙏❤❤ 12 Daily Expressions 😊 1️⃣ Let me go. ~ Naan deema. ~ ልሂድ (Lehid)  2️⃣ Let me be clear. ~ Ifa siif haa ta'u / Ifa nan godha. ~ ግልፅ ላድርገው (Gilts ladrigew)  3️⃣  Let me try. ~ Mee nan yaala. ~ ልሞክር (Lemokir)  4️⃣ Let me ask you. ~ Mee siin gaafadha. ~ ልጠይቅህ/ሽ (Leteyeqih/sh)  5️⃣ Let me call you. ~ Siin bilbila. ~ ልደውልልህ/ሽ (Ledewulilih/sh)  6️⃣ Let me close it. ~ Nan cufa. ~ ልዝጋው (Lezgaw)  7️⃣ Let me tell you something. ~ Waan tokko siin hima. ~ አንድ ነገር ልንገርህ/ሽ (And neger lengerih/sh)  8️⃣ Let me show you. ~ Siin agarsiisa. ~ ላሳይህ/ሽ (Lasayih/sh)  9️⃣ Let me remind you. ~ Siin yaadachiisa. ~ ላስታውስህ/ሽ (Lastawsih/sh)  🔟 Let me make sure. ~ Mirkaneeffachuun barbaada. ~ እርግጠኛ ልሁን (Ergetegna lehun)  1️⃣1️⃣ Let me call you back. ~ Deebisee siin bilbila. ~ መልሼ ልደውልልህ/ሽ (Melishe ledewulilih/sh)  1️⃣2️⃣ Let me open it. ~ Nan bana. ~ ልክፈተው (Lekfetew)  —————————— ጥያቄ ካላችሁ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊 If you have any questions, feel free to ask! 🥰  Galatoomaa 🥰 Don't forget to react and share ❤️    Guyyaa gaarii! 🥰🥰🥰❤

Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu @Afaan_oromo_learn_bot Amaariffa sagaleen  barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa @Afaan_oromo_learn_bot

Akkam jirtu🥰 ✅ Ofittoo hin ta'iin(ኦፍቶ ህን ተኢን) Don't be selfish       ራስ ወዳድ አትሁን(Ras wedad athun) ✅ sodaataa hin ta'iin(ሶዳታ ህን ታኢን ) Don't be Coward.     ፈሪ አትሁን (Feri atihun) ✅ Hin gaddiin (ህን ገድ'ን) Don't be sad.         አትዘን(Atizen) ✅Hin sodaatiin (ህን ሶዳቲን) Don't be afraid.         አትፍራ (Atifra) ✅ Hin barfatiin (ህን በርፈቲን) Don't be late.      አትዘግይ(Atzegiy) ✅ Hin ariifatiin (ህን አሪፋቲን) Don't be hasty.        አትቸኩል (Atchekul) Don't forgate to share and react🥰Galatoomaa🥰 https://t.me/learn_language21

Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu @Afaan_oromo_learn_bot Amaariffa sagaleen  barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa @Afaan_oromo_learn_bot

AKKAM JIRTU UUMMATA QASHTII🥰🙏❤❤ OOLMAAN BULTAN?😍 "HIN BARBAADU" (I DON'T WANT / አልፈልግም) 😊 📌 Maabrrariya (Explanation / ማብራሪያ): Waan tokko fedhii akka hin qabne ykn fudhachuu akka hin barbaanne ibsuuf "Hin barbaadu" fayyadamna. ~ በአማርኛ "አልፈልግም" ለማለት የምንጠቀመው መሰረታዊ ቃል ነው። —————————— Fakkeenya / Examples / ምሳሌዎች፦ 1️⃣ Ani hin barbaadu. (አኒ ሒን በርባዱ) ~ I don't want to / I don't want it. ~ እኔ አልፈልግም (Ene alfelegem)  2️⃣ Nyaata hin barbaadu. (ኛታ ሒን በርባዱ) ~ I don't want food. ~ ምግብ አልፈልግም (Megeb alfelegem)  3️⃣ Shayii hin barbaadu. (ሻዪ ሒን በርባዱ) ~ I don't want tea. ~ ሻይ አልፈልግም (Shay alfelegem)  4️⃣ Gargaarsa hin barbaadu. (ገርጋርሳ ሒን በርባዱ) ~ I don't want help. ~ እርዳታ አልፈልግም (Erdata alfelegem)  5️⃣ Rakkoo hin barbaadu. (ረቆ ሒን በርባዱ) ~ I don't want trouble / problems. ~ ችግር አልፈልግም (Chigir alfelegem)  6️⃣ Waca hin barbaadu. (ወቻ ሒን በርባዱ) ~ I don't want noise / disturbance. ~ ጫጫታ አልፈልግም (Ch'ach'ata alfelegem)  7️⃣ Soba hin barbaadu. (ሶበ ሒን በርባዱ) ~ I don't want lies. ~ ውሸት አልፈልግም (Wushet alfelegem)  8️⃣ Amma deemuu hin barbaadu. (አመ ዴሙ ሒን በርባዱ) ~ I don't want to go now. ~ አሁን መሄድ አልፈልግም (Ahun mehed alfelegem)  —————————— • Ani hin barbaadu = እኔ አልፈልግም (I don't want)  • Ati hin barbaaddu = አንተ/ቺ አትፈልግም/አትፈልጊም (You don't want)  • Inni hin barbaadu = እሱ አይፈልግም (He doesn't want)  • Isheen hin barbaaddu = እሷ አትፈልግም (She doesn't want)  • Nuyi hin barbaadnu = እኛ አንፈልግም (We don't want)  —————————— ጥያቄ ካላችሁ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊 If you have any questions, feel free to ask! 🥰  Galatoomaa 🥰 Guyyaa gaarii! 🥰🥰

Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu @Afaan_oromo_learn_bot Amaariffa sagaleen  barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa @Afaan_oromo_learn_bot

Akkam ooltan?

Quiz

Akkam ooltan?

Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu @Afaan_oromo_learn_bot Amaariffa sagaleen  barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa @Afaan_oromo_learn_bot