cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Inside Best!

Get Latest Government, NGO vacancies through the country in one platform! Spend time with people who uplift and inspire you; your social circle can greatly influence your outlook on life.

Больше
Рекламные посты
203
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

𝙃𝙪𝙢𝙣𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙤𝙤 𝙙𝙝𝙖𝙡𝙖 𝙣𝙖𝙢𝙖𝙖 𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙝𝙪𝙣𝙙𝙪𝙢𝙖𝙮𝙮𝙪𝙪 𝙘𝙖𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙢𝙪𝙧𝙩𝙚𝙚𝙨𝙨𝙤𝙤𝙙𝙝𝙖. 𝙃𝙪𝙢𝙣𝙞 𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙮𝙤𝙤 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙚𝙨 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 𝙗𝙖𝙖𝙩𝙚𝙨, 𝙝𝙪𝙢𝙣𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 𝙢𝙪𝙧𝙩𝙚𝙚𝙛𝙛𝙖𝙩𝙚𝙚 𝙠𝙖𝙖𝙣𝙖𝙖𝙣 𝙙𝙪𝙪𝙗𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙝𝙞𝙣 𝙝𝙖𝙧kisu
Показать все...
Dubbisee hedduu nattole isiif qoode ➊. Injifachuuf keessa jiraachuu qabda. - Tony Robbins ➋. "Milkaa'inni quuqama tokko malee kufaatii irraa gara kufaatiitti gufachuudha." - Winston Churchill ➌. "Namoonni yeroo baay'ee kaka'umsi hin turu jedhu. Kanaafidha guyyaa guyyaan akka jajjabaataniif kan gorsuuf!" - Zig Ziglar ➍. Abjuu kee dhugoomsuu yoo barbaadde wanti jalqaba gochuu qabdu dammaquudha. - J.M. ➎. Aangoo boruu dhugoomsuu dhaaf daangaa shakkii keenya har'aa qofa ta'a. - Franklin D. Roosevelt ➏. Mo'amuun hedduu nu mudachuu danda'a garuu mo'amuu hin qabnu. - Maya Angelou ➐. Jiladhu (waliin adeemi) malee abdii gonkumaa hin dhiisin! - Joorji Luukaas ➑. "Daandiin milkaa'inaa yeroo hunda ijaaramaa jira." - Lily Tomlin ➒. "Ani nama of tolche miti. Gargaarsa baay'ee argadheera." - Stan Lee ➓. "Abjuu kee yoo hin ijaarre namni biraa akka isaan kan isaanii sin ijaaran gargaara." - Tony Gaskins 『‌☟︎🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』
Показать все...
👍 1
Yoo Gammachuu argachuu feete: 1. Nama hin miidhiin! 2. Nama hundaa gammachiisuuf ammoo hin dhama'iin! 3. Namootarraa waan guddaa hin eegiin! 4. Jijjiirama/jijjiiramuu hin sodaatiin! 5. Waan darbe yaadattee itti miidhamaamiin, irraa baradhu malee! 6. "Ani namaa gadi" jettee hin yaadiin! 7. Waa'ee jiruu jireenyaa yaadi malee humnaa ol hin dhiphatiin (hin yaadda'iin)! 8. Dhiifama namaa gochuu amaleeffadhu!
Показать все...
👍 1
✍Namoota duuba keetii waa'ee kee odeessaniif nii dhiphattaa? ilaa michuu koo ati yeroo kamiiyyuu gara fulduraa deemta. Namoonni duuba keetii waa'ee kee odeessan immoo yeroo kamiiyyuu si duuba jiraachuu isaanii hin dagatin. EEYYEN duuba kee.
Показать все...
👍 1
✍🔥 AMANUU 1) Ofitti amanuu. 2) Guddina kee fudhadhu. 3) Yaada gargaarsa hin qabne tuffachuu. 4) Kaayyoo kee irratti xiyyeeffachuu. 5) Hamma dandeessutti cimtee hojjedhu. 6) Amantiin kee akka hin dhiisine. 7) Waan hin yaadamne galmaan gahuu.
Показать все...
Vacancy at Gadaa Bank S.C 🔰 Gadaa Bank would like to invite competent applicants for various positions. Click through their latest postings and see if you are a fit.👇👇 📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 👉Read Detail:- https://harmeejobs.com/company/gadaa-bank/ 🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇 =>See Detail:- www.harmeejobs.com
Показать все...
Gadaa Bank - Harmeejobs

Gadaa Bank is established to contribute towards economic empowerment and holistic transformation of the low & medium-income section of the population in the country. The bank has been established with...

Vacancy at Awash Bank SC 👁Awash Bank would like to invites competent and interested candidates for the following position. 1: System Administrator II 2: Senior – Information Systems Auditor 3: Principal – Digital Marketing Officer 📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 👉Apply Online:- https://harmeejobs.com/company/awash-bank/ 🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇 =>See Detail:- www.harmeejobs.com 🍎Telegram:- https://t.me/harmeejobs
Показать все...
Awash Bank

Awash Bank was established by 486 founding shareholders with a paid-up capital of Birr 24.2 million and started banking operations on Feb. 13, 1995. Awash Bank continues to be leading...

⭐️ World Vision Ethiopia Vacancy [NGO Job ] 🔽Deadline: Jan 24, 2024 ✔️ Position 1: water & civil work engineer ✔️ Position 2: deputy chief of party ✔️ Position 3: learning & monitoring evaluation director ✔️ Position 4: Senior GESI Advisor 💎 Qualification : bsc degree in water resource, hadraulic engineering / business administration, Economics, social science information systems, women & gender studies, development studies related fields 🌐 How to Apply Online ⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ https://dailyjobsethiopia.com/2024/01/18/world-vision-new-vacancy-5/ Share to your friends
Показать все...
World Vision New Vacancy

World Vision Ethiopia invites and competent candidates for the next positions. Position 1: Water & Civil Works Engineer Required Education, training, license, registration, and certification B. Sc  Degree on Water Resources/ Hydraulic engineering and other related field of study Required Professional Experience  Minimum 2 years’ experience in water resource improvement and different construction supervision Preferred: ... Read More

1
GORSOOTA GAGGAARII ▬▬▬▬▬▬▬▬ Join👉 t.me/youthempowerment1 ➊. ️Hiriyɑɑ eenyummɑɑ isɑɑ hin beeknetti hin hidhɑtin! eenyummɑɑ kee si irrɑɑnfɑchiisɑ. ➋. ️Gɑrɑɑ keef jettee mɑqɑɑ keetti hin tɑphɑtin! ➌. Nɑmɑɑn jɑɑlɑtɑmuu miti nɑmɑ jɑɑllɑchuu keetiin nɑmɑ gɑɑrii ɑkkɑ tɑɑtu hubɑdhu! ➍. ️Dubbii mɑddɑ isɑɑ hin beekne hin odeessin ofiif sobdee nɑmɑ sobsiiftɑ. ➎. ️Yeroo rɑkkɑtɑɑf wɑɑ kennuuf hɑrkɑ kee hiixɑttu hɑrki Rɑbbiis si gɑrgɑɑruuf ɑkkɑ sitti hiixɑtu hin shɑkkin! ➏. ️Yeroo nɑmɑ sii gɑdii (dɑdhɑbɑɑ) miitu Rɑbbii si ol jiru yɑɑdɑdhu! ➐. ️Gɑrɑɑ bɑɑy'isee nyɑɑtu osoo hin tɑɑne sɑmmuu bɑl'isee yɑɑdu qɑbɑɑdhu! ➦ ωααи ᴅυввιfтαиιιf Gαℓαтσσмαα! #Ѕнαяє gσ¢нυυи нαмιℓєє иα ʝαʝʝαвєєѕѕαα!
Показать все...
𝐆𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜𝑑ℎ𝑎𝑓 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛 𝑟𝑎𝑘𝑘𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑞𝑎𝑏𝑢. 𝑎𝑙𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑛𝑦𝑎𝑎𝑑ℎ𝑢 𝑗𝑒𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑑ℎ𝑒𝑒𝑛𝑎/𝑙𝑎𝑎𝑞𝑎𝑛𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑡𝑢, 𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑖 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑡𝑒𝑒 𝑛𝑦𝑎𝑎𝑡𝑡𝑢 𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑘𝑜𝑙𝑓𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑎'𝑎𝑛. 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑏𝑎𝑠ℎ𝑎𝑛𝑛𝑎𝑛𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎𝑓 𝑞𝑎𝑟𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑔𝑢𝑑𝑑𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑠𝑎𝑛, 𝑎𝑡𝑖 𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖𝑛 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢'𝑢 𝑦𝑜𝑜 𝑜𝑜𝑙𝑡𝑒 𝑦𝑘𝑛 𝑦𝑜𝑜 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑜𝑜𝑙𝑡𝑒 𝒌𝒖𝒏𝒊 𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒈𝒂𝒉𝒖𝒖𝒇𝒊 𝒌𝒂𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒏𝒂𝒕𝒕𝒊𝒊 𝒒𝒂𝒓𝒔𝒉𝒊𝒊/𝒃𝒊𝒓𝒓 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒖'𝒖, 𝒎𝒂𝒂𝒇 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒏𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒌𝒌𝒂𝒕𝒂 𝑠𝑖𝑖𝑛 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑎'𝑎𝑛. 𝑏𝑜𝑟𝑢 𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑎𝑡𝑖 𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜 𝑔𝑢𝑑𝑑𝑎𝑎 𝑡𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜𝑑ℎ𝑢𝑚𝑎 ℎ𝑎𝑟'𝑎𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑡𝑎𝑎'𝑎𝑛, 𝑎𝑡𝑖 𝑏𝑎𝑑𝑑𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎𝑎 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑡𝑎. ℎ𝑎𝑟'𝑎 𝑏𝑎𝑠ℎ𝑎𝑛𝑛𝑎𝑛𝑢𝑢 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑡𝑒𝑒 𝒄𝒊𝒎𝒕𝒆𝒆 𝑦𝑜𝑜 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑎𝑡𝑡𝑒 𝑏𝑜𝑟𝑢𝑢 𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒂𝒂𝒏 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖. 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 ℎ𝑎𝑟'𝑎 𝑑ℎ𝑎𝑏𝑑𝑒 𝑡𝑎𝑛𝑎 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝒅𝒂𝒄𝒉𝒂𝒂 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑡𝑒𝑒 𝑑𝑒𝑒𝑓𝑓𝑎𝑡𝑡𝑎 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑠𝑎𝑛. Shɑre ᎽᎬᏒᎾᎾ ᎶᎪᎪᏒᎥᎥ
Показать все...