cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

Рекламные посты
6 531
Подписчики
+1324 часа
+327 дней
+13230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa kaffala Ammuma jalqabaa👇👇👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=2057486609 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
Показать все...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Umurii irraas Namummaa irraas Wanuma hundumaarraa Ija isaanii kaasanii Durboonni 1 tokko Makinaatti heerumu keessuma baasanii Machooftus ha tau hattuu nu adamsu makinaa qabannaan irratti wal cabsu Jaalala bilchaate waadaa meeqa diiganii makinaa qabaannan duukka badu fiiganii Haadha manaa boottee Haadha manaa gilbaacii Makinaasatti heerumnaan Si mura akka millaaccii Haadha manaa suzukii Haadha manaa korollaa Makinaasatti heerumnaan Sitti kolfu warri oollaa Haadhaa manaa dolfiinii Haadha manaa Toyota Makinaasatti heerumtee Akka hin quufne aboottaa Haadha manaa motoraa Haadha manaa baajajii Utu guyyaa 2 hin bulin Si godha salbaajii Abbaa feete filattee mormatti maramuu dandeessa maramtu Nurraa dhaabi malee sibiila caccabaan isa nu darartu Makinaama qofa godhattee ulaagaa Ati iyessa jettee nutti baniin laagaa 👌 👏 🫡🫡🫡🫡🥹🤷‍♂️ Join Channel 👉 @Burqaajaalalaa
Показать все...
💯 1💔 1
Nama sin ajjeesa jedhu caalaa Nama siifan du'a sin jedhu shakki🫡
Показать все...
❤‍🔥 2💯 1
"Akka shaamaatti si ibsadheetiin yeroon duukkana kana keessaa achi bahe hafuuraan si dhaamsee achitti darbee si dagadha" yeroo siin jedhan Atimo Yeroo na ibsachuu barbaadde aniis bishaaniin siitti tahaa qabadhee siif hin ifu jedhiin Yeroo sitti fayyadaman akka mootiitti, yeroo fayyidaa sirraa fixatan akka garbaatti warra si ilaaluf mataa gad hin qabatinif "Especially" namni tokko tokko si jaallatee utuu hin taane hanga namni si caalu dhufuutti sitti obsutti jiraatii yeroo kee isaan waliin hin gubin ! 🥹💔 Jaalalli Uumamaan qulqulluudham Nama jaalalaa hin beeknetu boresse malee #Share #Share #Share :@Burqaa43
Показать все...
💔 7👍 3❤‍🔥 2💯 1
Qabaa tolchaan danuu qanansiisu Barruun Itti of gatuuf amansiiisu Ol naaf kaasaan faajjii moo'ichakoo Kolfatti geeddaraan boo'ichakoo 👉Yesuus jedhama.#Ameeeeeeeen🙏 Join Channel 👉@farfannaahaaraa
Показать все...
❤‍🔥 5💔 4
Фото недоступноПоказать в Telegram
"Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef. * Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'e😋 :¨·.·¨:  `·. @Burqaajaalalaa Shammarran tokko tokko gaafii akkasii dhiisa
Показать все...
😁 4👍 2🤓 2
Repost from Burqaa Faarfannaa
https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId1830273336 👆👆👆👆Namonni kana taphachaa hin jirre amma kaasaa eegalaa hin kaffalaam
Показать все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Repost from Burqaa Faarfannaa
Показать все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Sittan hima deebisee Ani Sin jaalladhuuu Maaloo narraa siqii Kan kee Barbaaddadhu Ani Kan kee miti Atis Kan koo naan taatu Sagal sitti himeeraa Maaliif nan hubattu!? Amala hin qabdu Yookaan Bifa Gaarii Dubbiin kees hin tolu Achi narraa Gori Sin Quufe ......😏 Jedhe mucaan ana miti🤪 @Burqaa43
Показать все...
👍 8❤‍🔥 2🙏 1
Natti haa hafu! ~ Jaalalli kee yeroof taanaan Bulee oolee kan cabbaa'u Miira faana xaaraa tuqee Miira faanas tasgabbaa'uu Qalbii kanke eeggachuudhaf Soqxee imalte natti dhufnaan Onnee kan kee feetu bantee Feetu ammoo natti cufnaan Miidhamuurra madaa'urraa Qalbii guutuun akkan rafuu Kan summiidhan makame sun Jaalalli kee natti haa hafuu...! Hin barbaadu dhugaa😩🙈🙄 @Burqaa43
Показать все...
💯 8❤‍🔥 2👍 2💔 2
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.