خادم الإسلام 📚
Yaadaa Fii Komii Yoo Qabaattan ሀሳብ እና ቅሬታ ካላቹህ Asiin Na Dubbisaa √ @Abdetaa
Больше9 209
Подписчики
+9424 часа
+7907 дней
+3 71330 дней
- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Прирост подписчиков
Загрузка данных...
ወዳጄ ሆይ
እርሳስ ሆነህ የሰዎችን
ደስታ መፃፍ ካልቻልክ
ላጲስ ሆነህ ሀዘናቸዉን
ለማጥፋት ሞክር ።
መልካም ምሽት 🥰🙏
@AbdetaAhmed
@inate ✍️
👍 3💔 1
Assalamualaikum Ahbaabii Miseensoonni Wanti Beekhuu Qabdan Chanalli Khun Khiyyaa Miti Wallaahi Kha Islaamaati Namni Yaadaa Fii Ergaa Islaama Fayyadu Qabdan Hundi Na Dubbisaa Admin Isiniifiin Khenna Wajjiin Islaamaaf Hojjenna😘💙🤍
@Abdetaahmedd
Mucaa mataa moluu tokkotu mucaa tokko tumee maatiin mucaa tumamee gara Abbaa murtii naannoo isaanitti argamu tokkotti adeemuun himate...
Gurbichi mataa moluu mana murtitti dhihaate Abbaan murtii "maaf mucicha sana tumtee"? jedhe hennaa gaafatuun.
Gurbichi mataa moluu ..Abbaa murtichaan: " ergamaa Rabbii irratti salawaata buusi " jedhen.
Abbaan murtii : ﷺ jedhe
Gurbichi mataa moluu : ammas buusi jedhen
Abbaan murtiis : ﷺ jedhe
Gurbichi mataa moluu : ammas salaawata buusi hennaa jedhun
Abbaan murtii aariidhaan : ﷺ jedhe
Yeroo kana Gurbichi mataa moluu : " yaa kabajamoo kenya yeroo sadii qofa ergamaa Rabbii irratti salawaata buusa waanin jedheef aariidhaan fuulli kessan diimate...egaa yaa abbaa murtii... mucaan kun lakkoofsa cinaa isaatiin dabreen na duukaa bu'aa 'mataa moluu.. mataa moluu..' jedhaa hennaa na arrabsuu guyyoota baay'eef obsaan danda'eni callise garu obsii koo dhumate jennaan... qabee caccabsee lafa kaa'een Ammaan maal balleesse jennaan natti murteessufi" jedhen.
Abbaan murtii kolfee😁 "atii bilisa " jedhen.
Maatiin mucaan isaanii jalaa tumamee sanaaf naamusa mucaa isaanii akka sirreessan gorse erge.
...jedhama
صلوا على الحبيب المصطفى ❤️🩹
@Abdetaahmedd
😁 3👍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
★*|[ Miizaana islaamummaa kheeysatti Dubartiin faaya qaalii fii khabajamaa Rakkoo hundaa fii balaa hunda irraa eegamtuudha. ]|*💜.
★. Sheikh Abdurazaq Albadr Rahimahullah.
موعظة النساء 11
@Abdetaahmedd
❤🔥 2❤ 2💔 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
😍ጀመረረረረረ........
🤩እንደተለመደው ሁልጊዜ በዚህ ሰዓት 🕒ሽልማት የሚያስገኘውን ጥያቄ አዘጋጅተናል።ከታች👇 ባለው link ተቀላቀለው ጥያቄዎችን በሙሉ ቀድመው ለመለሱ 10ሰዎች የሚገርም ሽልማት አዘጋጅተናል🥳 አሁኑኑ ተቀላቅለው የእድሉ ተካፋይ ይሁኑ👇👇
🎁ለመሸለም 🎁
😍join🥰
Фото недоступноПоказать в Telegram
🌹🌹﷽🌹🌹
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ✋✋
✍ SALAWAATAAN GAREE HO'ISAA AHBAABII FILLAH !!
اللهم صل وسلم علی نبینا محمد وعلی آله وصحبه وسلم❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
ﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺ
❤ 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
﷽
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ✋✋
SALAWAATAAN GAREE HO'ISAA MEE??
اللهم صل علی محمد وعلی آله وصحبه وسلم❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
ﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺ
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Выберите другой тариф
Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.