cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

@BIRHANU FANTA

✍️Obsii Kaayyoo Kooti ✍️Hamman Galma koo gahuti ✍️Jechoota_Haayyoota ✍️Kitaboota_Xiin_Sammuu ✍️Walaloo,_Asoosama ✍️Yaadoota_Haaraa macaafa_Qulqulluu Join as👇👇https.//t.me/Birhanu_Fanta Facbook Birhanu Fanta Dambi Tictok @Birhanu Fanta

Больше
Финляндия3 555Яванский724Категория не указана
Рекламные посты
210
Подписчики
+224 часа
+47 дней
+530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

#Rakkina kee nama hundatti hin himin! ✍️Dhugaadha rakkina kee namootatti yoo himattu siif salphachuu danda'a; garuu rakkoo kee furuu caalaa si burjaajessuus ni danda'a. #Sababni isaas namoonni 70% kan ta'an rakkina namaa yoo dhaga'an ni gammadu. #Namoonni 20% immoo waa'ee waan sanaa tasuma hin yaadanu; waan si dhaggeeffatan fakkaatu garuu ati tasuma odeessita isaan quba sin qabanu; osoo deebiftee gaafattee sitti hin himanu. #Namoota10% qofatu waa'ee keessaniif dhiphata. Hamma feetanillee yoo amantan rakkoo keessaniif fala hin barbaadanu. #Kanaaf yoo dhimma fayyaa ta'e Ogeessa fayyaa yoo dhimma sammuu ta'e ogeessa xiinsammuu(ogeessa Saayikoloojii) haasofsiisuu qabdu malee rakkina keessan nama hundatti hin himinaa! #Guyyaa Gaarii isiniif hawwina! 👇👇👇👇👇👇 👉https://t.me/+VN_ccHy2Fj50kaT_
Показать все...
Показать все...
DollarTub - Earn Money by Watching Youtube Videos

Earn Money by Watching Youtube Videos. Withdraw Money Instantly via Paypal,Cahapp etc..

Today’s Hamster Kombat Daily Cipher Morse code The code: PROOF P: •--• (dot dash dash dot) R: •-• (dot dash dot) O: --- (dash dash dash) O: --- (dash dash dash) F: ••-• (dot dot dash dot) START
Показать все...
🔥Today’s Hamster Kombat Daily Cipher Morse code The code: ETHER E: • (dot) T: - (dash) H: •••• (dot dot dot dot) E: • (dot) R: •-• (dot dash dot)
Показать все...
https://t.me/wontonairdrop_bot?start=5930100416 Namootni airdrop_bot him jalqabnee link as oliti argamuti 👆👆 galtanii akka jalqabdan isiin fayyada itti fayadama isiniin jechuun barbada
Показать все...
$WONTON BOT

The fastest growing community on TON. Wonton channel: @cryptowonton Help: @WontonSupport

Фото недоступноПоказать в Telegram
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Today's Hamster Kombat Daily Combo 1. NFT COLLECTION - UNDER SPECIALS 2. LICENSE ETHIOPIA - UNDER LEGAL 3.PREMARKET LAUNCH - UNDER SPECIALS
Показать все...
DANDEETTII OFIIKEE HUBACHUU. @Nama hubachuu fi namni akka sihubatuuf lafa dheeraa fi humna Baay'ee hin fixin! Of hubachuun qabeenya guddaadha.qabeenyi of hubachuudhaan argamu,qabeenya qabeenya ta'ee namaaf hafuudha.of hubachuu keessa waan hedduutu jira.of hubachuun sanyii biqilee guddatuudha.yoo facaaste ni biqila.ni dagaaga.innis sanyii kan biroo siif kenna.dhalootaa gara dhalootatti ni darba.of hubachuun ofiif hubachuu of keessaa qaba. ofiikoo akkan hubadhuufan dhaladhe.of fudhadhu.ofiif yeroo kenni.ofkabaji.ofii wajjin marii qabaadhu.ofiikee nyaata gaarii affeeri.ofii waliin kolfi.garuu ofitti hin kolfin. wantoonni ani armaan olitti tarreesese kun yeroo dubbistu Baay'ee sslphaa sitti fakkaachuu danda'a garuu yoo yeroo kennitee ofiikee irratti hojite jireenya kee fi fiixaan ba'umsa keef iddoo guddaa qabu. Qorattoonni addunyaa kanaa Baay'een waa'ee wanta ta'ee tokko qorachuuf yeroo,humna fi beekumsa isaanii Baay'ee fayyadamuun; bu'aa qorannoo isaanii yeroo xumuramutti qaama barbaachiseef ibsa taasisu.kunis Gaariidha.addunyaan kun bu'aa qorannoon fideen waan baay'ee jijjiirteetti.har'as jijjiiraa jirti.garuu bu'aa guddaa qorannoon dhufu caalaa, dhalli namaa hundumtuu maaliifi eessa ga'uuf akka dhalate osoo sirriitti of hubatee addunyaan kun lafa har'a geesse caalaa baay'ee gara fuula duratti tarkaanfachuu ni dandeessi jedheen amana.of harkaa hin xumurreedha. Namoonni baay'een nama hubachuufi namni akka isaan hubatuuf lafa fagoo deemu.namni yoo osoo isaan hin hubatin hafe,nama sana hubachiisuuf bu'aa ba'ii baay'ee keessa darbu. Yoo namtichi bira jiraate qaamaan isa hubachiisuuf yaalii taasisu.yoo namtichi isaan irraa fagoo ta'e immoo bilbilaan yookiin iimeeliin akkasumas karaa elektirooniksii ammayyaa hunda fayyadamanii nama hubachiisuuf yaalu.yaaliin isaanii kun namni kun karaa malee waan na hubateef,ani nama akkasii miti jechuun ofii kee haala gaarii ta'een namticha biratti fudhatama argachuuf karaa fagoo deemta.kunis Gaariidha.garuu Wanti guddaan bara ammaa kana ofiikee hubachuudha. Namni akka ati yaaddutti guutummaa guutuutti si huubatu yoomillee hin argattu.boris hin eegin. Namni yeroodhaaf waan karaa hundumaa si hubate sitti fakkaachuu ni danda'a garuu mee yeroo kenniifii ilaali.xiqqoo turtee yeroo ati namtichuma kaleessa baay'ee na hubataam/na hubatteem/ jecha turtetu,osoo inni/isheen/akka malee si hubatu argitaatii.kanaafuu,namoota biratti jalqabuma irraa wanti ati hubachuu qabdu,hubatamuu dhiisuu akka dandeessuu hubachuu qabdaa https://t.me/hZODiO3ADNFlZDFk
Показать все...
KAYYOO MILKA'INAA QABAADHUU

Kayyoon ka'umsa Guddinaatii kanaf kayyoo Qabnutti jabannee yoo hojjennee lafa yannee hinumaa genyaa❤️💚❤️💚❤️💚❤️🌹💞💯%

1
🔥Today’s Hamster Kombat Daily Cipher Morse code The code: STABLE S: ••• (dot dot dot) T: - (dash) A: •- (dot dash) B: -••• (dash dot dot dot) L: •-•• (dot dash dot dot) E: • (dot) When you hold down the circle with the hamster, a dash appears. When you tap quickly, a dot appears.
Показать все...
1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Today's Hamster Kombat Daily Combo 1. PR&Team tab Under Security Audition 2. Specials tab Under X Network 10 million 3. Specials tab UNDER USDT on TON #Hamsterkombat #Blum #tapswap
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.