cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

EBENEZER

KAYYOON KEENYA 🖍️Barsisa jireenya 🚀Dhugaawwan Addunyaa ⛳ Dhugaa wangeela fi Dhuga bahumsa ., 🖍️Seenale ajaahibsisoo Yaadafi gaaffii yoo qabattan @gadikoe

Больше
Финляндия3 116Язык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
732
Подписчики
+5824 часа
+1517 дней
+29630 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
Показать все...
Imimmaan ijoollummaa
Yaada ganamaa
Kolfa ijoollummaa
Tapha ijoollee
Qoosaa ijoollummaa
Hawwii fedha ijoollee
👆 Tokko filachuun dubbisaa
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
Показать все...
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показать все...
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Показать все...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
#Araara__Waaqayyoo! ================ Guyyaa tokko Dr. Billy Graham wangeela osoo barsiisanii dubbii wayii dubbatan. Namicha Waaqayyoo hin jiru jedhu (atheist) tokkotu "dhuguma Waaqayyoo jira yoo ta'e, waaqas yoo ta'e, daaqiqaa tokko nan kennaafiitii bakakkaan dhayee naa ajjeesu!" jedhee jedhan. Daaqiqaa tokkoofis callisee deebii eeggate. Homtuu hin taane. Achi yeroo inni dubbii akkasii dubbatu namni kan biraa dhagayee "ati Waaqayyoon daqiiqaa tokkotti obsa fixachiisuu hin dandeessuutii mee callisi." ittiin jedhe jedhan. Obboloota koo! Yeroo tokko tokko araara Waaqayyoo nuuf baay'ate akka waan salphaatti ilaalla. Cubbuu hojjennee yeroo gooftichi cal nuun jedhu, fayyaa baanee gallee gaafa kolfine taphannu, hunduu of eggannoo keenyaan waan ta'e nutti fakkaachuu mala. Hojjennee waa gaafa argannu, barannee qabxii gaarii yoo galmeessifne, daldaallee maallaqa yemmuu argannu barumsa baranneen ykn ogummaa keenyaan kan goone nutti fakkaachuu mala. Garuu Ani isinittan hima, kun hundinuu sababii Waaqayyoo araara isaa isa daangaa hin qabne nuuf bay'iseef qofa akka ta'e rafnee garagallee itti yaaduun guddaa nu barbaachisa. “...anattii gargar baatanii waan tokko illee gochuu hin dandeessan.” (Yoh. 15:5). Egaa eenyullee waan gaarii isaaf ta'eef anarraa ta'e jedhee akka of hin jajneef haa akeekkatu. Araara Waaqayyoo isa cirracha galaanaa irra baay'atu kanaaf Gooftaa isaa haa galateeffatu. “Ati garuu yaa gooftaa, Waaqayyo oo'a-qabeessaa fi araara-qabeessa; aariitti suuta jetta, gaarummaan kee fi amanamummaan kee immoo guddaa dha.” (Far. 86:15). Eebbifamaa!! #Araarri_waaqayyoo_hundaa_keenyaaf_haa_ta'uu!_Ameen. @ebenezer
Показать все...
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
Показать все...
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha
Dafnee abdii kutachuu keenya irraa kan ka'e kaayyoo gurguddaa baay'ee karaatti ganne. Qofaa ta'uu malta. Namni si cina dhaabatee kallattii si argisiisu dhibuu danda'a. Deddeebitee mucucaachuun kufaatii sitti fakkaatee abdii kutatte ta'a. Yeroo dheeraa karaa ati irra turte si gaddisiisuu danda'a. Waan hin dabarre sitti fakkaatee dhiphachuu dandeessa. Gorsan siif qaba. Eeyyee gorsa. Ittuma fufii yaali! Yaalii, yaalii, yaali, ammas yaali! Matumaa matumaa matumaa abdii hin kutatin! Jireenyi gara-bal'ina si gaafatti. Garaa bal'attee irra deddeebitee hin yaaltu taanaan na amani galma kee hin geessu. Gatii osoo itti hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiru. Yoom iyyuu kaayyoon kee gatii baasuu akka si gaafatu dursii beeki! Kufuun jira; ammas kufuun jira; amma illee kufuun jira. Kufaatii hedduu booda immoo mo'achuun ni jira. Eeyyee ni jira. Si'a tokko kuftee abdii kuttee dhiistee deemta taanaan yoom iyyuu hin mo'attu. Kun immoo adeemsuma uumamaati. @gorsaaf
Показать все...
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показать все...
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Показать все...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN