ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку 👈

Quick Mobile Solution

Quick Mobile Solution

Закрытый канал

🚩 Channel was restricted by Telegram

Больше
Нет данных
Подписчики
-324 часа
-157 дней
-6130 дней
Архив постов
Wave time ⏰ admin Please stop 🛑 posting Waver ለምትፈልጉ በሙሉ ቻናላችሁ ከ 3k በላይ የሆነ ያለን ቦታ ውስን ስለ ሆነ ፈጥናቹ በ @fira_jr1  አናግሩኝ

🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA. ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 KARAA MILKAA'INAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 MILKAA'INA JIREENYAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 GAAFFII FI DEEBII ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓  🔔 ODUU HAALA YEROO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 AMANTAA ISLAAMAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA SAHAABOTA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA NABIYYII (S A W) ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓   🔔 HADIISAAFI QUR'AANA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███

🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA. ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 KARAA MILKAA'INAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 MILKAA'INA JIREENYAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 GAAFFII FI DEEBII ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓  🔔 ODUU HAALA YEROO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 AMANTAA ISLAAMAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA SAHAABOTA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA NABIYYII (S A W) ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓   🔔 HADIISAAFI QUR'AANA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███

#Ramaddii_YuunivarsiitiiAkkaataa Sirna ramaddii yunivarsiitii barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 fudhatan ilaalchisee ibsa kenname. Ulaagaalee Ramaddii Barattootaa:- 1.Barattoota 1000 ta’an qabxii olaan galmeessaniif:- Barattoota Saayinsii Uumamaafi Sayiinsii Hawaasaa 1000 qabxii olaanaa galmeessaniif filannoo isaanii Yuunivarsitii jalqabaa fi Muummee isaan jalqaba irratti filatan kan kennamuuf ta’a. 2. Bu’aa: Sirna Ramaddii keessatti firiin barattoonni tokko tokkoon galmeessan akka walii galaatti, bu’uura godhatamuun walduraa dubaan akkaata qabxii isaaniifi filannoo isaaniin kan raawwatamu ta’a. 3. Filannoo Yuunivarsitii: Sirni ramaddii dandeettii yunivarsiitiiwwan barattoonni filatan galmeessu danda’u ilaacha keessa galchuun kan godhamu ta’a.  Barattootaaf filannoo yunivarsiitiiwwan 46 dhiyaataniiru.  Daataan Yuunivarsitiiwwan kanaa https://portal.etherenet.edu.et irratti walitti qabama. 4. Yuunivarsitiwwan Barattootaan Filataman fi Muummee isaan qaban:- Sirni ramaddii sagantaalee barnootaa barattoonni filataniifi sagantaalee barnootaa yunivarsiitiiwwan barattoonni filatan qaban irratti hundaa’uun kan gaggeeffamu ta’a. 5. Saala:- Dhaabbilee keessatti garaagarummaa saalaa eeguuf sirna ramaddii keessatti garaagarummaan koorniyaa fi madaalliin eegamee jira. 6. Dhiibbaa Manneen Barnootaa:- Sirni ramaddii barattoonni manneen barnootaa adda addaa irraa dhufan walqixa akka walsimsiifamaniif, barattoonni mana barumsaa tokko irraa dhufan yunivarsiitii ykn sagantaa tokkotti akka hin walitti qabamne kan taasisifamu ta’a. 7.Dhiibbaa Firii Barattootaa:-Sirni ramaddii bu’aa barattoonni galmeessanii tilmaama keessa kan galchu yoo ta’u, kunis barattoota bu’aa walfakkaataa argatan qofa akka walitti hin baay’ifne gochuudhaan, barattoota dandeettii adda addaa qaban walitti makuu fi barsiisuuf haala gargaaruun kan raawwatamu ta’a. 8. Da’umsa ilaalchisee: Sirni ramaddii haala addaa akka da’umsaa xiyyeeffannoo keessa galcheeti. Kanaafuu barattoonni haala akkanaa keessa jiran yuunivarsitii itti ramadaman keessatti itti fufuun yoo itti ulfaate jijjiirraa fi deggarsi sirrii ta’e ni taasifamaaf. Daataan kun https//student.ethernet.edu.et irratti walitti qabame.  Ragaa barbaachisaa: – Xalayaa deeggarsa mana barumsaa isaanii fi kaardii talaallii daa’immanii. 9. Ragaa Boordii Meedikaalaa Sirrii:- Barattoota yeroo ramaddii ragaa yaalaa sirrii ta’e qabaniif ramaddiin haala adda ta’een ilaalamuu danda’a. Ragaa Barbaachisu: Xalayaa deeggarsa manneen barnootaa isaanii irraa fi ragaa yaalaa dhaabbilee fayyaa hawaasaa irraa hakiimota sadii fi daayreektarri fayyaatiin mirkanaa’e. Odeeffannoon gosa kanaa https://student.ethernet.edu.et fayyadamuun walitti qabama. 10.Lakkuuwwan Saala Walfakkaatoo qaban:- Barattoonni lakkuun saala walfakkaataa qaban yoo jiraatan, kan qabxii olaanaa qabu akkaataa filannoo isaan kan ramadamu yemmuu ta’u, kan hafe immoo haal-duree tokko malee kallattiin ramadama. Odeeffannoon gosa kanaa https://student.ethernet.edu.et irratti walitti qabama. Ol iyyannoodhaaf Ragaa barbaachisu: xalayaa yaada mana barumsaa isaanii irraa fi ragaa dhalootaa 11. Barattoota Hir’ina Qaamaa Qaban:- Sirni ramaddii barattoota hir’ina qaamaa qabaniif carraa walqixa kan kennu yoo ta’u, fedhii addaa fi ulaagaa ramaddii isaanii ilaalcha keessa galchuu qaba. Odeeffannoon gosa kanaa https://student.ethernet.edu.et fayyadamuun walitti qabama. Ragaa barbaachisu: Xalayaa deeggarsa mana barumsaa isaanii irraa fi suuraa kutaa qaamaa dhibee kanaan miidhame dhiyeessu qabu. Hubadhaa, barataan ragaa fayyaa sobaa dhiyeessu haalduree tokko malee ramaddii irraa akka hafu ibsina. Ministeera Barnootaa Federaalaa https://t.me/BIIFTUU_SABAA

#Ramaddii_Yuunivarsiitii Akkaataa Sirna ramaddii yunivarsiitii barattoota qormaata biyyoolessaa  kutaa 12ffaa bara 2015 fudhatan ilaalchisee ibsa kenname. Ulaagaalee Ramaddii Barattootaa:- 1.Barattoota Saayinsii Uumamaafi Sayiinsii Hawaasaa 1000 qabxii olaanaa galmeessaniif filannoo isaanii Yuunivarsitii jalqabaa fi Muummee isaan jalqaba irratti filatan kan kennamuuf ta'a. 2. Bu’aa: Sirna Ramaddii keessatti firiin barattoonni tokko tokkon galmeessan akka walii galaatti,  bu'uura godhatamuun walduraa dubaan akkaata qabxii isaaniifi filannoo isaaniin kan raawwatamu ta'a. 3. Filannoo Yuunivarsitii: Sirni ramaddii dandeettii  yunivarsiitiiwwan barattoonni filatan galmeessu danda'u ilaacha keessa galchuun kan godhamu ta'a.  Ulaagaa ramaddii qabxiiwwan 11 guutuu isaa argachuuf! https://t.me/BIIFTUU_SABAA

Israa'eel Holqa Haamaas To'achuuf yoo Jettu Haamaas gama isaatii kottu anis qophiidhaa jedheera. Biiftuu Sabaa Media :Onkoloolessa 20/2016 Finfinnee Waraanni Haamaasiifi Israa'eel gidduutti eegale akkuma itti fufetti jira. Israa'eel Haamaasiin balleessuuf holqa inni keessa jiraatu to'achuuf yaaliin gochaa jirtu hanga ammaatti hin milkoofne. Haamaas akka salphaatti kan bira dhaqqabamus hin taane. Gazzaan kallattii hundaan Israa'eel kan marfamte yoo ta'u qaawwa xiqqoo qofaanidha kan isheen Ijiptiin daangeffamtu. Gazzaan haala kanaan utuu Israa'eeliin marfamtee jirtuu qabsoon Haamaas godhu ammoo namoota baay'eedhaaf gaaffii guddaa ta'eera. Haamaasiif kallattiin meenshaan seenu tokkollee hin jiru. Meenshaan waraanaa haa hafuutii deeggarsi namoomaatuu yoo Israa'eel hayyamte qofadha kan inni seenuu danda'u. Haamaas haala kana keessa utuu jiru humna isaa ijaaree rookkeettiiwwan km70 ol deemanii ergama ba'uu danda'aniin Telaaviiviin yoo haleeluu abjuu hiikkachuu dadhabee ta'ee jira. Haamaas meenshaalee kana eessaa argate eessa fide kan jedhus gaaffii guddaa uumeera. Israa'eel waan hunda caalaa wanni ta'aa jiru to'annoo ishee jalaa ba'ee Haamaas deebi'ee sodaa guddaa isheetti ta'uun mataa ishee cabsee jira. Holqi Haamaas hojjate km500 dheerata jedhamee  tilmaamu kun Israa'eel onnee guutuudhaan akka gara Gazzaa hin imalle ishee danqeera. Yaalii gootellee kisaaraa guddaadhaan deebiteetti. Holqi Haamaas fayyadmu kunis hulaan galumsa isaatiifi ba'umsa isaa gonkumaa hin beekamu. Gazzaa keessaa iddoo akkasiiti jedhanii dubbachuufis rakkisaadha. Holqi kun lafa jala hanga Ijipitittis ni deema jedhamee himama. Holqi Haamaas fayyadamu sraa'eeliif Abjuu ta'e kun bara 2017-2021 keessatti akka ijaarame ibsamus sana dura holqonni akka  turanis ni himamaa. Holqi kun Haamaasiif giddu gala ajajaafi bakka kuusaa meenshaaleetis jedhama. Hoggantoonni waraana Haamaas kaan biyyoota adda addaa keessa jiraatanus holqicha keessa kan jiraatanus ni jiru jedhamee himama. Maagaala xiqqoo Gazzaa Keessa holqoonni 2500 akka jiran ni tilmaamama. Haamaas akkaataa hiriirsaa humna waraanaa isaa heddu kan nama ajaa'ibuufi artiidhaan kan guutamedhas jedhamaa. Israa'eel waraanni lafoo isheen eegalte irra guddaan kaayyoo ishee holqoota kana duuchuufi hoggantoota waraanaa Haamaas to'achuu ykn tarkaanfii irratti fudhachuudha. Kana males sababni gamoowwan daaraa ta'aa jiranuuf holqoonni kun hulaan isaa garasiin tilmaama jedhuun akka ta'es odeessaaleen ni addeessu. Haamaas immoo gama isaatiin waraana lafoo Israa'eel eegalteef guutummaatti qophii ta'uu beeksisee jira. Waraana halkan kaleessaa gaggeeffameen Loltoonni Israa'eel hedduun miidhamaniiru. Hangafummaan Loltoonni ogeeyyeeiin meenshaa Miisaa'elaa Haamaan dhuka'u qolachuuf ergama irra turan sadii ajjeeffamaniiru. Meenshaan kun Irone Done kan jedhamu yoo ta'u miisaa'ela furgugga'u qolachuuf kan ooludha. Ogeeyyiin meenshaa kana utuu Operate godhanii aggaammii Haamaas keessa bu'uun haleelamaniiru. Ogeeyyiin kunniinis maqaan isaan isaanii Komaandar Biniyaam Gabreel,Komaandar Naataav Kuzareefi Kaappiteen Shahar Saudiyaan akka ta'e ibsameera. Woraaanni Gazzaa itti fufuun ni gaggeeffama taanaan gatiin boba'aa barmeelli tokko  Doolaara 150 galuu akka danda'u Baankiin Adduniyaalessaa beeksiseera. Woraanichi haala amma jiruun itti fufa taanaan Boba'aan barmeelli tokko Doolaara 90 ture daran dabaluun Doolaara 150 seenuu akka danda'u sodaa qabu ibsee jira. Gatiin boba'aa dhiheenyatti gadi bu'uu danda'a jedhamee kan tilmaame ta'us faallaa kanaa ol ka'ee rakkoo hamaa uumuu danda'a jechuun Baankiin Adduniyaa sodaa isaa ifoomseera. https://t.me/BIIFTUU_SABAA

ለ 12 ክፍል ተፈታኞች መልካም ዜና 😍 ስለማለፊያ ነጥብ የወጣው አዲስ ህግ ለማንበብ 👇🏽👇🏽

ለ 12 ክፍል ተፈታኞች መልካም ዜና 😍 ስለማለፊያ ነጥብ የወጣው አዲስ ህግ ለማንበብ 👇🏽👇🏽

🅾𝐃𝐔𝐔  🅰𝐌𝐌𝐄𝐄 Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde Abbaa Caarraa Ta'aa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔  🅰𝐌𝐌𝐄𝐄 Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde Abbaa Caarraa Ta'aa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

5+5×5-5 = ?

5+5×5-5 = ?

Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa Free Waver promo @Rafiqul_Islaam ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን:: Free Waver promo @Rafiqul_Islaam

Repost from XAASOW ZABBUU
Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa Free Waver promo @Rafiqul_Islaam ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን:: Free Waver promo @Rafiqul_Islaam

Wave time አድሚኖች ሌላ LINK ወይም DISK ባለመልቀቅ ተባበሩን WAVE FOLDER እና WAVE መግባት የምትፈልጉ ከታች ያሉትን መስፈርቶች ማሟላት የምትችሉ በ @BOYSIGMA ያናግሩኝ መስፈርቶች 1⃣ ቻናላቹ ከ 3k በላይ መሆን አለበት። 2⃣የቻናላቹን 2 ዲስክ ይዛቹ ኑ። ቻናሎችን ያለምንም ክፍያ እናሳድጋለን። ➠#𝔼𝕥𝕙IO MEMES 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:https://t.me/+XUMtMgD8ZI82NzI8 ❤️

🎁መሸለም ልንጀምር ነው🎁 ይሄ መልዕክት ከ20 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል 📣ቀድመው ቻይናል ለተቀላቀሉ 2️⃣0️⃣ ሰዎች የ500 ብር ካርድ ልሸልም ነው ቶሎ ይቀላቀሉ።

Repost from ODDA Nation⚚
🎁መሸለም ልንጀምር ነው🎁 ይሄ መልዕክት ከ20 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል 📣ቀድመው ቻይናል ለተቀላቀሉ 2️⃣0️⃣ ሰዎች የ500 ብር ካርድ ልሸልም ነው ቶሎ ይቀላቀሉ።

🥰ሹፌራችን ደፈረኝ 😥 .♥️አዲስ እውነተኛ የወሲብ ታሪክ♥️ 📜እኔ መኪና መንዳት ስለማልወድ ባሌ ቆንጆ ሹፌር ቀጠረልኝ ባሌ ስራ አምሽቶ ነው ሚመጣው እኔ የራሴ ቡትክ አለኝ ከዛ አንድ ቀን ባሌ
🥰ሹፌራችን ደፈረኝ 😥 .♥️አዲስ እውነተኛ የወሲብ ታሪክ♥️ 📜እኔ መኪና መንዳት ስለማልወድ ባሌ ቆንጆ ሹፌር ቀጠረልኝ ባሌ ስራ አምሽቶ ነው ሚመጣው እኔ የራሴ ቡትክ አለኝ ከዛ አንድ ቀን ባሌ ወደ ውጪ ሄዶ ስለነበር 1,2 እንበል ብዬው ሹፌሬን ሳናስበው ሞቅ አለን ከዛ ወደ ቤት ሄድን መሄድ አቅቶኝ ስለነበር አቅፎ አልጋው ላይ ጣለኝ እኔም ሸሚዙን ይዤ..... ሙሉ ታሪኩን ከስር ▶️ያለውን #More ተጭነው ይመለከቱ👇👇 https://t.me/+kH1YjVmPLh5hZDE0 https://t.me/+kH1YjVmPLh5hZDE0