Quick Mobile Solution
Закрытый канал
Нет данных
Подписчики
-324 часа
-157 дней
-6130 дней
Архив постов
😍ሆድ ያባውን ፕሮፋይል ያወጣዋል ገራሚ ለፕሮፋይል የሚሆኑ ጥቅሶች እና ለስልኮ Wallpaper የሚሆኑ ገራሚ HD ፎቶዎችን ለማግኘት JOIN አድርጉ👇👇👇👇👇👇👇
😍ሆድ ያባውን ፕሮፋይል ያወጣዋል ገራሚ ለፕሮፋይል የሚሆኑ ጥቅሶች እና ለስልኮ Wallpaper የሚሆኑ ገራሚ HD ፎቶዎችን ለማግኘት JOIN አድርጉ👇👇👇👇👇👇👇
Wave time ⏰ admin Please stop 🛑 posting
Waver ለምትፈልጉ በሙሉ ቻናላችሁ ከ 3k በላይ የሆነ ያለን ቦታ ውስን ስለ ሆነ ፈጥናቹ በ @fira_jr1 አናግሩኝ
Waraanni Gazzaa irratti taasifamu hin dhaabbatu
BIIFTUU SABAA MEDIA
Waraanni Gazzaa irratti taasifamu hin dhaabbatu
Oolmaa Falasxiin October 31, 2023
Muummichi Ministeera Israa’el, Benjaamin Netaniyaahuu, waraanni Gazzaa irratti godhamaa jiru hin dhaabbatu jechuun dubbate. “Waraanni kun yoo gareen Hamaas barbaadaye qofa dhaabbata malee, wanti waraana dhaabuu jedhu hin jiru. Osoo addunyaan guutuu waraana dhaabuurratti walii galellee nuti waraana hin dhaabnu. Waraana dhaabaa jechuun du’uuf qophaayaa akka nuun jechuuti” jechuudhaan dubbate.
Haleellaan waraanni Israa’el Gazzaa irratti raawwatu hammaatee itti fufeera. Waraanni israa’el lafoo fi taankiidhaan Gazzaa gama kaabaan seenee jira. Wal waraansi lafootis geggeeffamaa jira. Gama biraatiin haleellaan misaa’elaa fi xayyaaraan taasifamus akkuma itti fufetti jira. Haleellaa halkan wiixataa taasifameen yoo xiqqaate namoonni 14 ajjeefamuun isaanii mirkanaayeera. Namoota biroo barbaaduunis akkuma itti fufetti jira.
Lakkoofsi lammiilee Gazzaa keessatti ajjeefamanii 8,306 caalee jira. Ammas lakkoofsi lammiilee ajjeefamanii dabalaatuma jira. Akka gabaasni dhaabbata mootummoota gamtoomanii ibsutti, namoota Gazzaa keessatti ajjeefaman keessaa dhibbeentaa 70 ol kan ta’an ijoollee fi dubartoota. October 7 irraa kaasee Gazzaa keessatti Guyyaa guyyaan ijoolleen 420 ta’an ajjeefamaa ykn miidhamaa jiran.
Hamaas guyyaa kaleessa viidiyoo dubartoota sadih kan lammiilee Israa’el gad dhiisee jira. Viidiyoo Kanaan Dubartoonni sunniin waraanni akka dhaabbatuu fi mootummaan Israa’el akka gad isaan lakkisiisu gaafatan. Viidiyoo Kanaan wal qabatee, muummichi Ministeera Israa’el, Netaniyaahuun, “olola sammuuti” jechuun deebise. “Waraana irraa of duuba nu deebisuu yaadu. Nuti garuu injifannu malee hin dhaabnu. Hidhamtoota fi booji’amtoota keenyas ni bilisoomsina” jedhe.
Gama biraatiin waraanni Israa’el fi Hizbullaah wajjiin Lubnaan keessatti geggeeffamaa jirus cimee itti fufeera. Hizbullaah guyyaa kaleessa kaampii waraana Israa’el irratti haleellaa raawwatuu beeksiseera. Muummichi Ministeera Lubnaan, Najiib Mikaatii, waraanni kun akka gara Lubnaan hin babal’anne waan danda’u hunda godha jechuun dubbate.
Hoogganaan Ministeera ittisaa Sa’ud Arabiyaa Khaalid bin Salmaan marii gorsaa nageenyaa White House waliin taasise irratti waraanni saffisaan akka dhaabbatu gaafate. Ameerikaan irra deddeebitee akka beeksisaa jirtutti waraana dhaabuu hin deeggaru jetteerti. Garuu qarqaarsi hawaasumaa akka taasifamuuf jecha yeroofis taatu akka addaan citu ni deeggara jette. “Michuun teenya Israa’el of ittisuu mirga qabdi. Kanaafuu nageenya isiitiif waan yaaddoo itti ta’e hunda dhabamsiisuu irratti isii deeggarra. Garuu gargaarsi hawaasummaas akka taasifamu ni carraaqna” jechuun dubbate
https://t.me/BIIFTUU_SABAA
Repost from XAASOW ZABBUU
#Yaada kennamu
☑ Waajjirri damee Komishinii Gumurukaa Adaamaa konkolaattota qabaman 171 caalbaasii banaatiin gurguruu barbaada. Dorgomtoonni boondii caalbaasii bitachuu fi konkolaattota caalbaasii irratti dhiyaatan qaamaan ilaaluun dorgomuu akka danda’an himama. Caalbaasichi gaafa 26/02/2016 ganama sa'aatii 4:00 irratti kan cufamu yoo ta'u, guyyuma kana sa'aatii 4:15tti saanduqa caalbaasii kan banamu ta'a. Odeeffannoo dabalataaf 0221118429 bilbilaa.
☑ Waajjirri Gumurukaa Addis Ababa Kalit Konkolaataa fi Konkolaataa fe'umsaa gattee, qabamee fi seeraan alaa:
- KONKOLAATAA DUMP, .
- IVECO FIAT, 2019.
- TOYOTA HILUX, 2019.
- TOYOTA KOROLLAA, 2019.
- TOYOTA VITZ, 2019.
- TOYOTA HIACE, 2019.
- TOYOTA YARIS, 2019.
- TOYOTA CHR, 2019.
- HYUNDAI, 2019.
- SUZUKI, 2019.
- MISTUBUSHIin meeshaalee konkolaataa, kutaalee sochootuu, meeshaalee elektirooniksii, uffataa fi kophee qophaa’e adda addaa, meeshaalee ittisaa fi meeshaalee adda addaa biroo caalbaasii banaa fi dorgomaa ta’een gurguruu barbaada. Sanada caalbaasii konkolaattota caqafaman guyyaa 20/02/2016 irraa eegalee argachuun ni danda’ama.
(Bal'ina isaaf suuraa armaan olii ilaalaa)
☑ Ministeerri Galiiwwanii konkolaattotaa fi qabeenya adda addaa biroo kan qabu liqaa gibiraatiin gurguruu barbaada.
Phoenix Industries Pvt. Ltd. irraa kan qabame:
- Maashinii teessoo pilaastikii oomishuuf, qabbanaa’aa maashinii, meeshaalee jallisii maashinii fi meeshaalee biroo, .
Tekleberhan Ambaye Construction Pvt. Ltd. irraa kan gaggeeffame:
- Ampuulii ibsaa guddina adda addaa, .
- Filooreesentii, .
- Pouzaa fi tuuboo adda addaa bishaan awwaalamee fi fannifameef, .
🚘 Konkolaattonni moodeela adda addaa 3 kan TIB Catering Pvt Ltd fi Oxford Amalgated Pvt Ltd.
(Bal'ina isaaf suuraa armaan olii ilaalaa)
#Komishinii Gumurukaa #Addistime #Ministeera Galii
https://t.me/BIIFTUU_SABAA
+2
#Yaada kennamu
☑ Waajjirri damee Komishinii Gumurukaa Adaamaa konkolaattota qabaman 171 caalbaasii banaatiin gurguruu barbaada.
Kabajamaa Fayyadamaa,
Keenya fayyadamuun hiriyyoota keessan gara bot keenyaatti refer gochuu irraa galii argachuu dandeessu! yoo fayyadamaan tokko karaa link keessanii bot keenyatti makame account keessan well be credited by 1 points,
Yeroo ammaa qabxii 1 = birrii 5
Maallaqni baasuu xiqqaan qabxii 45 dha! yeroo ammaa kana akka mala kaffaltiitti Bitcoin/coinbase fudhanna!
🚫wabii namtolchee hin uuminaa! Ta'uu baannaan ni dhorkamta!
Liinkii kanaan seenaa 👇👇
https://t.me/EFT_Pay_bot?start=r07255829184
🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
Free Waver @Rafiqul_Islaam
Repost from XAASOW ZABBUU
🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
Free Waver @Rafiqul_Islaam
🤩ከአሁን በኋላ በምን ልዝናና ማለት ቀረ።🤩
🤩እናንተን ለማዝናናት, ለማስደሰት...🤩
🤩ቻናል ከፍተናል🤩 ይቀላቀሉ 👇
https://t.me/+aIYseQ89IqgyYTY0
ይቀላቀሉ 👇
https://t.me/+aIYseQ89IqgyYTY0
🤩ከአሁን በኋላ በምን ልዝናና ማለት ቀረ።🤩
🤩እናንተን ለማዝናናት, ለማስደሰት...🤩
🤩ቻናል ከፍተናል🤩 ይቀላቀሉ 👇
https://t.me/+aIYseQ89IqgyYTY0
ይቀላቀሉ 👇
https://t.me/+aIYseQ89IqgyYTY0
ለወንዶች ብቻ ሴቶች እንዳትነኩት
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
ለሴቶች ብቻ ወንዶች እንዳትነኩት
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
ለወንዶች ብቻ ሴቶች እንዳትነኩት
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
ለሴቶች ብቻ ወንዶች እንዳትነኩት
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Add to channel 1k+ @tomi8019
