cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

RAFIIQUL ISLAAM LIBRARY

Больше
Рекламные посты
4 996
Подписчики
-324 часа
+787 дней
+89730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐄𝐞𝐠𝐚𝐥𝐢𝐧 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐗𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚𝐦𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐟 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐋𝐚𝐦𝐚 (2) 𝐐𝐨𝐟𝐚𝐭𝐮 𝐇𝐚𝐟𝐞𝐞 🚨 4-3-3 Pay dorgommii marsaa 2ffaa jalqabeeraa Warra 1ffaa hanga 5ffaatti ba'aniif - Birrii 2,000 Warra 6ffaa hanga 10ffaatiif - Birrii 1500 Warra 11ffaa hanga 20ffaa bahaniif - Birrii 1,000 Warra 21 hanga 40tti ba'aniif - Birrii 750 40ffaa hanga 50ffaatti - Birrii 500 Dorgommiin kun yeroo amma eegale kamisa galgala sa'aatii 12:00 irratti xumurama!! Hundi keessaniif caarraa gaarii 🙌 Jalqabuuf 👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
Показать все...

🚨 4-3-3 Pay dorgommii marsaa 2ffaa jalqabeeraa Warra 1ffaa hanga 5ffaatti ba'aniif - Birrii 2,000 Warra 6ffaa hanga 10ffaatiif - Birrii 1500 Warra 11ffaa hanga 20ffaa bahaniif - Birrii 1,000 Warra 21 hanga 40tti ba'aniif - Birrii 750 40ffaa hanga 50ffaatti - Birrii 500 Dorgommiin kun yeroo amma eegale kamisa galgala sa'aatii 12:00 irratti xumurama!! Hundi keessaniif caarraa gaarii 🙌 Jalqabuuf 👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184

👍 1
Yoomille yesuus waqayyoon ta’uu hin dandayan maf jennan macaafni kamuu yesuus waaqayyoon akka hin taane ragaa baha waan ta’eef. Yesuus barabaraan nama qofaadha. :- Duras namuma ture;- “Ilma namaa isa waaqa irraa gad bu’e sana malee, homtinuu gara waaqaatti ol hin baane.” — Yoh. 3:13 :- Biyya lafaa irrattis nama ture:- “Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga’e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.”— Yoh. 8:40 :-Wayta samitti fudhatames namuma ture:- Kan“”Kunoo, ani bantiiwwan waaqaa banamanii, ilmi namaas gara mirga Waaqayyoo dhaabatee nan arge” jedhe.” — HoE. 7:56 yesuus Kaleessas isuma ture,Har’as, Barabaraanis namuma. “Yesus Kristos kaleessa isuma ture, har’as bara baraanis isuma sana !” — Ibr. 13:8 Lallabni kiristaanonni yesuus waaqayyoodha jedhanii karaa darbuu nu dhoorkan bilaasha jechuudha. Walumaa galatti dhaamsi Ani kiristaanootaaf qabu maaloo waan Wal hin fakkaanne fakkeessuuf hin ifaajina hin dadhabinaa osoo kana agartan isaaniin jedha itti fuufa…

1 GARAAGARUMMAA WAAQAYYOO FI YESUUS JIDDUU JIR Kutaa 1ffaa 1:- Waaqayyo namaa miti. Hosee’a 11:9 “Ani dheekkamsa koo isa boba’aa gad hin dhiisu, deebi’ee Efreemin hin balleessu; ani Waaqayyoo dha malee, nama miti; ani isa qulqulluu si gidduu jiruu dha, ani ija aariitiin hin dhufu.” :- Yesuus nama. W/Yoohannis 8:40 “Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga’e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.” — Yoh. 8:40 2:- Waaqayyo hin du’u. Anbaaqom 1:12“ Ani Anbaaqom immoo, ”Yaa Waaqayyo, ati kan durii durii ti, mitii ree? Yaa Waaqayyo ko, yaa isa qulqulluu, ati hin duutu; ati kattaa keenya! Isaan kana firdiif kaafte, adabaafis isaan dhaabde!” Waaqayyo Duwwaatu hin du’u “Waaqayyo duwwaatu hin du’u, inni ifa homtinuu itti dhi’aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa hin argine, isa arguus hin danda’u. Isaaf ulfinnii fi aangoon bara baraa baa ta’u! Ameen.” — 1Xim. 6:16 Yesuus immo Guyyaa Sadihii Du’ee Waaqayyo isa kaase jedhanii Amanu 3:-Waaqayyo hin rafu. “Kunoo, inni Israa’elin eegu, matumaa hin mugu, hin rafus.” — Far. 121:4 :- Yesuus Ni rafa. “Yesus garuu bidiricha keessa gara duubaatiin waa boraafatee in rafa ture. Bartoonni isaa isa dammaqsanii, “Barsiisaa! Dhumuun keenya si hin dhibuu?” jedhan.”— Mar. 4:38 4:-Waaqayyo hin dadhabu. “Ati hin beeknee ree? Hin dhageenyeesii ree? Waaqayyo, gooftaa bara baraan jiraatuu dha, inni isa guutummaa biyya lafaa uumee dha; inni hin mudhuku, hin dadhabu, hubannaa isaas namni qoree bira hin ga’u;” — Isa. 40:28 :- Yesuus dadhabeera. “Bishaan boollaa Yaaqoob achi ture. Yesus karaa adeemaa oolee waan dadhabeef, boolla bishaanii sana bukkee taa’e; yeroon isaas akka sa’aatii ja’aa ture.”— Yoh. 4:6 5:-Waaqayyo hin nyaatu hin dhugu. Far. 50¯¯¯¯¯¯¹² “Biyyi lafaa wanti isa keessa guutes kan koo waan ta’eef, ani utuun beela’ee iyyuu sitti hin himadhu.¹³ Ani foon korommii nan nyaadhaa ree? Yookiis dhiiga korbeeyyii nan dhugaa ree? :- Yesuus immoo Ni nyaata Ni dhuga. “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata, in dhugas; isaan immoo, ‘Ilaa nama albaadhessaa fi machaa’aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee’ jedhu. Haa ta’u iyyuu malee, ogummaan Waaqayyoo ija hojii isaatiin dhugaa argate” jedhe.”— Mat. 11:19 Luq. 24¯¯¯¯¯⁴¹ Isaan gammaduudhaaf raajeffachuu irraa kan ka’e, amma iyyuu amanuu dadhabnaan, “Waan nyaatamu tokko asii qabduu?” jedheen.⁴² Kana irratti isaan qurxummii waadamaa seeraa tokko kenninaaniif,⁴³ inni fudhatee isaan fuul duratti nyaate. ↪️Wanni nyaattamu hundi bakketti Ni Baha “Wanti afaaniin lixu hundinuu, mar’umaanitti darbee bakkeetti akka ba’u hin qalbifattanii ree?”— Mat. 15:17 6:-Waaqayyo hamaadhan hin qoramu. “Namni yommuu qoramu, qoramsi kun Waaqayyo biraa anatti dhufe hin jedhin! Waaqayyo hamaa gochuudhaaf qoramuu hin danda’u, ofii isaatiis nama tokko illee hamaadhaaf hin qoru.”— Yaq. 1:13 :- Yesuus garuu seexanaan qorameera. “Yesus lafa onaa keessa guyyaa afurtama bubbule, Seexanaanis qoramaa ture. Achittis bineensota gidduu ture, ergamoonni Waaqayyoos isaaf in ergamu turan.” Mar. 1:13 “Seexanaanis qoramaa ture. Guyyaa sana hundaa homaa iyyuu hin nyaanne, dhuma guyyoota sanaattis in beela’e.”— Luq. 4:2 7:-Waaqayyo Beekaa waan fagoot/Beekaa Guyyaa dhumaat “Yesus itti fufee, “Guyyicha sana yookiis yericha sana garuu abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa; ilmis, namni tokko illees kana hin beekan.”— Mar. 13:32 Yesuus Garuu hin beeku Guyyaa dhamaatii mitii Mukni harbuu firee godhatteertiifi godhattee hin jirtuu Walii wallaale. Mar. 11¯¯¯¹² Borumtaas isaan Bitaaniyaadhaa yommuu ba’an Yesus in beela’e.¹³ Muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, ija irraa argadha laataa? jedhee dhaqe. Inni mukicha bira ga’ee baala malee waanuma tokko irraa dhabe; yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu hin turre.
Показать все...
8:-Waaqayyoo Gaargaarsa Qaama birootiin Ala dalaga. “”Ani Waaqayyo isa si fure, isuma gadameessa keessatti si tolchee dha; ani Waaqayyo isa wanta hundumaa uume, bantiiwwan waaqaa kophaa diriirsee lafas dhisee dha; yommus eenyutu anaa wajjin ture?”— Isa. 44:24 Yesuus garuu Humna Isaatiin kophatti waa gochuu hin danda’u “Yesus itti dabalee, “Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda’u; abbaa koo irraa akkan dhaga’etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu’uu hin barbaadu, ‘yaada isa ana ergee duukaan bu’a malee.”— Yoh. 5:30 9:-Waaqayyo jalqaba hin qabu. “Kunoo, Waaqayyo guddaa dha, garuu nuyi guddina isaa hin hubannu; lakkoobsi bara isaatiis kan hin qoratamnee dha.”— Iyo. 36:26 :- Faallaa kanaa Yesuus jalqaba Ni qaba. “Dhalachuun Yesus Kristos akka kanatti fufee jiru ture; Maariyaam haati isaa Yoseefiif kaadhimatamtee turte; isheen Yoseefii wajjin utuu wal bira hin ga’in, hafuura qulqulluudhaan ulfooftee argamte.”— Mat. 1:18 “Yesus hojii isaa yommuu jalqabe, dhalatee akka waggaa soddomaa ti; hidda dhaloota isaa yeroo lakkaa’anis ilma Yoseef jedhaniin; Yoseef ilma Elii,”— Luq. 3:23 10:-Waaqayyo hundaa danda’aadha. Waaqayyo inni danda’aan, waan guddaa anaaf godhe; maqaan isaa qulqulluu dha.”— Luq. 1:49 “Wanti dinqisiisaan Waaqayyo gochuu dadhabu jiraa ree? Bara eger yowwana deebi’ee gara kee nan dhufa, Saaraanis ilma godhattee na eegdi” jedhe.”— Uma. 18:14 “Waaqayyoof wanti dadhabamu hin jiru” jedhee deebiseef.”— Luq. 1:37 :- Faallaa kanaa Yesuus ofitti homaa gochuu hin dandayu. “Yesus itti fufee, “Dhuguman isinitti hima, ilmi ofuma isaatiin homaa gochuu hin danda’u, isa abbaan isaa hojjetu ilaalee in hojjeta; isuma abbaan hojjetu ilmis immoo akkuma kanatti in hojjeta.”— Yoh. 5:19 Ilmi kophatti waa dalaguu hin danda’u yoo Waaqayyo itti Argsiise malee “Abbaan ilma in jaallata, ofii isaatii kan hojjetu hundumaa ilmatti in argisiisa; isin akka dinqifattaniif inni hojii kana irra caalu iyyuu isatti argisiisuuf jedha.”— Yoh. 5:20 “”Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga’ee isa ana ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du’a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.”— Yoh. 5:24 Yesuus Humna isaatiin homaa gochuu hin danda’u “Yesus itti dabalee, “Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda’u; abbaa koo irraa akkan dhaga’etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu’uu hin barbaadu, ‘yaada isa ana ergee duukaan bu’a malee.”— Yoh. 5:30 11:-Waaqayyo hin tolfamne hin uumamne. Isa. 43¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹⁰ Waaqayyo, “Yaa saba nana, isin dhuga-baatuu koo ti, garbichi ani fo’adhes isinuma, isin akka beektaniif akka amantanitti, isa kana kan godhe ana Waaqayyo akka ta’e akka hubattanitti, ana dura Waaqayyo kan biraa hin turre, ana booddees Waaqayyo kan biraa hin jiraatu. ¹¹ Ana duwwaatu Waaqayyoo dha, ana malee fayyisaan kan biraa hin jiru. :- Faallaa kanaa Yesuus uumamaafi tolfamaadha. “Ammas ani garbicha isaa akkan ta’uuf, Yaaqoobin gara isaa akkan fiduuf, Israa’elinis isa biratti akkan walitti qabuuf, Waaqayyo garaa haadha koo keessatti na tolchee fuula isaa duratti ulfina anaaf kennee jabinas anaaf ta’eera.”— Isa. 49:5 “Waaqayyo jalqaba hojii isaatiitti, hojii isaa isa bara durii sana hundumaa dura na uume;”— Fak. 8:22 Mat. 1¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯²¹ Isheen ilma in deessi; atis maqaa isaa ‘Yesus’ jettee in moggaafta, inni ofii isaatii saba isaa cubbuu isaaniittii isaan in fayyisa” jedheen. ²² Kun hundinuu inni Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin dubbate akka raawwatamuuf ta’e. “Kunoo, in ulfoofta ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi!” — Luq. 1:31 Ulfi Gara Maryam ji’a 9 ture Sun Uumamaa dha moo Uumaadha dha?U umaamaa yoo tahe eenyutu Uume Waaqayyo ni Uumamaa? Waaqayyo ni dhalataa? ↪️Kanaaf hawaasa kiyya qaalii akkanatti bifa salphaa ta’een waaqayyo yesuusin akka hin taane fi yesuusis waaqayyoon akka hin taane adda baafanna jechuudha.
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.