ru
Feedback
SHEGER MICROFINANCE-official

SHEGER MICROFINANCE-official

Открыть в Telegram
658
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 день
Архив постов

Kabajamtoota Baajaajii barbaaddan hundaaf, Maayikirofaayinaansiin Shaggar  dhaabbata al-ergee fi alaa galchee Abdulwaasii Ahmad Ibraahim waliin ta'uun baajaajii JSA fi RCJ isiniif dhiyeesse jira! %50 qofa damee Maayikirofaayinaansii Shaggaritti qusachuudhaan abbaa baajaajii ta'aa! Finfinnee #Bakkaniisaa #Markaatoo #Labuu Magaalaa Shaggar #Sabbataa #Gafarsa_Noonnoo Magaalota Naannoo Oromiyaa #Adaamaa #Maqii #Negeellee_Arsii #Baalee_Roobee #Baalee_Gindhiir #Amboo #Naqamtee #Walisoo #Fiichee #Bishooftuu ============================= ለክቡራን ባጃጅ ፈላጊዎች በሙሉ ሸገር ማይክሮ ፋይናንስ ከአብዱልዋሲ አህመድ ኢብራሂም አስመጪና ላኪ ጋር በመተባበር JSA እና RCJ ባጃጅ እንሆ ብለናል! 50% ብቻ በሚቀርቦት የሸገር ማይክሮፋይናንስ ቅርንጫፍ በመቆጠብ የባጃጅ ባለንብረት ይሁኑ! አዲስ አበባ #መከኒሳ #መርካቶ #ለቡ ሸገር ሲቲ #ሰበታ #ገፈርሳ_ኖኖ /አሸዋ ሜዳ  ኦሮሚያ ክልል ከተሞች #አዳማ #መቂ #ነጌሌ_አርሲ #ባሌ_ሮቤ #ባሌ_ጊኒር #አምቦ #ነቀምቴ  #ወሊሶ #ፊቼ #ቢሾፍቱ

photo content

Maayikiro Faayinaansiin Shaggar Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaan Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan Jechaa, Ayyaanni Kan Nagaa Fi Gammachuu Akka Isiniif Ta'u Ni Hawwaa! ================================ ሸገር ማይክሮፋይናንስ ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለብርሀነ ጥምቀቱ በሰላም አደረሳችሁ እያለ በዓሉ የሰላምና የደስታ እንዲሆንላችሁ ይመኛል፡፡ #Sheger_Microfinance #Better_Together

photo content

External 𝗩𝗮𝗰𝗮𝗻𝗰𝘆 𝗔𝗻𝗻𝗼𝘂𝗻𝗰𝗲𝗺𝗲𝗻𝘁 Sheger Microfinane wants to recruit employees for the following vacant positions 1. Finance Director 2. Audit, Risk Management and Compliance Division Head #Sheger_Microfinance #Better_Together

photo content

photo content
+4

Sheger Microfinance has agreed with Abdulwasi Ahmed Ibrahim Import and Export for youth financing with JSA victory plus and RCJ ATOM three wheel vehicles. Please  contact our branches through The following address 1:Bakanisa Branch    011 3 69 99 15 Bakanisa, Seminary Building 1st floor 2:Mercato Branch    011 8 27 78 18 Mesalemiya, Shoa Tsega Building 2nd floor 3:Gefersa Nono Branch    011 2 60 19 97 Ashowa Meda, Merga Alemu Building 2nd floor 4:Sebeta Branch     011 3 66 27 39 Sebeta, Gemeda Damesa Building 1st floor 5:Meki Branch 022 1181217 Meki,Yetnayet Building 1st floor 6:Woliso Branch    011 3 66 47 11 Woliso,Cooperative Bank of Oromia Building 1st floor 7:Adama Branch     022 211 2921 Adama, Champer of commerce Building 1st floor 8:Lebu Branch Jemo 1, Mezgebu Duguma Building 3rd floor 9:Ambo Branch Ambo, Assefa Dandena Building ground floor 10: Robe Branch Robe,Toruman Building 1st floor 11:Ginnir Branch 12: Nagele Arsi Branch 13:Nekemte Branch 14: Fiche Branch 15:Bishoftu Branch For more information, Head office address,  Bakanisa S Sara Tower 6th floor 011 3 69 88 94/ 011 3 69 89 98

photo content

Maayikirofaayinaansin Shaggar Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaaf Baga Ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoosin Nagaan geess
Maayikirofaayinaansin Shaggar Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaaf Baga Ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoosin Nagaan geessan jedha! ============================ ሸገር ማይክሮ ፋይናንስ ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ ይላል!

photo content
+5

photo content
+9

Maayikiroo Faayinaansiin keenya Shaggar walgahii Idilee 6ffaa fi yaa'ii waliigalaa ariifachiisaa abbootii aksiyoonaa 3ffaa Sanbata Xiqqaa Mudde 27, 2016 Hoteela Ililliiti gaggeesse. Walgahii kanarratti gabaasa waggaa bara 2022/2023 abbootii aksiyoonaaf dhiyaatee mariin kan taasifame yoo ta’u, Miseensota Boordii waggoota sadan dhufaniif Maayikiroo faayinaansii Shaggar tajaajilan filannoon gaggeefameera. Guyyaa kana yaadonni murtee yaa’ii guutuu barbaachisan irratti mari’atamee murteen murtaa’ee yaa’ichi milkaa’inaan xumurame. ============================= ማይክሮፋይናንሳችን ሸገር የባለ አክሲዮኖች 6ኛ መደበኛ እና 3ኛ አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባዔ ቅዳሜ፣ ታህሳስ 27 ቀን 2016 ዓ/ም በኢሊሊ ሆቴል አካሄደ፡፡  በጉባኤው ላይ የ2022/2023 የሒሳብ ዓመት ዓመታዊ ሪፖርት ለባለ አክሲዮኖች ቀርቦ ውይይት የተደርገ ሲሆን ማይክሮፋይናንሱን ለቀጣዮቹ ሦስት ዓመታት የሚያገለግሉ የቦርድ አባላት ምርጫም ተከናውኗል፡፡ በእለቱ የጠቅላላው ጉባዔ ውሳኔ የሚያሻቸው ሐሳቦች ተንሸራሽረውና ውሳኔ ተሰጥቶባቸው ጉባኤው በተሳካ ሁኔታ ተጠናቅቋል፡፡

photo content

Walgahiin idilee 6ffaa fi yaa'ii waliigalaa hatattamaa 3ffaa Abbootii aksiyoonaa Maayikiro faayinaansii Shaggar guyyaa lamatu hafe! Guyyaa walgahii: Sanbata xiqaa, Muddee, 27/2016 Bakka walgahii: Hoteela Iliillii Intarnaashinaalii Sa'aatii: ganama sa'aatii 2:00 irraa eegalee Abbootiin aksiyoonaa Maayikiro Faayinaansii Shaggar guyyaa fi bakka armaan olitti ibsametti walgahii kana irratti akka argaman Boordiin Daayirektarootaa kabajaan isin afeera. ============================ የሸገር ማይክሮፋይናንስ አ.ማ የባለአክሲዮኖች 6ኛ መደበኛ እና 3ኛ አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባዔ ስብሰባ ሁለት ቀን ቀረው ! የስብሰባ ቀን: ቅዳሜ ታህሳስ 27 ቀን 2016 ዓ.ም የስብሰባ ቦታ: ኢሊሊ ኢንተርናሽናል  ሆቴል ሰዓት: ከጠዋቱ 2፡00 ሰዓት ጀምሮ የሸገር ማይክሮፋይናንስ ባለአክሲዮኖች ከላይ በተጠቀሰው ቀንና ቦታ ተገኝታችሁ የጉባዔው ተሳታፊ እንዲትሆኑ   የዳይሬክተሮች ቦርድ ጥሪውን በአክብሮት ያቀርባል፡፡ 

#Happy new year 2024 #Sheger_Microfinance
#Happy new year 2024 #Sheger_Microfinance

To obbo Tibebu koji , all Negele Sheger Ambasadors ,Sheger Negele branch staffs as well as Head office opening committee We really appreciate  your crucial support, as well as that of your ambassadors, to Sheger Microfinance Negele Branch. We would want to express our gratitude for all of your efforts.

photo content
+2

photo content
+9