cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Dhaloota dhugaa

Karaa sarara channel kanaa: ◇Jechoota gorsaaf oolan, ◇Barreeffamoota bashannansiisoo, ◇Jechoota onnachiisoo fi ilaalcha gaarii nama keessatti uumaan argachuu dandeessu!

Больше
Рекламные посты
2 211
Подписчики
-324 часа
+97 дней
+9930 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступно
🥰💯 Jaalala qulqulluu waliif ibsuuf namoonni jechoota itti gargaaramuu qaban 1000 dubbisaa ,... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
Показать все...
Kutaa 87ffaa Barbaacha keenya beeku. Namni barbaaacha isaa haalaan beeku waan isa hin fayyanneef yeroo isa hin fixu. 💚 Fiigicha keenya caala,maaltu akka nu barbaachisuu fi maal akka barbaannu addaan baasnee beekuu qabna. ▪︎Namni gaafa barbaachasaa isa dhugaa gaafa adda baafatu waan fakkaatee karaatti isa quunnameef dhaabbatee gurra itti kennaa hin oolu 😍 Warqii gatii jabeessa namni barbaadu biyyoo warqii dursee ijasaatti mul'atu bira darbuu qaba. ○Gaafa sana lafa nuuf barbaachisuu fi barbaacha keenya isa dhugaa bira gahuun nuuf salphata. ◇Kanaafuu barbaacha keenya haalaan haa beeknu malee waan nuti lafa nyaanne sana hin geenyeef hin jiru. ●Garuu lafa barbaacha keenya sana gahuuf waan nuti barbaannu sun gatii inni nurraa barbaadu baasuuf nama qophaa'aa ta'u qabna. Irra adeemuudhaaf akka ta'utti, daandii kee wal qixxeeffadhu! Yommus adeemsi kee hundinuu siif in qajeela; Fakn4:26 ◇Namni fiigicha fiigu tokko Uffannaa fiigichaaf ta'u uffachuun baayyee gaariidha. Namni dorgomeetti jiru akka seera isaatiitti yoo dorgome malee, gonfoo mo'ichaa hin argatu. 2 Xim2:5 Obboleessa keess@Sisay Yaddessaan Guyyaa 2_11_2016 https://t.me/+LRcKMB9yEK4xZGZk
Показать все...
Dhaloota dhugaa

Karaa sarara channel kanaa: ◇Jechoota gorsaaf oolan, ◇Barreeffamoota bashannansiisoo, ◇Jechoota onnachiisoo fi ilaalcha gaarii nama keessatti uumaan argachuu dandeessu!

1
Фото недоступно
Qormaanni jireenya kee keessatti sitti baay'achuu isaa hin jibbin. Baay'achuun isaa si ciimsuuf malee si laaffisuuf miti. Gaafa hedduu dhiphattu ofiikeen mari'adhu, namni si caalaa sitti aanu hin jiruuti!... See More👇🏾👇🏾👌 👉 See more 👉 See More
Показать все...
Фото недоступно
🌟“Badhaadhina qabeenyaa caala; badhaadhina sammuu tiif dhama’i!”... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
Показать все...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Показать все...
👍 1
Фото недоступно
🥰💯 Lafa kana irratti michuu itti gammaddu yeroo hundumaas yaadan walhubattan qabaachuun, kuni siif gahee kee,... See More 👉 See More 🎉   👉 See More 🎉
Показать все...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Показать все...
Фото недоступно
🥰😘 Jaalalli keessan yeroo hundumaa bifa adaatiin dabalaa akka adeemu taasisuuf maal gochuutu barbaachisa!.... See More👇🏾👇🏾 👉 See More 👈   👉 See More 👈
Показать все...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Показать все...
Jireenya keessatti wantoota barbaachisoo ta'an 6📔 ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ 💢Komii dhiisii guyyaa guyyaan hammam akka carraa qabeessa akka taate dinqisiifadhu. 💢Kophummaa of barsiisi, adeemsa keessa of waa kalaquuf carraaqi. 💢Namoota jireenya keessan keessanitti waan qabatamaa hin fidne nagaatti jedhiin. 💢Ogummaa horachuu barbaaddu tokko filadhuutii carraaqqii kee hunda akka guddisu godhi. 💢Kaayyoo ati kaa'atte namoota biroo irratti raawwadhu malee of duuba hin ilaalin. 💢Gara fuulduraatti kufi.dogongora hojjettu irraa baradhu. Yeroo Gaarii isiniif hawwina🙏 @Nan_Baradha @Nan_Baradha
Показать все...
2
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.