cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅🎖

OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤ MIINDAAN KEENYA KOLFA KESSANI!❤ ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔 @QOOSAA_OROMOO @QOOSAA_OROMOO 𝙲reator✦ @martin_odeegard

Больше
Рекламные посты
7 497
Подписчики
+2724 часа
+1707 дней
+82830 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Si'iim obboleettii keerraa dhalchee akkan gudii si hin goone jennaaniin.. Si'iim abbaa keetiif dhalee akkan haadha buddeenaa siif hin taane naan jette🙈🙈🙈
Показать все...
🤣 6😁 2
Ⓢⓗⓐⓡⓔ @oro_free @oro_free Namoota bektaniif share gochuu dagatina 🎖: #Aaga_Dhaga'aa Barattoota maraaf! Miidiyaan https://t.me/oro_free osoo qarshii tokkollee hin baasin karaa ittiin kaardii guuttachuu dandeessan isiniif qopheessee xumureera. Miidiyichi kana xiyyeeffannoo itti kennuun kan hojjateef barattoonni baay'een sababa kaardii dhabuutiin bilbila bilbiluu, interneetii fayyadamuufi beekumsa argachuu qabanu dhabaa waan jiraniifi. Maarree haalli mijataan kun barattoota irratti xiyyeeffatee kan hojjatame ta'us namni kamuu fayyadamuu danda'a. Kana booda kaardii maalinan bitadha, liqii teelee irraa liqeeffadha jechuu hambisuu keenyaaf gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama. Pirojektii kana miidiyichi xumuree gulaalaa kan jiruufi yeroo gabaabaa booda qilleensarra kan oolchuu ta’uu yeroo ibsu gammachuu guddaatu itti dhaga’ama! https://t.me/oro_free https://t.me/oro_free https://t.me/oro_free
Показать все...
ORO_FREE_INTERNET📶

Channel afaan oromoo dhiyeenya banamuu dhan jallatamumma guddaa argate Chaanaalii kanarraa👇 ■New Airdrop🚀 ■free internet ■Daily comb ■Crypto news ■Tech tips argattu! Maarre waliin taane afaan keenya karaa hundaanu haa guddisnnu. Join👇👇👇👇👇👇👇

2🥴 2👏 1🏆 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
😂😂😂😂 Share➪ @qoosaa_oromoo Share➪ @qoosaa_oromoo
Показать все...
🤣 10👍 1
Akkuma qormatarratti deebii isaa irranfattan rakkoo keessanis irranfadhaa👐 Share➪ @qoosaa_oromoo Share➪ @qoosaa_oromoo
Показать все...
🤣 8🙏 1
Doctor: Caalaa sochii qaamaa ni gootaa? Caalaa: Eeyyeekaa, kubbaa miilaa, puulii fi teenisii taphachaan oola. Doctor: Gaariidha. Guyyaatti sa'aatii meeqa irra turta? Caalaa: Isammaa hamma battery mobile koo cufutti
Показать все...
😁 15👍 1🤔 1
Jabboota lamatu Wal arge inni tokkoffaa mooooooooo jedhe lammaffaan ammoo momomomo jedhe inni sadaffaan ammayyuu dubbisaa jira😂😂😂😂😂 Share➪ @qoosaa_oromoo Share➪ @qoosaa_oromoo
Показать все...
😁 21
Na Keessa kaa'i "Afaan qofaan sin jaaladhaan kuni maalinnii? Dhuguma yoo na jaalatta ta'e jaalala kee gochaan natti argisiisi. Yoo Afaanii hunduu jaalataadha bar! Jaalalli kunuunsa barbaada. Jaalalli galchanii baasuu baayyata. Maaliif yeroo hundaa afaan banaa na bulchita? Darbee darbee yoo dandeesse ammoo guyyaa guyyaan na keessa kaa'i malee. 😍 Ati garuu erga na argattee kaastee garagalteellee na ilaaltee hin beektu. Baayyeen gadda dhugaa. Yoo rabbiin sodaatteef miindaa ji'a kanaa irraallee qarshii 100s ta'u 50 na keessa kaa'i" Naan jedhe Akkaawuntiin baankii wayii waggaa dura daandii irratti banadhe tokko! Ajaa'iba haala kanaan Akkaawuntiiwwan daandii irratti dirqiin na bansiisan martuu kadhaa na keessa kaa'itiin maraataniirukaa! @Qoosa430
Показать все...
🤣 24😁 5👍 3
Tokkotu mana dhugaatii wayiitti shugguxii qabatee olseenee... "Isin keessaa eenyudha kan haadha manaakoo wajjin ciise? Nan ajjeesa!" jedhee dhaadate. Warra dhugaa jiran keessaa machaa'aan tokko sagalee ciratee... "Obboleesso dhiisimee, utuun sitti himees rasaasnikee wal sin gahuu!" jedheen!🥺 @Qoosa430
Показать все...
😁 27🤣 6👍 4
Ⓢⓗⓐⓡⓔ @oro_free @oro_free Namoota bektaniif share gochuu dagatina 🎖: #Aaga_Dhaga'aa Barattoota maraaf! Miidiyaan https://t.me/oro_free osoo qarshii tokkollee hin baasin karaa ittiin kaardii guuttachuu dandeessan isiniif qopheessee xumureera. Miidiyichi kana xiyyeeffannoo itti kennuun kan hojjateef barattoonni baay'een sababa kaardii dhabuutiin bilbila bilbiluu, interneetii fayyadamuufi beekumsa argachuu qabanu dhabaa waan jiraniifi. Maarree haalli mijataan kun barattoota irratti xiyyeeffatee kan hojjatame ta'us namni kamuu fayyadamuu danda'a. Kana booda kaardii maalinan bitadha, liqii teelee irraa liqeeffadha jechuu hambisuu keenyaaf gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama. Pirojektii kana miidiyichi xumuree gulaalaa kan jiruufi yeroo gabaabaa booda qilleensarra kan oolchuu ta’uu yeroo ibsu gammachuu guddaatu itti dhaga’ama! https://t.me/oro_free https://t.me/oro_free https://t.me/oro_free
Показать все...
ORO_FREE_INTERNET📶

Channel afaan oromoo dhiyeenya banamuu dhan jallatamumma guddaa argate Chaanaalii kanarraa👇 ■New Airdrop🚀 ■free internet ■Daily comb ■Crypto news ■Tech tips argattu! Maarre waliin taane afaan keenya karaa hundaanu haa guddisnnu. Join👇👇👇👇👇👇👇

👍 5
#Aaga_Dhaga'aa Barattoota maraaf! Miidiyaan https://t.me/oro_free osoo qarshii tokkollee hin baasin karaa ittiin kaardii guuttachuu dandeessan isiniif qopheessee xumureera. Miidiyichi kana xiyyeeffannoo itti kennuun kan hojjateef barattoonni baay'een sababa kaardii dhabuutiin bilbila bilbiluu, interneetii fayyadamuufi beekumsa argachuu qabanu dhabaa waan jiraniifi. Maarree haalli mijataan kun barattoota irratti xiyyeeffatee kan hojjatame ta'us namni kamuu fayyadamuu danda'a. Kana booda kaardii maalinan bitadha, liqii teelee irraa liqeeffadha jechuu hambisuu keenyaaf gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama. Pirojektii kana miidiyichi xumuree gulaalaa kan jiruufi yeroo gabaabaa booda qilleensarra kan oolchuu ta’uu yeroo ibsu gammachuu guddaatu itti dhaga’ama! https://t.me/oro_free https://t.me/oro_free https://t.me/oro_free
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.