cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Maalif Hin Taane⁉️

Everything is possible!!!

Больше
Рекламные посты
4 853
Подписчики
+324 часа
+997 дней
+1 73230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
#SEEROTA_JIREENYAA!!! 👉Qabbanaa'aa ta'i malee gara-jabeessa hin ta'in! 🙏Nama hunda kabaji, garuu nama hunda waliin walii hin galin! 💪Ofitti amani malee of hin tuulin! 😍Amanamaa ta'i, garuu nama hundaaf hin himin! ✍Waan hunda ilaalii dhaggeeffadhu, garuu jechoota kee sirritti filadhu! 👇👇👇👇👇👇 Join @Abbaskedir76 Galatoomaa 🙏🙏
Показать все...
👍 4👏 2 1🔥 1
Paasportii haaraa baafachuu feetu? Paasportii expired ta'ee haaromfachuu barbaaddu? Paasportii isin jala badee ykn hatamee baafachuu barbaaddu? Nu qunnama isiniif guutna.  Akkasuma Paasportii guuttanii guyyaan beellama darbee isiniif hin dhufin yoo ta'es nu qunnama isiniif sirreessina. Ulaagaalee passport baafachuf barbaachisan: 1. Haaraa baafachuuf wantoonni barbaachisan -  Ragaa dhalootaa -  Waraqaa eenyummaa ganda fi -  Lakkoofsa bilbilaa waliin nuuf ergitu 2.  Haaromsuuf wantootni barbaachisan: - Passportii keessan fuula duraa suuraa kaasuun ykn (scan) gochuu -  Fotoo gurdii -  Lakkoofsa bilbilaa waliin nuuf ergitu 3. Kan bade baafachuf: -  Copy paasportii duraanii  -  Ragaa waajjira  poolisii -  Waraqaa eenyummaa -  Fotoo gurdii - Lakkoofsa Bilbilaa waliin nuuf ergitu Paasportii manca'ee ykn ciccitee fi kan ijoolles baasu yoo barbaddanis nu qunnama. Paasportii isiniif guutnuu qulqullinaa fi sadarkaa Dhabbatni  immigration kaayetiin isiniif guutna. Akkasuma hamma paasportii isin qaqqabuu isiniif hordofna. Paasportii hedduun sababoota gara garaatif hojjatama hin jiru. Warroorni guyyaan beellama darbe hamma amma isiniif hin dhufin nu qunnama isiniif sirreessina. Beellamaa qabsiifachuuf Lakk Bilbilaa: 0994248463 Lakk Telgram: +251994248463 @Paasportionlineguutuu Hubachiisa paasportii daddaffii(Aschokaayii) gonkumaa hin jiruu.
Показать все...
👍 3👏 2 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
#Yaadota_Baay'ee_Barsiisoo_kana_dubbisi!! 1.#Nama namoonni akka fedha isaaniitti kaartaa jireenya isaaniitiin jiraachiisan hin ta'in. Kaartaa jireenya kee bocadhu! Kaartaa kee irratti of ijaari! 2. #Argii jalqabi malee arguu qofaaf hin jalqabin! Dhaga'ii ba'i malee dhaga'uu qofaaf hin ba'in! 3. #Ofii kee wajjin yeroo bal'aa fi sirrii ta'e qabaadhu! 4. #Kan nama kuffisu baay'ina rakkinaa osoo hin taane, mul'ata xiqqoo fi obsa xiqqoo qabaachuudha! 5. #Miidhama sirra ga'eef beellama haaloo ba'uu hin qabatin. Yeroo hundumaa ilaalchaa haaloo ba'uutu sirratti mo'a waan ta'eef. 6. #Borii keef karoorsi. Har'a keetti garuu gammachuudhaan jiraadhu! 7. #Guyyaa tokko akka addunyaa lafarraa kana wajjin waliigaltee jireenyaa xumurtee deemtu(duutu) yeroo hundumaa yaadaa mana keetii ba'i akkasumas yaadaa mana keetti gali. #Addunyaa daqiiqaa tokko booda waan ta'uu hin beekneef, nama hin jibbin ofiikees hin jibbin! #Like and #Share hin dagatinaa🙏 #Join 👇👇👇👇👇👇 https://Abbaskedir76
Показать все...
👍 5 2🔥 2🥰 2👏 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Namoota ofii isaanii irrattis ta'ee hariiroo namoota biroo wajjin qaban irratti amantaa gahaa hin qabneef yaada yookiin miira isaanii ibsachuuf ofitti amanamummaa hin qabneef 😭👇🏾👇🏾 tarkaanfiin jalqabaa isaan hordofuu qaban,... See More 👉 See more 👈    👉 See more 👈
Показать все...
Gaaffii amma jalqabnee waan jirruuf badhaasa guddaa waan qabduuf ammuma hiriyoota keessaniif share godhaa Iddoon gaaffii 👇👇👇👇👇 @ABDII_SABHAA ti @ABDII_SABHAA ti React godhaa warreen keessa jirtan
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Amantii kam irra jaallattaa Filadhu
Показать все...
☪️ 🕋 muslim ☪️ 🕌🕋
☦Orthodox ☦
✝Catholic ✝
🕉Hindustan 🕉
☸Buddhism ☸️
All are one
➕️ add your channel
Repost from N/a
Показать все...
🅰️ Join All Channels 🅰️
Gaggeessummaa
Reading PDF
💍 Gaaela Gaarii 💍
Ergaa Guyyaa
Bilchina Sammuu
Power Of Thought
Kakuu Studio
Singer Megertu Official
Getu Official
Barruu Beektotaa
Student Library
Top Books
Books Wallpapers
Spiritual Books
English books
Coba Yaadaa
💭 Daily Quotes 💭
Kutannoo
ARARA TV WORLD WIDE
Truth For All
Naardos Official
Kiisii Tube
Best Classicals
Dirree Entertainment
Dhaloota Dhugaa
Dhaloota Qaroo
Coba Qalamaa
Walaloofi Asoosama
Walaloo Jaalalaa
Miira Jaalalaa
Godaannisa Sammuu
Students Book
🎗️ Learn English 🎗️
Dhimma Fayyaa
Research Paper
💥 OIC 💥
😁 Kottaa Kolfaa
Dawit (Gurree) Poem
Dubbiilee Hayyootaa
Moo'amee Hin Galu
Motivational Tips
Grow In Christ
Walaloo Faaruu
Hambisaa Motivation
Mammaaksa Oromoo
አማርኛ አባባሎች
Hojii Online 💰
GabaaChannel
🔔 HopePromo
🅰️ Join All Channels 🅰️
Contact Us for Promo
Фото недоступноПоказать в Telegram
#Ilimi_Namaa........!!!!!!!😢😢😢 Foon irraa dhumuuf hanguma kaameraan itti fayyadamaa ture sun harkaa bu’uyyuu eeguu hin dandeenye. Namni qabeenyaan (meeshaan) of-dhaadu, kan of-tuulummaan onnee iitesse, kan Aangoo fi humni isaa biyya lafaa kana irratti dhuma hinqabne se’us tana ni dhandhama. Gaarii hojjattus, gaarii dubbattus, hamaa taatus, hamaa dubbattus, beekaa fi qabaataa taatus siif hin haftu. Dhumni ilma namaa tanuma! #Eeni_dhumni_keenya_hanganuma😢😢😢😢😢😢😢😢 #Galatoomaa!! 👇👇👇 @Abbaskedir76
Показать все...
👍 6 3🥰 1😁 1
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.