cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

BURQAA BEEKUMSAA

Больше
Финляндия856Язык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
7 326
Подписчики
+5224 часа
+4217 дней
+1 76930 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
Показать все...
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐝 𝐀𝐥𝐥 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
MUL'ATA MILKAA'AA QABAACHUU ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➬ Warri mul'ata isaanii milkeeffachuu dadhaban; mul'ata kee akka sin gachisiifne of eeggadhu! Sababa warra gatii kaffalanii mul'ata isaanii milkeeffachuu sodaataniif; ati karaa kee irraa maquu hin qabdu! Abdii kan si kutachiisan maatii kee fi hiriyoota kee dabalateeti malee diinota kee fi warra si jibban qofa miti. ➬ Waan waaqayyoo sitti agarsiise murteessi! Mul'ata kee cinaa dhaabadhu! Waan baramaa fi waan rakasa ta'e barbaaduu dhiisi! ➬ Namoonni baay'een mul'ataa fi hojiif osoo hin taanee; yaada (comment) kennuuf qofa yeroo kamiyyuu qophaa'oo akka ta'an ni mul'ata! Yaadni namoota si jibbanii, karaa gara milkaa'ina keetti si geessu irraa si dhaabuu akka hin dandeenye beeki! ➬ Milkaa'inni namoota biroo gonkumaa mul'ata kee ta'uu akka hin dandeenye amani! Mul'ata kee osoo hin taane yaada namootaa hordoftee kan fiigdu yoo taate durumayyuu ati nama ofii kee hin turre jechuu dha. ➬ Namni kamiyyuu yaada qabaachuu danda'a. Ani garuu yaada kennameef jedhee isa kanas isa sanas waliin hin maku. Namoonni si jibban abdii si kutachiisuuf kan tattaaffatan maaliif sitti fakkaata? ➥ Mul'ata isaa milkeeffata jedhanii waan sodaataniif dha. Diinni isaanii milkaa'ina keeti malee si miti. Yoo isaaf milkaa'eef barbaadamummaan keenya ni jiraata jedhanii yaadda'u. Yoo siif milkaa'e boddeetti kan hafan; bu'aa keetiin waan gufatan itti fakkaata. ➥ Ati waan jireenya keetti mul'atu yoo raawwattu; isaan homaa akka hin goone itti kofachiista. ➥ Ofitti amanuu dhabuun isaanii qorra itti gadhiisa. ➥ Duwwaan isaanii itti iyya. MAALIREE? ➱ Namoota akkasii dhaggeeffachuuf gurra yoo kenniteef gara sadarkaa isaaniitti akka si buusan heeyyamtaaf! Namoonni hundi yaada qabu. Keessumaa namoonni mul'ata hin qabne yaadota gaggaaridhaan kan guutamaniidha. ➱ Hin ta'u jedhamuu hin jibbin; mul'ata kee gonkumaa namoota si jibbanitti dabarsitee hin kennin! Kaayyoo jireenya isaanii milkeessuu warra dhadhabaniif laphee kee hin banin! Sagalee si keessa jiru dhaggeeffadhu! ➱ Sagalee waaqayyoo dhaggeeffadhu! Namoota si jibban si caala milkaa'efii argitee beektaa? Kan isaaniif milkaa'u jibba isaanii qofadha. Yoo isaaniif milkaa'ellee ni kassaru malee si hin ajaa'ibsiifatan! ➱ Jibbi firii malee ulfeeffamee gadameessa malee summii dhalatu akka ta'e namoota irraa dhaga'eera. Namoota siin falman dhiisi! Ati garuu hojii kee calluma jedhii ittuma fufii hojjedhu! ➱ Maal jedhe jedhi galaanichi akka waan darbee fi gab yeroo jedhan ni argita. Namoonni si jibban dhugaa si jibbanii miti kan jibban ofii isaaniidha. Sababiin isaas ati isa isaan ta'uu barbaadan waan taateefi dha. ➱ Tokko tokkoon namoota milkaa'ota ta'anii diinonni irratti wal ga'u. Warri itti caale immoo gurmaa'anii buna dhuganii hammeenya kuusatanii sitti dhufuutii hin sodaatin! Hammeenyi isaanii yommuu dhumu ni bittinnaa'u. ➱ Jibbi gamoo dhaabbataa ta'e hin qabu. Asiif achitti kan dhaabamu dunkaana urataa ta'e dha. Bara jireenya kootii hunda jibba qabaatee namni milkaa'e raawwatee na mudatee hin beeku. Milkaa'inni #DNA warra kaan jibbuu fi tuffatu hin qabu. Diinota qabdaa? Gaariidha. Kana jechuun yeroo ta'etti jireenya keef waan ta'e tokkoof ejjennoo jabaa fudhatteerta jechuudha. ➱ Moo'attoonni xiyyeeffannoon isaanii moo'achuu irradha. ➱ Moo'amtonni xiyyeeffannoon isaanii moo'attoota irradha. Adda addummaan isaa as irrattidha. Kanaafuu Ija kee kaayyoo kee fi mul'ata kee irra qofa kaa'i! Yeroo sana eegumsi waaqayyoo si wajjin itti fufa! Sababni isaas ka'uumsa gaarii keessa jibba, inaaftummaanii fi tuffiin hin jiru waan ta'eef. ➦ Wɑɑn beektɑnii fi dubbistɑn dhɑlootɑɑf dɑbɑrsɑɑ. Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu! ➦ Gαℓαтσσмαα!!! https://t.me/Burqaa_Beekum_saa
Показать все...

1
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Показать все...
1
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
Фото недоступноПоказать в Telegram
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒂𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!! 𝑌𝑒𝑟𝑜𝑜 𝐽𝑎𝑙𝑞𝑎𝑏𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖𝑓 𝐾𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑅𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖 𝐾𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑁𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑋𝑖𝑦𝑦𝑎 𝐷𝑎𝑟𝑏𝑎𝑡𝑒 𝐸𝑒𝑛𝑦𝑢𝑢?
Показать все...
𝑲𝒉𝒂𝒍𝒊𝒊𝒅 𝑰𝒃𝒏𝒖 𝑨𝒍-𝑾𝒂𝒍𝒊𝒊𝒅 ( 𝑹.𝑨)
𝑯𝒂𝒎𝒛𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒖 𝑨𝒃𝒅𝒖𝒍-𝑴𝒖𝒙𝒙𝒂𝒍𝒊𝒃 ( 𝑹.𝑨)
𝒁𝒆𝒚𝒊𝒊𝒅 𝑩𝒊𝒏 𝑨𝒍-𝑯𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 ( 𝑹.𝑨)
𝑺𝒂'𝒂𝒂𝒅 𝑩𝒊𝒏 𝑨𝒃𝒊𝒊 𝑾𝒂𝒒𝒒𝒂𝒂𝒔 ( 𝑹.𝑨)
1𝐆𝐁 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐁 𝐓𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐞 𝐌𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐓𝐚'𝐚𝐚⁉️       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
Показать все...
2024 MB
1500 MB
1024 MB
1000 MB
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Показать все...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚