cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Booree Gaafa Xiiqii

Imala Milkii Deemsa Kaayyoo Sitti hin Fakkaatin Wanta Laayyoo ! Dachaa Bu'ee Gaara Ba'ee Kaayyof Jecha Hunda Ta'ee Sabaaf jecha Aarsa Baafta Kan si qeequ Ana Aarsaa Afaan Guuten Suma WBOn Faarsaa Booree Gaafa Xiiqii

Больше
Рекламные посты
2 135
Подписчики
+1424 часа
+477 дней
+17730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Walii Galuun Onnee Walii Fayisuudha. Qabsoon Kana Dheebotti!! Maddi dhibeefi rakkoo boora'uu nagaa Addunyaa wal hubachuu dhabuu fi daangaa dhabuu fedhii bu'uuraa dhala namaati. Miiraafi fedhii walii beekuun angafa nagaa dhahannaa onnee yaadaan wal keessatti wal dubbisuu danda'uu keenyaati Toora qabsoo keessatti qabsa'aan qabsoo sabaaf of kenne dursa taliiga hubannoon cuuphamee ogummaa ittiin hamtuufi gaarii adda baafatu kudhaammachuun madda aara galfii sabaaf ta'uun akka.  Warraaqaan warraaquuf ba'e eenyun olitti hubannaan waan hoogganuuf hubataa namaa ta'ee kaayyoofi akeeka jaarmiyaasaaf bitamee qooddataa seenaa ta'a Bakka wal hubannaan hinjirretti jaalalaafi tokkummaan ni maseenu. Qooda jaalala facaasanii tokkummaa haammatan jaalala facaasanii jibbaafi diigumsa haammatu. Bakka wal hubannaan jirutti ammoo waldhabdeefi jibbi, diigumsaafi inaaffi tasa hinjiraatu Bakka wal hubannaan jirutti jaalala yoo facaasan jaalalli tokkummaa lakkuu hanqaaqee gootummaa biqilcha. Gootummaa dagaagsee sabboonuaa hundeen gadi dhaaba Qabsoo haqaa keessatti wal hubannaan soora qaamaafi qalbii qofa utuu hintaane taliila qulqulluu dheebu baaftuu onnee gootummaan machoofteeti. Qabsa'aan qabsoo sabaa onneefi sammuu qulqulluun waliin qabsaa'u walbeekuu garasitti waliif beekuu irratti waan fuulleffatuuf xurree qabsoo milkeessuuf abbale hunda caalaa wal hubachuun galmaan gaha Miira walii beekuufi walbeekuun baabura qabsoo keessatti akkaan barbaachisa. Walbeekuurra waliif beekuutu waliin nu galcha. Miira walii beekuun keenya angafa yaadaan wal dubbisuu danda'uu keenyaati Warra waan jiraatuf beekee jiraatu  dandeettii fi ga’umsa qabun bu’aa sabaaf tokkummaa siyaasaa jaarmiyaa jabaa fi ga'aa ta’e kan oromoo madaaluu ijaruuf warraa rafee hin bulle kan raafamuun siyaasaa fi ololaa hamilee isaanitti hin buunee haala kamiyyuu keessatti abdii kan hin kutannee nuuf jiraadhaa.
Показать все...
𝐖𝐚𝐥 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐀𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐖𝐚𝐥 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢 Maddi dhibeefi rakkoo boora'uu nagaa Addunyaa wal hubachuu dhabuufi daangaa dhabuu fedhii bu'uuraa dhala namaati. Miiraafi fedhii walii beekuun angafa nagaa dhahannaa onnee yaadaan wal keessatti wal dubbisuu danda'uu keenyaati Toora qabsoo keessatti qabsa'aan qabsoo sabaaf of kenne dursa taliiga hubannoon cuuphamee ogummaa ittiin hamtuufi gaarii adda baafatu kudhaammachuun madda aara galfii sabaaf ta'uun akka. Warraaqaan warraaquuf ba'e eenyun olitti hubannaan waan hoogganuuf hubataa namaa ta'ee kaayyoofi akeeka jaarmiyaasaaf bitamee qooddataa seenaa ta'a Bakka wal hubannaan hinjirretti jaalalaafi tokkummaan ni maseenu. Qooda jaalala facaasanii tokkummaa haammatan jaalala facaasanii jibbaafi diigumsa haammatu. Bakka wal hubannaan jirutti ammoo waldhabdeefi jibbi, diigumsaafi inaaffi tasa hinjiraatu Bakka wal hubannaan jirutti jaalala yoo facaasan jaalalli tokkummaa lakkuu hanqaaqee gootummaa biqilcha. Gootummaa dagaagsee sabboonuaa hundeen gadi dhaaba Qabsoo haqaa keessatti wal hubannaan soora qaamaafi qalbii qofa utuu hintaane taliila qulqulluu dheebu baaftuu onnee gootummaan machoofteeti. Qabsa'aan qabsoo sabaa onneefi sammuu qulqulluun waliin qabsaa'u walbeekuu garasitti waliif beekuu irratti waan fuulleffatuuf xurree qabsoo milkeessuuf abbale hunda caalaa wal hubachuun galmaan gaha Miira walii beekuufi walbeekuun baabura qabsoo keessatti akkaan barbaachisa. Walbeekuurra waliif beekuutu waliin nu galcha. Miira walii beekuun keenya angafa yaadaan wal dubbisuu danda'uu keenyaati Warra waan jiraatuf beekee jiraatu dandeettii fi ga’umsa qabun bu’aa sabaaf tokkummaa siyaasaa jaarmiyaa jabaa fi ga'aa ta’e kan oromoo madaaluu ijaruuf warraa rafee hin bulle kan raafamuun siyaasaa fi ololaa hamilee isaanitti hin buunee haala kamiyyuu keessatti abdi kan hin kutannee nuuf jiraadha #Injifannoon_ummata_Oromoof #OROMIYAAN BIYYAA Join share godhaa Hordofaa https://t.me/Booree_Gaafa_Xiiqii
Показать все...
Booree Gaafa Xiiqii

Imala Milkii Deemsa Kaayyoo Sitti hin Fakkaatin Wanta Laayyoo ! Dachaa Bu'ee Gaara Ba'ee Kaayyof Jecha Hunda Ta'ee Sabaaf jecha Aarsa Baafta Kan si qeequ Ana Aarsaa Afaan Guuten Suma WBOn Faarsaa Booree Gaafa Xiiqii

Dhadhaabbata dhaabii, nama dhaabbataa dhaabaa fi dhaabbata qabu tahi ...          https://t.me/Booree_Gaafa_Xiiqii
Показать все...
Booree Gaafa Xiiqii

Imala Milkii Deemsa Kaayyoo Sitti hin Fakkaatin Wanta Laayyoo ! Dachaa Bu'ee Gaara Ba'ee Kaayyof Jecha Hunda Ta'ee Sabaaf jecha Aarsa Baafta Kan si qeequ Ana Aarsaa Afaan Guuten Suma WBOn Faarsaa Booree Gaafa Xiiqii

Фото недоступноПоказать в Telegram
Of Baruun Of Baraarudha! Baga Of Bartanii Of Baraartanii! Mooraa Warra Saba Baraarutti Nagaan Dhuftan Jennerra!
Показать все...
𝐖𝐚𝐥 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐀𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐖𝐚𝐥 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢 Maddi dhibeefi rakkoo boora'uu nagaa Addunyaa wal hubachuu dhabuufi daangaa dhabuu fedhii bu'uuraa dhala namaati. Miiraafi fedhii walii beekuun angafa nagaa dhahannaa onnee yaadaan wal keessatti wal dubbisuu danda'uu keenyaati Toora qabsoo keessatti qabsa'aan qabsoo sabaaf of kenne dursa taliiga hubannoon cuuphamee ogummaa ittiin hamtuufi gaarii adda baafatu kudhaammachuun madda aara galfii sabaaf ta'uun akka. Warraaqaan warraaquuf ba'e eenyun olitti hubannaan waan hoogganuuf hubataa namaa ta'ee kaayyoofi akeeka jaarmiyaasaaf bitamee qooddataa seenaa ta'a Bakka wal hubannaan hinjirretti jaalalaafi tokkummaan ni maseenu. Qooda jaalala facaasanii tokkummaa haammatan jaalala facaasanii jibbaafi diigumsa haammatu. Bakka wal hubannaan jirutti ammoo waldhabdeefi jibbi, diigumsaafi inaaffi tasa hinjiraatu Bakka wal hubannaan jirutti jaalala yoo facaasan jaalalli tokkummaa lakkuu hanqaaqee gootummaa biqilcha. Gootummaa dagaagsee sabboonuaa hundeen gadi dhaaba Qabsoo haqaa keessatti wal hubannaan soora qaamaafi qalbii qofa utuu hintaane taliila qulqulluu dheebu baaftuu onnee gootummaan machoofteeti. Qabsa'aan qabsoo sabaa onneefi sammuu qulqulluun waliin qabsaa'u walbeekuu garasitti waliif beekuu irratti waan fuulleffatuuf xurree qabsoo milkeessuuf abbale hunda caalaa wal hubachuun galmaan gaha Miira walii beekuufi walbeekuun baabura qabsoo keessatti akkaan barbaachisa. Walbeekuurra waliif beekuutu waliin nu galcha. Miira walii beekuun keenya angafa yaadaan wal dubbisuu danda'uu keenyaati Warra waan jiraatuf beekee jiraatu dandeettii fi ga’umsa qabun bu’aa sabaaf tokkummaa siyaasaa jaarmiyaa jabaa fi ga'aa ta’e kan oromoo madaaluu ijaruuf warraa rafee hin bulle kan raafamuun siyaasaa fi ololaa hamilee isaanitti hin buunee haala kamiyyuu keessatti abdi kan hin kutannee nuuf jiraadha #Injifannoon_ummata_Oromoof
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
wallee #Wallo_waloo_lafaa jedhu qabatee dhufaa jira Jaal Ifabaas Abbaa Dhugaa     Welcome jedhaanii!
Показать все...
Imala Milkii Deemsa Kaayyoo Sitti hin Fakkaatin Wanta Laayyoo ! Dachaa Bu'ee Gaara Ba'ee Kaayyof Jecha Hunda Ta'ee Sabaaf jecha Aarsa Baafta Kan si qeequ Ana Aarsaa Afaan Guuten Suma WBOn Faarsaa JOIN SHARE GODHAA HORDOFAA https://t.me/Booree_Gaafa_Xiiqii #OROMIYAAN BIYYAA
Показать все...
Booree Gaafa Xiiqii

Imala Milkii Deemsa Kaayyoo Sitti hin Fakkaatin Wanta Laayyoo ! Dachaa Bu'ee Gaara Ba'ee Kaayyof Jecha Hunda Ta'ee Sabaaf jecha Aarsa Baafta Kan si qeequ Ana Aarsaa Afaan Guuten Suma WBOn Faarsaa Booree Gaafa Xiiqii

00:59
Видео недоступноПоказать в Telegram
Jechoota president Zimbaabuwee Robert Mugaabeen dubbatan keessaa ajaa’ibsiisoon kun impaayera Itiyoophiyaa keessatti qabatamaatti hojiirra oolee jira.
Показать все...
11.25 MB
Показать все...
Ethiopianist and Oromianist. ፕ/ር ብርሃኑ ነጋና ጃል ዳዉድ ኢብሳ ተገናኙ

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.