cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Obsuun furmaata

Boruu arguf har'a obsine!

Больше
Рекламные посты
220
Подписчики
Нет данных24 часа
+107 дней
+1530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

#Qormaata_Ba'uu 📚Bu'aan qormaata ba'uu kan dhuunfaa  yoom ifooma? Bu'aan eebbifamtoota yunivarsiitiiwwan mootummaa bara 2016 Waxabajjii 21/2016 akka ifoome ni beekama. ---------------------------------------- Kanuma waliin bu'aan barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa waliin qormaata ba'uu fudhatan hanga ammaatti hin ibsamne. ✅Kana hordofuun qoramtoonni dhuunfaa gaaffilee hedduu Media Haqaaf dhiyeessan. ✅ Hogganaan deeskii  A Iyoob Ayene (Dr.) akka himanitti, "bu'aa qormaata dhuunfaa waliin walqabatee wantoota hin xumuramne waan jiraniif bu'aan qoramtoota kanaas hin ibsamne," jedhan. Bu'aan qormaata ba'iinsa qoramtoota dhuunfaa akkuma dhimmoonni hafan xumuramaniin ni ifooma jedhan. Hogganaan Waldaa Olaanoo fi Dhaabbilee Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Dhuunfaa Itiyoophiyaa Atoo Tafarraa Gabayyoo  akka jedhanitti, "Dhimmoonni odeeffannoo waliigalaa fi kaffaltii qorumsa dhuunfaa waliin walqabatan yeroo xumuraman bu'aan qorannoo kanaa kan gadhiifamu ta'a guyyoota muraasa booda. 📚Waldichi miseensa ta’uun dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa 178 qaba. Bu'aan barattoota dhaabbilee dhuunfaa gara dhaabbileetti akka hin ergamne odeeffannoo dhaabbilee irraa arganne irraa kan hubanneerra Bu'aan Barattoota Kanaas dafee ergamuu  akka danda'uuf dhimmi biraa isaan hin ilaallatu waan ta'eef bu'aa isaanii irratti yaadda'uu akka hin qabne hubachiisaniiru. Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa 124 bara kana qormaata ba’uu barattoota isaanii akka kennan ni beekama. 🌷Odeeffannoo Haaraa Jiru dursinee kan isin biraan geenyu ta'a.Barattoonni keenyas Obsaan Eegaa. Obsuun furmaata
Показать все...
👍 1
Namaaf jettee gaarii yoo fakkaatee ni midhamtan. ofii keetiif jettee gaarii yoo taate garuu boqonnaa sammuu argata. Nus jibbaa fi Hinaaffaan  hamma nu keessatti dagaagee jirutti, fayyaa Fooniif Hafuuraa guutuu qabaachuu  hin dandeenyu😭👇🏾 Jechoota barsiiso fi bashanasiso argachuf karaa link kana seenun join godha 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/httpsbikila
Показать все...
Obsuun furmaata

Boruu arguf har'a obsine!

👍 6
Namni Hunduu Gaafa waan Fooyya'aa Argate Si gatee Deema.
Показать все...
👍 6
Фото недоступноПоказать в Telegram
Utuu isin ta'ee, mudannoowwan akkanaa kana ni damdamattuu? Seenaan kun dukkana duuba ifni akka jiru, rakkina boodas bal'inni akka jiru nu barsiisa. Qormaatawwan jireenya keenya keessatti nu mudatan Waaqayyo waan godheef beeka. Yeroo akkasitti obsa, abdii fi cichoomina qabaachuu nu gaafata. Rakkinni hin darbine hin jiru. Namoonni hedduun garuu rakkoo salphaa yeroo muraasaaf jedhanii murtii keessa deebii hin qabne ofirratti murteessu. Garuu haalli nutti ulfaate kamiyyuu inuma darbama. Tarii har'a obboloonni koo haala ulfaata aakkasii keessa jirtan baay'eedha ta'a. Bu'aa ba'ii Gammeen dabarse kanarraa waa hin hubannee? Inni abbaa isaa dhabe, obboleettii isaa dhabe, dhumarra haadha isaas dhabe. Kana caalaa ba'aa ulfaataan jiraa? Gonkumaa! Rakkinni kee kan namaarra waan caalu sitti fakkaatee inni abdii kuttee gara itti gortu dhabdee jirtu #jabaadhu. Tattaafadhu 🏃🏃
Показать все...
👍 9
Фото недоступноПоказать в Telegram
Dhiira gaafa xiiqii Uummataaf dubbattu Qallayyoo Hundeessaa Gaanfuree Guddattuu… Har’as akkuma barre Hidhii xuuxna teenyee Gumaafi dhugaa nyaachaa Waggaa afur geenye!
Показать все...
👍 10
Kanneen isinif hojjachuu dide keessa nu qunnama user name keessan qofa ergachu dandessu channel keessan share gochun guddifadha
Показать все...
👍 4 2
Barattoonni sirreeffamaa amma bu'aa %70 argatu. Yoo yaardii %30 ol dabalataan walakkaa argatte, darbiteetta. 🔖 Saayinsii Uumamaatiif yeroon 70% (350) + 30% (150) = 500 ta'u 250 fi isaa ol darbiteetta. 🔖 Saayinsii Hawaasaatiif yeroon 70% (280) + 30% (120) = 400 ta'u 200 fi isaa ol darbiteetta. 📍 Yoo bu'aa arguuf rakkattan VPN fayyadama
Показать все...
👍 7
Qabxiin Remedial gadhiifameera link kanaan seentanii laaluu in dandeessu👇 https://result.ethernet.edu.et/remedial/result https://result.ethernet.edu.et/remedial/result
Показать все...
👍 5
#ExitExam Qabxiin ba’iinsaa ifoomeera. Ministeerri barnootaa bu’aa qormaata ba’iinsaa Yuunivarsitiileef ergeera. Yuunivarsitiileenis guyyaa harraa irraa ka’uun qabxii akka ifoomsan barameera.
Показать все...
👍 5
Rammaddii baratota kutaa 12 ffaa
Показать все...
Rammaddii_University_barattoota_kutaa_12ffaa_bara_2016kan_Sirreeffame.xlsx1.85 KB
👍 3
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.