cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

حلقة الدعوة والثقافة الإسلامية.

شخص تواضع فتعلم، هو الذي يتكلم رافعا رأسه !!!! Nama Gadi Jedhe Baratetu Ol jedhe dubbata!!!

Больше
Рекламные посты
220
Подписчики
Нет данных24 часа
-17 дней
+330 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Munshiidoota keenya maasha allah
Показать все...
G/B/B/Aana Gachiitti Yaa'in majlisa Aana Gachi Galma magaala Gachitti Haala gaari Ta'en Geggeffama jira. Sagantaa kanarrattis Hoggantoonni Majlisa Godinaafi kan Aana akkasuma koreen gandoota garaa gara erratti argamani jiru.
Показать все...
Waraanni israa'iilii qe'ee keessaa dubartootaaf daa'imman irratti daguuggaa sanyii raawwata. Ioltoonni falasxiin immoo dirree waraanaa irratti daguuggaa taankii waraanaatiifi meeshaalee waraanaa garaa garaa irratti raawwatu.!!!!!!!!! Ordofaa jirtuu? tm/shekshihaab
Показать все...
Dargaggonni magaala Gachi Yaa'i majlisa Aana Gachi Gaafa Guyya 14/04/2016 geggefamurratti marii gabaaba godhaa turan maasha allah rabbin warra tokko tae diini kaddamu nuhaa taasisu
Показать все...
Danbii ittin bulmaata M/M/Dh/I/oromiya dubbisa hubadha
Показать все...
OM BL 2016 Final.pdf9.69 KB
Yaa'ii idila adduniyaa guyyaa har'aa Iiraanitti geggeeffame irratti pirezidaantiin Iiraan akkas jedhan: manni maree nageenya adduniyaa rakkoo hawaasa adduniyaa waan furuu dadhabeef hawaasnii sirna cimaa mirgaa isaa kabachiisuu danda'u haarayatti lafaa kaasee ijaarrachuu qaba jechuun waamicha dhi'eessaniiru.!! tm/shekshihaab
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.