cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Bikila Free Legal Awareness

Chaanaalii kana irratti maxxansaawwan seeraa garagaaraa,Kitaabilee, Qorannoowwan, Moojula, murtiilee Dh. ijibbaataa, seerota adda addaa yeroo yeroon waan maxxanfamaniif hubannoo seeraa akka argattaniif join gochuun nu hordofaa. Hiriyya keessanis affeeraa.

Больше
Рекламные посты
590
Подписчики
Нет данных24 часа
+97 дней
+2530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

SMB Hojjetaa Mootummaa 2012.ppt5.94 MB
SMB Hojjetaa Mootummaa 20-05-2012.pdf1.24 MB
Qajeelfama Iskeelii Mindaa Barsiisootaa 2012.pdf9.40 MB
Qajeelfama Kaffaltii Mindaa JEG_181269155024.pdf26.06 MB
Cee'umsa_Isleclii_Minclaa_Iloiiattoota_Mootummaa_1_merged_1.pdf2.88 MB
SMB Hojjetaa Mootummaa Final 26-03-2012 (2).doc7.73 KB
Qajeelfama_Ramaddii_Haaraa_Muddee_07_bara_2011_Kaabineen_Mirkanaa'e.pdf3.12 KB
Repost from Desalegn B.
Murtiilee Dirqisiisaa Dhaddacha Ijibbaataa MMWF, Kanneen Dhimmoota Yakkaa qofa Ilaallatan, Haala Iftoomina Qabuufi Gabaabinaan (gabatee keessa teechifamuun) Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaatiin kan Qophaa'eedha. Credit to Bisrat T. Hubachiisa: Haala Itti Ogeessi Gabaabsee Gabatee Keessatti Barreessu Hubannoo Dhuunfaa Isaa Irratti Hundaa'uu Waan Danda'uuf Qabiyyee Murtichaa Guutummaa Isaa Dubbisuu Hin Dagatinaa!         Desalegn B.
Показать все...
Murtiiwan_Ijibaata_Kan_Abbootti_Alangaa_Fedeeralattin_walit_kurfa'aan.docx3.37 KB
👍 1
Repost from Elias K. Law Room
Qajeelfama Hundeeffama Koree Raggaasistuu,Teekinikaa fi Komii Raawwii Bittaa Ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakkoofsa 27/2015
Показать все...
Qajeelfama Lakk.27_2015.pdf10.25 MB
Dambii Lak. 153-2005 (1).pdf10.03 KB
Proc-No.-137-1998-Fertilizer-Manufacturing-and-Trade.pdf8.70 KB
Qajeelfama Sirna To'annoo Xaa'oo (1).pdf5.78 MB
Repost from N/a
Qajeelfama Keessummeessa Qabiyyee Lafa Magaalaa Ragaa Hin Qabnee fi Ijaarsa Seeraan Alaa Sirna Qabsiisuuf Bahe.
Показать все...
5-08 (2).pdf7.44 KB
QAJEELFAMA HAARAYA Lakk. 2.2016 (1).PDF2.45 MB
Seerota xaa'oo waliin Wal qabatan
Показать все...
Repost from Binimos lawyer
XAA'OO FI SEERA ( DHOORKAALEE, DIRQAMAA FI ADABBII YAKKAA) ✔️ Xaa'oon wal qabsiisee dhimma qotee bulaan keenya lafa isaatti makuudhaan oomisha isaa itti dabaluudhaan jireenya isaa itti fooyyeefatuudha. Qaamni xaa'oo dhiheessuus yeroon dhaqqabsiisuu fi fayyadamsiisuuf dirqama qaban. ✔️ Gama seeraaniis labsii Oomishaa fi Daldalaa xaa'oo lakk. 137/1998 hogganuuf bahe keewwata 19 dirqama fi Dambii Sirna Dhiyeessii, Raabsii fi Bulchiinsa Liqii Callaa Guddistu Diriirsuuf Qophaa’e lakk.153/2005 kew. 7 aangoo Ejensiis ibseeti jira. ✅ Labsii 137/1998 kew.19 jalatti Dhiheessitootni fi Raabsitootni xaa'oo qabaniin wal qabsiisee dirqamoota armaan gadii tarreessee jira. Isaaniis ✔️ Namni biyya alaatii xaa'oo galchu tokko sagantaa ykn yeroo itti xaa'oon itti bitamuu, yoo akka buufata irra gahuu fi yoon akkam buufata irraa fe'amuu Agency beeksisuu dirqama qaba. ✔️ Alaa galchaan( Importer) xaa'oon buufata irraa yeroo hanga keessatti ni galti jedhee yeroo itti beeksise sanitti gama jiddu galaatti galchuu qaba. ✔️ Alaa galchaan( Importer) xaa'oo alaa galche dirqama iddoo fi yeroo jedhametti sanitti jumlaanii fi qinxaabooniid ta'u tajaajilamtoota biraan gahuu qaba #DHOORKAALEEN labsii Oomishaa fi Daldalaa xaa'oo lakk. 137/1998 Kew. 14 jalatti tarreeffamaniis ✔️ Xaa'oo qulqulina hin qabne ummataaf dhiheessuu ✔️ Xaa'oo hayyama malee daldaluu ✔️ Walitti makanii gurguruu, raabsuu, kuusuu, qaama aangoo qabu irraa qulqullumaan fi gahumsa osoo hin mirkaneeffatin raabsuu. ✔️ Osoo sirnaa hin ashagamiin fi Madaabaraa meeshaa inni itti dhufu dhiisaanii kan biraatti naqanii gurguruu. ✔️ Qaama aangoo qabuun yeroo fi yoom akka raabsamuu qabu osoo hin ifoomin raabsuu ✔️ Xaa'oo akka ummata bira dhaqqabu jedhamee bahe dhunfaaf oolfachuu fi gatii jedhamee olitti gurguruu. ✔️ Ulaagaa itti geejibsiifamuu qabu ( hayyama daldalaa, hayya Raabsaa, Ashaaguu, fi Maadabaraa isiitiin sirnaan ashaggamee ) deemuu. #ADABBII Adabbii ilaalchisee labsii Oomishaa fi Daldalaa xaa'oo lakk. 137/1998 kew.26 jalatti. ✅ Namni kamiyyuu itti yaadee xaa'oo walitti makuun ykn xaa'oo hin galmaa'in yoo gurgurtaaf dhiheeyse adabbii hidhaa cimaa waggaa 8 hanga 10 fi Maallaqa qarshui kuma 25 hanga kuma 35 ti Adabama. ✅ Namni kamiyyuu xaa'oo sadarkaa isii hin eeggatin yoo gurgurtaaf dhiyeesse kana jechuun kan labsii Oomishaa fi Daldalaa xaa'oo lakk. 137/1998 kew. 17 jalatti tarreeffaman isaaniis ✅ Xaa'oo qulqullina qaama mirkaneessa gahumsaatin qulqullummaan isii mirkanaawiin fi Istaandaardii biyya tanaa hin madaallee gurgurtaaf dhiyeessuu, raabsuu, walitti qabuu fi kkf godhee yoo argame. adabbii hidhaa cimaa waggaa 5 hanga 7 fi Maallaqa qarshui kuma 25 hanga kuma 30 ti Adabama. ✅ Namni kamiyyuu xaa'oo osoo beekuu xaa'oo sadarkaa isii hin eeggatiinii fi karaxiixii ( Madaabaraa ) gahumsaa hin qabneetti godhee yoo gurgurtaaf dhiheesse adabbii hidhaa cimaa waggaa 3 hanga 5 fi Maallaqa qarshui kuma 15 hanga kuma 25 ti Adabama. ✅ Namni kamiyyuu xaa'oo sirnaan osoo hin ashagiin ykn hin saamsin akkasumaas sadarkaa ishee hin eegiin fi ulfaatinni xaa'oo madaafaraa keessa jiruus yoo hirdhate adabbii hidhaa cimaa waggaa 1 hanga 3 fi Maallaqa qarshii kuma 5 hanga kuma 15 ti Adabama. ✅ Namni kamiyyuu yeroo qaama aangoo qabuun sanada gaafatamu yoo dookimaantii dhoorkamaa(prohibit) ta'e dhiiheesse adabbii hidhaa cimaa waggaa 1 hanga 5 fi Maallaqa qarshui kuma 5 hanga kuma 10 ti Adabama. ✅ Namni kamiyyuu yeroo qulqullummaan xaa'oo madaalamuutti naamunaa(Sample), qo'annoo fi xiinxalaaf qaama madaalli kennutti tan biraa dhiiheessuun xaa'oon dhiyaatee yoo kan oomisha isa sirriin bakka hin buune ykn hin madaalle dhiheessuun yoo kan dogongorsiisu ta'e adabbii hidhaa cimaa waggaa 1 hanga 3 fi Maallaqa qarshii kuma 10 hanga kuma 15 ti Adabama. ✅ Namni kamiyyuu itti yaadee ittii xaa'oo itti kuusaamtee fi dabalamee jiru yoo cabse adabbii hidhaa hanga waggaa tokkoo fi Maallaqa qarshui kuma 5 hanga kuma 10 ti Adabama. #Galatoomaa #BINIMOS_SHEMALIS Labsii guutuu argachuuf link kana jalaa argattu. https://t.me/binimoslawyer
Показать все...
Binimos lawyer

Lawyer

👍 1
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.