cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Media show

ODEEFFANNOO BARNOOTAA FI ODDEEFFAANNOO WAYITAWWAA 🎯MARIIF @bakkamarii

Больше
Рекламные посты
4 930
Подписчики
+1524 часа
+1217 дней
+2 27030 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
#Odeeffannoo dhiyeenyaa # bu'aan qormaata xumuraa barattoota sirreeffamaa bara 2016 qormaata ba'uu erga xumuramee booda akka ifoomu jedhame. #Barattoonni hedduun bu'aan qormaataa yoom akka ifoomu nu gaafataniiru. #Bu'aan qormaataa yoom akka ifoomu hoggansa olaanaa Ministeera Barnootaa gaafanneerra; "Yeroo muraasa booda, guyyoota qormaanni ba'uu xumurame booda" jedhanii deebisan. #Qormaanni xumuraa barattoota sirreeffamaa bara 2016 June 3-11/2016 akka kenname ni yaadatama.
Показать все...
1
Фото недоступноПоказать в Telegram
#Yuunivarsiitiin Finfinnee #barattoota sagantaa digirii jalqabaa fi digrii lammaffaatiin barsiise ture waxabajjii 29, 2016 yeroo 74ffaaf Galma Mileniyeemii keessatti akka eebbisu beeksise. @Mediashow43
Показать все...
Qacarrii ogeessa fayyaati
Показать все...
Показать все...
DollarTub - Earn Money by Watching Youtube Videos

Earn Money by Watching Youtube Videos. Withdraw Money Instantly via Paypal,Cahapp etc..

Фото недоступноПоказать в Telegram
#Bu'aan(Result) Barattoota Remedial Qormaata Exit Exam booda akka ifoomaa. #Kanaafuu bu'a Barattoota sagantaa fooyya'iinsaa(Remedial) bara 2016tti Waxabajjii 3-11/2016 kennamuun isaa ni yaadatama. @Mediashow43
Показать все...
7👍 4
#Keeniyaa Naayiroobii fi Mombaasaa dabalatee magaalota Keeniyaa adda addaa keessatti hiriirri eegalameera. Hiriira dargaggootaan durfamu kana keessatti mootummaan gibira dabalataa kaa’uuf wixinee faayinaansii wixineesse guutummaatti akka dhiisu gaafatamaa jira. Mootummaan wixinee kana irratti fooyya'iinsa tokko tokko akka godhu yoo dubbatullee, mormitoonni ejjennoo "Maaliif tokko tokko qofa? Wixinee guutuu dhiisaa" jedhu akka bahan dhaga'ama jira. Mormii guyyaa har'aa guutuu biyyaatti geggeeffamaa jiruun wal qabatee hiriirri magaalaa Naayinoobitti gaggeeffama jiru gaarii akka hin taane fi hiriirtoonni poolisii waliin walitti bu'uun namni tokko madaa'eera. Angawoonni mormii kana diiguuf naannoo Gamoo Invastimantii Daandii Keeniyaattaatti gaazii imimmaan nama boochisu dhukaasuun, Humnoonni bittinneessaa ulee fi gaazii imimmaan nama boochisu fayyadamuun mormitoota ari’aa akka turan himameera.
Показать все...
👍 1
Показать все...
DollarTub - Earn Money by Watching Youtube Videos

Earn Money by Watching Youtube Videos. Withdraw Money Instantly via Paypal,Cahapp etc..

Фото недоступноПоказать в Telegram
Фото недоступноПоказать в Telegram
Фото недоступноПоказать в Telegram
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.