Maths Group11
Открыть в Telegram
The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!
Больше5 108
Подписчики
-424 часа
Нет данных7 дней
-4730 день
Архив постов
5 108
Repost from N/a
🙋♂️𝗚𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗵𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗱𝗮𝗾𝗶𝗶𝗾𝗮𝗮 30 𝗤𝗼𝗳𝗮𝗮𝗳 𝘁𝘂𝗿𝘂 𝗯𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗾𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 1000 𝗤𝗮𝗯𝘂.⏱️
1 𝗠𝗼𝗼𝘁𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗔𝗺𝗲𝗲𝗿𝗶𝗸𝗮𝗮 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗷𝗮𝗹𝗾𝗮𝗯𝗮𝗮 𝗲𝗲𝗻𝘆𝘂?
5 108
The sum and product of two numbers are 12 and 35 respectively. Then the sum of their reciprocals will be:
5 108
Repost from N/a
5 108
+1
#MoE
ዩኒቨርሲቲዎች ስለተማሪዎቻቸው ትክክለኛ መረጃ ካላቀረቡ ፕሬዝዳንቱን ጨምሮ ሀላፊዎቻቸው ከስራ ይባረራሉ ተባለ።
የትምህርት ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ በቀጣይ 6 ወራት ዩኒቨርሲቲዎች ስለተማሪዎቻቸውና ሌሎችም ጉዳዮች መረጃ በትክክል ለትምህርት ሚኒስቴር ማቅረብ አለባቸው ብለዋል።
ይህንን ያላደረገ የዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት በስራው አይቀጥልም ሲሉ አስጠንቅቀዋል።
" ይህንን ስራ እኔ በቀጥታ እከታተለዋለሁ " ማለታቸውን ሸገር ኤፍ ኤም ዘግቧል።
ከወራት በፊት ሚኒስትሩ " ዩኒቨርሲቲዎች ተማሪዎቻቸውን ከነፎቶ እንዲሁም ስለሚሠሩት ሥራ ትክክለኛ መረጃ ስጡን ብለን ከጠየቅን ሦስት ዓመት አልፎናል፡፡ ሆኖም እስካሁን የተሟላ መረጃ ለማግኘት ችግር ሆኖብናል፡፡ በዩኒቨርሲቲዎች ዘንድ እውነተኛ መረጃ መስጠት አልተለመደም " ማለታቸው ይታወሳል።
ዩኒቨርስቲዎች ከተማሪዎች ምገባ ጋር ተያይዞ የውሸት ሪፖርት ያቀርቡ እንደነበር ዩኒቨርሲቲዎች የተማሪ ቁጥር በውሸት በመጨመር በጀት እንዲጨመርላቸው ያደርጉም እንደበር ተናግረው ነበር።
5 108
+2
"Waggoota itti aanan Ramaddiin barattoota ni dhaabata" Pr.Birhaanu Naggaa
Ministeerri barnoota waggoota itti aanan ramaddii barattoota akka dhaabu ministeerri barnoota Pr. Birhaanuu Naggaa beeksiseera.
Kana kan beeksise ministeerri barnoota adeemsa hojii bara 2018 ilaalchisuun sagantaa mallattoo yunivarsiitoota mootummaa waliin taasise irratti dha.
Haaluma kanaanis barattoonni qabxii darbiinsa fidan yunivarsiitii ofii filatanitti fiildii barbaadan akka iyyatan ni taasifamu jedheera.
"Barnoonni Yunivarsiitii akka kanaan duraa ramaddii ministeera barnootaatiin osoo hin ta'in filannoo barattootaatiin " jedheera.
"Barattoonnis yeroo Yunivarsiitii filatanis haala sababa gahaa qabaataniin, Yunivarsitii kanittii damee barnootaa fooyya'aa, beekkumsaa fi carraa hojii argachuu danda'a jechuun filatu" jechuun ibsaniiru.
@maths_group11
5 108
" በሚቀጥሉት ዓመታት የተማሪዎች ምደባ ይቆማል " - ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ
ትምህርት ሚኒስቴር በሚቀጥሉት ዓመታት የተማሪዎች ምደባ እንደሚያቆም ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሀኑ ነጋ አስታወቁ።
ይህ ያሳወቁት የትምህርት ሚኒስቴር ከመንግስት ዩኒቨርስቲዎች ጋር የ2018 ዓ.ም የትምህርት ዘመን የቁልፍ ተግባራት የፊርማ ስነስርዓት ባከናወነበት ወቅት ነው።
በዚሁ ወቅት ፕሮፌሰር ብርሀኑ ነጋ ጠንካራ የስራ አቅጣጫ አስቀምጠዋል፡፡
ፕሮፌሰር ብርሀኑ ነጋ እንደገለፁት፤ በሚቀጥሉት ዓመታት የትምህርት ሚኒስቴር የተማሪዎችን ምደባ እንደሚያቆምና የማለፊያ ነጥብ የሚያስመዘግቡ ተማሪዎች በሚፈልጓቸው ዩኒቨርሲቲዎችና የትምህርት መስኮች እንዲያመለክቱ ይደረጋል፡፡
" የዩኒቨርሲቲ ትምህርት እንደከዚህ ቀደሙ በትምህርት ሚኒስቴር ምደባ ሳይሆን በተማሪዎቹ ምርጫ ይሆናል " ብለዋል።
" ተማሪዎች የሚማሩበትን ዩኒቨርሲቲ ሲመርጡም ምክንያታዊ በመሆን በዬትኛው ዩኒቨርሲቲ የተሻለ የትምህርት መስክ፣ እውቀትና የስራ እድል ላገኝ እችላለሁ በማለት ይመርዝታሉ " ሲሉ ገልጸዋል። #ኢፕድ
@maths_group11
5 108
Carraa kaasuun qofa badhaafamaa!
Qubeewwan tarreeffaman keessaa Tokko filachuun cuqaasuu! Itti aansuun chaanaalota isiniif dhufan JOIN godhaa.
Guyyaa 3 booda abbaan carraa ni ifooma. Carraa keessan amma irraa eegaluun yaalaa.
🏆𝗖𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶🏆
5 108
If the ratio of the ages of two persons is 4:5 and the sum of their ages is 45 years, what is the age of the younger person?
5 108
In a certain code language, HAND is written as SZMW, then what will be the code of MILK?
5 108
#Beeksisa_Hatattamaa!
Barattoota Bara Barnootaa 2018 Kutaa 12ffaa Barachaa Jiran Hundaaf
--------
BBO- Fulbaana 29/2018 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 galmaa'uuf Waraqaan Eenyummaa Biyyoolessaa(#Ethiopian_Digital_ID_Card(Fayida Id.)n/ dirqama kan barbaachisu ta'uu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa beeksiseera.
Kanaafuu, barattootni bara 2018 kutaa 12ffaa barachaa jirtan hundi otuu galmeen hin eegalin dursitanii waraqaa eenyummaa biyyoolessaa (Fayida Id.) akka baafattan isin beeksifna.
Maatiin barattootaafi barsiisotni keenyas galmeen qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa otuu hin gahin gamanumaa dursanii akka baafatan barattoota akka jajjabeessitan kan jedhu dhaamsa keenya ta'a.
@maths_group11
5 108
#Beeksisa_Hatattamaa!
Barattoota Bara Barnootaa 2018 Kutaa 12ffaa Barachaa Jiran Hundaaf
--------
BBO- Fulbaana 29/2018 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 galmaa'uuf Waraqaan Eenyummaa Biyyoolessaa(#Ethiopian_Digital_ID_Card(Fayida Id.)n/ dirqama kan barbaachisu ta'uu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa beeksiseera.
Kanaafuu, barattootni bara 2018 kutaa 12ffaa barachaa jirtan hundi otuu galmeen hin eegalin dursitanii waraqaa eenyummaa biyyoolessaa (Fayida Id.) akka baafattan isin beeksifna.
Maatiin barattootaafi barsiisotni keenyas galmeen qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa otuu hin gahin gamanumaa dursanii akka baafatan barattoota akka jajjabeessitan kan jedhu dhaamsa keenya ta'a.
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
