ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку

Maths Group11

Maths Group11

Открыть в Telegram

The main purposes of this channel are to: 1. 📝 Provide various Mathematics questions and exercises. 2. 📚 Share and publish different educational books. 3. 📖 Provide useful short notes and study materials. For more, contact us through: @Fikiru_Asnake

Больше
5 110
Подписчики
+424 часа
+327 дней
+12830 дней
Архив постов
Beeksisa Barattoota Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa Bara 2019 A.L.I Idilee digirii Duraa (Undergraduate) fi digirii 2ffaa/PhD(Post-graduate) Haaraa fi buleeyyii hundumaaf: Guyyaan galmee Fulbaana 20 fi 21/2019 A.L.I ta'a. Barattoota haaraaf ibsi (Orientation) kan kennamu Fulbaana 22/2019 A.L.I ganama keessaa sa'aatii 3:00 irraa eegaleet. Akkaasumas guyyaan galmee adabbii waliin Fulbaana 22/2019 A.L.I kan ta'u yoo ta'u, barumsi kan eegalu Fulbaana 25/2019 A.L.I ta'uu beeksisan. Barattoonni haaraa yeroo galmeef dhuftan: 1. Waraqaa ragaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa oorijinaalaa fi koophii. 2. Tiraanskriiptii kutaa 9-12 kan barattan originaalaa fi koophii. 3. Suuraa saayizii paaspoortii 4 4.Uffata qorraa fi halkanii (Amsoolaa, uffata boraatii). 5. Uffataa ispoortii fi kophee qabachuun akka dhuftan beeksisaa. Guyyoota armaan olitti ibsamaniin ala dursee yookiin turee kan dhufe barataa kan hin keessumsiifamne ta'uu beeksisan. @maths_group11

#ASTU! የአዳማ ሳይንስና ቴክኖሎጂ ዩኒቨርሲቲ (ASTU) ማስታወቂያ ዩኒቨርሲቲው ለ2019 ዓ.ም መደበኛ የቅድመ ምረቃ እና የድህረ ምረቃ አዲስና ነባር ተማሪዎች በሙሉ የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ቀናትን
#ASTU! የአዳማ ሳይንስና ቴክኖሎጂ ዩኒቨርሲቲ (ASTU) ማስታወቂያ ዩኒቨርሲቲው ለ2019 ዓ.ም መደበኛ የቅድመ ምረቃ እና የድህረ ምረቃ አዲስና ነባር ተማሪዎች በሙሉ የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ቀናትን እንደሚከተለው አሳውቋል፡- የምዝገባ ቀናት: መስከረም 20 እና 21 ቀን 2019 ዓ.ም። የአዲስ ገቢ ተማሪዎች ገለጻ (Orientation): መስከረም 22 ቀን 2019 ዓ.ም ከጠዋቱ 3፡00 ጀምሮ። የመጨረሻው የምዝገባ ቀን: መስከረም 22 ቀን 2019 ዓ.ም። ትምህርት የሚጀመርበት ቀን: መስከረም 25 ቀን 2019 ዓ.ም። አዲስ ገቢ ተማሪዎች ለምዝገባ ሲመጡ መያዝ የሚገባቸው ነገሮች፡- የትምህርት ማስረጃ ዋናውና ኮፒ፡- 1. የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ሰርተፊኬት። 2. ከ9-12 ክፍል የተማሩበት ትራንስክሪፕት። 3. 4 የፓስፖርት መጠን ፎቶግራፍ። 4. አንሶላና ብርድ ልብስ። 5. የስፖርት ልብስና ጫማ። 👉ከተጠቀሱት ቀናት ውጭ የሚመጡ ተማሪዎችን የማናስተናግድ መሆኑን እንገልጻለን። ማሳሰቢያ: የክረምት ኢንተርንሺፕ ላይ ያላችሁ ተማሪዎች መስከረም 11 ቀን 2019 ዓ.ም ሪፖርት እንድታደርጉ እናሳስባለን። ለተጨማሪ መረጃ፡ www.astu.edu.et ይጎብኙ።

Repost from N/a
በየትኛው ቦታ ላይ ትገኛላችሁ? ❓

What is the value of 5! + 3! ?
Anonymous voting

The box contains 3 red balls and 5 black balls. What's the probability of not black?
Anonymous voting

Law of Inertia 👇 The first law of motion, also known as the law of inertia, states that an object at rest will remain at res
Law of Inertia 👇 The first law of motion, also known as the law of inertia, states that an object at rest will remain at rest, and an object in motion will continue to move with a constant velocity, unless acted upon by an external force. 1. Inertia: The tendency of an object to resist changes in its motion. 2. External Force: A force that acts on an object from outside, causing it to change its motion. 3. Constant Velocity: An object will maintain its velocity unless an external force acts upon it. Applications 1. Understanding Motion: The first law of motion helps us understand how objects move and respond to forces. Real-World Examples 1. Seatbelts in Cars: Seatbelts help prevent injury by restraining passengers and preventing them from being thrown forward when a car suddenly stops. 2. Objects in Motion: A bowling ball will continue to move in a straight line unless friction or another external force slows it down or changes its direction.

Which of the following is not equal with the rest?
Anonymous voting

Which one of the following is true about the trigonometric function?
Anonymous voting

What is the value of k so that the angle between the vectors u= (k, 1) and v= (-2, 4) is 90°?
Anonymous voting

If u= I +3j +4k and v= 2i +7j -5k, then what is the cross product of u × v?
Anonymous voting

What is the dot product of the vectors u = 3i +2j and v= 5i - 3j?
Anonymous voting

What is the solution set of the system of linear equations x+ y = 7 and 2x +3y = -3 ?
Anonymous voting

#Remedial_Placement! #MoE በ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ-ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ
#Remedial_Placement! #MoE በ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ-ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡- የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የምደባ ምርጫችሁን ከመስከረም 7/ 2019 ዓ.ም. እስከ መስከረም 11 ቀን 2019 ዓ.ም. ድረስ ወደ ትምህርት ቤት መሄድ ሳይጠበቅባችሁ ባላችሁበት ቦታ ሆናችሁ ከታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) በመጠቀም እራሳችሁ እንድትሞሉ እንገልጻለን። የማስፈንጠሪያ ሊንክ (Link): https://student.ethernet.edu.et/preferences ● Barattoota bara 2018 A.L.I. Qormaata Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa fudhattanii, sagantaa Rimidiyaal (Remedial) tiin bu’aa seensa dhaabbilee barnoota olaanaa galmeessitan hundaaf: ◇ Filannoo ramaddii dhaabbilee barnoota olaanaa keessanii Fulbaana 7, 2019 A.L.I. irraa eegalee hanga Fulbaana 11, 2019 A.L.I. tti, gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisin, bakka jirtanitti teessanii liinkii armaan gadii fayyadamuun ofii keessanii akka guuttan isin beeksifna. 🔗 Liinkii filannoo ramaddii: https://student.ethernet.edu.et/preferences @maths_group11

ቅሬታ ያላቸው ምደባው ይፋ ከሆነበት ቀን ጀምሮ በ5 ቀናት ውስጥ በኦንላይን  ፦ https://student.ethernet.edu.et/complaints ብቻ ቅሬታ ማቅረብ እንደሚችሉ ተገልጿል። Namoonni ramaddii isaanii irratti komii qaban, guyyaa ramaddiin isaanii ifa ta’e irraa eegalee guyyoota 5 keessatti qofa, karaa onlaayinii:https://student.ethernet.edu.et/complaints fayyadamuun komii isaanii dhiyeessuu akka danda’an ibsameera. @maths_group11

ቅሬታ ያላቸው ምደባው ይፋ ከሆነበት ቀን ጀምሮ በ5 ቀናት ውስጥ በኦንላይን  ፦ https://student.ethernet.edu.et/complaints ብቻ ቅሬታ ማቅረብ እንደሚችሉ ተገልጿል። Namoonni ramaddii isaanii irratti komii qaban, guyyaa ramaddiin isaanii ifa ta’e irraa eegalee guyyoota 5 keessatti qofa, karaa onlaayinii:https://student.ethernet.edu.et/complaints fayyadamuun komii isaanii dhiyeessuu akka danda’an ibsameera.

#update_University_placement የዩኒቨርሲቲ ምደባ ተለቋል። ገብታችሁ እዩ። Ramaddiin Yuunivarsiitii ifoomeera! Yuunivarsiitii itti ramadamtan l
#update_University_placement የዩኒቨርሲቲ ምደባ ተለቋል። ገብታችሁ እዩ። Ramaddiin Yuunivarsiitii ifoomeera! Yuunivarsiitii itti ramadamtan liinkii armaan gadii fayyadamuun ilaallachuu dandeessu Here is the link https://student.ethernet.edu.et/view-placement @maths_group11

The GCF (97, 54) is equal to ____________
Anonymous voting

The number 2. 15 × 10^-3 is equal to _____
Anonymous voting

According to the division algorithm, what should be the value of q and r respectively so that 215 = 11q + r?
Anonymous voting

How many significant figures are there in 0. 001050?
Anonymous voting