Maths Group11
Открыть в Telegram
The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!
Больше5 108
Подписчики
-424 часа
Нет данных7 дней
-4730 день
Архив постов
5 108
Repost from N/a
5 108
Repost from N/a
5 108
#ASTU/AASTU
Barattoota Yuunivarsiitii saayinsii fi teeknooloojiitti barachuuf galmooftan hundaaf,
Barattoota Yunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa fi Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Addis Ababaatti damee Applied Saayinsii fi Injinariingiitin bara barnootaa 2018tti barachuuf galmaa'aniif qormaanni seensaa kan kennamu Kibxata Fulbaana 20, 2018 ganama keessa sa'aatii 2:00 irratti akka gaggeeffamu isin beeksifna.
Yaadachiisa:-
➫ Dorgomtoonni galma'uu keessan kan agarsiisu website irratti galmooftan irra buusun print gochuun harkatti qabachuu qabdu.
➫ Dorgomtoonni sa'aatii qormaata dursanii eenyummaa isaanii kan ibsu waraqaa eenyummaa fi kaardii galmee(admission card) qabatanii wiirtuu qormaataa yeroo galmee filattan gahuu qabu.
➫ Dorgomtoonni bilbila harkaa fi sa'aatii ismaartii gara wiirtuu qormaataatti fiduun dhorkaadha.
Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa fi Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Addis Ababa

@chemistry_group33
5 108
Carraa kaasuun qofa badhaafamaa!
Qubeewwan tarreeffaman keessaa Tokko filachuun cuqaasuu! Itti aansuun chaanaalota isiniif dhufan JOIN godhaa.
Guyyaa 3 booda abbaan carraa ni ifooma. Carraa keessan amma irraa eegaluun yaalaa.
🏆𝗖𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶🏆
5 108
Repost from N/a
5 108
Let A(2,3), B(7,2) and C(5,6) be vertices of ∆ABC then what is the point of intersection of the medians of ∆ABC?
5 108
If cos(k) = -4/5 and k is 3rd quadrant angle then what is the value of cot(k)?
5 108
The average of X, Y and Z is 14. Twice the the sum of Y and Z is 30. What is the value of X?
5 108
Carraa kaasuun qofa badhaafamaa!
Qubeewwan tarreeffaman keessaa Tokko filachuun cuqaasuu! Itti aansuun chaanaalota isiniif dhufan JOIN godhaa.
Guyyaa 3 booda abbaan carraa ni ifooma. Carraa keessan amma irraa eegaluun yaalaa.
🏆𝗖𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶🏆
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 