ru
Feedback
Maths Group11

Maths Group11

Открыть в Telegram

The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!

Больше
5 086
Подписчики
+124 часа
-167 дней
-3830 день
Архив постов
Consider the following steps: Step1:Juicing Step2:Cleansing and Grinding Step3:Clarifying Step4:Refinery Step5:Evaporation Step6:Crystallization. Step7: Collecting Harvest Which one is the correct sequence during the industrial production of sugar?
Anonymous voting

Despite _____ all the questions in this exam correctly, he is not one of my top students. He is just an average.
Anonymous voting

Repost from N/a
🌍BREAKING Channel🌐 𝗖𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹𝗼𝘁𝗮 𝗧𝗲𝗹𝗲𝗴𝗿𝗮𝗺 𝗛𝗲𝗱𝗱𝘂𝘂 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗙𝗶 𝗙𝗶𝗹𝗮𝘁𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗻𝗶 𝗕𝗮𝗮𝘆𝘆𝗲𝗲𝗻 𝗙𝗮𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗯𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗗𝗵𝗶𝗵𝗮𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲 𝗝𝗶𝗿𝗿𝗮. 𝗞𝗮𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝗮𝗻 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗙𝗶𝗹𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮 𝗙𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝗮𝗮.

Amor: ለኢንትራንስ ፈተና ዝግጅት ሚጠቅሟቹን ቻናሎች ትፈልጋላቹ Waver @Domi_2119

ለኢንትራንስ ፈተና ዝግጅት ሚጠቅሟቹን ቻናሎች ትፈልጋላቹ Waver @tensae_addisu

Amor: ለኢንትራንስ ፈተና ዝግጅት ሚጠቅሟቹን ቻናሎች ትፈልጋላቹ Waver @Domi_2119

Oduu Simbirtuu Breaking News Barataa mana barumsa Bultii Addaa WMO kan ta’e Feenan Shumataa Kolejjii adunyaarratti filatamaa ta’e kan biyya Ameerikaa keessatti argamu “ Haverford College” jedhamutti iskolarshippii guutuu ta’e argatee jira. Feenan barattoota akka adunyaatti 6,700 ta’anii dorgoman keessaa barattoota 390 filataman keessa tokko yoo ta’u akka Afrikaatti Feenan waliin barattoota lama qofaatu fudhatamee jira. Kanaafuu, Dhimaamtoonnifi Miseensonni WMO hundi Baga Gammaddan! Breaking News Celebrating Fenan’s Admission to Haverford College with a Full-Ride Scholarship! We are thrilled to announce that one of ODASBS students, Fenan, has been admitted to Haverford College, one of the most selective liberal arts colleges in the United States and with a full-ride scholarship! This University is one of the most prestigious and competitive institutions in the world. Out of over 6,700 applicants, Fenan was one of just 390 students offered a spot in the Class of 2029 and one of only two students admitted from the entire African continent. This is a monumental achievement, and we couldn’t be prouder! Please join us in congratulating Fenan on this well-deserved achievement! Congratulations, Fenan and all! Unity for Development!! @maths_group11

🔰Grade 12 Biology short notes 🔰 Endocrine system 🔰 Contains 106 questions with Answers https://t.me/Ejereeacademy

Amor: ለኢንትራንስ ፈተና ዝግጅት ሚጠቅሟቹን ቻናሎች ትፈልጋላቹ Waver @Domi_2119

In the manufacturing process of cement, in which part of kiln does limestone decompose to calcium oxide?
Anonymous voting

Choose one

WHAT DO YOU WANT?

𝗞𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲𝗻 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗞𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗹𝗮𝘁𝘁𝗮? 𝗔𝗺𝗺𝘂𝗺𝗮 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝘀𝗶. 👇👇👇

Repost from N/a
𝗚𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗛𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 300 𝗤𝗮𝗯𝘂. .........𝗻 𝗨𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗯�
𝗚𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗛𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 300 𝗤𝗮𝗯𝘂. .........𝗻 𝗨𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗯𝗶𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗚𝘂𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗯𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮.

Qormaata bahiinsaa ji'a 10ffaa, 2017f ji'a sadii qofaatu hafa. Fagoo fakkaata garuu dhihoodha. Erga ji'i tokko lama isin hafee Kam dubbiseen kam dhiisaa jechuun of dhiphisuurra ammumaa of qopheessaa. Sirriitti yeroo keessan itti fayyadamaa. Inni kaan guyyaan itti shallalaan hinqaqaba boodayyuu. Amma ciistee kaatee deemtee teessee waan ati yaaduu qabdu waan ati dubbisuu qabdu waa'eema qormaataaf siqopheessu qofa tahuu qaba. Dadhabbii warrakee yaadi. Liqii warra kee sirra jiru yaadi. Bor nagargaarta jedhanii hardha Aduu bokkaa utuu hinjedhiin hagabuu bulanii kophee ofii hin uffanne sitti bitu, ofii hagabuu bulanii ati akka quuftu barbaadu, ofii daaranii siin daara baasu. Ati garuu kana dagattee dhamaatii isaaniitti ija gochuu caalaa isa isaan ittiin sikuulaniin bakkee keessa bashannanaan shallalaa na ilaalaa jechuun lafa dhiphista taanaan, Tarkaanfii Waaqni sirratti fudhatuuf of qopheessi. Utuu hinfacaasiin haammachuu barbaadda. Utuu hinqotiin, hinmeesin Sanyii bajjii gubbaatti faacaastee midhaan haammachuu eegda. Hinbaratta taanaan barataa barumsa jaallatu kan dabtara isaa itti cichee dubbisu tahi. Hindhiista taanaan itti dhiisii waan biraa yaali. Waan seeraan hinqabnetti ofummaa itti hin rarra'iin, qabdu itti mudii qabi, yoo hindhiista tahe galagaltee hin laaliin. Qabdu seeraan qabi, dhiistu gad lakkisi. #Kanuma Nagaan bulaa.

Choose one

Are our questions good or not?
Anonymous voting

Thirty-five kilometers __________ not a short distance.
Anonymous voting

My phone ___________ yesterday.
Anonymous voting

Choose one