cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Sagalee Dargaggoota Oromiyaa

Больше
Финляндия2 638Язык не указанЗОЖ12 940
Рекламные посты
204
Подписчики
Нет данных24 часа
-27 дней
-230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Folding box prefabricated house building a house is like playing in a fe... https://youtube.com/shorts/ez5cOeFGtjI?si=KVZLcGS6qTdminBf
Показать все...
Folding box prefabricated house building a house is like playing in a few seconds 🏠 #shorts

Показать все...
7 October 2023#beautiful #entertainment#art #fashion# Harki harka nyaatu

#beautiful #entertainment #art #fashion #Harki harka nyaatu

07:06
Видео недоступноПоказать в Telegram
117.51 MB
👍 1
08:55
Видео недоступноПоказать в Telegram
10.82 MB
Фото недоступноПоказать в Telegram
Forforii Rifeensaa (Dandruff) ** MALLATTOOLEE ● Rifeensa mataa keessa waanti akka daakuu harca'auu (keessumaa yoo harkaan haxaa'an ykn filtuu mataan filatan) ● Yoo xiqqoo sanarra jabaate ammoo garmalee hooksisuu fi waan akka qolaa harca'uu fa'i. KA'UMSA ● Ka'umsi foriforii fangasii 'Malassezia furfur' jedhamtuun akka namatti dhufu amanama. ● Foroforiin dhukkuba gogaa kamiyyuu caalaa hawaasa keesatti argama. ● Keessumatti ammoo umurii waggaa 14 haga 30 kan namoota rakkisuudha. FURMAATA 1. Shaampoo qabiyyee farra fangasii of keessaa qabuun rifeensa ofii haga foriforiin kun rifeensa irraa badutti dhiqachuudha. 2. Qorichoonni dabalataa akkuma cimina foriforii nama qabe sanaatti ogeessa fayyaan kennama. 3. Foriforiin takkaa erga rifeensa irraa badee booda namatti deebi'uunsaa hin hafu. Kanaaf erga namarraa badee boodas giddu giduutti (fkf torbanitti altakkaa) shaampoo farra fangasii of keessaa qabu kanaan rifeensa dhiqachuudha. Fayyaan Faaya!
Показать все...
👍 3
Показать все...
Pi Network - Home Page

Pi is a network of tens of millions of humans mining Pi cryptocurrency to use and build the Web3 app ecosystem.

Показать все...
𝕭𝖗𝖆𝖎𝖓 𝖔𝖋𝖋 🧠 on TikTok

how does a padlock work ??#how #brainoff #fry #padlock #challenge #lock #works comment fonctionne un cadenas ?? fonctionne #fonctionne #cadenas #veroulliagecentrale

117.79 MB
119.47 MB
7.59 MB
7.87 MB
👉👉Nyaatota namoota dhukkubbii garaacha / gastritis / PUD qabaniif gaarii ta'an keessa muraasni: 1. Damma/ honey - madaa fayyisuu danda'a akkasuma baakteeriyaa H.pyoris ni ittisa . 2. Qullubbii - baakteeriyaa ni hir'isa , madaan haroyni akka hin uumamneef ni gargaara. 3. Baaduu- probiotic dha madaa fayyisuuf ni gargaara. Baakteeriyaa H.pylori ni ittisa 4. Kuduraalee fi fuduraalee biroo kanneen nama hin gubne fi asiidummaa hin qabne . Fkn kan akka goomana keessatti cuunfa isaa , muuzii , appilii, hundee diimaa, watermelon ykn habab, dinnicha fi kkf. 5.jinjibila- madawuu ni ittisa . Sooranni sirnaan bullaayee akka darbu waan taasisuuf fi amala beezii waan qabuuf gahee madaa fayyisuu qaba. 6. Nyaata pirootinaan badhaadhan kan akka killee. 7.bishaan ganama garaa qullaatti dhuguu. 👉Nyaatota gaarii hin taane. Kanneen namatti jabeessuu danda'an :- 1.alkoolii- gosa kamuu 2.buna fi shaayii 3. Nyaata coomaa fi zayita baayyatan 4.nyaata barbaree qabani fi soogiddi itti baayyatu 5.kuduraalee fi fuduraalee asidii qaban fkn akka loomii , burtukaana, timaatima,qaaraa. 6.chocolate 7.nyaatota fi juusota firijii keessatti garmalee qorran .
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.