cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Kurfa Chele Secondary School

Больше
Рекламные посты
590
Подписчики
+1424 часа
+567 дней
+13130 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Waxabajjii 03/2016 Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Callee Kilaastara Qormaataa MB Sadarkaa 2ffaa Ku/Calleetti orrenteeshiniin qorumsa kutaa 8ffaa Manneen Barnootaa 10f haala gaariin kennameera.
Показать все...
👍 2
Waxabajjii 03/2016 Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Callee Kilaastara Qormaataa MB Sadarkaa 2ffaa Ku/Calleetti orrenteeshiniin qorumsa kutaa 8ffaa Manneen Barnootaa 10f haala gaariin kennameera.
Показать все...
®️ Obboleessi Sadiitti Qoodama: (1) Obboleessa Akka Nyaataa Yeroo Hunda Si Barbaachisu, (2) Obboleessa Akka Qorichaa Yeroo Tokko Tokko Si Barbaachisu, (3) Obboleessa Akka Dhukkubaa Gonkumaa Si Hin Barbaachifne. الإخوان ثلاثة: (1) أخ كالغذاء تحتاج إليه كل وقت، (2) وأخ كالدواء تحتاج إليه أحياناً، (3) وأخ كالداء لا تحتاج إليه أبداً. Obboleessa Jalqabaa Kana Rabbiin Nuuf Haa Khennu. #Aamiiiiin.
Показать все...
👍 2
CHEMISTRY GRADE 10 SHORT NOTED ON UNIT 5.docx0.33 KB
📚 Grade 11 Biology 📚 Unit 5 EUEE 2003-2011 🎯
Показать все...
Bio_G_11_U_5_EUEE_From_1995_2011_by_Ethio_Entrance_preparation_Exam.pdf3.40 KB
👍 1 1
📌 Physics Grade 10 Unit 2 Old Curriculum 50 Questions for Entrance preparation https://t.me/BirooBarnotaaOromiya
Показать все...
Physics_Grade_10_Unit_2_Old_Curriculum_50_Questions_for_Entrance.pdf1.02 MB
✅Last year CS exit exam with answers and explanations ✅Share with your friends 🤝🤝🤝
Показать все...
MoE CS dept model exam with answer.pdf2.56 MB
🔥 2
CHEMISTRY GRADE 10 SHORT NOTED ON UNIT 5.docx0.33 KB
Фото недоступноПоказать в Telegram
Caamsaa 29 bara 2016 Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Calleetti qorumsi Naannoo kan kutaa 6ffaa guyyaa gosa barnootaa 3 ganamaa fi sa'atii boodaa qoramanii jiru. Ganama sa'atii 3:00-5:00 gosa barnootaa Afaan Oromoo fi A/Ingiliffaa ; sa'atii boodaa (sa'atii 8:00-9:00) immoo gosa barnoota Saayinsii Naannoo karaa tasgabbii qabuun fi naamusa/qajeelfama qorumsaa eeggateen kan guyyaa arraa xumuramee jir. Kan hafees milkii gaarii barattootaa fi barsiisota isaan barsiisaa turaniif haa tahu jenna.
Показать все...
👍 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
Sagantaa Qorumsa Naannoo Kutaa 6ffaa fi 8ffaa Aanaa keenya (Kurfaa Callee) Aanota Naannoon Oromiyaa qabdu hunda keessatti qorumsi Naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa kennamuufi. Haaluma kanaan guyyaa boruu Caamsaa 29-30 kan kennamu yommuu tahu; Waxabajjii 04-05 bara 2016 ni kennama. Barattoota keenya hundumaan qabxii gaarii ittiin boontan fi dorgomaa taatan akka galmeessitan hawwii koo ti. Qorumsa gaarii isiniif haa tahu!!!
Показать все...