cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Ammar Ababiya - አማር አባቢያ

Kottaa kayrii woliif dhamnee Hamtuurraa wol dhorkinaa waan beeknurraas wooli qoodaa Diniittii tola oollaa "Yaada keessan nuuf dhaama hamlees nu jajjabeessaa maal jettumee yaannii keessaan Nasiihaa maal naaf dhaamtanii" ||Yaadaaf📩 @Amaar70_Bot

Больше
Рекламные посты
8 515
Подписчики
+1124 часа
+3017 дней
+1 08830 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
“Yaa hawwii kiyya! Odoo isaan waliin ta’ee, silaa milkii guddaa milkaaya ture” ❤ * Gaara Arafaa irra guyyaa tokkos dhaabadhee hin beeku .. Dhagaas darbadhee hin jiru. Ka'abaa irras xawaafee hin beeku, jidduu safaa fi marwaas fiigee hin beeku, garuu Yaa Rabbi! waggaa waggaan qalbiin tiyya "Labbeykallaahumma Labbeyk" jetti.. Yaa Gooftaa uumamtootaa! keeyrii waan gabroottan kee har'a arafaa irra dhaabbatanii si kadhatan hundaa si kadhanna.. Yaa Gooftaa keenya! galmee warra mana kee qulqulluu sana hajjee keessatti nu barreessi...
131Loading...
02
✍ Afaaniin duuddee hin taa'inii Tasbiiha godhi.... لا تجلس صامتا 🤐 Subhaanallaah, Allaahu Akbaru, laa ilaaha illalllaahu.... سبحان الله، الله أكبر، لا إله إلا الله
241Loading...
03
Du'aa'ii guyyaa Arafaa... - "رَبَّنَا تَقَبَّلْ مِنَّا إِنَّكَ أَنْتَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ" - "رَبَّنَا لَا تُزِغْ قُلُوبَنَا بَعْدَ إِذْ هَدَيْتَنَا وَهَبْ لَنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً ۚ" - "رَبَّنَا آتِنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً وَهَيِّئْ لَنَا مِنْ أَمْرِنَا رَشَدًا" - "رَبِّ اجْعَلْنِي مُقِيمَ الصَّلَاةِ وَمِن ذُرِّيَّتِي ۚ رَبَّنَا وَتَقَبَّلْ دُعَاءِ" - "قَالَ رَبِّ اشْرَحْ لِي صَدْرِي*وَيَسِّرْ لِي أَمْرِي" - "رَّبِّ زِدْنِي عِلْمًا" - "لَّا إِلَٰهَ إِلَّا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ" - "رَّبِّ أَنزِلْنِي مُنزَلًا مُّبَارَكًا وَأَنتَ خَيْرُ الْمُنزِلِينَ" - "ربنا هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ" - "رَبَّنَا هَبْ لَنَا مِنْ أَزْوَاجِنَا وَذُرِّيَّاتِنَا قُرَّةَ أَعْيُنٍ وَاجْعَلْنَا لِلْمُتَّقِينَ إِمَامًا" https://t.me/tafak_or
651Loading...
04
★. Assalaamu aleeykum Warahmatullaahi.. obboleewwan kiyya hundi keenyaa haajaa namatti himatuu qaanfannuu sodaannu,rakkoo rabbi malee namni tokko nuuf hin beeyne ,haajaa namni tokkollee Allaahaa malee baasuu hin dandeenyee mataatti ba'annee deemuutti jirru qabna... Kadhaa Rabbii Keenya kadhannu Keessati haa wal yaadannuu💜. Rabbiin Isinirraa haa qeebalu warra Guyyaa har'aa ibiddarraa bilisoomfamu keessstti isin haa galmeessu
861Loading...
05
🩸 Khuxbaa 135ffaa 🎙𝐒𝐡𝐞𝐢𝐤𝐡 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐥𝐤𝐚𝐫𝐢𝐢𝐦 𝐀𝐡𝐦𝐚𝐝 - 𝐇𝐚𝐟𝐢𝐳𝐚𝐡𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡 YouTube : https://youtube.com/@Abu_Muhammad.?si=PID5nnXmf5fyLr1y   🗓𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗝𝗶𝗺𝗮𝗮𝘁𝗮 𝟳/𝟭𝟬/𝟮𝟬𝟭𝟲 𝗔 𝗟.𝗜 𝘁𝘁𝗶 https://t.me/sheyk_abdulkarim/900
101Loading...
06
إِنَّ اللَّهَ يُدْخِلُ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ يُحَلَّوْنَ فِيهَا مِنْ أَسَاوِرَ مِن ذَهَبٍ وَلُؤْلُؤًا ۖ وَلِبَاسُهُمْ فِيهَا حَرِيرٌ Dhugumatti, Rabbiin isaan amananii, gaggaarii hojjatan Jannata laggeen jala ishee yaatu seensisa Ishee keessattis gumeewwan (kilkillee) warqeefi faaya irraa ta’an uffifamu Uffanni isaaniis ishee keessatti hariira. Al hajj @Mubarakmuhammad
2072Loading...
07

31Loading...
08
Hujjaajonni sirna hajjii raawwachuu eegaluuf gara duunkanaawwan Miinaa seenaa jiru Sirna Hajjii bara 1445 eegaluuf keessummoonni Rahmaan Miinaa seenaanii jiru. Guyyaa tokkoof sirna achitti raawwatamu erga xumuranii booda guyyaa borii ammoo inshaa Allaah Miinaa irraa gara gaara Arafaatti imalu. © Amar Temam
2322Loading...
09
Abuu Qataadaa irraa akka odeeffametti Ergamaan Rabbii (saw) sooma guyyaa Arafaa irraa gaafatamanii "badii waggaa darbeefi kan waggaa dhufuu namarraa harcaasa" jedhan. Muslimtu gabaase. عن أبي قتادة الأنصاري رضي الله تعالى عنه: أنَّ رسول الله ﷺ سُئل عن صوم يوم عرفة، فقال: يُكفِّر السنة الماضية والباقية. رواه مسلم. Kana jechuun badii waggaa lamaa namarraa harcaasa jechuudha. Yoo namichi badii hin qabaannellee sadarkaa isaa jannata keessatti ol kaasa. Kanaafuu soomni guyyaa Arafaa borii akka nu jala hin darbine.
2291Loading...
10
★. Sa'atiin Duaaiin akkaan keessa qeebalamuun khajeelamturraa Sa'atii asrii boodaa kan Maghriiba duraa guyyaa jumu'aati. 💜 Duaaiin teeysan bareedduu saniin nun dagatina... 🌸
3291Loading...
11
؁ اللَّهُمَّ صلِّ علىٰ محمَّد وعلىٰ آلِ محمَّد كما صلَّيت علىٰ إبراهيم وعلىٰ آلِ إبراهيم، اللَّهُمَّ بارك علىٰ محمَّد وعلىٰ آلِ محمَّد كما باركت علىٰ إبراهيم وعلىٰ آلِ إبراهيم، في العالمين إنَّك حميد مجيد..! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
331Loading...
12
★. Rasuula ﷺ irratti Salawaata buusuu heddummeeysuun Qoricha yaaddoo fii Ma'siyaa Mudhii Si kutteeti. Gaafa ati Rasuularratti ﷺSalawaata heddumeeysitu yaaddoom kee of siif ga'amti Diliin keetilleen siif Dhiifamti. Inumaa Salawaata 1 buusuu keetiin Rabbirraa ﷻ Rahmatni 10 sirratti buufamti,Sadarkaan 10 olsiif fuudhamti Diliileen 10 sirraa buufamte💜 ★. Yaa ikhwaaaaaaniiiiii فالنغتنم الفرصة 💛
3890Loading...
13
★. Eidni khee iida 2 siif ta'uutu Mala... Duaaii itti Muddi itti jajjabaadhu. Iida booda gammachuurraan kan ka'e kunoo " قَدْ جَعَلَهَا رَبِّي حَقًّا " jechaa boo'uu keetu Mala. ★ Ati bas Gammadaa! " يــا رَبّ" jechuu tee itti fufi. 💜 .... 💜Fuutee/heerumtee jechuudha.💛
1700Loading...
14
Yaa Rabbii Obboleessaan Siif jecha jaallaadhu...................🤲
9766Loading...
15
Seenaa akkaan gaddisiisaa kana argee  isinitti himuu male bira darbu hindandeenye... mee sirnaan dubbisaa. - nitiin Da'umsaaf kutaa baqaqsanii itti yaalan galchaniin. Dhira bareedaa deesse isin garuu adunyaa kanarraa boqatte. Abbaan mana baay'ee gaddee. Daa'ima kana ofiin kunuunsee guddisuu waan hindandeenyeef adaadaa isaatiitti kennee erga ji’oota hadhaawo torba dabarsee booda haadha manaa biraa fudhe. Haadha mana haaraa kanarraas Rabbiin daa'ima dhira tokko fi durba tokko kenneef. ilma isaa waggaa sadiin dura adaadaa isaatiif kenne of bira guddisuuf fideen. Yeroo kana haalli haadha manaan isaa jijjirame. Daa'ima ganna afuur hingeenye kana midhu eegalte. Irra deddeebiin badii male daa'ima kana tumti. Yaaddoon isi hundu ilmaan isi lamaaniif male daa'ima haati irraa dute kanaaf dhimma hinqabdu. Nyaata ilmaan isirraa adda baaftr qophaatti kennitif. Gaaf tokko nitiin kun maatiiwwan isi irbaata affeerte. Nyaanni addaddaa dhihaate ture. Daa'imni ganna afuur hingeenye kun nyaata kanarraa dhandhamuuf harka isaa hennaa hiixatu... baay'ee itti iyyitee lolaanii manaa fudhatte baate.  Ala baafate haga keessummoonni bahaanitti akka mana hinseenne akeekkachifte daabboo muraa harka keesse alatti dhifteeni mana seente. Halkan baay'ee qorraa tahe ture. Daa'immaniif miti nama guddaatifillee ni ulfaata. Qorrii itti haammaate mana seene akka hin rafneef haati manaa abbaa isaa akekkachifteeni jirti. Daa'imichis mana isaa kessatti alagaa tahe daabboo muraa keenniteef nyaataa achuumatti marfatee hirribni fudhateen. Yeroon deeme keessummoonnis bahan. Nitiinis daa'ima ala jiru dagatte  ilmaan isi qabatte kutaa ciisichaa isitti seente. Yeroon deemera  abbaan hojii irraa barfate dhufe. Irbaata sif dhiheessu jennaan... alaa akka nyaate itti himee  mucaan isaa essa akka jiru gaafateen. "Kutaa ciisichaa kessa rafeera" jetteen. ala Qorra sana kessa akka dhifteen dagatteetti. Namichis ni rafe. Battalumatti haatii manaa isaa duraanii manaamaan (Abjuudhaan) itti dhufte..." ilma keetif dhaqqabi" jetten.  Namichis hirriba irraa rifate ka’e "mucaan koo essa jira?" jedhe gaafannaan... " siree irra ciiseera sin jedhe miti?!" Jetten. Namichis deebi'ee ciise. Haatii manaa isaa duraani amma yeroo lammaffaaf abjuudhaan deebite dhufte. " ilma keetiif dhaqqabi" jetten. Namichis isa duraa caalaa hirriba isaarraa rifate ka’e. "mucaan koo essa jira?" Ammas gaafateen. Nitiinis  "maaliinni aati Calliftee kan rifattu!? Mucaan rafeera sinjedhe miti.calliisi rafii" jetteen. Namichis yeroo sadaffaaf deebi'ee rafe. Akkuma xiqqoo hirribni fudhaten haati manaa isaa duraani haala adda taheen fulli isi jijjirame abjuudhaan deebite dhufte " dhisii baqqaa mucaan na bira dhufeera" hennaa jeettun baay’ee rifate hirriba irraa dammaqe. ariitidhaan Kutaa mucaan kessa rafu sana hennaa dhaqee argu mucaan hinjiru. Rifate mucaa barbaadu eegale. Kutaa hunda kessa barbaade dhabe. Balbala bane gama alaa hennaa bahuu... mucaan qorra diilallaa'aa kessa qorri gogseeni argateen.  Mataa isaa mila lamaan isaa gidduu galche maratee...daabboo muraa nitiin itti kennite garii irraa nyaate gariin cinaa isaatti kufe lafarratti argateen. Abbaan naasuudhaan hennaa sochosuun homaa hinjiru. Hennaa ol qabuun mucaan dunyaa kana kessaa godaanera. Mucaan jaalala haadhaan male guddate kun harme isaatiin walgahuuf gara isitti godaane. Nutii kan Rabbiiti gara isaattis deebitoota! Waan ilmaan kessan irratti akka gahu hinfeene tokko ilmaan namoota biroo irratti akka gahu hin heyyaminaa. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
5333Loading...
16
Namni TOWHIIDA dhiise SHIRKIIn Mokkarama,Namni SUNNAA Dhiisees BID'AAn Mokkorama. TOWHIIDAA fii SUNNAA Irra guddaa hojii fii yaada kheetii haa ta'u. 💜🌺🌸
5870Loading...
17
Media files
5761Loading...
18
★. Kurna Zul-hijjaa kana keessaa yeroo duaaiin itti qeebalamtu kanneen akka Azaanaa fii iqaamaa jidduu,guyyaa arafaa,1/3ffaa halkan gara boodaa fii Sujuuda keessa faa eeggannee duaaii akkaan baay'isuu qabna. Rabbiin ﷻ " Na kadhadhaa isiiniifiin Qeebalaa (owwaadhaa)" nuun jedha. 💜🌼
7241Loading...
19
Media files
9141Loading...
20
★. Sunnaaleen kurna zul-hijjaa sunnaalee kurna boodaa ramadaanaa irra caaltuudha. Akkasuma Fardiileen kurna Zul-hijjaa dachadachaa godhamuu Fardiilee yeroo biraatirra daddachaa hedduu godhamti. "💜🍀 Haafiz Ibn Rajab Rahimahullaah💛
9530Loading...
21
★. Zikriileen Ganamaa fii Galgalaa ati Kurna Khana Kheeysa Gootu Zikriilee Ganamaa fii Galgalaa yeroo biraatirra Siif Caaltuudha. Yeroo bu'aa wayyaa qabdu kana of bira hin Dabarsin.💜
10Loading...
22
Media files
1 3335Loading...
23
Zul Hijjaa Guyyoota gabaan ibaadaa kessatti dhaabbattu fi mindaawwan dachaadhaan baay'ifaman kessaa guyyaa kurnan duraa zul hijjaa kanadha. Guyyaan kun guyyoota adunyaa hunda ni caala. Guyyoota akkanaa kessa... - Rabbiin zakkaru - soomu - sadaqachu fi ibaadawwan kanbiroo gochuun ajrii dachaadhaan waan argamsiisaniif carraaquu qabna. Warra khayrii walii dhaaman irraa tahuuf  share waliif godhaa! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 0907Loading...
24
✍ Suuraa kahfii qara'uu hin dagatinaa asumaanuu...! لا تنسَوا الكهف.
9340Loading...
25
Media files
9762Loading...
26
★. Jumu'aan har'aa jumu'aa jalqabaa kurna Zulhijjaati. Caalmaya kurni Zulhijjaa qabuu fii Caalmaya Guyyaan Jumu'aa qabuutu kheeysatti walitti qabame. Lubbuu teeysanirraa kheeyrii Rabbi ﷻ argisiisaa. Kunimmoo Dhoorkaalee isaatirraa fagaachuu,Ajajoota isaa irratti eeggachuu fii ibaadaalee Dabalataa fii kheeyrii Rabbitti ﷻ Nama Dhiheeysitu heddumeeysuudhaani. Yaa Rabbi Zikrii tee,Siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchinee Raawwachuu irratti nu gargaari. Yaa Rahmanu Yaa Rahiimu Nurraallee Qeebali. 💜
1 0491Loading...
27
Jumu'aa borii Zulhijjaan tokko ta'uun mirkanaa'ee jira. Jum'aa waan ta'eef salawaata buusaa Ibaadaa adda addaa haa baay'ifnu. اللهم صل وسلم على نبينا محمد.
1 0522Loading...
28
የዙልሒጃ ወር ነገ ጁምዓ አንድ ብሎ ይጀምራል! የኢድ አል አድሃ አረፋ በዓል ሰኔ 9 ዕለተ እሁድ እንደሚከበር ታውቋል! አስሩን ቀናት በመልካም ስራ እናሳልፋቸው!
1 0260Loading...
29
Dilii hojjette Dhukkubaa fii laalaa kee Nama tokkotti himuu dhabuu fii of qulqulleeysuu dhabuun kee Obsa irraayi. Sufyan As-Sowrii Rahimahullaah.
10Loading...
“Yaa hawwii kiyya! Odoo isaan waliin ta’ee, silaa milkii guddaa milkaaya ture” ❤ * Gaara Arafaa irra guyyaa tokkos dhaabadhee hin beeku .. Dhagaas darbadhee hin jiru. Ka'abaa irras xawaafee hin beeku, jidduu safaa fi marwaas fiigee hin beeku, garuu Yaa Rabbi! waggaa waggaan qalbiin tiyya "Labbeykallaahumma Labbeyk" jetti.. Yaa Gooftaa uumamtootaa! keeyrii waan gabroottan kee har'a arafaa irra dhaabbatanii si kadhatan hundaa si kadhanna.. Yaa Gooftaa keenya! galmee warra mana kee qulqulluu sana hajjee keessatti nu barreessi...
Показать все...
✍ Afaaniin duuddee hin taa'inii Tasbiiha godhi.... لا تجلس صامتا 🤐
Subhaanallaah, Allaahu Akbaru, laa ilaaha illalllaahu.... سبحان الله، الله أكبر، لا إله إلا الله
Показать все...
👍 3
Du'aa'ii guyyaa Arafaa... - "رَبَّنَا تَقَبَّلْ مِنَّا إِنَّكَ أَنْتَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ" - "رَبَّنَا لَا تُزِغْ قُلُوبَنَا بَعْدَ إِذْ هَدَيْتَنَا وَهَبْ لَنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً ۚ" - "رَبَّنَا آتِنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً وَهَيِّئْ لَنَا مِنْ أَمْرِنَا رَشَدًا" - "رَبِّ اجْعَلْنِي مُقِيمَ الصَّلَاةِ وَمِن ذُرِّيَّتِي ۚ رَبَّنَا وَتَقَبَّلْ دُعَاءِ" - "قَالَ رَبِّ اشْرَحْ لِي صَدْرِي*وَيَسِّرْ لِي أَمْرِي" - "رَّبِّ زِدْنِي عِلْمًا" - "لَّا إِلَٰهَ إِلَّا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ" - "رَّبِّ أَنزِلْنِي مُنزَلًا مُّبَارَكًا وَأَنتَ خَيْرُ الْمُنزِلِينَ" - "ربنا هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ" - "رَبَّنَا هَبْ لَنَا مِنْ أَزْوَاجِنَا وَذُرِّيَّاتِنَا قُرَّةَ أَعْيُنٍ وَاجْعَلْنَا لِلْمُتَّقِينَ إِمَامًا" https://t.me/tafak_or
Показать все...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

👍 3
★. Assalaamu aleeykum Warahmatullaahi.. obboleewwan kiyya hundi keenyaa haajaa namatti himatuu qaanfannuu sodaannu,rakkoo rabbi malee namni tokko nuuf hin beeyne ,haajaa namni tokkollee Allaahaa malee baasuu hin dandeenyee mataatti ba'annee deemuutti jirru qabna... Kadhaa Rabbii Keenya kadhannu Keessati haa wal yaadannuu💜. Rabbiin Isinirraa haa qeebalu warra Guyyaa har'aa ibiddarraa bilisoomfamu keessstti isin haa galmeessu
Показать все...
5👍 1
🩸 Khuxbaa 135ffaa 🎙𝐒𝐡𝐞𝐢𝐤𝐡 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐥𝐤𝐚𝐫𝐢𝐢𝐦 𝐀𝐡𝐦𝐚𝐝 - 𝐇𝐚𝐟𝐢𝐳𝐚𝐡𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡 YouTube : https://youtube.com/@Abu_Muhammad.?si=PID5nnXmf5fyLr1y   🗓𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗝𝗶𝗺𝗮𝗮𝘁𝗮 𝟳/𝟭𝟬/𝟮𝟬𝟭𝟲 𝗔 𝗟.𝗜 𝘁𝘁𝗶 https://t.me/sheyk_abdulkarim/900
Показать все...
Khuxbaa 135 Idal Adaha 2016.mp317.57 MB
👍 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
إِنَّ اللَّهَ يُدْخِلُ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ يُحَلَّوْنَ فِيهَا مِنْ أَسَاوِرَ مِن ذَهَبٍ وَلُؤْلُؤًا ۖ وَلِبَاسُهُمْ فِيهَا حَرِيرٌ Dhugumatti, Rabbiin isaan amananii, gaggaarii hojjatan Jannata laggeen jala ishee yaatu seensisa Ishee keessattis gumeewwan (kilkillee) warqeefi faaya irraa ta’an uffifamu Uffanni isaaniis ishee keessatti hariira. Al hajj @Mubarakmuhammad
Показать все...
4👏 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
إِنَّ اللَّهَ يُدْخِلُ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ يُحَلَّوْنَ فِيهَا مِنْ أَسَاوِرَ مِن ذَهَبٍ وَلُؤْلُؤًا ۖ وَلِبَاسُهُمْ فِيهَا حَرِيرٌ Dhugumatti, Rabbiin isaan amananii, gaggaarii hojjatan Jannata laggeen jala ishee yaatu seensisa Ishee keessattis gumeewwan (kilkillee) warqeefi faaya irraa ta’an uffifamu Uffanni isaaniis ishee keessatti hariira. Al hajj @Mubarakmuhammad
Показать все...
Hujjaajonni sirna hajjii raawwachuu eegaluuf gara duunkanaawwan Miinaa seenaa jiru Sirna Hajjii bara 1445 eegaluuf keessummoonni Rahmaan Miinaa seenaanii jiru. Guyyaa tokkoof sirna achitti raawwatamu erga xumuranii booda guyyaa borii ammoo inshaa Allaah Miinaa irraa gara gaara Arafaatti imalu. © Amar Temam
Показать все...
6
Abuu Qataadaa irraa akka odeeffametti Ergamaan Rabbii (saw) sooma guyyaa Arafaa irraa gaafatamanii "badii waggaa darbeefi kan waggaa dhufuu namarraa harcaasa" jedhan. Muslimtu gabaase. عن أبي قتادة الأنصاري رضي الله تعالى عنه: أنَّ رسول الله ﷺ سُئل عن صوم يوم عرفة، فقال: يُكفِّر السنة الماضية والباقية. رواه مسلم. Kana jechuun badii waggaa lamaa namarraa harcaasa jechuudha. Yoo namichi badii hin qabaannellee sadarkaa isaa jannata keessatti ol kaasa. Kanaafuu soomni guyyaa Arafaa borii akka nu jala hin darbine.
Показать все...
4👍 2
★. Sa'atiin Duaaiin akkaan keessa qeebalamuun khajeelamturraa Sa'atii asrii boodaa kan Maghriiba duraa guyyaa jumu'aati. 💜
Duaaiin teeysan bareedduu saniin nun dagatina... 🌸
Показать все...
🥰 7🎉 5 2