ru
Feedback
BURQAA JALAALA ❤

BURQAA JALAALA ❤

Открыть в Telegram

Waa'ee jalaala wal qabaatu argaachuu barbaadaan yoo ta'ee channel kanati makama Dhiira kolfuu fi dubara boossu hin amanin. Sababni isaas : Dhiirri rakkoo isaa dhoksuuf Kolfa. Dubarri dogongora eshee dhoksuuf Boossi.

Больше
1 702
Подписчики
-124 часа
-47 дней
-2030 день
Архив постов
❤️Nama si amanu gonkumaa hin sobin. ❤️‍🩹Waan darbe irraanfadhu but don't try it! 💔Miira kee too'adhu malee hin garboominiif!

Yeroo hunda jijjiirama barbaadda yoo ta'e, waan hin barbaanne fuuldura dhaabbachuu shaakali!

Nama jaallattu dhabuun gadda ta’us, nama si jaallatu dhabuun garuu kasaaraadha.💕

Hojiin Maali?: Hojiin kabajaadha. Hojiin ati har’a tuffattu, boru si kaffalchiisa. Harki hojjetu, afaan sooratu uuma. 🛠️🍞

"Hiriyoonni dhugaan akka urjii ti; isaan adda baasuu kan dandeessu yeroo naannoo keetti dukkanaa'u qofa".

Maatii galata sirraa qabu bakka guddaa geessee isaan gammachiisuu yoo dadhabdellee, namoota biraatiin of madaaltee "akkasitti na jiraachistan malee" jattee ba'aa humna isaaniitii olii isaan hin ba'achiisin !

Qashxii too nagaan buli warri kan bakka barbadaan bula🤨🔥 Halkan gaarii lubbuu 😘❤️

Warra hin fakkeessineeetu jira. Warra yoo waan gaarummaa irraa haasahan akka garaa isaaniitti haasahan, warra yoo aaraniis baafataniituma sitti himan. Isaan san odoo si jibbanii siin jaaladha hin ja'an ! Yoo si jibbaniis dhugaa sitti himaniituma deemu.  Si of jaalachiisuuf jadhanii fagoo hin deeman akka isaan jiranitti isaan jaalatta ykn ofirraa isaan dhiifta. Isaan akkasii san siitu isaan dhaba malee isaan si hin dhaban.❤️ Jireenyi fakkeessaan itti hin baayyanne boqonnaa qaba. Tanaaf irra caalaan jiruu keenyaa gammachuu qaba. Nutiitu warra akkasiiti😅 Nagaatti

Eessa yoon jiraadhes  eessa yoo jiraattes onnee koo keessa jirta yeroo kamiyyuu keessatti sin jaaladha lubbuu 😍🌪    ·♡.·    .❤ '

‎"Dhiirri tokko kophaa ta'ee haalota wahi xiinxaluun baay'ee Isa gammachiisa. Yeroo kanatti jaalalleensaa yookaan haati warraa isaa ni jeeqamti. Waan inni isheef yeroo kennuu dide itti fakkaachuu mala.Kun immoo kan agarsiisu akka isheen jaalala isaa hin kabajnee fi walabummaasaa hin feenedha. ‎ ‎Haa ta'u malee,dubartiin hubattuu taate kophummaa isaa kana ni kabajjiif. Kophummaa isaa ni kunuunsitiif.Akkamitti akka kophummaa isaa keessatti isaaf yaaduufi isa jaalachuu dandeessu dandii soqxi. Yeroo kana jaalalli hiika sirrii argata." 🤌                                     ‎

Dubartii hin miidhinaa, Rakkina ofii keeesaniifuu keessatti oobsuu dadhabdan isii irratti jigfattanii dubartiin oobsa hin qabdu hin jadhinaa ! Isheen uumama laafaadha, mala gara garaatiin ishee sossobaatiin qabuuf jedhaa. Haati teessaniis dhiira hin turre dubartiidha

"Joolleen tapha malee dhimma fardii haasahuu sitti hin dhiiftu, namni guddaan dhimma fardii malee taphachuu sitti hin dhiisu...nuti Rakkanne, eenyuu wajjiin akka relationship uumnu wallaalle" jadhe 😅

Dubbachuu dhaabne malee... Wal Yaaduu yoom dhaabne? 🥀 ​Garuu... of gatuu baadhus, akkuman jirutti jira... 🥀

Gorsa ani isiniif qabu inni guddaan bakka sammuun keessan itti baratu qofatti yeroo keessan dabarsaa.

Siin jaaladha ka siin jadhee mitii ija cufatee miira keessa galee kan si hammateyyuu ni kijiba yeroo tokko tokko. 💔 💔

Diinni kee fira kee akka ta'uuf carraa kuma kenniif malee Firri kee diina kee akka ta'uuf carraa tokkollee hin kenniin.

Dubbii Mi'aawaa: Dubbiin kee akka sukkara kan mi'aawu haa ta'u. Namni si dubbise hundi onneen isaa haa qabbanaa'uu malee hin madaa'in.

Dubartiin harki caalu rakkina keessatti si wajjiin oobsuu irratti jabduu miti, si dhiistee gara biraa deemuu wayyaaf. "Kuftuus, kaatuus an si dhiisee hin deemu, jabaadhu as keessaa inuma baanaa" yoo siin jatte waa hunda dhabii isii qabadhu.❤️

​🎭 SOORA SAMMUU 🎭 ​Waan namni jedhuun hin jiraatin! ​Namni har'a si jaju boru si qeequu danda'a. Jireenyi kee 'Stage' agarsiisaa miti. Madaalliin kee harka namaa osoo hin taane, harka Uumaa kee jira. 🕊️ ​━━━━━━━━━━ Seenaa kee keessatti namoonni boqonnaa tokko qofaadha!

Yaa Allaah Yaa Rahmaan, Addunyaarrattis waan gaarii nuu kanni, aakhirattis waa gaarii nuuf kanni, Qixaaxa kee jahannam jalaa nagaya nu baasi 🤲🤲🤲 Yaa Allaah Yaa Rahmaan.!