Felmata Debo Law Office
A channel mainly created to serve public as a library. Any written books,modules,researches,cessassion decisions, law notes,articles and different notice will also be displayed through this channel. Subscribe and share for others.
Больше1 315
Подписчики
Нет данных24 часа
+57 дней
+2630 дней
- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Прирост подписчиков
Загрузка данных...
Repost from Elias K. Law Room
“በወንጀል ይግባኝ ሥርዓት የእስራት ቅጣት እንዳይፈጸም ማገድ እና አመልካችን በዋስትና የመልቀቅ ጽንሰሐሳብ”
ጸሐፊ፡- ሳባ ደመቀ
በወንጀል_ይግባኝ_የእስራት_ቅጣትን_ማገድና_በዋስትና_መልቀቅ.pdf4.39 KB
Galatan qaba
........
Hunda dura isa na gargaare Waaqa uumaa Waaqa uumamaaf galanni haa ta'u! Itti aansuun hojiin itti dadhabe kun beekkamtii argatee uummata koo bira akka qaqqabu golee Oromiyaa hundarraa namoota sagalee naaf ta'uun tumsa olaanaa naaf taasisaa turtan hundi ulfina argadhaa. Biiroon Abbaa Alangaa Waliigala Oromiyaa Hooggansa Olaanaa,Daayireektaroota fi qooda fudhattoonni gulaallii kitaaba seeraa kana keessatti hirmaattan hundaaf galatan dhiyeessa. Hojii guddaa hojjattan. Ulfaadhaa! Horaa bulaa!
👍 3
#Update: Gumiin Calaltuu Heeraa walgahii gaggeesseen hiikoo labsii manneen murtii federaalaa lakk. 1234/2013 keewwata 5 (1) (h) irratti hiikoon heera mootummaa akka kennamu dhaddachi ijibbaataa MMWO qajeelche irratti murtiin dhumaa akka kennamu Mana Maree Federeeshiiniitti dabarseera.
👉 Via Mr.Gonfa Atoma
👍 2
Выберите другой тариф
Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.