Labbare tube 🌷
#sila_akka_namaatin! Yaada Duba akkam goona? Gaafidha Yaadafi gaafi yoo qabaatan @obsi_yerumafi
Больше308
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней
- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Прирост подписчиков
Загрузка данных...
Waggaa 12
an hamman baradhe
Harree tokko bitee
Otoon nagadhee
Yoona sooromeera
Bajajii bitadhee
~
Amma eessan dhaqaa
Iddoo barbaaddadhee
Mala maalan qabaa
Anoo nan dhiphadhe
~
Biyyaa ba'ee deemuuf
Mattawaqaa hin qabu
Biyya taa'ee hojjechuuf
Iddoon taa'u hin qabu
Mala maal naa maltuu
Maaloo yaa jaranaa
Intherance tu na gate
Eeggadheen barana
~~~~
Qabliikoo cabsitee
Haamilee na bu'e
Malaaf falan dhabe
Fayyaa koottan du'e
Garasiin dhukaasa
Garanaan dhukaasa
Otoo bibir'annuu
Barnoota otoo hin jibbiin
Otooma barannuu
Yoo tolan nu barsiisu
Jibban nutti cufaa
Akkasitti baranna eessaan
Qabxiin dhufaa.
✍ ......Milkii_Caalaa
@mustafe_harar
Фото недоступноПоказать в Telegram
ጉድኮ ነው:: ተረኚነት ላካ እዝህም ደርሷል::😜
Out of 10, 7 are Oromoos.
Top 10 most followed Ethiopians on Facebook:
1. Abiy Ahmed = 4.3M followers
2. Jawar Mohammed = 2.2M followers
3. Teddy Afro = 1.8M followers
4. Getu Temesgen = 1.2M followers
5. Rayya Abbamacha = 1M followers
6. Ahmedin Jebal 0.95M followers
7. Gelana Garomsa = 0.9M followers
8. Lij Yared = 0.84M followers
9. Yared Negu 0.71M followers
10. Yaya Beshir 0.66M followers
Out of this 10 people 7 are Oromos!
Ranked by Inside Africans ✍️