cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Hawwii Islamic tube

♥️♥️🕋Inshaa Allah Yoo Rabbiin fadhe 👉 Seenaalee ❤ Hadiisa rasuulaa ﷺ 👉 Gaaffii fi deebi'i 👉Gorsa sheekkota keenya bifa barreefamaatin Fi Kkf CEO: @Iklaas Yaadaa fi qeeqaaf @Hawwiislaamic_bot

Больше
Рекламные посты
9 695
Подписчики
-124 часа
+697 дней
+74230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

#Maqaalee_Rabbii Hiika isaa wajjiin kutaa 5ffaa 2⃣7⃣🔺★⇨Alhakiimu⇦jechuun beekaa murtii kan waan hundaa bakka isaaf maluu kahuu 2⃣8⃣🔺★⇨Al hakamu⇦Jechuun haqa murteessaa kan haqaan murteessuu fi akka namni ittiin murteeffatuuf jecha kitaaba haqaa buuse 2⃣9⃣🔺★⇨Ashaakiru⇦Jechuun galateeffataa nama isaa galatoomfatu kan faarsuu fi waan xiqqoo hojjetan kan namaa qeebalu 3⃣0⃣🔺★⇨Ashakuuru⇦Jechuun galateeffama kan hojji gabrichaa isaa baay'iseefi mindaa isaa dabaluuf 3⃣1⃣🔺★⇨Aljamiilu⇦jechuun miidhagaa innis maqaan isaatiifi haalli isaa bareedaa kan ta'e 3⃣2⃣🔺★⇨Almajiidu⇦Jechuun ulfaataa samii keessattis dachiirratti kan kabajamuuf ol ta'iinsi kan isaaf malu 3⃣3⃣🔺★⇨Alwaliyyu⇦jechuun jaalallee hunda kan dhimma gabricha isaa rawwateefi gargaaru. Itti fufa .... Join and share🥰👇 @hawwiiislamictube @hawwiiislamictube
Показать все...
👍 4
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
Показать все...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
Показать все...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠
Maqaalee Rabbii 99 hiika isaa wajjiin kutaa 4 2⃣2⃣🔺★⇨Allaxiifu⇦Jechuun hunda beekaa kan waan dhokataa hunda beekuu fi kan waa isaa jalaa hin dhokanne 2⃣3⃣🔺★⇨Alkhabiiru⇦Jechuun keessaa beekaa kan beekumsi isaa waa hunda marsee jiruu 2⃣4⃣🔺★⇨Alfattaahu⇦Jechuun kan banu / injifachiisu kan dilbii qabeenya isaa abbaa fedhee banee mootummaas ta'e qabeenya harka Abbaa fedhe kahuu 2⃣5⃣🔺★⇨Al'aliimu⇦jechuun irraa beekaa kan keessaa fi duuba waa hunda waan darbee fi waan sichi ykn refuu dhufu kan beeku 2⃣6⃣🔺★⇨Albarru⇦Jechuun akkaan tola oolaa qananiin isaa lakkoofsa hin qabnee fi kan wareegni isaa dhugaa ta'e. .... itti fufa Join and share🥰👇 @hawwiiislamictube @hawwiiislamictube
Показать все...
👍 5 4
▶️ Sunnaa guyyaa jumaa irraa ➊ ﺍﻟﻐﺴﻞ ➋ ﺍﻟﻄﻴﺐ ➌ ﺍﻟﺴﻮﺍﻙ ➍ ﻟﺒﺲ ﺍﻟﺠﻤﻴﻞ ➎ ﻗﺮﺍﺀﺓ ﺳﻮﺭﺓ ﺍﻟﻜﻬﻒ ➏ ﺍﻟﺘﺒﻜﻴﺮ ﻟﺼﻼﺓ ﺍﻟﺠﻤﻌﺔ ➐ ﺍﻹﻛﺜﺎﺭ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻋﺎﺀ ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻨﺒﻲ 1 Qaama dhiqachuu 2 Shittoo(waan urgaa'u) fayyadamuu dhiiraaf 3 Siwaaka(rigaa) fayyadamuu 4 Uffata gaarii uffachuu 5 Suuraa kahfii qara'uu 6 Salaata jumaatiif bariisifachuu 7 Nabiyyii (S.A.W) irratti salawaata baay'isuu (( ﻗَﺎﻝَ ﺭَﺳُﻮﻝَ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﷺ ﻣﻦ ﻗﺮﺃ ﺳﻮﺭﺓَ ﺍﻟﻜﻬﻒِ ﻓﻲ ﻳﻮﻡِ ﺍﻟﺠﻤﻌﺔِ ,ﺃﺿﺎﺀ ﻟﻪ ﻣﻦ ﺍﻟﻨﻮﺭِ ﻣﺎ ﺑﻴﻦ ﺍﻟﺠﻤُﻌﺘَﻴﻦ )) Ergamaan rabbii (S.A.W)  akkana jedhan namni guyyaa jum'aadhaa suuraa kahfii qara'e jumaa lamaan jidduutti rabbiin ifaa isaaf taasisa ♥️❣️ Join 😋♥️ @Hawwiiislamictube @Hawwiiislamictube
Показать все...
👍 6 3
Repost from GIBEE MEDIA
Фото недоступноПоказать в Telegram
Bootii ajaa'iba qabannee dhufnee jirra. Bot kun torbaanitti namoota 50 kan kaffaluudha. Nama sadarkaa 1_10 qarshii kuma tokko (1000) nama sadarkaa 11_50 qarshii (500) kan kaffalu waan taheef sirritti hojjadha. Jalqabuuf👇👇 start https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r08949749714 Sana Booda linki channel siif dhufu hunda join erga gootee chek bakka jedhu tuqtaa
Показать все...
Hawwiin gaafa dhiboftu waan gaariif tahuu malti‼️ ✍ Nabiyyallaahi Yuusuf [ A. W] gaafa mana hidhaa galu, dargaggoota lamaa wajjiin hidhaa keeysa ture. Yuusuf: keysi isaatiifi gubbaanilleen jara lameenirra qulqulluudha. Garuu jarri lamaan isa dursanii mana hidhaatii bahan. Inni ammo waggaa hanga tokkoof isaan booda hidhaa keeysatti hafe. 👉 Dargaggoota lameen keeysaa * Inni tokko akka tajaajilaa mootichaa tahuuf bahe. * Inni lammaffaa ammo akka ajjeefamuuf baafame‼️ 👉 Yuusuf isaan lamaanirraa waggaa 7 booda akka mootii Misraa tahuuf mana hidhaatii baafame‼️ Gaafa garii hawwiin tantee waan guddaan akka badhaafamtuuf turuutu mala waan taheef hin tursiifatin‼️ Join and share🥰👇 @hawwiiislamictube @hawwiiislamictube
Показать все...
👍 5 1
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
Показать все...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠
Wanti hunduu yaroo qaba! ✍ Mukhni ziqeya/warqii biratti gatii hin qabu. Garuu gaafa bishaaniin nyaatamuuf kaatu ziqeya odoo hin millanne mukha qabatta‼️ 👉 Gatiin waan tokkoo yaroo itti haajaman mul'atti‼️ 👉 Mukha akka aaruun yoo darbite waan bobeyfattu dhabda jetti Oromoon‼️ Join and share🥰👇 @hawwiiislamictube @hawwiiislamictube
Показать все...
👍 6 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Bootii ajaa'iba qabannee dhufnee jirra. Bot kun torbaanitti namoota 50 kan kaffaluudha. Nama sadarkaa 1_10 qarshii kuma tokko (1000) nama sadarkaa 11_50 qarshii (500) kan kaffalu waan taheef sirritti hojjadha. https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.