cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Mijuu seeraa Gadaa A. tiin

Gadaa AB page. A page mainly created to make access of laws and law texts!

Больше
Рекламные посты
212
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
+130 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Hayyama Konkolaachisummaa ykn ogummaa konkolaachiistummaa waan hinqabneef ajjeecha dagannoo tuma S/Y kwt. 543(3) jalattii ittigaafatamuu hinqabu s/y kwt. 543(1) jalatti ittigaafatamuu qaba jechun falmiin ka'u fudhatam hinqabu jechun Dhaddachi ijibbaata MMWF galmee Lakk 175578
Показать все...
Beeksisa Jijjiirraa Bakka Hojii የስራ ቦታ ለዉጥ ማስታወቅያ (Calcallii  irraa gara Caffee Araaraa) ከጨልጨሊ-ጨፌ አራራ ---------------------------- (Waxabajjii 23,2016 Finfinnee, Caffee Araara, MMWO)-Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa gamoo hammayyaa magaalaa Finfinnee, Caffee Araaraa (6 kiiloo)tti ijaarsisaa ture boqonnaa xumuraa irraan gahuun Waxabajjii 24, 2016 irraa eegalee guutumaan guutuutti bakka duraan ture Calcallii /Saarbeet/ irraa gara Caffee Araaraatti jijjiiruu ibsaa tajaajiltoonni  tajaajila barbaaddan gamoo haaraa naannawaa Caffee Araaraa  'anbassaa gibbii' cinaatti ykn Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinnee fuulduratti argamutti tajaajila argachuu kan dandeessan ta'uu ni hubachiifna. የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት ጨፌ አራራ (6 ኪሎ) አከባቢ ስያስገነባ የነበረዉን ዘመናዊ  ህንፃ በማገባደድ ጨልጨሊ (ሳር ቤት) ከነበረዉ ግዜያዊ መስርያ ቦታ ከሰኔ 24,2016 ጀምሮ ወደ አዲሱ ህንፃ  ያዛወረ መሆኑን እየገለፅን አገልግሎት የሚፈልግ ማንኛዉም ተገልጋይ ጨፌ አራራ (6 ኪሎ) በሚገኘዉ አዲሱ ህንፃ ተገኝቶ መገልገል የሚችል መሆኑን እናሳዉቃለን፡፡ ------------------ #Daayireektoreetii_Dhimmoota_Komunikeeshinii_MMWO #የኦሮሚያ_ጠቅላይ_ፍርድ_ቤት_ኮሚዩኒኬሽን_ጉዳዮች_ዳይሬክቶሬት
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
RULES OF LIVING WITH PEOPLE 1. When you meet young people - INSPIRE THEM. 2. When you meet children - EDUCATE THEM. 3. When you meet old people - HELP THEM. 4. When you meet wise people - STUDY THEM. 5. When you meet leaders - HONOUR THEM. 6. When you meet foolish people - AVOID THEM. 7. When you meet humble people - TREASURE THEM. 8. When you meet arrogant people - IGNORE THEM. 9. When you meet gracious people - EMULATE THEM. 10. When you meet aspirational people - ELEVATE THEM. 11. When you meet strong people - SUPPORT THEM. 12. When you meet godly people - BLESS THEM. 13. When you meet elderly people - RESPECT THEM. 14. When you meet weak people - STRENGTHEN THEM. 15. When you meet hardworking people - ENCOURAGE THEM. 16. When you meet kind people - ESTEEM THEM. 17. When you meet Honest people - PROMOTE THEM. 18. When you meet virtuous people - REWARD THEM. 19. When you meety evil people - EVADE THEM. 20. And in all situation “ Watch, Pray and wish everyone well. 1. Dr. Ben Carson said, "I struggled academically throughout elementary school yet became the best neurosurgeon in the world in 1987." LESSON: Struggling is a sign that you are on a verge of success. Don't quit yet. 2. Bill Gates said, "I didn't even complete my university education but became the world's richest man." LESSON: School does not make you rich. School is only supposed to polish what will make you rich, not make you rich. 3. Christiano Ronaldo said, "I told my father that we would be very rich but he couldn't believe me. I made it a reality." LESSON: Your words rule your life. If you mean what you have said, each word will come to pass. You get what you say. 4. Hear Lionel Messi! "I used to serve tea at a shop to support my football training and still became one of the world's best footballers. LESSON: - Believe in your dream. Don't let your pain tell you how your future will look like. 5. Steve Jobs penned, "I used to sleep on the floor in my friend's house
Показать все...
Показать все...
Human Rights Materials Compiled By Ashenafi.rar252.88 MB
gaafatan. Dajjazmaachichi mucaa xiqqaa haati imaanaa jettee itti kennite kana hogganaa woraanaa godhee muuduuf, baasee buusee, fudhatamuufi dide. Yoo innis woreegame, haadhaan maal jedha jedhee cinqamaa ture. Garuu gorsitonni faranjii sun, yeroo kenniif innu ni murteessaa jedhanii turan. Abbichuunis obboleessa isaa tokko kan bakka buuteen dhabame san barbaaduu fi Xaaliyaaniin haloo bahuuf qophii ta’uu ibsee, woraana dargaggeessa 200 qofa qabatu, kan waan hunda dhiisee isa wojji hanga dhumaa loluuf qophii ta’e qofti akka isatti makamu gaafatee, filannoon woraana keessaa godhamee, woraanichis garee adda addaa irraa wolitti babahe. Guyyaa itti aanu loltuu 200 ta’u kana fudhatee, ganda woraanni itti qubatan dhiisee, Abbichuun lolaaf deeme. San booda, dargeeggessi Worraa Jaarsoo kun, kan mudhii isaa irraa seeyfiin lamaa hin dhabamne, kan gochii isaa akka goofaree isaa baay’atu, seenaa gootummaa jal
Показать все...
👍 1
ABBICHUU ***** Abbaan Abbichuu, ilmii isaa baratee sadarkaa guddaa akka gahu barbaada. Akka isaa qonnaan bulaa ta’ee, sangaa leenjisaa, lafa qotaa haa jiraatuu hin hawwuuf ture. Ilmi isaa Abbichuun baratee iddoo guddaa haa gahuu hawwii qabu irraa ka’ee, Finfinnee geesseenii akka barnoota hammayyaa jalqabu godhe. Abbichuunis barnoota isaa cimee hordofuun barachuu itti fuufe. Kanaanis, carraa barnoota ol’aanoo argatee, bara itti aanee jiru, gara Faransaay deemuuf qophii irra ture. Barris bara 1935 ALA (1928 ALI) ture. Abbichuunis reef mucaa umrii woggaa kudha jahaa ta’a. **** Baruma kana (1935/1928) Xaaliyaaniin Benitoo Mosolooniin hogganamtu, Itoophiyaa weeerartee koloneeffachuuf dhaadannoo fi qophii guddaa irra turte. Haloo woggaa afurtama dura Adawaa irratti mohataman bahuuf, Xaaliyaanonni, dhaadannoo fi agarsiisaa woraanaa garagara muldhisuu bira darbanii, loltoota isaanii laakkofsaan heddu ta’anii fi meeshaa woraanaa yeroo sanitti hammayyaa ta’e balbala galaanaa Mitsiwaatiin gara kolaanii isaanii Eertiraatti yeroo geejjibsiisaa turaniidha. Itoophiyaa yeroo san kan bulchaa ture, Mootichi Haayilasillaaseen (Jaanoy) gara Liigii Mootummootaa (League of Nations) deemuun Xaaliyaaniin akka irraa dhoorkan worwaachaa fi iyyataa ture. Garuu Liigiin Mootummootaas abdii sirraa dhoorkina jedhu waan hin kennineefiif, dalgumaan biyyi woraana kana akka ofi irraa qolachuuf yaaltu socho’aa turan. Namni yeroo san Salaaleen bulchu Dajjazmaach Aberra jedhama. Ilma Raas Kaasaa Haileeti. Raas Kaasaan kun ammoo yeroo sanitti mootichatti aanee nama dhageettii fi angoo guddaa qabuudha. Bulchaa Bejamidir (Gondar) fi Lasta ture. Aanga’oota gurguddoo (Raasota) Itoophiyaa sadi kan weerara Xaaliyaan kana ittisuuf ummataa fi loltoota duulchisan keessaa Raas Kaasaa Haile kun nama tokko. Jaanoyis Raas Kaasaadhaaf gorsitu woraanaa kan ta’an faranjii lammii Czechoslovakia Adolf Parlesak jedhamuu fi hiriyyaa isaa Colonel Konavanov jedhamu akka gargaaraniin ergaafi. Gorsituu woraana Itoophiyaa kan ture Adolf Parlesak kun waan guyya-guyyaan woraanicha san irratti ta’u galmeessaa ture. Boodas waan galmeesse kana kitaabatti jijjiiree maxxansiise. Kitaaba isaa kana keessatti gootummaa qonnaan bultoota loltoota ta’anii hirmaatanii, gootummaa woraanaa Worra Jaarsoo Salalee fi woraana ijoollee Kambaataa, akkasumas waa’ee Abbichuu dinqisiifannaa guddaan barreessee jira. Seenaan gootummaa Abbichuus kitaaba isaa qofa keessatti otoo hin ta’an, sirbootaa fi weedduuwwan garagara yeroo san weeddifamaa fi sirbamaa turan keessattis ni calaqqisa ture. *** Abbichuu nagaa nagaa Onneerra hin marmaarinii Achittuu nagaa fayyaa Qoreen siin waraaninii *** Bulchaan Salaalee Dajjazmaach Abarraan woraanaa Worra Jaarsoo kan Salaalee ka’ee garreen Tigray (Ambalagee, Amabaradom, Tambeen) fi naannoo Raayyaa fi Azeebotti qubate ol’aantummaadhaan kan hogganu ture. Isa jalatti woraanni Worra Jaarsoo kun dursitoota woraanaa lama (Fitawuraarii) obbolaa ta’an qaba. Fitawuraaronni lamaan kun obboleeyyan Abbichuu turan. Abbichuunis barnoota isaa addaan kutee, carraa barnootaa ala deemuuf tures dhiisee, umrii woggaa 16tti obboleeyyan isaa kanniin wojjiin gara duula kanaa dhufe. Haati Abbichuus, bulchaa Salaalee Dajjaazmach Abarraatti mucaa xiqqaa isii kana imaanaa kennitee geggeessite. Garaan isii raafmananiis akkana jette: “Abbichuu nagaa nagaa, ijakoorra hin maarmaarinii Achittuu nagaa nagaa, qoreen si hin waraaninii” Guyyaa tokkoo, lola Xaaliyaanii fi Itoophiyaa jiddutti, Dabra Ambaatti godhameen Abbichuun Obbolaawwan isaa lamaan of biraa dhaba. Tokko reeffa isaa argatee qilxuu ganda woraanni isaanii qubatee jiru jalatti awwaalus, isa tokko garuu jiraachuu fi du’uu isaa beekuu ykn argachuu hin dandeenye. Qilxuu obboleessa isaa itti awwaale san jala taa’ee isaa gadda cimaa keessa jiruu, loltoonni Worra Jaarsoo iddoo Fitawuraarii obbolaa lamaan dhaban kanaa, namni biraa isaan keessaa bakka bu’ee lolee lolchiisee gumaa hoggantoota isaanii kanaa akka bahuu barbaadanii fi hogganni woraanaa (fitaawuraariin) isaaniif muudamu Dajjazmaach Abarraa
Показать все...
👍 2
Limits on birr and foreign currency holding in the territory of Ethiopia directive no FXD/81/2022 requires every person residing in Ethiopia to convert all of their foreign currency into Birr within 30 days of their entry into Ethiopia. Those acquiring foreign currency through gift or donation are also required to convert the currency within 30 days from the effective date of the directive.
Показать все...
DhIMMWF galmee Lakk. 220008 ta’e irratti (Murtii Hin Maxxanfamne). Adeemsa falmii dhimma yakkaa keessatti namni yakkaan himatamee ragaan Abbaa Alangaa dhagahame ergaa jala murtiin akka ofirraa ittisu kennameen booda jala murtiin akka ofirraa ittisu kennamee jiru suni dogoggora kan qabu yoo ta’e illee manni murtii dhimmicha ilaalaa jiru sun ragaa abbaa alaangaa irra deebidhaan madaaluun eejjennoo haarawaa qabachu kan hin dandeenye ta’u isaa ykn himatamaan ragaa ittisaa otoo hin dhiyeeffatiin murtii bilisaan gadi lakkisu kan hin dandenye ta’u isaa murtii kenne jira.
Показать все...
04:12
Видео недоступноПоказать в Telegram
haala Exit examiin itti hojjeetamudha itti dhiyaadha
Показать все...
video_2024-06-20_22-05-27.mp48.88 MB
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.