cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Oborraa Time

Больше
Финляндия1 556Язык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
743
Подписчики
Нет данных24 часа
-37 дней
-2130 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

A journey of a thousand miles begins with a single step. Lao Tzu #Joinshare || OROMOONOROMOOF
Показать все...
Chaanaalii keenya tajaajila technology fi carraa barri odeeffannoo nuuf kennu irraa akkamitti akka fayyadamaa taatan isiin qajeelcha itti dabalamuun irraa fayyadamaa.
Показать все...
Scholarship 🇱🇷
Internship🇬🇧
Technology
About Mastercard 💸
YALI
How to Apply?
CONTACT ADEEROO
Best Ethiopian hot🔥 Telegram channel and group for adult 🔞 Join now below here link👇👇
Показать все...
tiktok video 💖
Entertainment 🤣💕
Barruulee❤️
Dating🧟👭
Contact💕
Join💥
🔥 HOT CHANNEL
Funny 😃video
Walaloo jaalalaa
Music 🎶
Kana beektuu laata?
Mp3 music
Downlod Video
News
Barnootaaf 🍓
Kana Beektuu 👌
DV ilaaluuf ❤️
Walaloo Gabaabaa
SMS📩📩
Contact 💸💵
Kadir Said 🎶 🎵
Faaxee Anniyyaa❤️
Farahan Baddeessa
Shaggooyyee
Tirrii❤️
Ragada❤️
All in one
Abbabaa abbishuu
Qamar yusuf
Ali Birra❤️
Ali shabbo💯
Adam Harun💯
New music 🎶
Mp3
Mp4
Oromo clasical
Repost from N/a
Mana barnootaa tokko keessatti barsiistuun saayikoloojii barattoota isheef assignment kennuu barbaadde. Barattoonni ishee hundi dinnicha akka fidan ajajje. Erga isaan dinnicha jedhame kana fidanii booda, maqaa namoota jibbanii dinnicha sana irratti akka barreessan ajajje. Lakkoofsi dinnichaa isaan fidan lakkoofsa namoota jibbanii wajjin wal qixa ta'uu akka qabu dursitee itti himte. Guyyaa lammataa barattoonni ishee baay’inuma namoota jibbaniin, inni kaan 3, inni kaan 5, inni kaan immoo 8 maqaa namoota jibbanii irratti barreessanii fidan. Barsiistuuun kunis dinnicha kana har'a irraa eegalee torban lamaaf boorsaa keessan keessatti baattanii deemtu, yeroo mana fincaanii deemtanillee lafa kaa'uu hin dandeessan jettee ajajje. Guyyaan akkuma dabalaa deemuun dinnichi tortoruu isaa irraa kan ka'e barattoonni fooliin dinnichaa isaan jeequu waan jalqabeef komachuu jalqaban. Keessattuu warri dinnicha 8 baatan foolii isaa dabalatee ulfaatina garmalee akka qabu dubbachuu jalqaban. Torban lama booda guyyaan assignment itti raawwatu waan gaheef barattoonni hunduu dinnicha sana baasanii akka gatan eeyyamameefii. Ergasii barsiistuun sun barattoota isheetiin, “Akkam ture?” jettee isaan gaafatte. Hundi isaanii gungumuu jalqaban. Deebisaniifiis "Fooliin isaa baay'ee hamaadha. Baay'ee jibbisiisaadha, akkaan nutti ajaa'e" jedhanii deebisaniif. Barsiistuun sunis, “Argitanii! Jibbinsi sin garaa keessan keessatti qabattanii deemtanis kana fakkaata. Jibbi summii nama ajjeesudha. Bakka deemtu hundatti si waliin deemee si jeeqa, nagaa siif hin kennu. Torban lamaaf foolii dinnicha tortoree obsuu hin dandeenye. Mee yaadaa umurii keessan guutuu garaa jibbaa baattanii gaafa waliin jiraattan! Hagam akka inni isinitti ajaa'u hubattaniittuu?” jette Nama meeqa jibbaa jirra? Nama meeqatti gadoo qabannee garaa keenya afuura jibbaan laalessaa jirra laata? Dhaamsi barruu kanaa, jibbaa fi gadoo of keessaa haxoofnee jaalalaan wajjin haa jiraannuudha! Jaalalli dhugaan nama mudaa hin qabne qofa jaallachuu osoo hin taane, nama mudaa baayyee qabus qulqullummaadhaan jaallachuudha! Galatoomaa! By : (Sanbato Go-far Abdissa)
Показать все...
Oromo music MP3 💕

Afaan Oromo music channel #afaan oromoo #music

💯Best Ethiopian hot🔥 Telegram channel and group for adult 🔞📵 Join now below here link👇👇
Показать все...
tiktok video 💖
Entertainment 🤣💕
Barruulee❤️
Dating🧟👭
Contact💕
Join💥
🔥 HOT CHANNEL
Funny 😃video
Walaloo jaalalaa
Music 🎶
Kana beektuu laata?
Mp3 music
Downlod Video
News
Barnootaaf 🍓
Kana Beektuu 👌
DV ilaaluuf ❤️
Walaloo Gabaabaa
SMS📩📩
Contact 💸💵
Kadir Said 🎶 🎵
Faaxee Anniyyaa❤️
Farahan Baddeessa
Shaggooyyee
Tirrii❤️
Ragada❤️
All in one
Abbabaa Abbishuu
🔥Qamar Yusuf
Ali birraa 💟
ALI SHABBO💞
Adinan Mahammad -💥💕
New music 🎶
Mp3
Mp4
Oromo Clasical
💯Best Ethiopian hot🔥 Telegram channel and group for adult 🔞📵 Join now below here link👇👇
Показать все...
tiktok video 💖
Entertainment 🤣💕
Barruulee❤️
Dating🧟👭
Contact💕
Join💥
🔥 HOT CHANNEL
Funny 😃video
Walaloo jaalalaa
Music 🎶
Kana beektuu laata?
Mp3 music
Downlod Video
News
Barnootaaf 🍓
Kana Beektuu 👌
DV ilaaluuf ❤️
Walaloo Gabaabaa
SMS📩📩
Contact 💸💵
Kadir Said 🎶 🎵
Faaxee Anniyyaa❤️
Farahan Baddeessa
Shaggooyyee
Tirrii❤️
Ragada❤️
All in one
Abbabaa Abbishuu
🔥Qamar Yusuf
Ali birraa 💟
ALI SHABBO💞
Adinan Mahammad -💥💕
New music 🎶
Mp3
Mp4
Oromo Clasical
TUUJII IBRAAHIM maal jedha Jiruu tiyya keessatti guyyaan an gammade har'a. Kitaabni seenaa " Abdii Qophee, Odaa Artii Oromoo" jedhu anaa fi hiriyaan kiyya Obbo Sooraa Aammee bara dheeraaf barreessaa turre xumuramee sadarkaa kanarra gaheera. Seenaan hayyootaa, qabsaawotaa fi ummata Oromoo kan barraa'ee laabrarii jiru waa xiqqo. Irra caalaan hawaasuma keessa jira. Kana baddaa fi gammoojjii keessaa funaanuun gurmeessanii kitaabessuun humna, leeccalloo fi yeroo guddoo gaafata. Kitaaba kanaan nutis waan kana cufa dandeenye bifa hunderraa seenaa dhaloota barsiisuu danda'uun dhiheessine. Kitaabichi boqonnaa torbaan kan gurmaa'e yoo ta'u, kana keessatti biography dhuunfaa hayyuu kanaa qofa osoo hin taane seenaa walakkaa jaarraa oliif artii fi qabsoon Saba keenyaa Wal qabatee dhihaateera. Oromoon bar-durii geerarsa, mirriysa, shoobdoo, seeyyee, Naanaa, Dukkoo, Dumbushee Galaa, Shaggooyyee, Geelloo, Tirrii, Iyyaasee fi kkf fayyadamuun seenaa dhalootaa dhalootatti dabarfata. Afoolli kun jiruuf jireenya sabichaa cufa calaqqisaa arma gahe. Hojiin nuti dhaloonni har'aa dalagnu haga sanitti bilchina argachuu danda'a jechuu baannus, haga dandametti yaaluun baayessa. Kitaabicha hoggaa dubbiftan yeroo hagamii fixuu akka danda'u, obsa hagamii akka gaafatu hubachuun hin rakkisu waan ta'eef kana dubbiftootaaf dhiisuu filadheera. Maayyirratti, nuti dhaloonni ammaa wanni barreessinu 'organically' sabicha kan calaqqisu ta'uunsaa hedduu barbaachisaa dha. Beekkumsi ummanni keenya baadiyyaa jiru qabu waan nuti magaalaa keessa teenyaa barreessinu waliin Wal bira qabamee yoo laalame kufaatii keessa jiraachuu fi bilchina dhabaa jiraachuu keenya akeeka. Oromiyaa Bilisummaan ijaaramte keessatti seenaan Gobeellee, Shaawwee, Gaattiraa, Dhungata, Kobor, Laga Ejersaa fi Arba Guuguu, Mogor, Sorroo Barguddaa fi Daakata faa keessatti dalagame ifee faajjii isaa waliin akka mul'atu barbaanna. Kanaaf nuti dhaloonni har'aa seenaa dabre qorachuu, kan qoranne ammoo kitaabessuun dhaloota itti aanee dhufuuf dabarsuuf dirqamna!
Показать все...
Oromo music MP3 💕

Afaan Oromo music channel #afaan oromoo #music

Фото недоступноПоказать в Telegram
Boombii gaafii eenyummaa biyya tanatti yeroo jalqabaaf kan dhoose Walaaliny Mokkonin. Barruu isaa bara 1965 keessa "Nation's and Nationalities' Questions " jedhuun impaayera Itoophiyaa keessa gaafiin eenyummaa sabummaa ulfaataan deebii barbaadu akka jiru kaase. Impaayerri Hayila Sillaasee guyyaa San salphate. Rifaatuu guyyaa San rifaterraa kan ka'e Xilaahun Gizaaw ajjeeffamuun, Walaaliny fi niitiin isaa aadde Maartaanis bifa nama suukanneessuun buufata xiyyaaraa keessatti wareegaman. Itti fufuun gootichi Oromoo Ibsaa Guutamaa walaloo "Itoophiyaawii maanaw" jettu galma yuniversitii Hayilla Sillaasee keessatti dubbisuun impaayerri immiyyee ilmaan immiyyee malee kan aabbiyyee akka hacuuce, eenyummaa warra kaabaa warra kibbarratti kan kuffise ta'uu akeeke. Kanaan, sirni mootichaa ganamaa galgala gaafii eenyummaa sabummaa akka galaanaa itti yaa'uun bubuqqa'uu jalqabe. Walaaliny Mokkonin seenaan barabaraan haa yaadatu! 👇 By Tuujii ibrahim
Показать все...
~Kophaa too na dhiiftee,atii deemuuf kanaan. Dubbachuun dadhabee ati naan dubbannaan. ~ Siin barbaada hogguu gadii hin teeny takkaa. ~Si jaallee jaalalaa mee ammaa. Jaalaltii tee daymaa daymaa. ~ Hin yaadini hin yaadinii Yaadni namaan badaa. ~ Na jaalattee gama keetiin. ~Ammalele lelee. ~Wal arguu waa hin oolluu hayaa nagayaatti. ~ Yaada keetiin shorarkawee Hangam takkaan dadarkawee. ~ Ifii rafaa bultaa hirribaa mi’aawaa. An hirriba dhabee naaf himii mee dawaa. Sirboota kana Artiisti jaalatamaafi hangafaa artiistoota Oromoo Dr.kabajaa artiisti Alii Birraa sirbee. Sirbootni kun seenaa muuziqaa Oromoo keessatti sirboota yeroon hin geeddaree kan hin moofoynee. Sirboota bara baraan jiraatuu kan dhaloota dhalatoottii darbaa jiraniidha. ~ Nan laaliin siin laala Yaa shankooraa aalaa. Sirba kana jalqaba kan sirbee Artistii Abdii Buuh. Booda kana Artisti Mahammad Xawiifi Umaree Aliitiin irra deebiin sirbamee. ~ Yaa ibsituu akka aduu An si malee hin taraaduu. Siihi taniin barbaaduu. Walaloo artiisti Abuubakar Muussaa waa’ee bilisummaatiif barreessee kan Hawwisoon Urjii Bakkalchaa sirba itti ummata Oromoo dammaqsaaa turtee. Artistii guddaa abbaan seenaa jabaa Artiisti Abuubakar Muussaa Haala kanaan, walaloo sirbaatiin Oromoon dukkanaa gabrummaa keessa bahee gara qabsoo bilisummaa Oromootti akka qabsoof cehuu sammuu qaree dammaqsee dammaqaaf bayyannoota uumee. Walaloo sirbaa ykn wallee barreesseen ummata Oromoo xiqqaa hanga guddaa hidhannoo eenyummaa sammuu hidhachisee qabsoo annaannachisee onnachisee. Artiisti Abuubakar Muussaa hayyuu qaroo goota beekkamaafi jaalatamaadha. Artiisti Abuubakar Muussaa walaloo sirba barreesseen artii Oromoo, muuziqaa, Afaaniifi aadaa Oromoo dhiibbaa dhibaa sirna kolonneeffattuu habashaa jalaa baasee dagaagsee nama jabadha. Artiisti Abuubakar Muussaa mootummaan Hawwisoon Afran Qalloo hojii erga dhaabdee diigamtee booda, Raadiyoo Harar kan bara 1965 hundaa’ee keessatti Shawaaluul Mangistuu, Abdii Mahammad Yusuuf ( Abdii Qophee) fi Mahammad Ahmad ( Mahammd Qophee) waliin qaxaramee hojjata turee. Artiisti Abuubakar Muussaa sabaaf dhalatee,sabaaf jiraatee qabsaa’ee dararaaf gidiraan osoo abdii hin kutiin sabaa isaa Oromoo Osoo hojjatuu Adoolleessa 12, bara 1969 A.L.H ykn Adoolleessaa 12,bara 1977 galgalaa Raadiyoo Harari oduu dubbisee yeroo bahuu waraana ykn hidhattoota Dargiitiin rasaasaan ajjeeffamee. Artiisti Abuubakar Muussaa gootni Oromoo erga ajjeeffamee reeffaa isaa akka ummanni hin kaafnee dhorkanii bineensii nyaatee harkaaf miila mataa qofaa arganii walitti qabuun awwaalan. Artiisti Abuubakar Muussaa haalli du’aa saa caalaa reeffaa isaa bineensaa nyaachisuu diinni hangam akka garaa jabaatuu kan garsiisuu. Artiisti Abuubakar Muussaa hojiin hanga lafaa gubbaa lubbuun jiraatee ummata Oromoo hojjatee siidaa jaalalaa tahee onnee Oromoo keessa dhaabbataa. Galma galmee seenaa guddaa tahee sammuuf sirrii ummata keessa jiraatee bara baraan dhalootni irra baraa seenaan faarsaa jiraata. By: - Soora Kha lammii Facebook ━━━━━━✧❂✧━━━━━━━
Показать все...