cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

JIRUU MULTIMEDIA

You Tube koo JIRUU MULTIMEDIA SUBCRIBE gochuun na hordofaa!!! https://www.youtube.com/@QUBEETEACH https://www.youtube.com/@QUBEETEACH Bashannanaa barachuu yoo barbaaddan nuttu dabalamaa! june 11-2022

Больше
Рекламные посты
3 830
Подписчики
-724 часа
-277 дней
-6930 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Daily combo kan June 1 5000,000 million coin Warrii join hin goone as tuqa eegalaa gaffanii gurguramuu eegalui akka hin gabineeti👇👇👇👇👇
Показать все...
👍 2
Показать все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮 ✰ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti. Roobart Mugaabee. ✰ “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.” Shiiv keeraa. ✰ “Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.” M. Gaandii. ✰ “Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari’u; jaalalatu jibba ari’a.” Maartiin Luuter Kiingi. ✰ “Muka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha.” Shiiv keeraa. ✰ “Hin danda’amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha.” N. Maandellaa. ✰"Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa" Abdii Taammanee. ✰ "Gaa'ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta'e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif." Roobart Mugaabee. ✰ “Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.” Maartiin Luuter Kiingi. ✰ “Addunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee har’a sanyii facaasuu hin dhiisu.” Maartiin Luuter Kiingi. ✰ “Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.” Riichaard Niiksoon. ✰ "Of wallaaluun of awwaaluudha" Miratuu Shaanqooo. ✰ "Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta'eef" Abdii Taammanee. ✰ “Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.” Albeert Inistaayin. ✰ “Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.” Albeert Inistaayin. ✰ “Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda’e.” Iyezak Niiwtan. ✰ "Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu" Miratuu Shaanqoo. ✰ “Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.” Biil Geet. ✰ "Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu" Abdii Taammanee. ✰ “Karaa milkaa’inatti geessu hin beeku yoon ta’ellee karaa kufaatiitti geessu nan beeka, innis namoota hundaa gammachiisuuf dhama’uudha.” Biil Koosbiil ✰ “Kun hundumtuu ta’ullee ammayyuu ilmaan namootaa gaariidha jedheen yaada.” Haannaa Firaank. ✰ “Maqaa diinota keefi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin, balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi.” Joon F Keenedii. ✰ “Addunyaa kana irraa wanti baay’ee nama gaddisiisu utuu ija qabanii mul’ata dhabuudha.” Heelen Kiiler. ✰" Waaqatu na muude, isatu na buusa" Roobart Mugaabee. ✰ “Hiyyumnis ta’e sooromni bu’aa ilaalcha keenyaati.” Naappooliyoon Hiil. ✰ “Carraatti cimseen amana yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana.” Toomaas Jeefersen. ✰ “Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.” Miratuu Shanqoo Maal irraa Barannaa...? 👍      ❤         🗨️         ♂️ 𝒍𝒊𝒌𝒆    𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆
Показать все...
11👍 5🔥 2🎉 1
Показать все...
Notcoin

Probably nothing @notcoin

Показать все...
Notcoin

Probably nothing @notcoin

Показать все...
Notcoin

Probably nothing @notcoin

Фото недоступноПоказать в Telegram
VIDEO BOHAARSOO TORBAN KANA 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/TYX2_Lknabk https://youtu.be/TYX2_Lknabk https://youtu.be/TYX2_Lknabk
Показать все...
5

8👍 4
Показать все...
1🤩 1
Daa'imni tokko bakka awwaalcha haadhasaatii dhaqee boorsaa mana barumsaa isaa awwaala haadha isaatti darbatee miira imimmaaniin guuteen, "yoo hirriba rafaa jirtu kana raftee quufteetta ta'e, si gahaa dammaqi! Ana waliin kottuu barsiisaa koo Isa, 'harmeenkee baay'ee ‘careless’ ykn dadhabduu dha, Laaqana malee harka duwwaa mana barnootaatti si ergiti, uffatumakeellee bareechitee sitti hin uffistu, Akka ati hojii manaakee hojjettee dhuftus homaa si hin gargaartu!' jedhuuf deebii kenni!" Jedhee iyyee boo'a Ture. Jireenyi haadha malee nama dhukkubsa! Jireenyi haadha malee Duwwaadha! Haati Waaqaa gaditti eenyuttiyyuu hin madaalamtu! Harmee namaaf waaqni Umurii dheertuu haa kennu😞🙏 Warra haadha hin qabneef ammoo jajjabina ha kennu! Madda: Barreeffama Afaan Ingiliffaa "SAD LIFE" jedhurraa hiikame.
Показать все...
10👍 6🎉 2