cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

Больше
Рекламные посты
1 910
Подписчики
-424 часа
+337 дней
+60830 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
❏ Hafuurri Qulqulluun: 1. Nuuf kadhata (Rom. 8:25) 2. Nu keessa jiraata (1Qor. 3:16) 3. Nu gargaara (Rom. 8:26) 4. Nu gaggeessa (Yoh. 16:13; Rom. 8:14) 5. Nu barsiisa (Mul. 2:7) 6. Nu waama (HoE. 13:2) 7. Humnaan nu guuta (4:31) 8. Nu jajjabeessa (HoE. 9:31). 9. Akka abboomamnu godha (1Phex. 1:22) 10. Dhuga baatuu dhugaati (Rom. 9:1-2) 11. Gammachuu nuuf kenna (1Tas. 1:6) 12. Birmaduu nu baasa (2Qor. 3:17) 13. Nu jijjiira (2Qor. 3:18) 14. Bilisa nu baasa (Rom. 8:2) 15. Waa'ee Yesuus dhugaa ba'a (Yoh. 15:26) 16. Tokkummaa akka qabaannu godha (Efe. 4:3-4) 17. Akka qulqulloofnu godha (1Tas. 2:13) 18. Humna akka argannu godha (HoE. 1:8) 19. Kennaa ayyaanaa nuuf kenna (1Qor. 12:4-10) 20. Ija hafuuraa akka godhannu godha (Gal. 5:22-23) ❏ Hafuura qulqulluu fudhadhu! Of keessatti kunuunsi! Namni kan inni miidhamaa ta'u, nagaa fi boqonnaa dhabu, gaafa hafuurri qulqulluun isa irraa fagaate qofa. "Dhagni keessan mana qulqullummaa hafuura qulqulluu isa isin keessa jiruu ta'uu isaa hin beektanii ree? Hafuura kanas Waaqayyo biraa argattan; mana qulqullummaa hafuura isaas erga taatanii, isin kan ofii keessanii miti.” — 1Qor. 6:19 “Isin mana qulqullummaa Waaqayyoo akka taatan, hafuurri Waaqayyoos isin keessa buufatee akka jiru hin beektanii ree?” — 1Qor. 3:16 “Hafuura Waaqayyoo isa qulqulluu, isa guyyaa fayyinaatiif ittiin mallateeffamtan hin gaddisiisinaa!” — Efe. 4:30 t.me//Ifa_dhalootaa
1045Loading...
02
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1270Loading...
03
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1250Loading...
04
DAAYIMEEDIIN_ESSA_ARGAAMA? #Dhagaa_Irra_Gara_Daayimendiitti_Jijjiirramuu_barbaaddaa? Dayimendiin kan inni hojjatamu adeemsa HPHT jedhamuunidha. HPHT jechun High Pressure High Temperature jechuudha. Daayimendiin tokko Dayimendi jedhamuu isaatin dura sadarkawwan #4 darbuu qaba.   1) Gara lafa jalaatti kilomeetira 300-600 gadi siqee taa'uu qaba. 2) Ho'a baay'ee cimaa keessa taa'u qaba. Kana jechuun ho'a hanga centigrade 1200 (1200⁰c) tti argachuu qaba. 3) Dhiibbaa (Pressure) guddaa keessa jiraachuu qaba. 4) Yeroo dheeradhaf haalota armaan olii kana keessa turuu qaba. Fknf Amma wagga 10-20 jechuudha. Kanaaf dhaagaa gurraacha tokko fuutanii lafa jala hanga kilomeetira 600 fagessitanii yoo keessan. #Ho'a 1200⁰C keessa fi dhiibbaa guddaa keessa yeroo dheeradhaf yoo keessan, Dhagan sun gara Daayimenditti jijjiirrama. 🔹Daayimendiin Amaloota 7 qaba 1) Gar-malee jabaatadha. Fuudhaati dhagaadhan reebaa hin cabu. Seefidhan rukutaa addaan hin dho'u. Murtuudhan muraa hin muramu. Kan isin dhibu garuu Daayimendiin sibiila mura, dhagaa caccabsa. Daayimendiin kan muramu Dayimendii ka biraanidha malee sibiilli biraa isa hin danda'u. 2) Dayiimendiin gar-malee calaqqisa. Refractive index jedhama. Ifa fudhate deebisee ibsuudhan beekkama. 3) Inni birammoo #Dayimendiin ifa aduu isa adii sana halluu garagaraatti jijijjiiree balaqqeessa'uf dandeettii guddaa qaba. Albuudonni biroo kana gochuu hin danda'an. 4) #Daayiimendiin baay'ee qulqulluudha. Qulqullina isaatin albuudota keessa kan isa gitu tokkollee hin jiru. 5) #Daayimeendiin Ibiddaan hin gabatu. Daayimendii qodaa tokko keessa kessani qodichatti ibidda yoo qabsiistan qodichatu gubatee dhuma malee Daayimendin waa tokkoyyu hin ta'u. 6) Sibila biraa asiidii keessa yoo tursiistan #sa'ati tokko keessatti caccaba. #Daayimendin garuu asidii barbaddan keessa wagga 100fu yoo kessan waa tokko hin ta'u. 7) Inni dhumaa, #Daayimendiin gatiin isaa baay'ee baay'ee minyawaadha. Addunyaa kana irratti albuudi gatiin isaa morkatu tokkolle hin argamne. Abban barbaade ka'ee bitachuu hin danda'u. #Daayimendiin amma mataa quba harkaa geessu gamoo tokko ijaaruu danda'a. Obbolee koo akkuma #Daayimendin km 600 gadi siqee ta'ee kana atis ammaa Hiriyaa keeti gadii taatee jirta ta'a. Kan ati of bukkeetti ilaaltu tokkolle hin jiru. Iddoo namni jirurraa bayee gadi buutee jirta ta'a. Akkuma #Daayimendin #Ho'a 1200⁰C keessa taa'u atis amma rakkina baay'edhan waxalamaa jirta ta'a. #Dhiibbaa guddaa kessa jirta ta'a. Haalli ati keessa jirtu kun waggaa baay'ee sirra tureera yoona kana abdiin keeyyuu dhuumera ta'a. Garuu waan sitti hima, Waaqayyo haala ati keessa jirtu wallaalee utuu hin taane, Akkuma dhagaan gadi fageenya guddaa kessa gadi siqee #ho'aa guddaa keessa waggaa dheeradhaf taa'ee #Daayimendii ta'e ba'u atis jijjirramnikee dhihoodha. Kan Waaqayyo Rakkina kana keessattti si ilaaluf akkuma Dayimeendii sana     👉 Si Jabeessuf     👉Ifa siif ife ormaaf ibsuuf     👉Ifnikee karaa baay'edhan akka Calaqqisuuf     👉 Rakkinakee sirra arcaasee si kukkuulee si bareechuf      👉Gatii kee mi'essufidha. obboloota koo jabaadha inni isiin keessa jirtan kun isiin balleessee badduuf utuu hin taane, akka #dhagaa ibidda keessa darbee Daayimendiitti jijjirramuu atis gatiin kee ol ka'uf jedha. Har'af malee boru barbaadamtetu hin argamtu. Kan amma asitti si ilaalan hundi boodde kuunno achitti si argu. Jireenyi har'a jiraattu mana barumsaa keeti male bor #gonfoo guddaatu si eega. Na amani Waaqayyo fooli kee urgeessee, gati kee mi'eessee ifa kee calaqqisisee iddoo guddaa fi kabajamaa tokkorra si dhaaba. Akka Daayimendii ta'uu barbaadda taanan rakkina obsaan dabarsi malee hin guggumini. har'i kee babbareechee boritti silaata. Rakkinakee har'atin of hin tilmaamini durakee ulfina guddaatu jira. Iji Waaqayyoo yeroo hubduma sirra jira Ganaa akka qorichaatti barbaaddamta.                                                                                                                       t.me/Youth4Christ1
1363Loading...
05
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
1281Loading...
06
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
1430Loading...
07
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1310Loading...
08
WALDHABDEE DAMOOTAA JIRMICHA IRRATTI; Dameen jirma irratti wal lolu jirmichaaf kisaaraadha.Jirmichi Albuudaaf nyaata barbaachisaa dameen ittiin daraaree IJA naqatu utuu kennuufii dameen sun ija yoo dhabe jirmichaaf bu'aa hin ta'u.Dameen wal lolu daraaraa walirraa harcaasa,baala walirraa harcaasa,wal folloqsuu mala.Jirmichi kan nyaata gumaachuuf akka IJA godhataniif ture. Jirmichatti jaalalaan jiraachuun jirmichaafis humna. Maaddiin tokkichi nuuf kenname Jaalalaan irraa nyaannaan hin dhumu; kan maaddicharraa nyaatamus jaalalawoo; jaalalli immoo nyaatamee hin dhumu.Yoo Jaalalaan irraa nyaachuu baatan Garuu; maaddiin irraa nyaatamu utuu jiruu dhaloonni nyaatee wal fixa.Maaddii waliin irraa nyaatu dhiisee waliisaa dhabamsiisa. Hojjetoonni maasii tokkoo meeshaa akka ittiin maasicha hojjetaniif itti kennameen dha'anii wal caccabsan,kaan badduu wal baasan,qilees wal buusan.Billaa ittiin baalaan waraantee ciruuf fudhataniin wal kukkutan, haamtuu ittiin midhaan sassaabaniin wal ciran. Maasicha nagaaf jaalalaan haa hojjennu Maaddicharraa jaalalaan haa nyaannu Jirmichatti jaalalaan haa jiraannu "!Dhugicha dhugaa ba'uuf gara mureessa ta'i!" t.me//Youth4Christ1
1941Loading...
09
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
1690Loading...
10
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
2050Loading...
11
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1690Loading...
12
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
291Loading...
13
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1721Loading...
14
UUMAMA HAARAA TA'UU Uumama haaraa ta'uu jechuun gabaabumatti kiristoosiin fudhatanii eenyummaa haaraa argachuu jechuu dha. Namni Kiristoositti amanee uumama haaraa ta'a. Uumama haaraa yeroo jennu bifa namuummaa irraa gara waan biraatti jijjiiramuu jechuu miti. Kiristoositti amanuudhaan ilaalcha, yaada, jireenya, hojii hamaa, isa kaleessa , dheengadda jiraachaa ture isa moofaa irraa gara isa haaraatti jijjiiramuu dha.  “Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera.”   📖 2Qor. 5:17 Waaqayyo uumama haaraa kan inni nu godheef lafa haaraa fi bantii waaqaa haaraa uumu sana sammuu keenya kana keessatti akka qabaannuuf dha.  “Waaqayyo, "Kunoo, ani bantiiwwan waaqaa haaraa fi lafa haaraa nan uuma; wanti dur ta'e hin yaadatamu, inni darbes yaada namaa keessa hin dhufu.”   📖 Isa. 65:17 Maarree isa darbetti ykn isa moofaatti yaada ofii hidhuun akka hin barbaaachifne nuuf mirkaneesseera.       “Kanaafis Waaqayyo, "Isa durii hin yaadatinaa, wanta darbettis yaada keessan hin hidhinaa!” jedha.   📖 Isa. 43:18 Uumama haaraa kan taanes karuma kiristoos waan ta'eef hojii gaarii waan haaraa inni uume keessa deddeebi'uu qabna jechuudha akkuma. 📖 Efes 2:10 irratti dubbatu. 👉 “Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddebinuuf karaa Kristos Yesus uumamne.”   📖  Efe. 2:10 Wanti haaraan gaafa uumamu akkasumas abdiin boodarra jira jechuudha. Abdiin kunis isa qajeelummaan keessa guute dha. Waan haaraa uumame kanatti fayyadamuudhaaf uumama haaraa ta'uutu barbaachisa. Wanti kun uumamee akka darbe hundumti keenya beekuu qabna. Innis Yesuus kiristoos dha. Yesuus kiristoos immoo Waaqayyo abbaa biraa akkuma abdachiifamne isa nuuf kennamedha.  📖 “Nuyi garuu akka abdii inni nuuf kenneetti, bantiiwwan waaqaa haaraa, lafa haaraas warra qajeelummaan keessa buufatu in eegganna.”   📖 2Phe. 3:13 Egaa uumama haaraa ta'uun utuu ilma Waaqayyootti hin amaniin hin danda'amu. "Maalif " yoo jette. Karaa ittiin uumama haaraa ta'an Yesuus kiristoos qofa waan ta'eef. 📖2Qor 5:17 Wanti haaraan kunis uumameera. Uumameera gaafan jedhu jalqaba irratti  gama kiristoosiiin waan nuuf raawwatame wabeeffadheeni.  📖 Mul. 21 ⁵ Inni teessoo irra taa'e immoo, "Kunoo ani waan hundumaa haaraa nan godha!" jedhe; itti dabalees, "Dubbiin kun amanamaa, dhugaas waan ta'eef, kana caafi!" naan jedhe. ⁶ Akkasumas "Ta'eera! Ani Alfaa dha, Omeegaa dhas, isa jalqabaa ti, isa dhumaa tis; ani isa dheeboteef burqituu bishaan isa jireenya kennuu irraa tola nan kennaaf. Jedha.  Inni lammaffaan immoo isa abdachiifame kanatti warra jiraataniif lafa haaraa fi jireenya akka argataniif isa uumamudha. Akkuma Mul'ata 21:1-6 irratti dubbatu jechuudha. Egaa waan haaraa ta'e kana argachuuf waan haaraa isa jalqabaa ta'e Yesuus Kiristoositti amanuun barbaachisaadha. Lammaffaarrattimmoo jireenyicha isa fudhanne waliin walqabata. Isa jalqabaa Kiristoositti erga amantee itti jiraachuudhaan haaromta.    Isa booda lafa haaraa irra jiraatta.  📖 Mul 21:1-6.  Warra itti jiraataniifi waan haaraa uumame kana akka bishaanii warra dheebotaniif abdiin jira.  Egaa walumaa galatti Uumama haaraa ta'uu wantootni nu barbaachisan maal fa'i ? 1. Kiristoositti amanuu/Fudhachuu. 📖2Qor 5:7.  2. Itti jiraachuu. Namuummaa haaraa sana uffachuu. 📖Efes 4:24, 📖Rom 13:14. 3. Isa moofaa ykn isa darbe yaaduu dhiisuu. 📖Isa 43:18. 4. Abdiidhaan eeggachuu. 📖2phe 3:13 Eebbifamaa Maatii Waaqayyoo 🙏🙏🙏 t.me//Youth4Christ1
1885Loading...
15
YESUS JIREENYA! ================= Museen lafa onaa keessatti bofa sibiila diimaa muka irratti akka ol fuudhe, Ilmi Namaas immoo akkasuma muka irratti ol fuudhamuun in ta’a. Kunis Ilma Namaatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf ta’a. (Yoh 3:14-15) Lafa onaa keessatti yeroo sabni Israa’el abboomamuu didan bofa summii qabutu gad itti dhiifame; sabni sun dhumaatii akka oolaniif Museen ajaja Waaqayyootiin bif-fakkii bofaa sibiila boorrajjii irraa hojjetee rarraasuun, namoonni hiddamanii gara isa rarraafame sanaa yoo ilaalan akka fayyan itti himuun sabni qajeelfama sana fudhatan du’a oolan. Haaluma sana fakkaatuun Yesus murtii cubbuu biyya lafaa hundumaa Ofii Isaatii fudhachuudhaan iddoo ol ka’aa addunyaa kana irratti ija nama kamiitti illee mul’achuu danda’u Golgootatti fannifameera; namni gara Isa fannifamee Yesusiin ilaale hundinuu ni fayya; garuu Isa fannifame gara Yesus ilaaluun waa’ummaa kan itti fakkaate hundinuu du’a bara baraa du’uuf jiru. Kanaaf bif-fakkiin bofaa lafa onaa keessatti fannifamee namoonni bofaan hiddamanii turan gara Isaa ilaalanii fayyan sun, Yesus Isa nama ta’ee dhufee Golgootatti fannifame jal-bultii isaa agarsiisa. Museen maaliif bofa lubbuu qabu ajjeesee fannisuu maannaa, bif-fakkii bofaa sibiila diimaa irraa hojjetee? Sababni isaa Yesus bofa Isa abaaramaatti fakkeefame malee, Ofii Isaatii cubbuu fi cubbamtummaa ittiin himatamu tokko illee hin qabu. Cubbuu namootaa ofitti waan fudhateef iddoo keenya cubbuu ta’e. Bif-fakkiin sun sibiila diimaa irraa hojjetame. Museen albuuda sibiila diimaa irraa bif-fakkii bofaa kana hojjechuuf ibiddaan hamma jedhamuun olitti albuudni sun gubatee jijjiiramuu gaafata. Nuyi akka fayyinuuf dhiphinni fannoo irratti Yesus arge gosa dhiphinaa namni yakka hamaa godhe kam illee ittiin gidirfamee ajjeefamu kamiin iyyuu dachaadhaan caala. Hamma malee dhiphachuun Yesus sun, hamma malee gammaduu keenya har’aaf bu’uura nuuf kaa’eera. Namoota hundumaa du'a bara baraa oolchuuf foormulaan Waaqayyo fayyadame durbi ulfooftee Ilma da'uu fi fannoo irratti du'uu Yesus dha. Yesus Inni Maariyaam deesse 'Ilma' yookiin afaan Ibrootaan 'Been' jedhama. Been jechuun 'Mana kan ijaaru' jechuu dha. Mana isa Addaam inni duraa Cubbuu ol itti seensisee diigsise, Addaam Inni Lammaffaan Yesus immoo foon uffatee dhufee daangaa namaa keessa seenuun du'a Isaatiin jireenya keenya ijaare. Du'i Yesus du'a hunda-hammataa fi balbala namoota hundumaa jireenyatti galchuuf banamee dha. EGAA AMMAYESUS_JIREENYA_JECHUUN!!! 🔰Share=>Like=>Comment ♻Join us! https:/t.me//Youth4Christ1
1692Loading...
16
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
1840Loading...
17
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1871Loading...
18
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1821Loading...
19

20

2081Loading...
21
UTUU MUKA KANA TA'ANII. *** Fruit salad trees, maqaa muka tokkotti. Waa'een muka kanaa baayyee nama dhiba. Biqilaa baayyee raajjeefatamaa. Maal ta'a namnis utuu akka biqilaa kanaa ta'ee. Biqilaan Fruit salad trees jedhamu kun, hundee tokkicha irratti sanyii biqiloota ja'a oomisha. Hundeen tokkichi muuzii, burtukaanaa, mangoo, paappayyaa jechuu kooti. Hundeen tokkichi biqilaa fruit salad trees jedhamuu dhaabbattee naannoo waggaa lamaa hanga sadiin booda firrii nyaataaf oolu ja'a irraa ciratta jechuudha. Yaa muka nana! Muka kanarraa waan baayyee barachuu dandeenya. Biyyi tokko walitti qabnu nu gahuu akka dandeessu hundeen tokko namoota baayyee baachuu akka danda'u. Kana firrillee muka kanarra immoo nama hin dhibuu? Dameen muuzii, muuziidhuma darara, kan mangoos akkasuma. Takka wal inaafanii muuziin damee isaarra mangoo cabsee hin buusne. Wal hammatanii, walumaan ija namaatti miidhganii guddatu. Namaa! Biqilaarraas barachuun ni danda'ama. Nu irra barachuuf fedhii hin qabu malee waanti nama barsiisuu baayyeedha. Waa'ee biqilaa kanaa ilaalaa, amantiin, gosaan, naannoon wal qooduun gowwumaadha. Amantiin, naannoon, gosti, sadarkaan barumsaa, bifti keenya akka firrii biqila fruit salad trees nuuf haa ta'u. Biyyi walitti qabnu immoo akka hundee biqilaa kanaatti harmee keenya nuuf haa taatu. "Biqiloota irraas barachuun ni danda'ama" Dirribaa Caalaa Maammootiin OROMIYAA GUDDICHA! #Furguggee Itti fufa.. t.me//Youth4Christ1
2353Loading...
22
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
621Loading...
23
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
820Loading...
24
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
930Loading...
25
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
930Loading...
26
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
2540Loading...
27
Jireenyi kiristaanummaa keenya akka Yisihaaq, ofii isaatiin homaa kan hin hojjenne, garuu waan abbaan qabu hunda kan dhaaluufi itti gammadu ta’uu qaba. Yisihaaq waan hundumaa abbaa isaa irraa dhaale  (Uma. 24:36; 25:5). Dhaaltuu badhaadhummaa abbaa isaas kan inni ta’e carraaqqii isaatiin osoo hin taane ayyaanaan ture. Badhaadhummaa abbaa akka dhaaluuf waan tokko gochuun isarraa hin barbaachifne ; dhaaluufis homaa hin goone. Guutummaatti akkasumas haal-duree tokko malee ayyaanaan ture. Kakuu Haaraa keessatti amantoonni waamaman hundi dhaaltota ayyaana Waaqayyoo isa guutuufi isa haalduree hinqabne sanaati. Waaqayyo nu waamee Kiristoos kessatti eebba hafuuraa hundumaanis nu eebbiseera (Efe. 1:3). Akka gammachuu keenyaatti badhaadhina guutummaa waaqummaa hundumaa dhaaluudhaan akka nuti dhaaltota ayyaanaa taanuuf Kiristoos keessatti ayyaana keessa nu kaa'eera. Jireenyi kiristaanummaa keenya akka Yisihaaq, ofii isaatiin homaa kan hin hojjenne, garuu waan abbaan qabu hunda kan dhaaluufi itti gammadu ta’uu qaba. Ayyaana dhaaluu keessatti, ayyaanatti gammaduuf banaafi qophaa’aa taanee of eeguu akka dandeenyutti carraaqqii JIREENYA UUMAMAA KEENYAA IRRAA OF DHAABUU QABNA. #Karaadhugaa Join and share t.me//Youth4Christ1
2150Loading...
28
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1940Loading...
29
QOFUMMAA... Qofummaa kara lamaan hiikuu dandeenya. Tokko dhugumaan, namoota irraa qaamaan adda ba’anii jireenya qofaa jiraachuu yoo tahu, inni biraan utuma namoota wajjin jiranii hiriyaa dhugaa /aantee dhugaa/ kan miira ofii hiraniif dhabuun miira qofummaan guutamuu dha.  Lachuu qofummaadhuma, miidhaa qofummaan namatti fidu hedduudha. Kanneen armaan gadii miidhaalee qofummaa keessaa muraasa: Umurii namaa ni gabaabsa: Carraan umrii malee du’uu isaanii kannneen hariiroo fayyaaleessa namoota waliin qabaniin yoo madaalamu kan namoota qofummaan jiraatanii daran dabala. Humna dhibee ittistuu qaamaa ni dadhabsa. Fayyaaleessumaa soorataa ni hanqisa. Namoota qofummaa qaban waanuma argatan waan soorataniif carraan nyaata madaalamaa argachuu isaanii ni hir’ata. Dhibee mukuu(depression) fi muddama (stress) nama saaxila. Dandeettii mukuu/dhiphuu dandamachuu namaa illee ni hir’isa. Araada garagaraaf nama saaxila. Hariiroo hawaasumma daran nama harkaa balleessa. Carraa of ajjeesuu namaa ni illee ni dabala. @Ifa_dhalootaa
1920Loading...
30
Macaafota biroo keessatti kan hin caafamne Wangeela Maatewos Qofa keessatti kan caafaman: o Mul’ata Yooseef kaadhima Maariyaam (1:20-24)  o Warraa sabaa sagal (2:1-12)   o Gara Gibxii deemuu (2:13-15)   o Daa’imman ajjeefamuu (2:16)   o Abjuu haadha manaa Philaaxos (27:19)   o Du’a Yihuudaa (27:3-10)   o Fannifamuu fi qulqulloonni du’aa ka’uu (27:52)   o Gowwoomfamu warra awwala eeganii (28:12-15)   o Ergama waa’ee cuuphaa (28:19-20)   o Fakkeenyota Yesuus ittiin barsiise (13:45-46, 20:1-13, 21:28-32, 25: 1-13, 25:14-30)   o Dinqii Yesuus hojjete sadan (9:27-31, 9:32-33, 9:27-31) t.me//Youth4Christ1
2151Loading...
31
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
370Loading...
32
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
410Loading...
33
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
2240Loading...
34
#ANI_HIN_ERGINE   Waggoota hedduu dura. Iraaq, Baagidaaditti. Namni tokko ka'ee 'Ani Raajiidha!' jedhee labsate. Akka amantaa Islaamaatti Mohaammad Raajichi raajii isa dhumaa waan ta'eef, isa booda raajii biraan fudhatama hin qabu. Kanaafuu, hawaasa Musliimaa biratti dheekkamsa guddaa kaase waan kun. Mana hidhaatti darbame. Mana hidhaatti yaada isaa akka jijjiirratu, lammaffaa 'Ani raajiidha' akka ofiin hin jenne akeekkachiifamees tole hin jenne. Raajummaa isaatti cichuu isaaf gar-malee yoo reebamu, "Kun anaaf carraa guddaadha. Raajii ta'uu koo ittumaa naaf mirkaneessa. Nuti raajonni yoom iyyuu reebamuu fi ajjeefamuun carraama keenya!" jedhe. Aanga'aan mana amantaa Islaamaas namicha gaafachuu mana hidhaa deeme. Reebichaan akka malee miidhamee taa'ee ture. "Namicha nana amma iyyuu sammuutti hin deeninee? Raajummaa kee sana ittuma jirtaa?" jedhee gaafate dheekkamsaan. "Eyyee, gooftaa koo! Turtiin koo mana hidhaa kun immoo ittumaa iyyuu raajummaa koo naaf mirkaneessee jira. Reebamee fi gidirfamee carraa raajota isaan kaanii argadheera. Ani raajiidha; Rabbitu na erge!" ittiin jedhe namichi. Yeroo kana namichi sammuun isaa dhukkubu kan xiqqoo irraa hiiqee taa'u sagalee isaa ol kaasee kolfe. Aanga'ichi gara namichaa ilaalee, "Ati immoo maal kolfita? Namichi kun amma waan nama kofalchiisu dubbateeraa?" jedhee gaafate ija itti babaasaa. "Namichi kun sobduudha. Waan inni jedhu hunduu soba akka ta'e siifan mirkaneessa. Tasuma akka hin amanne!" jedhee deebiseef. "Akkamitti barte akka inni sobu?" gaaffii aanga'ichaa ture. Yeroo kana namichi qoma isaa dhiibee, "Maal jechuu keeti? Rabbitu na erge hin jennee amma? Kkkkk... Ati na hin beektu jechuudhaa? Ani bar Rabbidha. Ani Rabbi namicha kana tasuma hin ergine. Sobee isatu na erge jedhee maqaa koon daldala!" jedhee deebiseef. Maal jechuufan jedhee? Dubbiin akka akka qaba. Abba abbaan akkuma itti tolatti haa hiikkatu. Jedhaa egaa! Qe'ee nagaa bulaa! Hamtuun haa fagaatu; gaariin haa dhi'aatu! Fuula Facebook irraa....... t.me//Youth4Christ1
2320Loading...
35
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
560Loading...
36
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
2120Loading...
37
ANA DUWWAATU HAFE Yeroo rakkina ulfaataa keessa galan rakkina ulfaataa akkasii anuma duwwaatu rakkate namatti fakkaata. Yeroo jireenya carraa gaarii qabu keessa jiraatanis anuma duwwaatu carroome namatti fakkaata. Yeroo rakkatan nama namaa gadii, yeroo muudaman immoo nama namaa Olii godhee of lakkaa’uun Amala namaati. Waaqayyo garuu ana malee, kana malee waan baayyee qaba! Bara Waaqayyoof jiraachuuf dhugaaf falmuun gatii nama baasisu keessa Eliyaas Waaqayyottis namattis kan dubbatu jecha ANUMA DUWWAATU HAFE jedhu ture. Inni duratti bahee dubbachuu isaan, mandara jireenyaa keessaa gara lafa ONAA keessa jiraachuu fi mana dubartii abbaa manaa malee mucaa qabduutti galaa ta’e. Dhugaaf jecha iddoo jiraachuu hin qabne jiraate. Homaas yeroo nama of biraa dhabu; Waaqayyo garuu akka isaa wajjin jiru dhugeeffatee beeka. Diinota dhibbaatama dura dhaabbatee ana duwwaatu jira jedhee Waaqayyoof Waaqayyoon amanatee dhaadate. “Yommus Eliyaas namoota sanaan, "Raajota Waaqayyoo keessaa ana duwwaatu hafe, Ba'aal garuu raajota dhibba afurii fi shantama qaba.” 1Mot. 18:22 Yeroo Lola karaa mara isa irra jiruuf humni bu’ee Waaqayyoon du’a kadhate, Waaqayyo karaa dheeraa inni deemee hin dadhabne irra nyaachisee isa buuse. Deemsa dheeraa booda garuu haasaa Waaqayyo wajjin godhu keessatti ANUMA DUWWAATU HAFE (Anuma duwwaatu siif jira akka jechuu ti) jedhe. “Inni immoo deebisee, "Sabni Israa'el kakuu siif galan dhiisanii iddoo aarsaa kee diiganii raajota kees billaadhaan waan fixaniif, si Waaqayyo gooftaa maccaatiif baay'ee nan hinaafan ture; raajota kee keessaa anuma duwwaatu hafe, anuma iyyuu immoo ajjeesuu in barbaadu" jedhe.”1Mot. 19:10 Waaqayyo garuu akka kee dhugaaf hin dubbatan yoo ta’e iyyuu dhugaaf kan jiraatan Kuma Torban qaba ittiin jedhe. Haalli Nuyi keessa jiru anuma duwwaa dha nu jechisiisu Mala; nama baayyeetu Haala akkasii keessa jira. Eliyaas of malee hin qabu;Waaqayyo garuu Eliyaasota baayyee qaba. Garuu dhoksaatti jiru. Waldaa Kiristiyaanaaf biyyaaf, Wangeelaaf Waaqayyo warra dhugaaf jiraatan qaba. Waaqayyo waan dhabe hin qabu! Nutti hin mul'atu yoo ta'e iyyuu Waaqayyoo waan baayyee qaba! t.me//Youth4Christ1
2401Loading...
38
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
690Loading...
39
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
2370Loading...
40
Henok george MIILTOO @wangelawaka @wangelawaka
2411Loading...
❏ Hafuurri Qulqulluun: 1. Nuuf kadhata (Rom. 8:25) 2. Nu keessa jiraata (1Qor. 3:16) 3. Nu gargaara (Rom. 8:26) 4. Nu gaggeessa (Yoh. 16:13; Rom. 8:14) 5. Nu barsiisa (Mul. 2:7) 6. Nu waama (HoE. 13:2) 7. Humnaan nu guuta (4:31) 8. Nu jajjabeessa (HoE. 9:31). 9. Akka abboomamnu godha (1Phex. 1:22) 10. Dhuga baatuu dhugaati (Rom. 9:1-2) 11. Gammachuu nuuf kenna (1Tas. 1:6) 12. Birmaduu nu baasa (2Qor. 3:17) 13. Nu jijjiira (2Qor. 3:18) 14. Bilisa nu baasa (Rom. 8:2) 15. Waa'ee Yesuus dhugaa ba'a (Yoh. 15:26) 16. Tokkummaa akka qabaannu godha (Efe. 4:3-4) 17. Akka qulqulloofnu godha (1Tas. 2:13) 18. Humna akka argannu godha (HoE. 1:8) 19. Kennaa ayyaanaa nuuf kenna (1Qor. 12:4-10) 20. Ija hafuuraa akka godhannu godha (Gal. 5:22-23) ❏ Hafuura qulqulluu fudhadhu! Of keessatti kunuunsi! Namni kan inni miidhamaa ta'u, nagaa fi boqonnaa dhabu, gaafa hafuurri qulqulluun isa irraa fagaate qofa. "Dhagni keessan mana qulqullummaa hafuura qulqulluu isa isin keessa jiruu ta'uu isaa hin beektanii ree? Hafuura kanas Waaqayyo biraa argattan; mana qulqullummaa hafuura isaas erga taatanii, isin kan ofii keessanii miti.” — 1Qor. 6:19 “Isin mana qulqullummaa Waaqayyoo akka taatan, hafuurri Waaqayyoos isin keessa buufatee akka jiru hin beektanii ree?” — 1Qor. 3:16 “Hafuura Waaqayyoo isa qulqulluu, isa guyyaa fayyinaatiif ittiin mallateeffamtan hin gaddisiisinaa!” — Efe. 4:30 t.me//Ifa_dhalootaa
Показать все...
IFA DHALOOTAA

√Addaam bakka mijataa jannata keessa utuu jiraatuu seexanaan mo'ame;Yesuus garuu bakka mijataa hin taane,lafa onaa keessatti seexana moo'ate.eeyyee yoomiyyuu Yesuus hundumaa in caala! √Barumsaawwan gaggabaaboon chaanali kanaan ni kennamu,itti fayyadamaa!

👍 1
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Показать все...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
DAAYIMEEDIIN_ESSA_ARGAAMA? #Dhagaa_Irra_Gara_Daayimendiitti_Jijjiirramuu_barbaaddaa? Dayimendiin kan inni hojjatamu adeemsa HPHT jedhamuunidha. HPHT jechun High Pressure High Temperature jechuudha. Daayimendiin tokko Dayimendi jedhamuu isaatin dura sadarkawwan #4 darbuu qaba.   1) Gara lafa jalaatti kilomeetira 300-600 gadi siqee taa'uu qaba. 2) Ho'a baay'ee cimaa keessa taa'u qaba. Kana jechuun ho'a hanga centigrade 1200 (1200⁰c) tti argachuu qaba. 3) Dhiibbaa (Pressure) guddaa keessa jiraachuu qaba. 4) Yeroo dheeradhaf haalota armaan olii kana keessa turuu qaba. Fknf Amma wagga 10-20 jechuudha. Kanaaf dhaagaa gurraacha tokko fuutanii lafa jala hanga kilomeetira 600 fagessitanii yoo keessan. #Ho'a 1200⁰C keessa fi dhiibbaa guddaa keessa yeroo dheeradhaf yoo keessan, Dhagan sun gara Daayimenditti jijjiirrama. 🔹Daayimendiin Amaloota 7 qaba 1) Gar-malee jabaatadha. Fuudhaati dhagaadhan reebaa hin cabu. Seefidhan rukutaa addaan hin dho'u. Murtuudhan muraa hin muramu. Kan isin dhibu garuu Daayimendiin sibiila mura, dhagaa caccabsa. Daayimendiin kan muramu Dayimendii ka biraanidha malee sibiilli biraa isa hin danda'u. 2) Dayiimendiin gar-malee calaqqisa. Refractive index jedhama. Ifa fudhate deebisee ibsuudhan beekkama. 3) Inni birammoo #Dayimendiin ifa aduu isa adii sana halluu garagaraatti jijijjiiree balaqqeessa'uf dandeettii guddaa qaba. Albuudonni biroo kana gochuu hin danda'an. 4) #Daayiimendiin baay'ee qulqulluudha. Qulqullina isaatin albuudota keessa kan isa gitu tokkollee hin jiru. 5) #Daayimeendiin Ibiddaan hin gabatu. Daayimendii qodaa tokko keessa kessani qodichatti ibidda yoo qabsiistan qodichatu gubatee dhuma malee Daayimendin waa tokkoyyu hin ta'u. 6) Sibila biraa asiidii keessa yoo tursiistan #sa'ati tokko keessatti caccaba. #Daayimendin garuu asidii barbaddan keessa wagga 100fu yoo kessan waa tokko hin ta'u. 7) Inni dhumaa, #Daayimendiin gatiin isaa baay'ee baay'ee minyawaadha. Addunyaa kana irratti albuudi gatiin isaa morkatu tokkolle hin argamne. Abban barbaade ka'ee bitachuu hin danda'u. #Daayimendiin amma mataa quba harkaa geessu gamoo tokko ijaaruu danda'a. Obbolee koo akkuma #Daayimendin km 600 gadi siqee ta'ee kana atis ammaa Hiriyaa keeti gadii taatee jirta ta'a. Kan ati of bukkeetti ilaaltu tokkolle hin jiru. Iddoo namni jirurraa bayee gadi buutee jirta ta'a. Akkuma #Daayimendin #Ho'a 1200⁰C keessa taa'u atis amma rakkina baay'edhan waxalamaa jirta ta'a. #Dhiibbaa guddaa kessa jirta ta'a. Haalli ati keessa jirtu kun waggaa baay'ee sirra tureera yoona kana abdiin keeyyuu dhuumera ta'a. Garuu waan sitti hima, Waaqayyo haala ati keessa jirtu wallaalee utuu hin taane, Akkuma dhagaan gadi fageenya guddaa kessa gadi siqee #ho'aa guddaa keessa waggaa dheeradhaf taa'ee #Daayimendii ta'e ba'u atis jijjirramnikee dhihoodha. Kan Waaqayyo Rakkina kana keessattti si ilaaluf akkuma Dayimeendii sana     👉 Si Jabeessuf     👉Ifa siif ife ormaaf ibsuuf     👉Ifnikee karaa baay'edhan akka Calaqqisuuf     👉 Rakkinakee sirra arcaasee si kukkuulee si bareechuf      👉Gatii kee mi'essufidha. obboloota koo jabaadha inni isiin keessa jirtan kun isiin balleessee badduuf utuu hin taane, akka #dhagaa ibidda keessa darbee Daayimendiitti jijjirramuu atis gatiin kee ol ka'uf jedha. Har'af malee boru barbaadamtetu hin argamtu. Kan amma asitti si ilaalan hundi boodde kuunno achitti si argu. Jireenyi har'a jiraattu mana barumsaa keeti male bor #gonfoo guddaatu si eega. Na amani Waaqayyo fooli kee urgeessee, gati kee mi'eessee ifa kee calaqqisisee iddoo guddaa fi kabajamaa tokkorra si dhaaba. Akka Daayimendii ta'uu barbaadda taanan rakkina obsaan dabarsi malee hin guggumini. har'i kee babbareechee boritti silaata. Rakkinakee har'atin of hin tilmaamini durakee ulfina guddaatu jira. Iji Waaqayyoo yeroo hubduma sirra jira Ganaa akka qorichaatti barbaaddamta.                                                                                                                       t.me/Youth4Christ1
Показать все...
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

🥰 2
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показать все...
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
Показать все...
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha
WALDHABDEE DAMOOTAA JIRMICHA IRRATTI; Dameen jirma irratti wal lolu jirmichaaf kisaaraadha.Jirmichi Albuudaaf nyaata barbaachisaa dameen ittiin daraaree IJA naqatu utuu kennuufii dameen sun ija yoo dhabe jirmichaaf bu'aa hin ta'u.Dameen wal lolu daraaraa walirraa harcaasa,baala walirraa harcaasa,wal folloqsuu mala.Jirmichi kan nyaata gumaachuuf akka IJA godhataniif ture. Jirmichatti jaalalaan jiraachuun jirmichaafis humna. Maaddiin tokkichi nuuf kenname Jaalalaan irraa nyaannaan hin dhumu; kan maaddicharraa nyaatamus jaalalawoo; jaalalli immoo nyaatamee hin dhumu.Yoo Jaalalaan irraa nyaachuu baatan Garuu; maaddiin irraa nyaatamu utuu jiruu dhaloonni nyaatee wal fixa.Maaddii waliin irraa nyaatu dhiisee waliisaa dhabamsiisa. Hojjetoonni maasii tokkoo meeshaa akka ittiin maasicha hojjetaniif itti kennameen dha'anii wal caccabsan,kaan badduu wal baasan,qilees wal buusan.Billaa ittiin baalaan waraantee ciruuf fudhataniin wal kukkutan, haamtuu ittiin midhaan sassaabaniin wal ciran. Maasicha nagaaf jaalalaan haa hojjennu Maaddicharraa jaalalaan haa nyaannu Jirmichatti jaalalaan haa jiraannu "!Dhugicha dhugaa ba'uuf gara mureessa ta'i!" t.me//Youth4Christ1
Показать все...
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

👍 3👏 1
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показать все...
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Показать все...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
Войдите и получите доступ к детальной информации

Мы откроем вам доступ после авторизации. Мы обещаем, это быстро!