cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

ALEM OFFICIAL

𝐀𝐒𝐈𝐍 𝐉𝐈𝐑𝐑𝐀💌 ♦ 𝐓𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐮𝐮𝐟; 𝐟𝐚𝐫𝐟𝐚𝐧𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐧 𝐧𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐮𝐮 🎸🎹🎻 ♦ 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐟❤ 𝙒𝙖𝙡𝙖𝙡𝙤 𝙅𝙖𝙡𝙖𝙡𝙖 𝒅𝒉𝒖𝒈𝒂𝒂𝒂 ! 𝘽𝙖𝙧𝙚𝙙𝙖𝙖 𝙣𝙞 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙩𝙪𝙪 , 𝐘𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐬𝐚𝐦𝐦𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐭𝐨𝐥𝐢𝐜𝐡𝐮 𝐧𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐮

Больше
Рекламные посты
3 150
Подписчики
-424 часа
-237 дней
-9830 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
Singer Dase Dula | Madaa malee Amazing Gospel Song @Getu_Official @Getu_Official
410Loading...
02
Simegn amelke simen sitera.....🙏 @Alem_Official1
2541Loading...
03
Channel bareeda fi qoosaawwan mimmiidhagoo kan ammuma join gochuudhan boohaaraa🤩🤣😂
860Loading...
04
Natna'el Tamene | Waaqa Waaqotaati Amazing Live Worship @Getu_Official @Getu_Official
1910Loading...
05
𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐮𝐮....... ➊. Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne akkasuma namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyaatti mul’achuu hin danda’u. (Konfiishiyees) ➋. Sodaa kee of keessa dhokfadhu! Dhimma biraa garuu hiriyoota keetiin mari’adhu! (Robert Luis Stevens) ➌. Sammuun keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf aangoo qaba! (Andire Morwa) ➍. Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatummoo nama hundumaa caala! (Laawoo 8ffaa) ➎. Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu tokko qofa. Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha. (Kanan Frederik Furar) ➏. Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan utuu hin taane, yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama. (Oliver Gold Smiz) ➐. Irra deddeebi’anii yaaluun salphina miti. Carraa gaarii ta’uu isaatu ittiin safarama.(Joorjii maatiyaas) ➑. Wanti nama beekamaa si taasisu wanta ta’uu barbaaddu taatee argamuudha. (Sokirates) ➒. Sammuun kee foddaa ati ittiin addunyaa kana ilaaltu waan ta’eef yeroo hundumaa banaa taasisi! (George Barnaad show) ➓. Namoonni dhukkubaan hin du’an, dhiphina keessa isaaniitiin malee… (Wiiliyaam Muuldan)..... @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
1591Loading...
06
Sin Jaalladha Onneerra...💝 Yoo maqaaf ta'e malee Akaay'iin galaaf hin taatu...! Onneen kiyyaa yoomille Siif malee namaan naatu...! Borif akeeken deema Yaadadhe kaleessa koo...! Karaa hunda seente Dhunfaateetta keessa koo...! Abban barbaadde jibbaaf Nuttii darbaattus hokkoo...! Gonkuumaa addan baanu Nun lamaan dhiigaa tokkoo...! Yoo qamaadif garbuu Hunduumasa qonneerra...! Kan qilleensi hin raasne Sin jaalladha onneerra...! Jalaalli lakkuu dhalee Jinniin jibbaa haa iyyuu...! Onnee koo irraa fuudhe Sin jaalladha yoomiyyuu...💝 👉join my channel 👇 @hiriyaakoof @hiriyaakoof
1511Loading...
07
Baasee sitti himee hin beeku, garuu sekoondii tokkoofillee otuun sin yaadin dabarsee hin beeku. Qalbii koo keessatti erga mandhee kee ijaarrattee bubbultee jirta. Onneen koo si yaaduun ala dalagaa biraa hin qabdu. Dhahannaa ishee faana yaaddoo kee natti biifti. Callisa keessan si jaaladha. @Alem_Official1 @Alem_Official1
1981Loading...
08
Baasee sitti himee hin beeku, garuu sekoondii tokkoofillee otuun sin yaadin dabarsee hin beeku. Qalbii koo keessatti erga mandhee kee ijaarrattee bubbultee jirta. Onneen koo si yaaduun ala dalagaa biraa hin qabdu. Dhahannaa ishee faana yaaddoo kee natti biifti. Callisa keessan si jaaladha. @Alem_Official 1
10Loading...
09
👉 START gochuun channel bank oromia join gootanin booda check gochuun qarshii 1000.00 badhafaama Marsaa 5ffaa🔊🕢
710Loading...
10
🚸 Channel barattoota gargaaruuf qophaae kanatti dabalamaa,... Join here...
890Loading...
11
በtelegram  የተዘጋጀው birr 10,000 birr ሊያልቅ ቀናት ይቀሩታል ይፍጠኑ::
610Loading...
12
💌 .... OPEN👇 kan jedhu tuquun affeerraa channel isiniif dhiyaatetti dabalamaa!     👇💐💏❤️❤️💐👇 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ Dhugumatti Sagantaa keenyatti bohaaraa irraa ni barattu!🌟 . AddToFreeWave: @Gech_Ab
960Loading...
13
❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬      👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_Abera
1230Loading...
14
🎤𝙶𝚘𝚏𝚝𝚊𝚊 𝚔𝚘𝚘𝚘𝚘𝚘𝚘 𝚑𝚒𝚗 𝚒𝚛𝚊𝚏𝚊𝚍𝚑𝚞𝚞 𝚘𝚕𝚖𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎 𝚐𝚊𝚏𝚊𝚜𝚒𝚒, 𝚊𝚔𝚔𝚊𝚖𝚒 𝚐𝚘𝚍𝚑𝚎𝚎 𝚒𝚋𝚜𝚊𝚊 𝚜𝚊𝚖𝚞 𝚔𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚜𝚒🎻🎹🎸 🗣𝙒𝙖𝙖𝙣 𝙝𝙚𝙙𝙙𝙪 𝙖𝙧𝙜𝙚𝙚 𝙜𝙤𝙘𝙝𝙚𝙚 𝙠𝙚𝙚 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙠𝙖𝙣 𝙜𝙖𝙧𝙖𝙖 𝙠𝙤𝙤 𝙢𝙪'𝙖𝙝𝙖𝙩𝙚..... A͎m͎e͎e͎n͎ a͎m͎e͎e͎n͎ a͎m͎e͎e͎n͎..🙏 @Seenaa_Tube @Daandii_Guddinaa
3930Loading...
15
Dungoo Koo ~ Dhugaa Dubbachuudhaf Ati Kaanin Addaa Akka Samiif Lafaa Akka Lafoof Fardaa ~ Daangaa Jaalala Kee Namuu Biran Ga'uu Akka Kee Eenyumtuu Dhala Namaan Ta'uu ~ Sin Ibsa Yoon Jedhuu Jechi Na Hanqataa Callisee Taa'udhaaf Raajii Natti Taataa ~ Dungoo Kooti Ati Ibsituu Dukkanaa Ofii Keetif Dhumtee Anaaf Ifa Kennaa ~ Daawwitii Kooti Atii Ofan Laala Siinii Ormi Irra Keessaa Akka Keen Ta'anii ~ Soora Kooti Ati Hundee Jireenya Koo Dawoo Kee Jalattii Takkaan Argu Rakkoo ~ Onnee Kooti Ati Calaltuu Kiyya Dhiigaa Waa'ee Olmaa Keetii Rabbiyyuu Naaf Ragaa ~ Amman Jechuu Qabu Kumaatama Keessaa Jechi Si Madaaluu Hin Argamu Tasaa ~ Dungoo Kooti Ati Ibsituu Dukkanaa Ofii Keetiif Dhumtee Anaaf Ifa Kennaa ~ 𝐁𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚 𝐡𝐚𝐝𝐡𝐨𝐥𝐢𝐢 𝐠𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢 𝐡𝐚𝐝𝐡𝐨𝐥𝐢 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐮 💗. 𝐇𝐚𝐫𝐦𝐞𝐞 𝐨𝐟𝐢 𝐢𝐛𝐬𝐢𝐭𝐮 𝐝𝐮𝐤𝐤𝐚𝐧𝐭! 𝐔𝐦𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐧𝐮𝐟 𝐡𝐚 𝐝𝐡𝐞𝐫𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐧𝐲𝐚𝐟𝐮 🙏
3721Loading...
16
Jaalalaa...         Maal jedhe akkan jalqabu hn beekuu garuu jaalali maal akka taeen sii irra baree😊 ni beekta c dura akkan nama baayeeti siqee jaalala egaluf yaale.. fedhiikoo ati anaf barsisa jaalalakoti akkan baayee heddumesee sii jaaladhus ni beekta dhiraa kaminu sii madalchise hin beekuu siin maadalchisus fedhikoo ergaan sii barree namaa kaminu barruf fedha qabadhe hin beekuu takkaa obbolesa naf tata takka obboleti takka abbaa takka immoo hiriyaa takkamoo jaalale mal jedhe sii ibsuu sif jechan ittin waaee jaalalke ibsu hin qabnu waqni sin naf kene ha eebbifamuu ... Fedhikoo cn jaaladha yomiyu ati mootii onnekoti bareddaakoo...naf jiradhu waliin umuri dheera nuf ha kenu hamaa nurra ha qabu naf amanami akkan sif amanamee si amanuti....    Nafi ke irraa AU     Fedhiikoof finfinee Ergaa kaa'uf 👉 @Walaloo_bot @Dambalii_Jaalalaa
3011Loading...
17
■ Namni wangeelaaf hojjechaa ture tokko akkas jedha:  "Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture." jedha. ■ Dubbiin namicha kanaa 100% dhugaa dha.   • Maalifan milkaa'uu dhabee?   • Maalif milkaa'inni ana irraa fagaatee?   • Maalif kufaatiin natti baay'atee? Jettee Komii ofii kee irratti nama irrattii fi waaqayyo irratti hin kaasin!   • Yoo ofii kee rakkattee,  dadhabdee milkaa'uu baatte,  rakkina kee kanatti ilmi kee,  dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a. Fakkeenya tokkon siif fudhadha. ■ Seenaa Dr. Maartiin Luuter King Juuniyeer waan beektu natti fakkaata. Inni bara isaa waggaa 38 jiraate keessatti mirga walqixxummaa gurraachotaaf falmu hoogganaa ture. Sababa kanaaf yeroo baay'ee mana hidhaatti darbatamaa akka ture rakkinni gurguddaan isa irra gahaa akka ture beekamaa dha. Haa ta'u malee mirgi gurraachotaa kabajamee, warri adii fi gurraachonni mirga walqixaa qabaatanii akka jiraatan osoo hin argin lubbuun isaa addunyaa kana irraa namoota badiin dabarte. Garuu inni ofii isaa rakkachaa turee milkaa'ina rakkoo isaa osoo hin argin du'u iyyuu, har'a ilmaan isaa bu'aa rakkina isaatii dhamdhamaa jiru. ■ Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin! Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta. Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu. ■ Hammuma kufaatiin sitti baay'atu milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki! ■ Kufaatiin tokko gaafa si quunnamu deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha. ■ Imala gara milkaa'inaatti deemuu kee,  karaa milkaa'inaa irra imalaa jiraachuu kee kan siif mirkaneessu kufaatii si mudachaa jiru dha. ■ Kufaatiin yoo si mudachaa jira ta'e,  jabaadhu ati karaa milkaa'naa irra jirtaati. Garuu hamma yoonaa kufaatiin si mudatee hin jiru yoo ta'e ati milkaa'ina keef deemsa hin eegalle jechuu dha. ■ Namni osoo hin kufin milkaa'e nama hin hojjanne dha yookiin kufaatii nama biraatti kan milkaa'e dha. ■ Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa,  waan darbe irraa barachaa,  karaa kaleessa irratti kufte irra akka hin deddeebine hubachaa,  karaan biraa akka jiru xiinxalaa akka deemtu si gargaara. ■ Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.   • Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali! @Getu_Official @Getu_Official
3021Loading...
18
𝐀𝐓𝐈 𝐄𝐄𝐍𝐘𝐔....? Isa faarsuu isa sirbuu. Isa jaallatu,Isa jibbuu? isa hatuu,Isa laatu Isa waliin dha'aa jiraatu. Isa Gorsuu,isa salphisuu? Isa olkaasuu,gad buusuu? isa Jajuu isa tuffatu Waama dhufe isa fakkaatu? Ati Eenyu Naaf hin galu Yeroon si hubachuuf yaalu Kottu gar tokkotti citi Fakkachuun ta'uu miti? @Seenaa_Tube @Alem_Official1
2862Loading...
19
Uffee faarfannaa Kun akkam namatti tolaa‼️ Natinael Tamane @Getu_Official @Kakuu_Studio
2951Loading...
20
Anii Anumaa Malee Si Miti Of Ta'ii Jiraadhu Akkaa Nama Tokkooti  As Fakkaate Achiis Hin Fakkaatin  Kan Armaan Gaddii  Kanaa Hin Dagaatin. ============================================ ▶Yeroo Namani  Nama  Biraa Sitti  Hamatu Gurra Hin Kenniiniif Didi! Maalif seete?  Innis Boruu Nama  Kan Biratti Sii Hamata. ▶Icciitii Kees  Itti Hin Himatin! Maalif Seete ? Hamachuun Amalasaa Waan ta'eef, Iccitii Hin Qabatuu. ▶Nama Tokkotti Mi'aawuuf Ykn Qulqulluu Fakkaachuuf Hiriya Kee  Qulqulluu Hin Xureessin! Maalif Seete ? Dhugaan Sii Gaafata. ▶Yeroo Hundaa Waanta Haqa Qabessaa Dubbadhu! Maalif Seete? Sobni Yeroo Sanaa Qofaa Sii Fayyada Malee Borii Hin Qabu. ▶Yoo Sobamtes Hin Aariin! Maalif Seete? Guyyaan Dhugaan Itti Ifaa Ba'u Ni Dhufa Yeroo Sana Dhugaan Inni Attii Dubbattu Ragaa Sif Ba'a. ▶Jette Jettees Hin Amaniin, Amantus Dabarsitee Hin  Himiin! Maalif Seete? Tarii Sobaa Ta'ee Sii Qaanessa. ▶Yeroo Namani Sii Arrabsu Dabaltee Hin Arrabsiin! Maalif Seete? Yeroo Jalaa Callistu Innuu Gabbee Dhiisa. ▶Daftee Murtoo Hin Fudhaatiin! Maalif Seete? Yoo Murtoo Sana Hin Dandeenye Ni Gaabbiita. ▶Waantaa Humni Kee Hin Dandeenye Waadaa Hin Seeniin!  Maaluf Seete? Rawwachuu Yoo Dadhabdee Ni Qaanofta. ▶Hiriyya Kee Sii Jaallatu Hin Goyyomsiin! Maalif Seete? Waan Sii Jaallatuuf Jechaa Kee Fudhateti. ▶Bayyee Jaalladhuu Garuu Hin Amanin! Maalif Seete? Amala Sitti Jijjiirrata Ta'a, Yeroo Kana Ni Haalamta. ▶Hiriyyaa Isaa Icciti Itti Himattuun Yoo Wal loltee, Wal lolle Jettee Iccitti Issa  Hin Baasin! Maalif Seete? Boodaa Araaramuun Kee Hin Oolu Boodaa Ofitti Qaanofta. ▶Waa'ee Namas Hin Haas'iin Maalif Seete? Irra Nama Malee Keessa Ykn Garaa Nama Waan Hin Beeknef. JECHII KUNII OSOO HIRIYYOTAA KEEF SHEREE GOTEE                                    GARIDHA. ✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔FollowMe
4574Loading...
21
Waan tokko yeroo hojiirra oolchinu, oduu cimaa yoo ta'e ykn fuula duraa gaazexaa irratti yoo nu boonsise, haa hojjennu, garuu yoo xiqqaate waan qaanii nutti dhaga'amu hin hojjetinaa. Ergaa gabaabaa Sisay Mercy አንድ ነገርን ስንተገብር የሚዲያ ሰበር ዜና ወይም የጋዜጣ የፊት ገፅ ላይ ቢወጣ የሚያኮራን ከሆነ እናድርገው ቢያንስ ግን የሚያሳፍረንን ተግባር አናድርግ " አጭር መልዕክት በሲሳይ ምህረት @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
3940Loading...
22
✔ #Seenaa_gara_nama_nyaattu💔 ✔️Biyyaa tokko keessaa jalalewwan bayy'ee wal jalatan tokkootu ture jedhama  ✔Achumaan gaftokko namni ta'e hotelaa biblile ☎ jalaleen kee dhiiraa tokko waajjin bashanana jirtii amma iyyuu manaa siree senani jiruu  jedhee bilbilee itti himee 💟 Achuman mucichis bayy'ee aree akkamitin jalaaleen koo dhiiraa bira na irraati jalaati jedhe figichan 🏃bakka jiru gara hotelicha deemme ✔💟Yeroo hotelicha  gahee kutaa cisicha. isaan jiran sana dhageefatu sagalee kolfatu dhagahama ture  💟✔Achumaan amma isaan gadii bahaniti utuu dhabbate eggaa jiru  giddudhaan intaali bareeddun  tokko dhuftee obbolesaa maal tate? akkas  gadditee dhabbataa? jeteni gafaatee 💟✔Achumaan innis waan jaalaleen isaa goote hunduma itti himatee ✅💟Intaalitinis gadditef duraa iyyuu kan akkana kana maaliif  jalatta ? Kotuu baqa kana #booddaa anatu jalaalee dhugaa sif ta'a jeteni achii futee gara hotelaa bira gesite waliin bashanani isheenis guyyaa sana jalqaabdee jalaalee dhugaa tateef 💟✅Achumaan ji'a 1 booddee jalaalen isaa duraan sun dutee 🙆🙆 mucichis dhagahe #cubbuu kootu ishee #ajjeese jedhe utuu awwala ishee hin dhaqin haffee  turee 💟✅Achumaan haatii jaalaleen isaa dutee  bakka inni jiruti barbadee jalaalen kee Xalayaa sif 📩  bareessite kana dubbifadhu mee jetee mucichati  kennitte 💟✅Xalayichis akkana jedhaa ↪✅💟Jalaalee koo anii akkaa lubbuu kootin bayy'een si jalaadhaan ture ✔️Gaafas Hotelaati kan bilbile 📞si wammee #anadha intaaliti si wajjin deemte sun immoo hiriyaa koo kanan bayy'ee jalaadhudha turtee ✍️Anii moo dhiirraa biraa waajjiin hin turee kophadhuma koo ta'ee kolfaan turee 💟✅anatu ishee gorse akka isheen sirriti si jalaatuu tasise ↪✅Sabaabnii Isaa moo  jalaadhee utuu hin tanee manaa yaala demmen Dr dhukkubaa kanseerii qabda du'udhaf 🙆🙆guyyaa 30 qofa qabaa nan jedhee  Kanaaf anis furmataa biraa dhabbee akkana  godhee jeteni jedhama     ✍️Guyyaa sanaa jalqaabee  mucichi immoo galgala fi ganama jireenyii isaa bo'icha fi gaddaan guutatmee   jedhama ✅💟💯Jalalaa dhugaa jechun afaan mi'aan waliiti hasa.uu qofaa utuu  hin tanee jalaalaa dhugaa onnee 💔irraa madditeen ammaa dhumaatii waliif yaadduu jechuudha💔 ✔️Waan dubbiftaniif ulftadhaa jechaa yoo isiniti tolee moo hiriyootaa keessaanif share gochuu hin dagaatiin irraa baratama ✔️       Join @@qoosaajaalalaa
3844Loading...
23
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraaf baga guyyaa yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoosiin Nagaan geessan. 𝐀𝐦𝐞𝐞𝐧 𝐚𝐦𝐞𝐞𝐧 𝐚𝐦𝐞𝐞𝐧 🙏❤️ @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
2690Loading...
24
𝐾𝑈𝑇𝐴𝐴 2𝑓𝑓𝑎𝑎𝑎𝑎..... 𝐵𝐴𝑅𝐴 𝐵𝐴𝑅𝐴𝐴𝐹 𝐽𝐼𝑅𝐴𝐴𝐶𝐻𝑈𝑈 𝐾𝐴𝑁 𝐷𝐴𝑁𝐷𝐸𝐸𝑆𝑆𝑈 𝐴𝐾𝐾𝐴𝑀𝐼𝐼𝑇 ? 𝐾𝑎𝑛 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢𝑢 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎.......✔️ Waaqayyoo wajjin michummaa cimaa qabaadhu.  Waaqayyo akka isatti dhihaannuu fi michuu isa akka taanu barbaada. (𝐘𝐚𝐚𝐪𝐨𝐨𝐛 2;23_4;8  Waaqayyoo bara baraaf jiraata. Inni matumaa hin duʼu, michoonni isaas akkasuma bara baraaf akka jiraatan barbaada. Karaa Dubbii isaa warra isa barbaaddataniif wanta hawwu yommuu ibsu, “Baruma baraanis garaan keessan gammadee haa jiraatu” jedheera.—𝐅𝐚𝐫𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚 22:26 Bara Baraaf Jiraachuu Ilaalchisee Ilaalcha Dogoggoraa Jiru  Ilaalcha Dogoggoraa: Carraaqqiin namoonni godhan jireenya bara baraa argamsiisuu ni dandaʼa.  Dhugaa jiru:  Malawwan yaalii fayyaa tokko tokko umurii namootaa akka dabalan kan abdachiisan taʼus, carraaqqiin akkasii kun jireenya bara baraa argamsiisuu hin dandeenye. Jireenya bara baraa nuuf kennuu kan dandaʼu Waaqayyo qofa dha. Sababiin isaas ‘burqaan jireenyaa’ isa qofa dha. (𝐅𝐚𝐫𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚 36;9  Inni ‘raawwatee duʼa akka balleessuu’ fi namoota amanamoo taʼan hundaaf jireenya bara baraa akka kennu waadaa galeera.—𝐈𝐬𝐚𝐚𝐲𝐚𝐚𝐬 25;8/ 1𝐘𝐨𝐡𝐚𝐧𝐧𝐢𝐬 2:25  Ilaalcha Dogoggoraa: Namoota sanyiidhaan muraasa taʼan qofatu jireenya bara baraa argata.  Dhugaa jiru: Waaqayyoo loogii hin raawwatu. Kanaa mannaa, “saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.” (𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐭𝐚 10;34/35 Namoonni sanyii hundumaa keessaa dhufanii fi aadaawwan gara garaa qaban Waaqayyoof kan ajajaman taanaan bara baraaf jiraachuu dandaʼu.  Ilaalcha Dogoggoraa: Jireenyi bara baraa nuffisiisaa dha.  Dhugaa jiru: Kennaan jireenya bara baraa Waaqa isa nu jaallatuu fi gammadoo akka taanu barbaadu irraa kan argamu dha. (𝐘𝐚𝐚𝐪𝐨𝐨𝐛 1:17, 1𝐘𝐨𝐡𝐚𝐧𝐧𝐢𝐬 4:8 Gammadoo taanee jiraachuuf hojii gaarii hojjechuu akka barbaannu beeka. (𝐋𝐚𝐥𝐥𝐚𝐛𝐚 3;12 Waaqayyo namoonni bara baraaf lafa irra jiraatan hojii gammachiisaa fi gaarii isaaniinis taʼee warra kaan fayyadu akka qabaatan abdii kenneera.—𝐈𝐬𝐚𝐚𝐲𝐚𝐚𝐬 65:22/23  Hunda caalaa immoo, namoonni bara baraaf jiraatan wanta haaraa waaʼee Uumaa isaanii fi hojiiwwan uumama isaa warra guguddaa taʼan barachuu isaanii itti fufu. Inni ilmaan namootaa fedhii bara baraaf jiraachuu fi waaʼee isaa beekuu akka qabaatan godhee kan uume taʼus, ‘wanta Waaqayyo jalqabaa jalqabee hamma dhumaatti hojjete, beekuu hin dandaʼan.’ ( 𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐛𝐚 3:10/11 Kanaafuu, warri bara baraaf jiraatan yeroo hunda wanta gammachiisaa baratanii fi raawwatan qabaatu... 𝐸𝑏𝑏𝑖𝑓𝑎𝑚𝑎𝑎🙏❤️ @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube https://t.me/Seenaa_Tube
2914Loading...
25
#na_hin_nyaachisin_summi Jaalala qulqulluu Wal wajjiin sooranne Quqaa garaa keenyas Walitti baafanne Fira firaa olii Michuu waliif taane Obsaafi jaalalaan Hunda irra aannee Qaama tokko taanes Waliif dhukkubsannee Muudannoo jaalala Seenadhaf ibsinee Har'a immo 😭 Yoon wal maddii qabuu Kan Har'aa fi kaleessaa Si ilaalun dadhabee Fuula kankee keessa Fuulli kee kan durii miti Jibbaatu sirraa ifaa Maaluma arkatteeti garuu? Kan Guutuun https://t.me/asoosamajaalalaa join godhaa dubbisaa
3051Loading...
Singer Dase Dula | Madaa malee Amazing Gospel Song @Getu_Official @Getu_Official
Показать все...
🔥 1
00:59
Видео недоступноПоказать в Telegram
Simegn amelke simen sitera.....🙏 @Alem_Official1
Показать все...
2👍 1🔥 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Channel bareeda fi qoosaawwan mimmiidhagoo kan ammuma join gochuudhan boohaaraa🤩🤣😂
Показать все...
JOIN
Natna'el Tamene | Waaqa Waaqotaati Amazing Live Worship @Getu_Official @Getu_Official
Показать все...
4
Repost from SEENAA TUBE
𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐮𝐮....... ➊. Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne akkasuma namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyaatti mul’achuu hin danda’u. (Konfiishiyees) ➋. Sodaa kee of keessa dhokfadhu! Dhimma biraa garuu hiriyoota keetiin mari’adhu! (Robert Luis Stevens) ➌. Sammuun keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf aangoo qaba! (Andire Morwa) ➍. Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatummoo nama hundumaa caala! (Laawoo 8ffaa) ➎. Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu tokko qofa. Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha. (Kanan Frederik Furar) ➏. Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan utuu hin taane, yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama. (Oliver Gold Smiz) ➐. Irra deddeebi’anii yaaluun salphina miti. Carraa gaarii ta’uu isaatu ittiin safarama.(Joorjii maatiyaas) ➑. Wanti nama beekamaa si taasisu wanta ta’uu barbaaddu taatee argamuudha. (Sokirates) ➒. Sammuun kee foddaa ati ittiin addunyaa kana ilaaltu waan ta’eef yeroo hundumaa banaa taasisi! (George Barnaad show) ➓. Namoonni dhukkubaan hin du’an, dhiphina keessa isaaniitiin malee… (Wiiliyaam Muuldan)..... @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
Показать все...
2👍 1
Repost from Message jaalalaa
Фото недоступноПоказать в Telegram
Sin Jaalladha Onneerra...💝 Yoo maqaaf ta'e malee Akaay'iin galaaf hin taatu...! Onneen kiyyaa yoomille Siif malee namaan naatu...! Borif akeeken deema Yaadadhe kaleessa koo...! Karaa hunda seente Dhunfaateetta keessa koo...! Abban barbaadde jibbaaf Nuttii darbaattus hokkoo...! Gonkuumaa addan baanu Nun lamaan dhiigaa tokkoo...! Yoo qamaadif garbuu Hunduumasa qonneerra...! Kan qilleensi hin raasne Sin jaalladha onneerra...! Jalaalli lakkuu dhalee Jinniin jibbaa haa iyyuu...! Onnee koo irraa fuudhe Sin jaalladha yoomiyyuu...💝 👉join my channel 👇 @hiriyaakoof @hiriyaakoof
Показать все...
3🔥 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Baasee sitti himee hin beeku, garuu sekoondii tokkoofillee otuun sin yaadin dabarsee hin beeku. Qalbii koo keessatti erga mandhee kee ijaarrattee bubbultee jirta. Onneen koo si yaaduun ala dalagaa biraa hin qabdu. Dhahannaa ishee faana yaaddoo kee natti biifti. Callisa keessan si jaaladha. @Alem_Official1 @Alem_Official1
Показать все...
4👍 1
Baasee sitti himee hin beeku, garuu sekoondii tokkoofillee otuun sin yaadin dabarsee hin beeku. Qalbii koo keessatti erga mandhee kee ijaarrattee bubbultee jirta. Onneen koo si yaaduun ala dalagaa biraa hin qabdu. Dhahannaa ishee faana yaaddoo kee natti biifti. Callisa keessan si jaaladha. @Alem_Official 1
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
👉 START gochuun channel bank oromia join gootanin booda check gochuun qarshii 1000.00 badhafaama Marsaa 5ffaa🔊🕢
Показать все...
START
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚸 Channel barattoota gargaaruuf qophaae kanatti dabalamaa,... Join here...
Показать все...
Barattoota Oromoo
Gaaffilee Qormaataaf Deebii
Exam Books