Creative Dev
Открыть в Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Больше2 412
Подписчики
-524 часа
-277 дней
-9630 день
Архив постов
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
Seenaa Islaamaa Keessatti Sahaabiin Yeroo Jalqabaatiif Woreegamuuf Of Qopheessee Ture Eenyuu?
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
Free Waver @Rafiqul_Islaam
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔 🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
CHAANAALII GURGURTAA
Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee
8.8K
2.3K
1.9k
1.9k
Karaa kanaan na qunnamaa
@Rafiqul_Islaam
2 412
Repost from Quick Mobile Solution
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
⇣
Namoota hojii online barbaadan maraaf!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
👇
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! ( @hulepay_payment & @hulepay_official )
Sana booda «✅CHECK » kan jedhu tuqaa!
💰Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Link kanan seenaa👇👇
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
Nama tokko Yoo affeertaan qarshii 💰 1💰 Kan isinii kanfaluudha.
🙏 🙏🙏Galatoomaa 🙏🙏🙏🙏
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔 🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
CHAANAALII GURGURTAA
Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee
8.8K
2.3K
1.9k
1.9k
Karaa kanaan na qunnamaa
@Rafiqul_Islaam
2 412
Maallaqa🙆🙆🧎🧍🤾⛹️🏋️🤸🏃
Dargaggeessa tokkotu abbaa isaatiin akkana jedhe "yaa abbaa koo intala takka argeetiin fuudhuu barbaada bareedinna isiitii fi ija isiitu baay'ee natti tolee" jedheen.
Abbaanis gammachuudhaan olka'ee akkana jedheen "eessa jirti intaloon tun sittiin fuudhaa Yaa ilma kiyya"ittiin Jedhe.
Waliin deemanii achi gahan abbaanis intala argee intalti itti bareednaan jaalate innis, booda ilma isaatiin akkana jedheen "na dhagayi Yaa ilma kiyya dubartiin tun siin hin maltu atis isiif hin taatu dubartii akkaanaa dhiira beekkumsa guddaa qabu kan akka kiyyaa kanaaf ta'a" ittiin jedhe.
Mucaan jecha abbaa isaa dinqisiifatee akkana isaaniin jedheen "lakki anatu fuudhuu qaba Yaa abbaa sihii miti," jedhanii.
Waldhabanii gara mana polisii deeman akka rakkoo isaaniif furuuf hoggaa waan irratti waldhaban polisichaaf himan akkana isaaniin jedhe dubartii sana fidaa isii gaafannaa nama akka isiin barbaaddu ( abbaa moo ilma barbaaddii )
Polisichis hoggaa arge baay'ee itti bareednaan akkana isaaniin jedhe "dhugaa tun isiniin hin maltu nama akka kiyyaatiin malti malee" jechuu jalqabe.
Isaan sadeenuu waldhabanii gara bulchaa biyyaa deeman hoggaa isii arge bulchaan
"Tun bulchaa akka kiyyaatiin malti malee namni biraa hin fuudhu" jedhee murteesse.
Ammas hundi isaaniituu waldhabanii mumicha ministeeraa biyyattii bira yeroo isaan dhufan akkana isaaniin jedhe ministeertichiis akkuma jara saniitti "anatu isiniif fura rakkoo tana dubartii sana fidaa" jedheen innis yeroo dubartii sana arge akkana isaaniin jedhe moototii akka kiyyaa malee namni biraa hin fuudhu hin qabu deema isin" jedhee murteesse
[Hundinuu waldhaban]
Eegasii akkana jette dubartiin tun "Ani murtee argeetiin jira, Ani isin duraan fiigaa isin hundinuu na duubaan fiigaa namni dura na qabe ani qooda isaatirraayi isatu na fuudhuu qaba" jatte🏃♂️🏃♂️..
Hundinuu tole jedhanii isiin dura fiigdee isaan jarri shaneenuu duuba isiitiin fiigan ( 1ff.dargaggeessa 2ff abbaa mucaa, 3ff.polisticha ,4ff Bulchaa naannichaa , 5ff.muumucha biyyattii)
Akka carraa osoma isii duuba fiigaa jiranii isaan shaneenuu boolla akkaan qilee keessa bu'an ,
Eegasii mucattiin dhuftee gubbaa isaanii irra dhaabbattee gadi ilaalte akkana isaaniin jette "Anaa nibeektanii amma ani eenyu akka tahe? !! Jetteen
Ani jireenya (maallaqa)!! Ani isii namni hundi ana duuba fiigu waldorgomanis ana argachuuf kaayyoo isaanii dhiisanii ana duuba fiigan haga iddoo awwaala (qabrii) keessa bu'anitti na hin injifatan gonkuma " jette.
2 412
Namuu waan jaalatu
Yaadaa oolee bulaa
Rabbi nuuf haa kennu
Muhabbaa Rasuulaa
♥️صلوات ربي والسلامه عليه♥️
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔 🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
CHAANAALII GURGURTAA
Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee
8.7K
2.3K
1.9k
1.9k
Karaa kanaan na qunnamaa
@Rafiqul_Islaam
2 412
Repost from LIFE MOTIVATION
ODUU GAMMACHIISAA
Qarshii ni barbaaddu taanaan
dhibbaa dhibbatti dhugaadha shakkii tokko malee hojjedhaa
tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa
1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
2ffaa, Start kan jedhu tuqxu.
3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu
itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ
Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna
Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ
Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu
👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
2 412
Repost from LIFE MOTIVATION
CHAANAALII GURGURTAA
Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee
8.7K
2.3K
1.9k
1.9k
Karaa kanaan na qunnamaa
@Rafiqul_Islaam
2 412
Repost from Islaamummaa 100%
#GARGAARSA
Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota maatii chaanaalii keenyaa hundi keessanuu hayyee maallaqa namaa na bira jiru osoon Abbaadhaaf galchuu jedhuu dogoggora Account biraa irratti darbee Abbaan account sanaa maallaqa guddaa 23694 birr malee siif hin deebisu jedhee kanaafuu Abbaan rabbi isiniif laaffise gargaarsa obbolummaan isinirraa barbaadaa Abbaan Maallaqa qabdan maallaqaan na gargaaraa abbaan maallaqa hin qabnes du'aa'iidhaan na gargaaraa
Gargaarsa obbolummaa gargaarsa Islaamummaan isinirra barbaadaa!!!
Abbaan rabbi isiniif laaffise.
Namni 10 yoo 100 kenne 1000 waan ta'eef kanaafuu waan qabdanuun na bira dhaabbadhaa.
BAANKII DALDALA ITOOPHIYAA
Account: 10003 5786 4341
Name: Furkan Awel
BAANKII HOJII GAMTAA OROMIYAA
Account: 1000068366163
Name: Furkan Awel
Share gochuudhaan Obboleessa keenya kana gargaaraa.
Namni rabbi isiniif laaffisnaan galchitaniif screenshots godhaa asiin nuuf ergaa
ODEEFFANNOO DABALATAA
Telegram: @Daaru_Salaam11
Mobile: 0952507736
2 412
Pirezidaantii Iraan:- "Yakka isaan raawwatan balaaleffachuu qofti gahaa miti, Biyyoonni naannawaa sana jiran hariiroo boba'aa fi siyaasaa qaama kana faana qaban adda kutuu qabu!" jechuun ibsa guyyaa har'aa kennaniin dubbatanii jiru.
Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa.
https://t.me/JechotaGaggaarii
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
