ru
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Открыть в Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Больше
2 409
Подписчики
-324 часа
-267 дней
-9330 день
Архив постов

Gara application ARisaalaa deebi'uun banaa. Bakka accept it jedhu sana tuqaa. Al~Risaalaa waan fayyadamtaniif galatoomaa!!

Ergasii fuula kanatti isin dabarsa. Bakka close jettu sana tuqaa.

Ergasii email keessan keessa seneuunergaa kana fakkaatu ilaalaa. Bakka qalama diimaan itti marre sana tuqaa.

Odeeffannoo keessan haala kanaan guutaa.

Ergasii kanatu isiniif dhufa. Ok tuqaa bira darbaa.

Ergasii kanatu isiniif dhufa. Ok tuqaa.
Ergasii kanatu isiniif dhufa. Ok tuqaa.

Akkuma application bantaniin kanatu isiniif dhufa. Ok tuqaa bira darbaa.

Dura application Al~Risaalaa download gpdhadhaa bilbila keessan irratti install godhaa!!

photo content
+9