Creative Dev
Открыть в Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Больше2 421
Подписчики
-124 часа
-217 дней
-9230 день
Архив постов
2 420
Yaa Rabbi osoo nuti addunyaa kanarra jirruu kabajni islaamummaa fi #Nabiyyii keetii nu biratti hin tuqamin. Dhaloota gadaa isaanii keessatti islaamummaan salphina mudatterraa nun taasisin. Hirriiba keessa jirra kana keessaa mu dammaqsi.
Barruu guutuu👇
https://www.facebook.com/100030498720215/posts/1148020916224522/?app=fbl
2 420
Oduu gammachiisaa hordoftootaa fi maatiiwwan chaanaalii keenyaa hundaaf!!
Chaanaaliin keenya kun hordoftoota kuma afur (4K) guutuu sababeeyfachuun sagantaa wal dorgommii xiqqoo takka isiniif qopheeysu keenya yeroo isin beeksifnu gammachuu guddaadhaani. Wal dorgommiin kanaanis namoonni injifatan lama kan badhaafaman yeroo tahu abbaan 1ffaa bahe kaardii qarshii 50 badhaafama. Kan 2ffaa bahes kaardii qarshii 25 badhaafama.
Ulaagaan dorgommichaa
Jalqaba nuti seenaa gaaffiilee 10 isiniif dhiheeysina. Isiniis gaaffiilee nuti isiniif dhiheeysinu saniif deebii sirrii ni deebistu. Maxxansa sanaas gareewwan adda addaa keeysatti share gootu. Namoonni gaaffii irratti hirmaattan hundi keeysanuu gareewwan maxxansa sana keeysatti share gootan hunda screenshot gootanii garee @dhaamsakoo irratti ergitu. Madaalliin jalqabaa deebii sirrii deebisuu yommuu tahu, yoo namoonni deebii sirrii wak qixa deebisan jiraatan badhaafamaa kan tahu nama garee hedduu keeysatti irra share godhe.
Wal dorgommichi guyyoota lamaaf kan turu yommuu tahu, sana booda badhaafamaan adda bahee badhaasni isaa kan isa dhaqqabu taha.
Mee isin hoo kana irratti yaadni keeysan maali? Waldorgommiin kun haa dhihaatu haa hafu jettan?
Yaada keeysan karaa @DhaamsaKooBot tiin bakka yaada kennachuuf jedhu irratti nuun gahaa!!
Galatoomaa!!
© Dhaamsa Gaggaarii
•┈┈┈┈•✿🍃🍂🍃✿•┈┈┈┈•
2 420
Repost from Seid Al-jeylani
🪴 TAATEE GURGUDDOO RAMADAANA KEESSA ARGAMTE ✨️🌙
•┈┈┈┈•✿🍃🍂🍃✿•┈┈┈┈•
🏷 Guyyaa akka har'aa bara 651 Zamana khaliifaa islaamaa Usman ibnu Affaan mootummaan saasaaniyyaa (faarisiyya) walumaa galatti guyyaa itti cabde dha.
🏷 Mootummaan saasaaniyya (faarisiyya) jaarraa dheeraadhaaf addunyaa kana bulchitullee ammoo waraanni islaamaa eega gurmaa'ee tokko tahee booda aangoo isaanii kana adda kutuu dandahanii jiran.
🏷 Lolli waraana islaamaa fi mootummaa faarisiyyaa kana gidduutti zamana khaliifaa Umar ibnul Khaxxaab jalqabullee ammoo zamana khaliifaa Usman ibnu Affaan guyyaa akka har'aa guutumaan guututti mootummaan saasaaniyyaa (faarisiyyaa) jedhamtuu cabuu dandeesse jirti.
🏷 Biyti faaris ykn saasaaniyyaan beekamtu yeroo ammaa kana Iraan 🇮🇷 jedhamti. Bara 1959 mootiin biyyaa Rida Shah jedhamu maqaa faaris kana gara Iraanitti akka geeddaramuuf labsii isaan baasaniin booda maqaan Iraan jedhamu dhufe.
╭┈─────── ೄྀ࿐ 🇵🇸ˊˎ-
╰┈➤𝐉𝐎𝐈𝐍:☞ @Islamic_path1
2 420
Deebii ajaa'ibaa
●●●●●
Hanga xumuraatti obsaan dubbisaa!!
Bara hijraa 656 keessa ummanni Tattaar hooggansa Hoolaakoo tiin magaalaa Bagdaad too'atanii mootummaa Abbaasiyyaa yeroo sana ture cabsanii turan. Mee har'a taateewwan bara sana tahan keessaa taatee tokko wajjiin ilaallaa qaamaa fi qalbiin nu faana bu'aa.
Gaaf tokko intalti Hoolaakoo eega magaalaa Bagdaad too'atanii booda waraana isii wajjiin magaalattii keessa deemaa turte. Osuma magaalattii keessa deemaa jirtuu Sheekticha tokko kan namoonni hedduun isaan marsanii taa'an argite. Yeroo kana "namni kun eenyu?" jettee gaafatte. Warri isiin gaafattees "hayyuu tokko kan hayyoota ummata muslimaa irraa tahe, beekaa isaaniiti" jedhanii deebisaniif.
Yeroo kana waraana isiitiin "mee deemaa sheekticha kana qabaa na bira fidaa" jetteen. Waraanni isiitis akkuma isiin ajajjetti sheekticha kana qabanii fiduudhaan fuuldura isii dhaaban. Intalti tuniis sheekticha gaaffii gaafachuu eegalte. "Isin warra Rabbiitti amanee mii?" jetteen. Sheektichiniis sodaa takkaan maletti "eeyyen nuti warra Rabbiitti amane" jedheen.
Yeroo kana intalti gaaffii isii itti fuftee "Rabbiin tumsaa fi gargaarsa isaatiin warra isatti amanee wajjiin dhabbataa mii?" jettee gaafatte. Sheektichiniis "eeyyen Rabbiin tumsaa fi gargaarsa isaatiin abbaa fedhe cinaa dhaabbata" jedhee deebiseef. Intalti ammaas gaaffii isii itti fuftee "Rabbiin isin irratti nu hin injifachiifnee?" jetteen. Dhugaan jirtuus sanuma ummanni Tattaar mootummaa Abbaasiyyaa cabsanii seenanii kaliifaa Abbaasiyyaa kan yeroo sana ture ajjeesanii magaalaa Bagdaad too'atanii qabatanii turan. Kanaaf sheektichiniis "eeyyen dhugaadha, Rabbiin nu irratti isin injifachiisee jira" jedhee deebiseef.
Yeroo kana intaltiis "kana jechuun mallattoo Rabbiin nu jaalachuu hin tahuuree? jetteen. Sheektichiniis "lakkii kun mallattoo Rabbiin isin jaalachuu hin tahu" jedhee deebiseef. Intalti Hoolaakoo suniis "maaliif, akkamitti hin taane?" jettee gaafatte. Sheektichiniis gaaffii tana deebisuun dura gaaffii biroo isii gaafate. "Tiksitee (tiksee) re'ee tiksitu ijaan argitee beektaa?" jedheen. Intaltiniis "eeyyen, tiksee hedduun arge, hedduun beeka" jetteen.
Sheektichi ammaas itti fufee gaaffii biroo isii gaafate. "Tiksiteen re'ee eegu sun yoo re'een isaa ija isaa duraa fagaattee ooyiruu (midhaan) namaa seenuuf deemte maal godha?" jedheen. Intaltiniis deebistee "Saree isaati re'ee sana faana erga" jetteen. Sheekticha ammaas itti fufee "Sareen isaa sun hoo hangam takka (hanga yoomitti) re'ee san ariiti?" jedheen. Intaltiniis "hanga re'oonni sun gama abbaa isaaniitti (daangaa isaa keessatti) deebitutti ari'uu hin dhiiftu" jettee deebisteef.
Yeroo kana sheektichiniis gaaffii intalti duraan isa gaafatte deebisuuf dubbii ajaa'ibaa dubbate. Akkana jedheen "Isin ummata Tattaar jechuun saroota rabbiin addunyaa tana irratti uumeedha. Niti ummanni muslimaa daangaa Rabbii irraa baanaan, karaa isaa dhiisnee fagaannaan gama isaatti nu deebisuudhaaf saroota akka keessanii kana gama keenya erge. Nuti ammoo gaafa gama Rabbii keenyaa deebine, gaafa daangaa isaa cabsuu dhiifnee ajaja Rabbii tokkichaatiif booji'amne nutiis isin injifachuun keenya hin oolamu jedhee deebiseef" jedhee deebiseef.
Nitiis adawwii teenya warra yeroo injifannoo xiqqoo argatan akka waan Rabbiin isaaniif tumseetti oliif gad fifiiganii gammadaniif deebiin nuti deebisnu deebisuma sheektichi kun intala Hoolaakootiif deebise tana.
Dubbistoota keenya kabajamoo seenaa tana irraa barnoota hedduu akka argattan abdii qabna. Hiriyoonni keessaniis akka irraa fayyadamaniif barruu tana share gochuun isaan biraan gahuun gahee keessan bahadhaa. Yeroo itti aanu barruu biroo qabannee kan walitti deebinu taha. Hanga barruu itti aanuun walitti deebinuu nagaya Rabbiin keessa nuuf qubadhaa, milkii duniyaa fi aakhiraa argadhaa والسلام عليكم nagayaan jiraadhaa!!
2 420
🍁 " اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عنا "
Du'aa'ii tana 👆 heddummeeysaa.
╭┈─────── ೄྀ࿐ 🇵🇸ˊˎ-
╰┈➤𝐉𝐎𝐈𝐍:☞ @dhaamsa_koo
2 420
أَمْ لَهُمْ شُرَكَاءُ شَرَعُوا لَهُم مِّنَ الدِّينِ مَا لَمْ يَأْذَن بِهِ اللَّهُ ۚ وَلَوْلَا كَلِمَةُ الْفَصْلِ لَقُضِيَ بَيْنَهُمْ ۗ وَإِنَّ الظَّالِمِينَ لَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Sila shariikota amantii irraa waan Rabbiin isa hin hayyamin karaa isaaniif godhantu jiraa? Odoo jechi murtiin (Guyyaa Qiyaamaati jedhu) jiraachuu baatee gidduu isaaniitti ni murteeffama ture Miidhaa hojjattoonni, isaaniif adabbii laalessaatu jira!!
2 420
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝐒𝐚𝐚𝐲𝐢𝐧𝐭𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐭𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮⁉️
ከሳይንቲስቶች መካከል የመጀመሪያው ስልክ ያገኘው ማን ነው⁉️
Who among the scientists was the first person to get a phone⁉️
𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
2 420
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
🎁🎁 10K+ Channels! 🎁🎁
↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽 Click Here 👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hope_promotions
2 420
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
𝐀𝐝𝐬: 👇
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
2 420
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
🎁🎁 10K+ Channels! 🎁🎁
↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽 Click Here 👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hope_promotions
2 420
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
1𝐆𝐁 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐁 𝐓𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐞 𝐌𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐓𝐚'𝐚𝐚⁉️
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
𝐀𝐝𝐬: 👇
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
2 420
Raamadaana 17 !!!
Lola badrii (Battle of Badr)!
Akka lakkoofsa awrooppaatti bara 624 ykn bara hijra 2'tti duula cimaa dirree badrii irratti guyyaa kibxataa Raamadaana 17'tti gaggeeffamee dha. Lolli kun lola Musliimoota Madiinaa fi Qurayshoota Makkaa Jiddutti gaggeeffame dha.
Dirreen badrii Magaala Madiinaa irra 110km kan fagaattu dha.
Nabiyyuu Mahammad (SAW) lola jalqabaa Qurayshii Makkaa lakkoofsan harkaa Sadiin waraana isaani caaluu waliin falmanii Injifannoo boonsaa kan argatani fi Jijjirama seenaa islaamaa keessatti lola iddoo guddaa qabu dha.
Ajajoonni woraanaa Musliimaa lola kanaa:-
1. Hamza Ibnu-abdul-Muxxalib,
2. Ali Ibnu-Abi Xaaliib,
3. Bilaal Ibnu-Rabaah,
4. Ubada ibn al-Samit faa turan.
Lola kana kan lole moo'e sahaabota qofa osoo hin taane Malaykoonni illee lolun woraana Musliimaa kan gargaarani dha (Divine intervantion).
Lola kana irratti Namootni Mata jabeessa ta'an akka Abu-Jahl, Utba Ibnu-Rabi'a, Umayyah Ibnu-Khalaf faan kan itti ajjeefamani dha.
Duulaa kanan Humni woraana Musliima:-
1.Sahaaboota Hirmaatan:- 313 - 350
2. Fardeen:- 2
3. Gaala:- 70
4. Sahaaboonni woreegaman (Shahidan):- 14
Humna Woraana Qurayshaa
1. Namoota hirmaatan:- 950 - 1,000
2. Fardeen:- 100
3. Gaala:- 170
4. Kan ajjeefaman:- Nama 70
5. Kan booji'aman :- Nama 70
Egaa Lollii seenaa Islaamaa keessatti iddoo guddaa qabu kun woggaa 1441'n dura bara Hijraa lamatti guyyaa har'aa Raamadaana 17'tti gaggeeffame ture.
Allaahu Akbar
© Amar Temam
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
