ru
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Открыть в Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Больше
2 409
Подписчики
-324 часа
-267 дней
-9330 день
Архив постов
#Oduu_Gammachiisaa Application Al~Risaalaa hojii eegale. Ammuma buufadhaa iffaa fayyadamanaa!!

Namoota Qarshii Hojjechuu Barbaaddaniif 👇 👇 ✅Nama Tokkotti Qarshii 3 Kaffalaa jira🤖 Link 👇👇kana tuquun seenaar http://t.me/ET_Click_Bot?start=5034841284

#Oolteefi_Bultee_Gazzaa Lolli Lafoo eegaleera ------------------------------- Woraanni gidduu Israa'eliifi Haamaasitti eegale seenaa keessatti kan baranaa adda ta'a jedhame. Haamaas woraana kana xumuruuf waan kutatee ka'e fakkaata. Israa'el gama isheetiin Haamaasiin maqaan isaallee akka dagatamuttan balleessa jettee dhaaddataa jirti. Lolli lafoo ni jalqaba taanaan Israa'el Haamaas qofa waliin utuu hin taane kanneen akka Hizbullaah kallattiidhaan waraanichatti akka makaman ibsaa turaniiru. Kan sodaatame hin oolle harra woraanni lafoo eegalee jiraachuun ibsameera. Haamaas humna Israa'el Gazzaa seenuuf yaalaa jiran gara Bayitil Hanuun irraan seenuun haleelaa jira. Woraana lafoo kanaan Israa'el humna qabdu hunda fayyadamtee Gazzaa Seenuuf yaaltus Haamaas utuu harka hin kennin injifannoodhaan qolatee of duuba deebiseera. Qondaalli woraanaa Haamaas Osaamaa Hamdaan Ibsa kenneen Israa'el kan isheen Halleellaa qilleesa irraa raawwattuuf miira injifannoo of keessatti uumuufi jechuun,humna lafoo Gazzaa Seenuuf dhufe salphisuun akka of duuba deebisan ibseera. Gabaasa Rooyitars qabatee ba'een ammoo Hizbullaafi Israa'el daangaa Liibaanosiifi Israa'elitti woraana wal irratti bananiiru. Akkauma yaadannu humni lafoo Israa'el Gazzaa galuuf ni yaala yoo ta'e Hizbullaan kallattiidhaan woraanichatti akka makamu ibsee ture. Gama kaaniin ammoo humni biroo Huutiin Yaman lolichatti makameera. Yaman keessa kan sochoo'u himni Ansaarullaah Huutiin misaa'ela baalistikiidhaan magaalaa Israa'el Iliyaat jedhamtu haleeleera. Kallattii Galaana diimaatiin misaa'ela darbatame qolachuu ishee Ameerikaan ibsitee turte. Haa ta'uu garuu kan kaleessaa galma barbaadame dhahuun barbaadeessuun isaa ibsameera. "Biyyoonni Dhihaa Dhumaatiin Filisxeenotaa kan inni isaan hin yaachisneef waan isaan Muslima ta'an qofaafidha" Perezdaantii Turkii Ordogaan. Haalli Gazzaan amma keessa jirtu heddu nama yaachisa. Bishaan hin jiru,nyaanni hin jiru,Intarneetiin hin jiru,ibsaan hin jiru. Miisaa'elli akka rooba gannaa walirraan walirraan itti roobaa jira. Lafoodhaanis seenuun qotuuf yaalanullee hin milkoofne. Bulteefi oolmaan Gazzaa heddu yaaddessaadha kan jedhan haakimoonni daangaa maleeyyiin miiltoowwan isaaniitiin gomkumaa wal qunnamuu akka hin dandeenyes ibsaniiru. Aljeziiraafi Royutarsfi wabeeffachuun Hamiltan'tu gabaase.

Repost from Spider Media
#Oolteefi_Bultee_Gazzaa Lolli Lafoo eegaleera ------------------------------- Woraanni gidduu Israa'eliifi Haamaasitti eegale seenaa keessatti kan baranaa adda ta'a jedhame. Haamaas woraana kana xumuruuf waan kutatee ka'e fakkaata. Israa'el gama isheetiin Haamaasiin maqaan isaallee akka dagatamuttan balleessa jettee dhaaddataa jirti. Lolli lafoo ni jalqaba taanaan Israa'el Haamaas qofa waliin utuu hin taane kanneen akka Hizbullaah kallattiidhaan waraanichatti akka makaman ibsaa turaniiru. Kan sodaatame hin oolle harra woraanni lafoo eegalee jiraachuun ibsameera. Haamaas humna Israa'el Gazzaa seenuuf yaalaa jiran gara Bayitil Hanuun irraan seenuun haleelaa jira. Woraana lafoo kanaan Israa'el humna qabdu hunda fayyadamtee Gazzaa Seenuuf yaaltus Haamaas utuu harka hin kennin injifannoodhaan qolatee of duuba deebiseera. Qondaalli woraanaa Haamaas Osaamaa Hamdaan Ibsa kenneen Israa'el kan isheen Halleellaa qilleesa irraa raawwattuuf miira injifannoo of keessatti uumuufi jechuun,humna lafoo Gazzaa Seenuuf dhufe salphisuun akka of duuba deebisan ibseera. Gabaasa Rooyitars qabatee ba'een ammoo Hizbullaafi Israa'el daangaa Liibaanosiifi Israa'elitti woraana wal irratti bananiiru. Akkauma yaadannu humni lafoo Israa'el Gazzaa galuuf ni yaala yoo ta'e Hizbullaan kallattiidhaan woraanichatti akka makamu ibsee ture. Gama kaaniin ammoo humni biroo Huutiin Yaman lolichatti makameera. Yaman keessa kan sochoo'u himni Ansaarullaah Huutiin misaa'ela baalistikiidhaan magaalaa Israa'el Iliyaat jedhamtu haleeleera. Kallattii Galaana diimaatiin misaa'ela darbatame qolachuu ishee Ameerikaan ibsitee turte. Haa ta'uu garuu kan kaleessaa galma barbaadame dhahuun barbaadeessuun isaa ibsameera. "Biyyoonni Dhihaa Dhumaatiin Filisxeenotaa kan inni isaan hin yaachisneef waan isaan Muslima ta'an qofaafidha" Perezdaantii Turkii Ordogaan. Haalli Gazzaan amma keessa jirtu heddu nama yaachisa. Bishaan hin jiru,nyaanni hin jiru,Intarneetiin hin jiru,ibsaan hin jiru. Miisaa'elli akka rooba gannaa walirraan walirraan itti roobaa jira. Lafoodhaanis seenuun qotuuf yaalanullee hin milkoofne. Bulteefi oolmaan Gazzaa heddu yaaddessaadha kan jedhan haakimoonni daangaa maleeyyiin miiltoowwan isaaniitiin gomkumaa wal qunnamuu akka hin dandeenyes ibsaniiru. Aljeziiraafi Royutarsfi wabeeffachuun Hamiltan'tu gabaase. Nu hordofaa YouTube https://youtube.com/@ Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1 WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia >#SpiderMedia

Amala dhaloota ammaa keessaa kan nama dinqisiisu namoota account social media banatan kanneen ofii lubbuun du'anii fi namoota lubbuun jiran kanneen osoo jiranii du'aa hanqatan hunda hordoftoota (followers) kiyya je'ee walitti qabatee keessa taa'a!! #Magan @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii

Do it and you will succeed. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @Alrisaalaa Al~Risaalaa ❁

Obboleessa koo, atis obboleettii too jireenya jiraattu keessatti namummaan ati har'a qabaattu bara baraan jiraatti. Gaarummaan ati har'a hojjattu onnee ilma namaa keessatti siidaa hin diigamnee fi hin dagatamne taatee dhaabamti . Kanaaf ilma namaa bifa, saba, amantii fi ilaalcha isaatiin osoo gargar hin baasin nama tahuu isaa qofaaf tola ooliif. Dirqama namummaa keetii bahadhu. Miidhamaa bira dhaabbadhu. Kan miidhees sodaa takkaan maletti akka inni nama miidhaa jiru sanirraa deebi'uuf miidhaa dhiisi ji'ii itti dubbadhu. https://ummalife.com/Alrisaalaa @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii

Bifaa fi umriin akkasuma bareedinni qaamaa dhimma yerooti malee dabruun isaa hin oolu. Obboleessa koo jireenya jiraattu keessatti namummaan ati har'a qabaattu bara baraan jiraatti. Gaarummaan ati har'a hojjattu onnee ilma namaa keessatti siidaa hin diigamnee fi hin dagatamne taatee dhaabamti . Kanaaf ilma namaa bifa, saba, amantii fi ilaalcha isaatiin osoo gargar hin baasin nama tahuu isaa qofaaf tola ooliif, waan dandeessuun cinaa dhaabbadhuu haala gaariin wajjiin jiraadhu!! Follow us on Umma Life - Islamic Social Network👇👇👇👇👇 https://ummalife.com/Alrisaalaa ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯ @Alrisaalaa   @Alrisaalaa     @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii ════❁✿❁═════

#Beeksisa_Dhuunfaa Carraa DV Ameerikaa isiniif guunna!(DV-2025) ➙ Xumuramuuf Guyyaa 10 qofatu hafe! DV-2025 kana nu biratti q
#Beeksisa_Dhuunfaa Carraa DV Ameerikaa isiniif guunna!(DV-2025) ➙ Xumuramuuf Guyyaa 10 qofatu hafe! DV-2025 kana nu biratti qulqullinaan akka isiniif guutamu kan feetan karaa #OroDV2025 nu qunnamaa:

#Remedial Qabxii Darbiinsaa Sagantaa Riimeediyaalii Meeqa ta'uu danda'a?? Odeeffannoo Ministeerri Barnootaa kanaan dura baase
#Remedial Qabxii Darbiinsaa Sagantaa Riimeediyaalii Meeqa ta'uu danda'a?? Odeeffannoo Ministeerri Barnootaa kanaan dura baase irratti hundaa’uun hagama akka ta'uu danda'u karaa liinkii asii gadiin isiniif maxxansineerra. Request join godhaa ilaalaa!! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

#ODUU_AMMEE DV lottery 2025 Guutamuu Eegaleera. Nuti Immoo Amma Irraa Kaasuun Bilisaan Guutaa Jirraa. Amma Gara Xumuraatti Wa
#ODUU_AMMEE DV lottery 2025 Guutamuu Eegaleera. Nuti Immoo Amma Irraa Kaasuun Bilisaan Guutaa Jirraa. Amma Gara Xumuraatti  Waan Deemaa Jirruuf Namni Hin Galmaa'iin Ammuma Galmaa'uuf Kan Jedhu Tuquudhaan Galmaa'aa. Namni Galmaa'uu Barbadnes Filannoo keessanii irratti hundaa'aa

Repost from FIXED MATCHES™
ODUU GAMMACHIISAA Namoota hojii online hojjettan maraaf! 🎤ODUU GAMMACHISAA Namonni Hojjii Olinne Hojjechuu Barbaddan Qoftii #jion Godha Telegram irratti hojii kana hojjedhaa baayyee salphaadha yoo cimtee hojjatte ji'atti #1000 - 60,000 hojjachuu dandeessaa tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas bonus qaba!

Repost from XAASOW ZABBUU
Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa Free Waver promo @Rafiqul_Islaam ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን:: Free Waver promo @Rafiqul_Islaam