cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

FALCON FEELING💔

For love💕 For inside heart feeling💔🖤🖤 For miss💞 For couple💗💝💝 For relation Join us❤️❤️❤️

Больше
Рекламные посты
241
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
-430 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Ergaan Rabbii akkana jedha: “Ana kadhaa, deebii isiniif kennaa.” (Qur’aan 40:60) “Jedhi: Osoo kadhaan keessan jiraachu baatee, silaa Gooftaan kiyya homattu isin hin lakkaawu.” (Qur’aan 25:77) https://t.me/onlyfeelingo
Показать все...
FALCON FEELING💔

For love💕 For inside heart feeling💔🖤🖤 For miss💞 For couple💗💝💝 For relation Join us❤️❤️❤️

1
Показать все...
FALCON FEELING💔

For love💕 For inside heart feeling💔🖤🖤 For miss💞 For couple💗💝💝 For relation Join us❤️❤️❤️

1
Фото недоступноПоказать в Telegram
 Bu’uurri jiruu hubannoodha, bu’uurri waa hojjachuu beekudha.  Guddinni fi milkaa'inni keenya hamma yaadaa keenyaatiin wal-qabata. Waan guddaa yoo yaanne, hayyama Rabbiitiin milkaa'inna guddaa arganna. Waan xiqqaa yoo yaanne, milkaa'inni nuti argannus hangasuma xiqqaadha. Ergamaan Rabbii (SAW) "Rabbiin irraa Jannata yoo kadhattan, Firdaws kadhaa. Sababni isaas, Firdaws Jannata ol'aantudha, gubbaa isii Arshii Rahmaantu jira." Jedhu. (Sahih al-Bukhaari 2790) Kuni waan guddaa yaadu akka qabnu itti nu kakaasa.  Wanti isin hojjachuuf yaaddanii fi sammuu keessatti fakkii isaa kaastan, gara fuunduraatti dhugaa ta'uun jireenya keessan ijaaru danda'a. Kanaafu, galma guddaa gahuuf wanta guddaa yaadaa. Guduunfaa
Показать все...
1
Gammachuu qabda! Yeroo ammaa kana gammadaa. Yeroo kanatti, sa'aatii kanaa fi bakka kanatti. Gammachuun kee hin oolu. Barbaaduu qofa.
Показать все...
1
Namoota waan sirratti raawwataniif dhiifama godhi. Dhiifama gochuun wanti hundarra gaariin anniisaa negaatiivii addaan baasuu isaati. Aangoo isaan sirratti qaban irraa fudhata. Dafnee dhiifama yoo goonu, dafnee gara jireenya fooyya’aa fi gaarii ta’etti ceena. Dhuma hin qabne Obsa thought
Показать все...
1
Показать все...
FALCON FEELING💔

For love💕 For inside heart feeling💔🖤🖤 For miss💞 For couple💗💝💝 For relation Join us❤️❤️❤️

1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Показать все...
FALCON FEELING💔

For love💕 For inside heart feeling💔🖤🖤 For miss💞 For couple💗💝💝 For relation Join us❤️❤️❤️

Фото недоступноПоказать в Telegram
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.