cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Akeka Dukale Dulacha

This channel is mainly encourage you into your gift. It tells you as you can. Afaan Oromoo, Amharic and English language used!

Больше
Рекламные посты
364
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Kallattii jireenna ilma namaa tasuma dagatamuu hin qabne:- ➤Jireenna hafuuraa-hariiroo Waaqa woliin qabnu yeroo hundaa jabeeffachuu qabna. ➤Jireenna Hawaasummaa-nama woliin jiraachuun bu'aa guddaa qaba, hariiroo fayyaa qabeessa nama woliinii guddifadhu. ➤Fayyaa qabeessa ta'uu qabna-ilaalcha keenna dabalatee, qaama fayyaa qabeessa guddifachuu bu'aa guddaa qaba. ➤Miira to'atamaa-dhalli namaa miira qaba, miiraan geggeeffama, miirri yeroo hundaa too'achuun bilchinaan akka hogganamu gochuu qabna. ➤Qabeenya baay'ifachuu-diinagdeen ofi cimsuun addunyaa har'aa kana keessatti baay'ee barbaachisa. Kuni xiyyeeffannaa addaa fedha. ➤Beekkumsaan/sammuun ofi guddisuu-waan adda addaa irraa, keesumattuu dubbisuun, barumsa idilee fi al-idileetiin jaarraa kana keessatti dammaquun murteessaadha. ➤Hojiidhaan fi oogummaan cimuu- bara kana waan qabaniin cimuun, keessumattuu sirritti beekuun guddoo barbaachisa, karaa irra deemtu dhaammeessii beeki, xiyyeeffannaan oogummaa keeti sadarkaa tokkoo kaanitti guddisi. ➤Maatii cimsi-xiyyeeffannaan maatii fi gaa'elaaf kennamu bifa addaatiin kunuunfamuu qaba. Kanarratti walfaana xiyyeeffannaan lafarratti fi olgubbattis ulfinaa fi hamb-qabeessa teetee jiraatta. Fayyaa fi nagaa qabaadhaa! Subscribe and follow my telegram channel:- https://t.me/akekadukale
Показать все...
Akeka Dukale Dulacha

This channel is mainly encourage you into your gift. It tells you as you can. Afaan Oromoo, Amharic and English language used!

Фото недоступноПоказать в Telegram
👍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Kennaa Keeti! ---------- Irra deddeebiin kanaan dura akkuma barreessaa ture, ilmi namaa dadama/uumama irraa eegalee harka Waaqaatiin uumame. Sagantaa Waaqaa keessa jiraata. 'Waaqayyo maaf gara lafa kanaa na fide' kan jedhu gaaffii ijoo yeroo hundaa gaafatamuu qabuudha. Ee dhugaadha. Nuuti bineensa caalla. Bineensi kaayoo hin qabu, karoora hin qabu. Nuuti dadaa addaati. Adda ta'uun keenna qaama qofaanii miti, kennaa addaa qabna. Waaqayyo akka ittiin woltajaajillu, akka itti wolgargaarru kennaa gara garaa nuuf kenneera. Hundi namaa dandeettii addaa, kennaa ajaa'ibaa adda addaa ifi keessaa qabna. ➤Kaayoon kennaa kanaa inni guddaan karaa ittiin Waaqaaf ulfina kenninu, karaa ittiin walii walii keenna tajaajillu. Namni waan qabu yoo hin beekin, kan biraa gargaaramuu hin danda'u. Kanaafuu, kennaa keeti adda baasuuratti hojjadhu. Wonni keessa keetii danfu, kan ati akka malee jaalattu sun kennaa keeti. Kennaan keeti ilma keeti angafaati. Kunuunfamuu, guddachuu qaba. Dhugeeffannaa, jaalala, gammachuu, fayyaa fi nagaa qabaadhaa! Subscribe and follow my telegram channel:- https://t.me/akekadukale
Показать все...
Akeka Dukale Dulacha

This channel is mainly encourage you into your gift. It tells you as you can. Afaan Oromoo, Amharic and English language used!

Waaqayyo Galatoomi! ----------- Waaqa bara baraa mootii waan hundaa, galataafi ulfinni maqaa keetiifi haa ta'u. Fayyaa waan naaf kenniteef, umuriirratti umurii waan naaf dabalteef galanni bara baraan siif haa ta'u. Galatoomi, galatoomi. Araarri, jaalallii fi tolli keeti naaf fakkaneera. Gargarsa keeti yeroo hundaatiif galanni siif haa ta'u. ➤Yeroo hunda na woliin jirta. Ollaa fi biyyille nageya. Ameen! (11/1/16ALI) ----------
Показать все...
🙏Glory to my LORD JESUS CHRIST forever.🙏 Na ba'achuu keetiif, eegumsa keetiif galatoomi!
Показать все...
Waaqayyo Galatoomi! Abbaa jaalalaa, Waaqa bara baraa, fayyaa fi nageya waan naaf baay'isiteef galatoomi. Ati filannoo kiyya yeroo maraati.
Показать все...
👉Galanni siif haa ta'u Waaqa abbaa bara baraa ulfaadhu, araarri keeti, jaalalli keeti, badhaadhii fi eegumsi keeti nama har'aa na godheera.
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.