cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

WALALOOHAFUURAA

Kaayyoon karaan (channel) kun banameef ;-1 Wangeela Mootummaa Waaqayyoo Labsuu 2, 𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨 𝑯𝒂𝒇𝒖𝒖𝒓𝒂𝒂 3,Faarfannaa durii fi ammaa affeeruu fi beeksisuu 4, 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐣𝐣𝐚𝐛𝐢𝐧𝐚 𝐟𝐢 𝐽𝑖𝑟𝑒𝑛𝑦a @Spritual_poem @Ergaa_WalalooHafuuraaf

Больше
Рекламные посты
840
Подписчики
Нет данных24 часа
+57 дней
+2430 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Kuta a Qu'annaa;- Roma 11:11_15 tti isa jiru Mee waliin haa ilaallu. Rom. 11 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹¹ Egaa ani nan gaafadha, gufachuun isaanii akka kufanii hafaniif moo ree? Matumaa kun ta'uu hin danda'u; garuu irra daddarbuu isaaniitiin, hinaaffaa garaa warra Israa'el keessaa dammaqsuudhaaf, warra Yihudoota hin ta'iniif fayyinni argame. ¹² Egaa irra daddarbuun isaanii biyya lafaatiif eebba erga badhaasee, hir'inni isaanii saba Yihudoota hin ta'iniif eebba erga badhaasee, warri Israa'el deebi'anii guutummaatti argamuun immoo hammam caalaa eebba haa ta'u laata! … ¹³ Ammas isin warra saba Waaqayyoo hin ta'inittan dubbadha; ani saba Waaqayyoo warra hin ta'iniif ergamaa akkuman ta'e, ergaa koo kanas ol ol nan qaba. ¹⁴ Kanaan Yihudoota qomoo koo hinaafsisee, isaan keessaa muraasa illee oolcha yoon ta'e nan dhama'a. ¹⁵ Gatamuun isaanii araaramuu biyya lafaa erga ta'ee, fudhatamuun isaanii immoo maal ta'inna laata? Inni warra du'a keessaa ba'aniif jireenya ta'uuf jira. 🌅 Kaayyoo qo'annichaa:- A, Irra daddarbaan Isiraa'eloota biyya lafaaf eebba akka argachiise gubattu B, Haalli kam iyyuu kaayyoo Waaqayyo akka hin jijjiirre hubattu C, Bara si'ana kana tajaajilaa irra kan jiran tajaajila isaani xiyyeeffannoodhan akka xumuran hubachiisuuf .. GAAFFIIWWAN MAREE 1,Akka Roma 11:11 irra jirutti gufannaan Isiraa'elota firii maali argamsiise? ___deebi _ 2, Isiraa'elota hinaafsisu jechuun maal jechuudha? ______deebi 3, Amantionni bara si'ana jirru gooftaatti amanne kan fayyine yoo taaneyyu, wantoonni nuti ganne tokko tokko jiru! Deebiin keenya 'Eeyyee' yoo ta’e deebi haa lannu. Maal maal ganne __ ____deebi 4,Akka Roomaa 11:12,1 15tti irra daddarbaa fi kufaatiin Isiraa'eloota ormootaaf eebbi inni argamsiise fi Isiraa'elootaaf ammoo guutamuun inni argamsiisu maalidha ____ _____deebi 5, Kufaatiin Isiraa'eloota eebba, fayyina erga argamsiise haaromsi isaani ammoo amantoota hundaaf eebba maali argamsiisaa? ______deebi 6,Akka Roomaa 11:13-14 irra jirutti Phawuloos ergamaa warra Ormoota ta'u isaatin tajaajila isaa kaayyoo maaliif kabajaa? ____ _____deebi Har’a namoonni Gooftaatti amanne jirruu fi tajaajilarra jirru namoota kan biroo gara Kiristoositti fiduuf tajaajila keenya kabajaa fi dammaqinaan raawwataa jirraa? =Deebii___Kun akka of laalluf. Deebbiwwaan hin ta'a kan jettan waan afuurri qulqulluun keessa keessan buuse Comment jala nuuf kaa'a. Nama gaariitti ibseef kennaan jiraachu danda'a!🙏 Eebbifamaa! Deebii qabadheen isiniif deebi'a, hangasitti Namootaa fi group feetan irratti share gochuun hunda hirmaachisaa. Onesmoos Nasib, Asteer Gannoon, Phawuloos fa'a iyyuu maacaafa jireenya kana nu biraan gahuuf jedhani aarsaa meeqa kafalani. Miillaan lafa onaa keessas deemaniiru, ...isa isinuu beektu...maal jechuuun barbaade nuti ammoo manuma keenya teenye #Share gochuun wangeelicha yoo babbal'ifne nutti hin ulfaatu share godhaa jechuu yaadeeni.🙏 @Walaloo_Hafuuraa @Walaloo_Hafuuraa join 4all. @LeelDaarIt ✍️ Deebisi fi ibsaan walitti dachaana.
Показать все...
🙏 6 2
6455f0dbe374cc909b1c948e465e93e8.mp35.45 MB
Qu'annaa Macaafa qulqulluu eegaluuf jenna.
Показать все...
👍 14 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
9
Wow Farfannicha argannee jirra.Farfata Eliyaas Banti❤ Nama nuuf erge kana eebbisaa @DhugaafT Eebbifamteetta jaallatamaa keenya🙏 @Walaloo_Hafuuraa
Показать все...
6
Eliyas_Banti_-_Eenyufaatu_qaba_ofirraa___Lyrics_(128k).m4a6.30 MB
9
Mee adda baafanna dhaabbadha! Maaliif akka diignuu Buddeen barbaacha moo jireenya Yaalii nuti goonu Bu'a biyya lafaaf yoo ta’ee qalbi haa jijjiirrannuu...👐 Maqaan faarfata faarsaa kana faarfate eenyudha? Namni qabdan nuuf ergaa! @Walaloo_Hafuuraa
Показать все...
👍 5
Eyyamamaadha! Nagaanii fi Araarri Waaqayyoo bakka isin jirtaniitti isiniif haa tahu osoo hin dubbisin hin darbinaa yaadas hin kenninaa Biyyoota Ameerikaa keessatti Dhiirri dhiira akka isaa, Shamarraanis Shamarree akka ishee, Horii ykn Lowwaan kanneen akka Farda, Saree, fi Jawweetti Eerumuu fi Fuudhuun Eyyamamaa kan ta'eedha kana duwwaas miti Waldaan kristaanaa, Manneen amantaa gargaraa seera qabeessan sirna kana irratti argamuun Eebbisaa jiraachu isaa miidiyaawwan heedduun ni dubbatu. kun tahuun isaa haaràas miti macaafa Qulqulluu keessatti rakkoon kun bara durii akka ture baay'ee ifaadha "Warri dhiiraas akkasuma karaa ittiin fedha fooniitiif dubartootaa wajjin wal bira ga'an, isa uumamaan kennameef dhiisanii, kajeellaa walii isaaniitiin gubataniiru; warri dhiiraas walii isaanii gadhoomsanii, beekaa karaa irraa jal'isuu isaaniitiif adaba dhagna isaanii akka ta'utti fudhataniiru jedha Room 1:27 kana malees Yeroo Waaqayyoo Dhagaa akka Abiddaa Waaqa keessaa warra soodomii fi Gamooratti Roobse jireenyi isaani jireenya amma jiraatamaa jirun kan wal fakkaatudha. haala amma ilaallun fuullii waanta suukanneessa kanaa gara biyya keenyatti deebi'uuf akka jiru ifaadha Eyyama kanaafis yeroo addaa addaa gaafacha turuu fi gaafachaa jiraachuun isaa ifaadha dhoksaatti haa tahu malee biyyuma keenya oromiyaa keessatti kan mul'atee tureedha. waanta kanas mormuun dura dhaabbachuu kan danda'uu Waldaa kristaanaa fi Amantaalee biyya kana keessa jiru gahee olaana qaba Jarreen suura irratti argitan kana lammaan maatiin isaani argamuun Gammachuu addaatin Cidha isaanii Eebbisiisu isanii argina. Eenyummaa jara kanaa isiniif ibsuun hin barbaachisu bifuma isaanii irraa iyyuu ni bartu Gocha kana mormuudhan ammallee dura haa dhaabbannu Waaqayyoos biyya keenya irraa haa ifatu share waliif gochuun dirqama keessan baha! dhaloota Oolchaa Waantota barsiiso argachuuf peejii Walaloo Hafuuraa jedhu kana Follow gochuu hin dagatinaa! Suuraa kana maxxansuun hin barbaachisu ture. Ragaaf akka ta'ufidha Share @Walaloo_Hafuuraa @Walaloo_Hafuuraa Bara abaaramaa😭
Показать все...
👍 1 1🔥 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
😭😭😭
Показать все...
 Isaayaas 54 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 4.Ati si'achi hin qaanoftuutii hin sodaatin! Ati si'achi yeellaasifamtee lafa hin ilaaltuutii hin na'in! 10.Tulloonni yoo raafaman iyyuu, gaaronnis yoo socho'an iyyuu, araarri koo si biraa hin mittiqu, kakuun nagaa koos si biraa hin socho'u’ ” jedha; Waaqayyo inni siif oo'u kana dubbateera. Ameen🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Показать все...
👍 5
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.