cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

ABDII

Baannee wal guddifne Duraa duubaan tarree Nuti wal danda'uu Mana keessaa barre! Toora #you tube https://youtu.be/EidmHjEhs-w Asiinis kottaa Yaada qabdan @yusuuf_bot nuuf Dhiheessaa.

Больше
Финляндия2 154Язык не указанКниги16 546
Рекламные посты
334
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Показать все...
Walaloon Jaalala

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa @Walaloo_bot

Показать все...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Hin dagatinaa!🥰 Ilmikoo jalqabaa Kitaabni Kuusaa Walaloo 'Nafa Naafate' jedhu Guraandhala 5/6/2015 ( February 12/2023) waaree booda sa'a 7:30 irraa eegalee Giddu Gala Aadaa Oromootti haala ho'aa ta'een ni eebbifama. Sagantaa Eebbaa kanarratti hayyoota gurguddoo, barreessitoota buleeyyii, Artistoota, Maatii aartiif ogbarruu Oromoo fi keessummoota kabajaa hedduutu argama. Gaafas; Hayyoota Oromoo; 👉 Ustaaz. Raayyaa Abbaa Maccaa fi Dr. Gammachuu Magarsaa 👉 Lalisaa Alamuu - Waltajjii 👉 Garg. Profeesara Fedhasaa Taaddasee - Qaaccessaa fi qeeqa kitaabaa 👉 Gabbisayyoo K Galataa - Monologii 👉 Belina Wakjira fi Cabsii Taliilaa - walaloo 👉 Alex Taye Baacoo (qoosaa) fi keessummeessaa! Akkasumas Qophiilee barsiisoo fi bashannansiisoo hedduunis ni dhiyaatu. Nutis hunda keessaniif waamicha kabajaa isiniif gooneerra. Ammumarraa itti qophaa'aa! beellama biraa hin qabatinaa! Graphics; Shumi Abera ulfaadhu!🙏
Показать все...
Показать все...

𝓨𝓸𝓾_𝓼𝓮𝓮_𝓰𝓸 𝓽𝓲𝓴𝓽𝓸𝓴
Показать все...
Показать все...

TS.webp0.87 KB
𝕂𝕒𝕒𝕪𝕪𝕠𝕠 𝕜𝕖𝕖𝕗 𝕠𝕓𝕤𝕚 ᵍᵃᵃᶠᵃ ᵏᵃᵃʸʸᵒᵒ ᵏᵉᵉᶠ ᵈᵉᵉᵐᵗᵘ ᵗᵃʳᵏᵃᵃⁿᶠⁱⁱ ᵏᵉᵉ ˡᵃᵃˡˡᵃᵗᵃᵃ ᵏᵃʳᵃᵃⁿ ᵈʰᵘᵍᵃᵃ ˢⁱ ˢⁱ ᵈᵃⁿᵠᵃ ᵠᵒʳʳᵉᵉᵗᵘ ⁱᵗᵗⁱ ᵇᵃᵃʸ'ᵃᵗᵃᵃ ʰᵃⁿᵍᵃᵐ ʸᵒᵒ ʰᵃᵐᵐᵃᵃᵗᵉˡˡᵉᵉ ᵃᵇᵈⁱⁱ ʰⁱⁿ ᵏᵘᵗⁱⁿ ʲⁱʳᵘᵘʳʳᵃᵃ ᵇᵘˡᶜʰᵃⁿⁱⁱ ᵇᵘᵇᵇᵘˡᶜʰᵃⁿⁱⁱ ˡᵃᶠᵉᵉ ᵘᵘᵐᵘ ᵗⁱʳᵘᵘʳʳᵃᵃ ✍𝓫𝓪𝓻𝓻𝓮𝓮𝓼𝓼𝓪𝓪𝓷; 𝔂𝓾𝓼𝓾𝓾𝓯_𝓱𝓾𝓼𝓮𝓮𝓷     ᒍOIᑎ ᑌՏ @ABDII_SABAA11
Показать все...
TS.webp0.86 KB