ru
Feedback
Galaa Jireenyaa .... 📜📜📜📜

Galaa Jireenyaa .... 📜📜📜📜

Открыть в Telegram
285
Подписчики
Нет данных24 часа
-27 дней
+830 дней

Загрузка данных...

Похожие каналы
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
ноябрь '24
ноябрь '24
+2
в 0 каналах
октябрь '24
+19
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '24
+279
в 0 каналах
Дата
Привлечение подписчиков
Упоминания
Каналы
07 ноября0
06 ноября+1
05 ноября0
04 ноября0
03 ноября0
02 ноября0
01 ноября+1
Посты канала
+7
7_Bereket_Tesfaye_ክብር_አለ_Kiber_Ale_በረከት_ተስፋዬ128k.m4a5.10 MB

2
#Part 2▮"Mat 2:1- Eee Asiratt Yeroo itt Yesus dhalachuf Jedhu Biyyi lafaa yeroo rafamtu argina Herodis Waa'ee mottummasa isarra fudhachu odeesa osoo hin taane milikita biyyi lafa rafamushee agarsisa maalif Hojiisaani isaa hamaa sun waan muldhisuf IYESUS IFADHA ="Kana Jechuun Inni qulquludha Hojiin hamaa ifasaan akka muldhatu godha isa dura hojii dukkanaa fi hojii ifaa haa ilaalu Hojiin Ifaa = Hojii Waaqayyoon Gammachisu Hojii qajeela kan ta'efi hojii haafuraattti dogogara kan hin qabnedha Amala Waaqayyora Fudhanne Hojiin Dukkanaa=hojii hamaa kan ta'eefi kan Waaqayyoon hin gamachifnedha ykn Hojii Seexanaatti Dhoksatt Kan hojetamuu🌚🌚 So Iyesus Hojii dukkana kana diguuf Waan dhufef hojii dukkana kana ifatt baasuf Waan dhufef biyyi lafaa rafamuu Jalqabee Sababnisaa inni Tokko immo Waan Nun Ijoolesa olchuuf harka Seexana jalaa biya lafa jalaa nu Oolchuf Waan dhufefi🌑🌒🌓🌔🌕🌏🌍🌎 KANAAF KARAA MEEQAA BIYII Lafas namasatt fayadamee Yeroo meeqa isa baleesuf Yaale Ture Mat 2:13 Dhaqa dubisaa yeroot Herodis Yesusin ajeesuf yeroo itti Ijoole baaye ficisisee ............. Boq 3 Yeroo itt aanu Wal Wajjin kan laalu ta'aa itt Fufaa....... ➜➜➜➜➜Share &Join Gochuu Hin Dagatinaa Ebbifama Bari keesan haa Ebbifamuu
0
3
#Part 2▮"Mat 2:1- ✍✍Asiratt Yeroo itt Yesus dhalachuf Jedhu Biyyi lafaa yeroo rafamtu argina Herodis Waa'ee mottummasa isarra fudhachu odeesa osoo hin taane milikita biyyi lafa rafamushee agarsisa maalif Hojiisaani isaa hamaa sun waan muldhisuf 🌫🌫🌫IYESUS IFADHA ="Kana Jechuun Inni qulquludha Hojiin hamaa ifasaan akka muldhatu godha isa dura hojii dukkanaa fi hojii ifaa haa ilaalu 📢📢🔈🔊Hojiin Ifaa = Hojii Waaqayyoon Gammachisu Hojii qajeela kan ta'efi hojii haafuraattti dogogara kan hin qabnedha Amala Waaqayyora Fudhanne🧖‍♂🧖‍♂🧖💅🧖‍♂ 🔉🔊📢Hojiin Dukkanaa=hojii hamaa kan ta'eefi kan Waaqayyoon hin gamachifnedha ykn Hojii Seexanaatti Dhoksatt Kan hojetamuu🌚🌚🌚🗿🗿🧌🧌 So Iyesus Hojii dukkana kana diguuf Waan dhufef hojii dukkana kana ifatt baasuf Waan dhufef biyyi lafaa rafamuu Jalqabee Sababnisaa inni Tokko immo Waan Nun Ijoolesa olchuuf harka Seexana jalaa biya lafa jalaa nu Oolchuf Waan dhufefi🌑🌒🌓🌔🌕🌏🌍🌎 KANAAF KARAA MEEQAA BIYII Lafas namasatt fayadamee Yeroo meeqa isa baleesuf Yaale Ture Mat 2:13 Dhaqa dubisaa yeroot Herodis Yesusin ajeesuf yeroo itti Ijoole baaye ficisisee ............. ✍✍Boq 3 Yeroo itt aanu Wal Wajjin kan laalu ta'aa itt Fufaa....... ➜➜➜➜➜Share &Join Gochuu Hin Dagatinaa Ebbifama Bari keesan haa Ebbifamuu 🙏🙏🙏
0
4
Qo'anna Macaafa Qulqulluu #PART 1▮ Maatewos 1:21 Biya lafa kanattii dhukubsanne hospitalatt fayu dandeenya ykn qorich argane nuf ajajamee fayu dandeenya ➡➯Gaaru dhukkuba Lubbu irra fayu hin dandeenyu sababnisaa qorichi lubbu keenya fayisu biya lafa kanrra wan hin jiref ▧Doctorin beekaman qorate Qorichasa argachu kan hin dandeenye dhukubbni kunis CUBBUDHA ➯➡Lubbun keenya foonitti qoricha doctorin ajaje tokkon fayu dandeesi dhukkubni kunis yoo nu ajjeses yoo nu ajeesu baates boodara foonin du'u keenya hin oolu Gaaru dunee hin duunu inni kun du'a mitti ➡Sababnisa biyya lafa kanarrt yeroo tokko gammne yeroo tokko gadina so du'a fooni booda garu gammachuf Gaddi gargar ba'u du'a boodas hinuma jiraana garu Duuni inni Du'a barabara Jeedhamuu Du'a Lubbu Jechudha inni dura Du'a Foonittii DU'I LUBBU➡Du'a lubbu kan du'an Warra Goofta keenyat hin Amne fi Wanta Waaqayyon hin Gammachifne gochaa warra wanta cigasisa gochaa jiraacha Turantu Du'a.... Lafa Tokkt akks Jedhaa Ilma isaa kanatti kan amanu itti hin faradamu, isatti kan hin amanne garuu, maqaa tokkicha ilma Waaqayyootti waan hin amaniniif, ammuma iyyuu itti faradameera*. Wangeela Yohannis 3:18 Debi'emo Namni halaleen, yookiis xuraa'aan yookiis sassataan mootummaa Kristosii fi mootummaa Waaqayyootti galuu akka hin dandeenye beekaa! Namni sassataan waaqayyolii tolfaman waaqessuu isaa ti*. Efesoon 5:5 So Yaadini Koo inni guddan Mat 1:21 irra isa jiru Maal Jedhaa Inni ofisatti Sabas hin faayisa Jedha Jaalali Waaqayyo hamam guddadha Gara Yaada koo duratt gaafan deebi'u qorichi dhibe fooni dhibe sunirra akkuma nama fayisu ➯Dhukkuba Lubbu ykn Dhibee Cubbuu kanarra Faayuf duratt karaa hin qabnu ture duuni barabaraa nut faradamee ture teenye guyya du'a keenya eega turee garbas taane ture dukkana lamxaa keesa deema ture So Dhibeen kun kan Nu qabe Gaafa Waaqayyon Gadisifne isaf Aboomamu didne Ture Waaqayyo yeroo meeqa Nu oolchuf karaa Qopheese ture Har'as Waaqayyo osoo nu hin dadhabin nu barbaacha ofisa gara biyya lafaa dhufe Sabanisaa Qorichi Lubbu keenya Faayisu isa Qofa waan ta’ee ☝☝☝YESUS QOFA WAAN TA'EF☝☝☝ KARAA NUF TA'EE AKKUMA DURA DUBBANE NAMNI DHIBE FOONIRRA FAYUF QORICHA AKKUMA FUDHATU NUTIS KIRISTOS OFFT FUDHACHUN ISAT AMANUN DHIGAAF FOONSA FUDHACUUN DU'A BARA BARARA FAAYINEE ➜▣▦▤▮Namni qoricha fooni yoo fudhateyyu humaa du’aa du'unsa hin oolu Garuu☝☝☝Namni Yesusin Fuudhatu Itt Amanu BARABARAN HIN DU'U BARA BARAAN JIRAATA ➯➡Nutt ikko homaa hin goonefi hamma sun isa gadisisne Yesus of Dabarse nuf laachuf yeroo dhumaaf Cubbu kana nurra kaasuf Nu faayisuf ULFINASAA GUDDA SAN DHISEE DHUFEE MAT 1 :21 Dhaqaa dubisaa Lubbu keenya Faayisuf Jaalalasa Nut agarsisee Nuf Jeedhe Lafaa raase.............. ITTI FUFAA KOTTA SAGALEE WAAQAYYOO WAL WAAJJIN HAA QO'ANNU 🙏🙏🙏🙏Pls OBBOLOTA KEESANIF Share GODHA SAGALEE WAAQAYYO HAA LABSINU
0
5
JIRA-JIREENYI-GIRMA-KUSA-Official-video.m4a
0
6
https://www.youtube.com/watch?v=s2WNsWmmUlQ
0
7
MARANATA-Far-Muluken-tadese-New-oromo-song-Itti-eebbifamaa-S.m4a
0
8
Maranaataa‼️ Dhugaadha,Farfannaa ajaa'ibaati‼️ Obboleessi keenya Farfataa kabajamaaf jaallatamaan Gospel Singer Muluken Tadese Waan hafuura namaa eebbisu dhaggeeffatamees hin quufamne nuuf gadhiiseera link Armaan gadiitiin seenaa ittiin eebbifamaa‼️ https://youtu.be/fS1cqAXCmlI?si=Prj_4PI6MA28Y9Xc
0
9
Nagaan kottu Mule😍😍
Nagaan kottu Mule😍😍
0
10
Solomon Adunga Fi Maatii Isaa - YAADANNOO Join👉@Dambaliifaarfanna
0
11
Out Now! Gadhiifameera🔥 https://youtu.be/Cp5-nJsK_oE?si=AvwsVPED_w6CURB-
0
12
#Yaadannoo! Anif maatiinkoo kunoo Hafuurri Qulqulluun nu gargaaree faaruu kirstoosin weeddisu kana isin biraan ga'uuf jenna.
#Yaadannoo! Anif maatiinkoo kunoo Hafuurri Qulqulluun nu gargaaree faaruu kirstoosin weeddisu kana isin biraan ga'uuf jenna. #bor_galgala YouTube koo irratti isin biraan geenya. Amma sanatti ergaakoo kana hiriyoota keessanif #Share naf gochaa linkii armaan gadii kanaan seenati #Subscribe gochaa nu eegaa! Linkiin Linkiin kunooti👉 https://youtu.be/y9V6Lg8xwWo?si=dwweWijimH3AA_zM Isin Jaalannna❤️🥰
0
13
Aster Abebe - Egziabher Fikir.mp3
0
14
Aster Abebe - Alehu.mp3
0
15
Aster Abebe - Selame Neh.mp3
0
16
Aster Abebe - Yilefegn.mp3
0
17
Aster Abebe - Memihire.mp3
0
18
Aster Abebe - Yelibe Amlak.mp3
0
19
Aster Abebe - Yemiyamir Qal.mp3
0
20
Aster Abebe - Simihin Terahu.mp3
0