ru
Feedback
ABBI TECH

ABBI TECH

Открыть в Telegram

Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et

Больше
4 732
Подписчики
-324 часа
-217 дней
-9530 день
Архив постов
🪙#Major_stars bot isaanii irratti #update haaraa fi task dabalataa kan ittiin #point argachuu dandeenyu dhiyeessanii jiru🌟 OPEN MAJOR ⭐️ #MAJOR kun airdrop project yeroo dhiyootti #list godhaman keessaa isa tokkodha.✔️ SHARE 🚀 @abbi_tech

Guyyaa borii TELEGRAM wallet keessan irra kan jiran TON, USDT, NOTCOIN, FI DOGS hunduu Address haaraan ni keenamaaf jedhe jir
Guyyaa borii TELEGRAM wallet keessan irra kan jiran TON, USDT, NOTCOIN, FI DOGS hunduu Address haaraan ni keenamaaf jedhe jira Telegram 💡 Kana booda address yeroo namaaf ergiitan isa durii hin fayyadamiina 📢 wanti isin gootan hin jiru ofiin update ta'e jijjiramaa📱📱📱📱

🤑Telegram irratti qarshii hojjachuuf #Airdrop kana seenuun fayyadamaa #BLUM👇👇👇 https://t.me/blum/app?startapp=ref_8faOVT7
🤑Telegram irratti qarshii hojjachuuf #Airdrop kana seenuun fayyadamaa #BLUM👇👇👇 https://t.me/blum/app?startapp=ref_8faOVT7lzi

#VeechuwaalViizaa Itiyoo Telekoom Kaampaanii Viizaa waliin ta’uun Itiyoophiyaatti kan jalqabaa kan ta’e kaardii “Verchuwaal V
+1
#VeechuwaalViizaa Itiyoo Telekoom Kaampaanii Viizaa waliin ta’uun Itiyoophiyaatti kan jalqabaa kan ta’e kaardii “Verchuwaal Viizaa” tajaajila viizaa fooyya’aa ta’e Viizaa daarektiifi Teelee birriin dhiheesseera. Viizaa Daarekt lakkoofsa kaardii Verchuwaal Teelee birriin biyyoota 190 caalan waliin tajaajila maallaqa daddabarsuu salphaa ta’e kan si’eessu ta’a. Tajaajilli haaraan kun maamiltoota miliyoona 47.55 tajaajiluu danda’a. Maamiltonni tajaajila kana argachuuf aappii Telebirrii haromsuu ("Update" ) gochuun Viizaa kan jedhu akka dhufuuf gochuu ni danda'u. JOIN $ SHARE @Abbi_tech

🔥 Reposted ⚠️ 🤑#TON Wallet banattanii jirtan kamiifuu recovery phrase wallet sana irraa isiniif kennamu akka hin daganne. ✔️#Recovery_phrase keessan dagattanii jennaan wallet keessan tasuma deebiitanii access gochuu hindandeessani. ➡️Recovery phrase ammoo manually (barreessitanii, screenshot gootanii ) yookaan email keessan fayyadamuun ol kaayachuu #backup godhachuu dandeessu. ➡️ Egaa #Airdrop garaagaraa waliin wallet connect gootan kamiinuu Recovery phrase wallet sanaa dagattanii jennaan waan hojjettanii #claim gootan kamiinuu wallet sana irratti argachuu hindandeessan . So waan kana haala #secure ta'een ol kaayachuu hin irraanfatinaa🔥 JOIN $ SHARE @Abbi_tech

【EU_Exchange】 AI-GPT company recruits HR managers You only need phone to work from home Age 25 and above Monthly salary $1,80
【EU_Exchange】 AI-GPT company recruits HR managers You only need  phone to work from home Age 25 and above Monthly salary $1,800 to $5,000 Main tasks: 1. Help the company recruit personnel 2. Promote the company's AI smart products 3. If successfully admitted, you may receive  $30+$20 reward 4. Online customer service: https://chatlink.wchatlink.com/widget/standalone.html?eid=f55ff528d770d699c2cc389645f3577a&language=en

Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 ifoome-BBO
Qabxiin darbiinsaa Kutaa 8ffaa
• Dhiiraafi dubartii 50%fi isaa ol yoo ta'u,
Naannawa horsiisee bulaatiif
• dhiiraaf 48% • dubartiif 45% fi isaa ol
• Qaama miidhamtootaafi
• dhiiraaf 45% , • dubartiif 42 % fi isaa ol ta'uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera.
Qabxii ilaallachuuf:
Kutaa 6ffaaf --------- https://oromia6.ministry.et/#result Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot - 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa . - itti aansuun Naannoo keessan filaa, - itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu. Kutaa 8ffaaf --------- Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha. https://oromia.ministry.et/#result Dabalataan, Telegraamii irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot - start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa . - itti aansuun Naannoo keessan filaa, - itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu. Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf JOIN akkasumas SHARE waliif godhaa @abbi_tech

photo content

ለዝናብ ወቅት የሚሆን ተስማሚ ስራ!!! Afriwork ያለምንም ክፍያ Virtual Assistant Course ከALX ጋር በመሆን አቅርቦላቹሃል። ቤታችሁ ሆናችሁ remote ስራዎችን በመስራት ተጨማሪ
ለዝናብ ወቅት የሚሆን ተስማሚ ስራ!!! Afriwork ያለምንም ክፍያ Virtual Assistant Course ከALX ጋር በመሆን አቅርቦላቹሃል። ቤታችሁ ሆናችሁ remote ስራዎችን በመስራት ተጨማሪ ገቢን ያግኙ፡፡

ስራ አጥተው ወይም ደሞዞ አንሶቦት ተቸግረዋል? ኑ እንርዳዎ! ከ MICROSOFT የእኛን ታላቅ ቅናሽ በመጠቀም ከ5000 የሆኑ ኮርሶችን በ1 የኮርስ ዋጋ ወስደው እራሶን ተፎካካሪ ያድርጉ! ቅናሽ የተ
ስራ አጥተው ወይም ደሞዞ አንሶቦት ተቸግረዋል? ኑ እንርዳዎ! ከ MICROSOFT የእኛን ታላቅ ቅናሽ በመጠቀም ከ5000 የሆኑ ኮርሶችን በ1 የኮርስ ዋጋ ወስደው እራሶን ተፎካካሪ ያድርጉ!  ቅናሽ የተደረገው ለተወሰነ ጊዜ ስለሆነ አሁኑኑ ይመዝገቡ!

Repost from Oromian Students
Bu'aa qormaata kutaa 6ffaa fi 8ffaa gada lakkisuuf demama jecha jira B/B/O TOLLA BARISSO Bu’aa qormaata kutaa 8ffaa karaa kam
Bu'aa qormaata kutaa 6ffaa fi 8ffaa gada lakkisuuf demama jecha jira B/B/O TOLLA BARISSO Bu’aa qormaata kutaa 8ffaa karaa kamiin ilaalla? Bu’aa qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa barattoonni karaa https://oromia.ministry.et/#/result ilaaluu ni danda’u. ➡️JOIN AND ➡️SHARE ╔════════════╗ ⏩JOIN: @Oromian_students ⏩JOIN: @Oromian_students ╚════════════╝ ⇲

Repost from ABBI TECH
የባንክ ክፍት ስራዎችን ያግኙ
የባንክ ክፍት ስራዎችን ያግኙ

Website kana fayyadamtanii yeroo bilbila bittan bilbilli keessan original fi fake ta'u adda baasuu dandeessu 👇👇👇 IMEI.INFO @abbi_tech

#Fragment #Telegram #TON 🤷‍♂ Waayee Tajaajiloota #Fragment irratti kennamanuu hagam beektu? 👉 Fragment platformii bittaaf gurgurtaa #telegram_usernames ittiin gaggeessuuf jalqaba hundaa'e yoo ta'u amma irratti tajaajilooota hedduu kenna. ✅ Platform kana irratti #telegram_username baayyee barbaadamoo ta'an gatii guddaan bitamu akkasumas gurguramu ✅ Dabalataanis fragment kana irratti #Telegram_Stars kan yeroo dhiyoo asitti dhufee fi kaffaltii addaa addaa ittiin raawwachuuf oolu ni gurgurama (nuti ammaaf bituu qofa dandeenya) ✅ Kana qofa miti #Telegram_Premium ofiifis ta'e hiriyaa keessaniif achirraa bituu dandeessu ✅ #Anonymous_Numbers kan telegram ittiin fayyadamuu dandeessisus achirratti ni gurgurama ✅ Inni kan biraan #Advertisers karaa fragment kanaa #ads campaign qopheessuudhaan telegram irratti #service isaanii beeksifachuu danda'u. 👉Kana hunda raawachuuf garuu cryptocurrency #TONCoin jedhamu qabachuutu barbaachisa. Yoo TONCoin hinqabaanne jalqaba isa bituu qabdu jechuudha. 👉Waayeen #fragment gabaabaatti kana fakkaata yoo isinitti tole React godhaa 👍 🔥 #Fragment #Telegram #TON Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf JOIN akkasumas SHARE waliif godhaa @abbi_tech

የባንክ ክፍት ስራዎችን ያግኙ
የባንክ ክፍት ስራዎችን ያግኙ

የባንክ ክፍት ስራዎችን ያግኙ
የባንክ ክፍት ስራዎችን ያግኙ