ru
Feedback
ABBI TECH

ABBI TECH

Открыть в Telegram

Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et

Больше
4 747
Подписчики
-324 часа
-187 дней
-10030 день
Архив постов
Ethiopia kessatti 5G ergaa eegalee turee jiraa. Isin fayyadama jirtuu mo warra hin fayyadamne kessa jirtuu ? Yoo fayyadamuu b
Ethiopia kessatti 5G ergaa eegalee turee jiraa. Isin fayyadama jirtuu mo warra hin fayyadamne kessa jirtuu ? Yoo fayyadamuu barbaaddan bakka 5G jedhuu tuqun add kan jedhutti bu'uun fayyadamaa 5ጂ በኢትዮጵያ ተጀምሯል። እየተጠቀምክበት ነው ወይስ ከማይጠቀሙት መካከል ነህ? ሊጠቀሙበት ከፈለጉ የ 5ጂ ቁልፍን ጠቅ ያድርጉ እና አክል የሚለውን ጠቅ ያድርጉ 5G has been launched in Ethiopia. Are you using it or are you among those who don't ? If you want to use it, click on the 5G button and click on add @Mr_wave_mn

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

QORMANNI ENTRANCE KUTAA 12 KAN BARA 2017 GAAFFII ISAA BA'EE JIRA. BAKKA GET JEDHU TUQUUN SEENAA ITTI FAYYADAMA.
QORMANNI ENTRANCE KUTAA 12 KAN BARA 2017 GAAFFII ISAA BA'EE JIRA. BAKKA GET JEDHU TUQUUN SEENAA ITTI FAYYADAMA.

Ethiopia keessatti free internet Eegalee jira. Speed 50MB Kan qabu Ammuma bakka free internet jedhu tuquun free internet fayy
Ethiopia keessatti free internet Eegalee jira. Speed 50MB Kan qabu Ammuma bakka free internet jedhu tuquun free internet fayyadamaa.

Second 30 booda ni haqama! Nama durse channel asi gadii join godhef badhasa kaardii 450 nama 3f badhaafama . Bakka join jedhu tuquun badhaasaa keessan fudhadha

Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 የ400 ካርድ ሽልማት
Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 የ400 ካርድ ሽልማት አስገባ!! 🏃 ♂🏃 ♂ ከታች ያለውን ቻናል ለመቀላቀል የመጀመሪያዎቹ 20 ሰዎች ብቻ!! 👇👇 Enter a 400 card prize!! 🏃 ♂🏃 ♂ Only for the first 20 people to join the channel below!! 👇👇 Waver:- @Mr_wave_mn

😬Ho'i bilbilaa dabaluu😬 👌Bilbilli keenya maaliif ho'a? Teempireecharri bilbila keessanii haala qilleensaa naannoo sana jiru irratti hundaa'a. Bilbilli keessan garmalee yoo ho'e rakkoo adda addaa fiduu danda'a. Yoo cufame carraan deebi'ee hin banamne guddaadha. 👌🏾Sababoota bilbilli keenya garmalee ho'uu danda'u hedduudha. Isaan keessaa muraasni kunooti; 👌🏾Apps fayyadamaa turre osoo hin cufin dhiisuu 👌🏾Hamma yeroo bilbila keenya irratti dabarsinu, yoo bilbila keenya sa'aatii hedduuf fayyadamne, batteriin bilbilaa waan ta'uu qabu caalaa ni hojjata. Kunis ho'a bilbila keenyaa ni dabala. 👉Kan biraa immoo bilbile keenya yeroo dheeraaf chaarjii gochuudha. Fakkeenyaaf bilbilli keenya 100% yeroo chaarjii irraa baasuu. 👌🏾Sababaa fi bu’aa isaa erga arginee booda furmaata isaa beekuu qabna. 👉Bilbila keessan ifa aduu kallattiin irraa eegaa! 👉App fayyadamaa turre cufuu 👉Ifa bilbila keessanii hir'isuu. ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN: @ABBI_TECH 🧑‍💻JOIN: @ABBI_TECH ╚════════════╝ ⇲

Ethiopia kessatti 5G ergaa eegalee turee jiraa. Isin fayyadama jirtuu mo warra hin fayyadamne kessa jirtuu ? Yoo fayyadamuu b
Ethiopia kessatti 5G ergaa eegalee turee jiraa. Isin fayyadama jirtuu mo warra hin fayyadamne kessa jirtuu ? Yoo fayyadamuu barbaaddan bakka 5G jedhuu tuqun add kan jedhutti bu'uun fayyadamaa 5ጂ በኢትዮጵያ ተጀምሯል። እየተጠቀምክበት ነው ወይስ ከማይጠቀሙት መካከል ነህ? ሊጠቀሙበት ከፈለጉ የ 5ጂ ቁልፍን ጠቅ ያድርጉ እና አክል የሚለውን ጠቅ ያድርጉ 5G has been launched in Ethiopia. Are you using it or are you among those who don't ? If you want to use it, click on the 5G button and click on add @Mr_wave_mn

Usdt 8 yeroo tahu baafachuu dandeessu..guyyaa guyyaan usdt 1.5 claim gootu guyyaa 5 keessatti usdt 8 seentu jechuudha ✅Hubachiisa...namni kamuu usdt keessan deposit akka gootan isin hin gorsu task qofa hojjedhaa! START https://t.me/Suncor111_bot?start=ref_652748

Yeroo bayyeen booda Lammaa magarsa waa'ee Oromiyaa irratti haasa laate jiraa. Haasa sana ilaaluf bakka ilaaluf jedhuu tuqaa.
Yeroo bayyeen booda Lammaa magarsa waa'ee Oromiyaa irratti haasa laate jiraa. Haasa sana ilaaluf bakka ilaaluf jedhuu tuqaa. Waver:- @Mr_wave_mn

📱 Faayidaa Samsung Account Samsung account fayyadamuun faayidaalee gurguddoo qaba: 1. Secure Folder keessatti seenuuf Akkuma duraan jenne, Secure Folder kee akka eeggamu fi si qofaaf akka banamu Samsung account fayyada. 2. Backup fi Restore gochuuf Samsung account siif data kee akka cloud irratti kuufamu fi yeroo barbaadde deebifamuu danda’u gochuu ni dandeessa. 3. Samsung Services fayyadamuuf Fakkeenyaaf, Samsung Galaxy Store, Samsung Health, fi Samsung Pay fayyadamuuf Samsung account kee barbaachisa. 4. Find My Mobile (Bilbila Kee Barbaaduu) Yoo bilbila kee dhabde yookaan hatame, Samsung account fayyadamuun bilbila kee iddoo jiru beekuufi lock gochuu ni dandeessa. 5. App fi Data Sync gochuuf Samsung account fayyadamuun contact, calendar, fi app settings bilbiloota Samsung garaagaraa jidduutti walitti qindeessuu ni dandeessa. 6. Samsung Community fi Support argachuuf Samsung account yoo qabaatte, tajaajila maamilaa fi gargaarsa Samsung irraa salphatti argachuu dandeessa. Walumaa galatti: Samsung account siif bilbila kee too’achuuf, data kee eeguuf, fi tajaajila Samsung adda addaa itti fayyadamuuf bu’uura cimaadha.

📵 “No Internet Connection” jechuun maal jechuudha? (Hiika salphaa fi hubannoo namootaaf) Yoo ati telefonni yookaan kompiyuutarri kee "No Internet Connection" jechuun agarsiise, hiikni isaa salphaan:
"Amma interneetii fayyadamu hin dandeessu." jechuudha.
1, Inni Maal Irratti Mul’ata? Yeroo Wi-Fi ykn Mobile Data hin jirre. Yeroo network (signal) dhabe. Yeroo meeshaan kee interneetii qunnamuu dadhabe. Yeroo tokko tokko, interneetiin jiru ta’ee illee, hojjechuu dadhabu danda’a. 🛑 Yoo Interneetii Hin Jirre, Maal Hin Dandeenyu? YouTube, Google, Facebook, WhatsApp fi kkf hin fayyadamnu. Websitewwan banaa hin dandeenyu. Ergaa online hin ergu. Gamewwan online hin taphannu. ✅ Garuu Meeqa Hojjechuu Dandeenya? Yoo interneetii hin jirre illee, akkaataan itti telefonni si fayyadu hedduudha: Bilbila normal gochuu ni dandeessa. SMS erguu fi dubbisuu ni dandeessa. App offline fayyadamuun ni danda’ama. Suuraa fi viidiyoo ilaalu. Kitaaba PDF dubbisuu. 📌 Hubachiisa:
"No Internet Connection" jechuun, meeshaan kee network ykn data tokkollee hin qabu, kanaaf hojiin online hundi ni dhaabata. Garuu hojiin offline ta'an ni tura.
══════❁✿❁═════════ Share & Join Us•                  Channel •|| @abbi_tech

📱 Maaliif bilbili Smart irratti Emergency Features jirta ? “Bilbili keenya yeroo ammaa hojii baay’ee hojjechuu danda’a. Inni duraan qunnamtii qofaaf oola ture. Amma garuu, yeroo rakkoo fi balaa keessatti lubbuu keenya oolchuu danda’a. Kanaaf, smartphonen keenya keessa ‘emergency features’ jedhu of keessaa qaba. Amaloota hatattamaa kana maaliif fayyadamna?” 1. Tajaajila Hatattamaa (Emergency) Yeroo rakkoo, akkuma buttoota muraasa tuqnus, poolisii yookiin ambulaansii hatattamaan waamuun ni danda’ama – eyyamni ifaa hin jirre ta’ee iyyuu. 2. Iddoo Jiru Erguuf (Location Sharing) Yoo dhaban, rakkoo keessa jiran, yookaan daandii dhabdan, telefonni kee iddoo jirtu namoota si yaadanitti erguu danda’a . 3. Odeeffannoo Fayyaa Agarsiisuuf Yoo hin dubbanne yookaan hin beekamne, telefonni kee mallattoolee fayyaa keetii agarsiisa: Qaama dhukkubsattu Mallattoo dhibee Maatii hatattamaan si barbaadu 4. Balaa Beekuufi Ofumaan Waamu (Crash/Fall Detection) Smartphonen tokko tokko, yoo ati konkolaataa keessa balaa geesse yookaan bakka lafa dhaabbatte lafa buute, siif ofumaan waamu danda’a. 5. Qophii Yeroo Rakkoo (Emergency Alerts) Telefoniin kee waamicha balaa siif erga – akka gogiinsaa, lolaa, gubaa fi dhumaaf odeeffannoo si eegsisuu danda’a. 📌 Xumura irratti:
Telefoniin keenya meeshaa haaraa qofa miti. Yeroo rakkoo fi sodaa keessa, inni lubbuu keenya oolchuu danda’uudha. Kanaaf, amaloota hatattamaa kana barachuun fi fayyadamuu sirriidha.
══════❁✿❁═════════ Share & Join Us•                  Channel •|| @abbi_tech

Bilbila harkaa qabduun mana kee teesse online irra maallaqa argachuu ni barbaadda ? Yoo kan barbaaddu ta'ee channali gadii jo
Bilbila harkaa qabduun mana kee teesse online irra maallaqa argachuu ni barbaadda ? Yoo kan barbaaddu ta'ee channali gadii join gochuun akkata isa bilisan baradhuu Do you want to make money online from your home with your mobile phone ? If you want to join the channel below and learn how to free it በሞባይል ስልክዎ ከቤትዎ በመስመር ላይ ገንዘብ ማግኘት ይፈልጋሉ? ከታች ያለውን ቻናል ለመቀላቀል ከፈለጉ እና እንዴት ነጻ ማድረግ እንደሚችሉ ይወቁ ADD JOIN Wave @Mr_wave_mn

Biyya keenyaa Itoophiyaatti namni jalqabaa dhibee Maariyyee Jaldeessaan du’e kan galmaa’e yoo ta'u namoonni dhibichaan qabama
Biyya keenyaa Itoophiyaatti namni jalqabaa dhibee Maariyyee Jaldeessaan du’e kan galmaa’e yoo ta'u namoonni dhibichaan qabaman በኢትዮጵያ የመጀመሪያው ሞት በማሪያን ዎልፍ በሽታ የተከሰተ ሲሆን አጠቃላይ በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር 6 አድርሶታል። The first death from Marian Wolf disease has been reported in Ethiopia, bringing the total number of cases to six. Waver:- @Mr_wave_mn

Ministeerri muummmee dr. Abiy Ahmed video sukkanessaa Haadha manaa namaa irratti hojjetan ilaaluuf bakka GET jedhu tuquun ila
Ministeerri muummmee dr. Abiy Ahmed video sukkanessaa Haadha manaa namaa irratti hojjetan ilaaluuf bakka GET jedhu tuquun ilaalaa

😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥

Salphina guyyaa keessaa! Adanech Abebe Dr. Abiy Ahmed irratti wanta isheen hojjette bakka GET jedhu tuqun ilaalaa.
Salphina guyyaa keessaa! Adanech Abebe Dr. Abiy Ahmed irratti wanta isheen hojjette bakka GET jedhu tuqun ilaalaa.

Second 30 booda ni haqama! Nama durse channel asi gadii join godhef badhasa kaardii 450 nama 3f badhaafama . Bakka join jedhu tuquun badhaasaa keessan fudhadha

Notifications history jechuun maali   • Notification history  jechuun bakka itti Notification kufamu jechuudha • Fayyadan isaa maali yoo message tokko si jala haqamee tahee achii jalati argachuu dandeessa Notifications history One UI keessatti banuuf , tarkaanfiiwwan kana hordofi: 1. Device Samsung keessan irratti appii Settings jedhu banadhaa. 2.  Gadi bu'aatii "Apps and notifications" filadhaa. 3."Notifications" irratti tuqi. 4. Gara gadiitti and   "notifications history" filadhu. 5. Notification history baani ykn turn on godhi. Notification history erga turn on gotte booda, notification kee darbee kutaa notification  history  keessatti arguu dandeessa. Hubadhaa, feature kun device Android 11 ykn isaa ol ta'an qofa irratti argama ══════❁✿❁═════════ Share & Join Us•                  Channel •|| @abbi_tech